βοΈ law department
π¨ Barumsi Kun shimdadaa kan gaafatu yoo ta'u, garuu guutummaatti jechuun hin danda'amu. Sababni isaas qormaanni waggaa tokkoffaa semestera tokkoffaatiin ala open book waan ta'eef.
π Open book jechuun kitaaba barsiisaan siif hayyame kamuu fiduun Qormaata qoramuu dandeessa jechuudha.
π¨ Kana malees meeshaalee barnootaa fi kitaabonni ati barattu mana kitaabaa irraa siif kennama.
π§ π waa'ee Qormaataatti yoo deebinu akkuma armaan olitti jenne waggaa tokkoffaa semestera lammaffaa irraa kaasee waan isin qoramtan case ta'a. Kana jechuun dhimma mana murtii waliin walqabatu waan Akka falmii tokko siif kennama murtoo ofuma keetii Akka murteessitu si gaafatama jechuudha.
πWanti isin asitti beekuu qabdan afaan Ingiliffaa irratti baayyeema gaarii ta'uun isin irraa eegama. Sababni isaas murtee sana civil code irraa caqasuun waan ibsituuf. Kanaaf ijoolleen law seenuu barbaaddan Afaan ingiliffaa sirriitti baradhaan dhaamsa keenyaπ«‘ .
βοΈLaw department seenuuf jalqaba koorsii freshman semester 1ffaa erga fudhattee booda law and other social science jedhamee semisteera 2ffaatti addaan qoodama. Asirratti garuu barattoonni law department seenuu barbaadan bu'aa COC ykn GPA keessan irratti hundaa'a. Kunis yunivarsiitiiwwan tokko tokko GPA fi entrance exam irratti kan hundaaβan yoo taβu, kaan ammoo entrance exam fi COC irratti kan hundaaβaniidha. Fakkeenyaaf Yuunivarsiitiin Hawaasaa COC hin qabu, entrance exam 30% fi GPA 70% dha. akkasumas barattoota 50 hin caalle qofa barsiisa.
π§ βοΈDhuma irratti erga eebbifamtee booda ji'a 6f miindaa kee keessaa walakkaan sii kaffalama leenjii fudhatta. Dhumarratti abbaa murtii taataπ.
Yeroo muraasa booda qormaata abbaa seeraa Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa baase fudhattee ogeessa seeraa ta'uu dandeessa jechuudha.
Join π π π π π π π
https://t.me/alphafreshaman

#Haramaya_University
#Accounting_and_Finance
#Management
Yuunivarsiitiin Haramayaa sagantaalee digrii doktorummaa haaraa damee Akkaawuntiingii fi Faayinaansii akkasumas Manaajimantii eegaluuf jira.
Yuunivarsiitichi sagantaalee digrii doktorummaa eegaluuf gamaaggama kaarikulamii biyyoolessaa gaggeessee jira.
Sagantaawwan kunneen fedhii gabaa humna namaa ogummaa damee kanaa qorachuun qabiyyee idil-addunyaatiin kan qophaaβan taβuu himama.
Adeemsi raggaasisuu fi raawwii itti aanu galtee ijaarsaa gamaaggamtootaa fi qooda fudhattoota irraa argamu hammachuudhaan akka raawwatamu ibsameera.
β‘οΈ Join & shareπ π π π π π π

Baradhaa, hubadhaa, milkaa'aa!
β« Barattoonni qormaata naannoo kutaa 6ffaa hamma ammaatti hin ilaalin jirtan, karaa liinkii π
https://oromia6.ministry.et ilaaluu dandeessu.
β‘οΈ Join & shareπ π π π π π π
https://t.me/alphafreshaman
https://t.me/alphafreshaman
https://oromia6.ministry.et ilaaluu dandeessu.
β‘οΈ Join & shareπ π π π π π π
https://t.me/alphafreshaman
https://t.me/alphafreshaman
Baradhaa, hubadhaa, milkaa'aa!
#Borana_University
#Veterinary_Medicine
Yuunivarsiitiin Booranaa guyyaan barattoonni fayyaa beeyladaa kan waggaa 5ffaa gara mooraatti deebi'an Adoolessa 30 fi Hagayya 01/ 2018 ta'uu beeksise.

#Announcement
#Jinka_University
#Veterinary_Medicine
Galmeen barattoota Fayyaa Beeyladaa ( Veterinary Medicine) kan waggaa 1ffaa, 2ffaa, 3ffaa fi 5ffaa Yunivarsiitii Jinkaatti barachaa turanii fi bara barnootaa 2018 koorsii isaanii hin xumurree, Hagayya 04 fi 05/2018 ni gaggeeffama.
Guyyoota jedhaman kanneenitti qaamaan argamuun akka galmooftan yuunivarsiitichi beeksiseera. barnoonni Hagayya 06/2018 ni eegala.

Beeksisa Ulaagaa Simannaa MBBA.PDF
1.3 MB
#Beeksisa | #BBO
Ulaagaalee Simannaa Manneen Barnootaa Bultii Addaa

Baradhaa, hubadhaa, milkaa'aa!β‘οΈ Join & shareπ π π π π π π
https://t.me/alphafreshaman
https://t.me/alphafreshaman
Baradhaa, hubadhaa, milkaa'aa!
#Jimma_University
Dr. Darajjee Ingidaa (PhD) Pirezidaantii Yuunivarsiitii Jimmaa ta'uun muudaman.
Pirezidaantiin haaraa muudaman Dr. Darajjee Ingidaa (PhD) waggoota torban darbaniif Pirezidaantii yuunivarsiitii jimmaa taβuun tajaajilaa kan turan Dr. Jamaal Abaafiixaa (PhD) irraa walharkaa fuudhiinsaa aangoo taasisaniiru.
Doktar Darajjee Ingidaa (PhD) waggoota torban darbaniif Pirezidaantii Yuunivarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Finfinnee taβuun tajaajilaa turuun isaanii ni beekama.

Alpha freshman
Beeksisa Ulaagaa Simannaa MBBA.PDF
#BBO | #SIRREEFFAMA
Galmee Barattoota Manneen Barnootaa Bultii Addaa fi Addaa Sad. 2ffaa Dorgommiin Galuu Barbaadan Hundaaf
Biiroon Barnootaa Oromiyaa Barattoota Bara Barnootaa 2018 Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa fudhachuun qabxii olaanaa galmeessisuun gara kutaa 9ffaatti darbanii fi Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa, Manneen Barnootaa Bultii Addaa WMO fi Manneen Barnootaa Addaa Sad. 2ffaa dorgommiin Seenanii barachuuf fedhii qaban hundaaf Adoolessa 29/2018 beeksisa baasuun ni yaadatama.
Haaluma kanaan:
Ergaawwan sirrachuu qaban lama yoo ta'an;
1) Iddoo_Galmee:- Iddoon Galmee ibsaman sunniin hin barbaachisan.
Kanaafuu, Galmeen Oonlaayiniin (Online)n Waan Gaggeeffamuuf barataan kamiyyuu bakkuma barbaade jiraatee (taa'ee) Liinkii asii gadii kana fayyadamuun Lakkoofsa galmee (Registration Number) kan kutaa 8ffaa ittiin qoramtan galchuun, itti aansuun maqaa Akaakayyuu (Grandfather's Name) Galchuu, itti aansee filannoon isiniif dhufu immoo, bakka itti qoramuu barbaaddan/Giddu Gala Qormaataa/ (Exam Center) yoo ta'u, bakka qoramuuf isinitti dhihaatu filachuun iyyachuu (Apply) gochuu ni dandeessu.
Guyyaan Galmee har'a (01/12/2018) Sa'aatii ammaa kanarraa kaasee hanga Hagayya 08/2018 qofa bakka jirtanitti Giddu Gala Itti Qoramtan (Online)n filachuun galmaa'uu ni dandeessu
Liinkichis:
https://exam.oeb.gov.et/
2) Guyyaa Qormaataa: Gara Fuulduraatti Murteessinee isin beeksifna.

Photo
#Carraa_Hojii
#Daandii_Qilleensa_Itoophiyaa
Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa keessummeessitoota balalii leenji'oo ta'an (trainee Cabin Crew) gahumsa qaban dorgomsiisee qacaruu barbaada.
β² Ramaddii Hojii: ET SPONSORED trainee cabin crew
β² Sadarkaa Barnootaa Barbaachisu: Ragaa Qormaata Seensa Yuunivarsiitii. qabxii yoo xiqqaate 200 qabaachuu qabdu.
β² Umurii: 21-30
β² Hojjaa: dubartiif 1.58m fi isaa ol (dheerinni harkaa 212cm) dhiiraaf 1.70m fi isaa ol
β² Ulfaatina: Hojjaa waliin kan walmadaalu.
β² Afaan: Dandeettii Afaan Ingilizii Sadarkaa III (Afaanota biroo beekuunis gaariidha.)
Guyyoota Galmee:
Hagayya 04-08/2018
Bakkeewwan Galmee:
β Finfinnee: Online dhaan (Guyyaa galmee irratti linkiin galmee active ni ta'a)
β Yuunivarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa, Adaamaa
β Yuunivarsiitii Amboo, Amboo
β Yuunivarsiitii Asoosaa, Asoosaa
β Yuunivarsiitii Wolloo, Deessee
β Yuunivarsiitii Dirree Dhawaa, Dirree Dhawaa
β Yuunivarsiitii Gaambeellaa, Gaambeellaa
β Yuunivarsiitii Haramayaa, Mooraa Harar, Harar
β Buufata Xiyyaaraa Hawaasaa, Hawaasa
β Yuunivarsiitii Jigjigaa, Jigjigaa
β Yuunivarsiitii Jimmaa, Jimmaa
β Yuunivarsiitii Madda Walaabuu, Roobee
β Yuunivarsiitii Wallaggaa, Naqamtee
β Yuunivarsiitii Samaraa, Samaraa
β Yuunivarsiitii Wolqixxee, Wolqixxee
β Yuunivarsiitii Booranaa, Yaabelloo
β Kolleejjii Saayinsii Fayyaa Nageellee Booranaa, Nageelle
β οΈ Yeroo galmooftan sanadoota dhimmi ilaallatuu fi ragaa barnootaa (Kaardii xumura Kutaa 8ffaa, Ragaa Dhalootaa, Ragaa kutaa 12ffaa, waraqaa eenyummaa gandaa) orjinaala fi koppii qabattanii deemuun dirqama.
Ulaagaalee armaan olitti ibsaman guutuu keessan mirkaneessaa. Odeeffannoo sobaatiin galmaaβuuf yoo yaaltan adeemsa qacarrii irraa battalumatti kan dhoorkamtan ta'a.

Barattoota MBBA fi MBA Kutaa 9ffaa Seenuu Barbaadan Hundaaf
Akaakuu Barnootaafi Qabxii Madaallii Qormaata Seensa Kutaa 9ffaa MBBA fi MBA ilaallata.
1. Akaakuu Barnootaa Qormaata Seensaa Kutaa 9ffaa Manneen Barnootaa Bultii Addaa 2ffaaf Kennaman:
1 - Afaan Oromoo
2 - Ingiliffa
3 - Herregaa fi
4 - Saayinsii Walii Galaa keessaa kan qophaa'an waan ta'eef itti qophaa'aa kan jedhu ergaa keenya yoo ta'u, duraan dursitanii 'online'n: Galmaa'uufi Buufata Qormaataa filachuu hin dagatinaa!
Liinkin Galmeetis:- https://exam.oeb.gov.et/
2. Qabxii Madaallii
1- Qabxiin Qormaata Seensaa barreeffamaan kennamu - 80%
2- Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa Bara 2018 - 15%
3- Qabxiin Tiraansikriiptii kutaa 7-8 - 5% keessaa kan qabamu yoo ta'u, 100% keessaa barattootni walduraa duubaan caalmaan galmeessisan gara Manneen B arnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa, Mana Barnoota Bultii Addaa Waldaa Misoomaa Oromiyaa Sad. 2ffaafi Manneen Barnootaa Addaa Sad. 2ffaatti kan ramadaman ta'uun beekameera.
Kanaafuu, Ammaa achi qormaata seensaa 'online'n kennamu irratti xiyyeeffannoon qophaa'uun murteessaa ta'uu hubachuun barbaachisaadha. #BBO

#Summer_Camp | #AASTU
Yuunivarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Finfinneetti 'Summer camp' dhaan barnoonni Dandeettii Saayibarii (Cyber Talent) marsaa 5ffaan eegalameera.
Sagantaan 'summer camp' Dandeettii Saayibarii kanaan dura yuunivarsiitiiwwan lama qofa keessatti kan kennamu yoo taβu, bara kana gara wiirtuuwwan torbaatti babalβateera.
Leenjiin kun Yuunivarsiitota akka; Saayinsii fi Teeknooloojii Finfinnee, Baahir Daar, Haramaayaa, Jimmaa, Dabra Birhaan fi Wolaayittaa Sooddoo, akkasumas Giddugala Dandeettii Bulchiinsa Nageenya Neetworkii Odeeffannoo (INSA) keessatti kennamaa jira.
Sagantaa bara kanaatiif dargaggoonni kuma 14 ol galmaaβaniiru.