#ALBERT_TUTORIAL_AND_VOLUNTEERISM_CENTER
#closing_program
Photo | በ2011 ከተለያዩ በጎ ፍቃደኛ ድርጅቶች እና ተማሪዎች በተሰበሰበ ብር እና የትምህርት ቁሳቁስ የተቸገሩ ተማሪዎች ሲረዱ ።
ዘንድሮም ይቀጥላል!!!
**
**
Photo| Bara 2011tti baratoonni harka qalleeyyii maallaqa fi meeshaalee barnootaa barattoota fi dhaabbilee tola ooltota irraa sassaabameen yemmuu gargaaraman.
Baranas ittifufa!!!
@Albert_tutorial_2014

👏5🥰2
ባለፉት አመታት ከ7ኛ እስከ 12ኛ ክፍል ላሉ ተማሪዎች በክረምት ዕረፍት ወቅት የማጠናከሪያ ትምህርት ሰጥተናል። ነገር ግን በዚህ አመት፣ የማስተማር አገልግሎት መስጠት አለመቻላችንን እንገልፃለን። ሆኖም ግን፣ በሚቀጥለው አመት እንደ ምንቀጥል ተስፋ እናደርጋለን።
Waggoota darban keessatti barattoota kutaa 7 hanga 12tti barnoota gannaa bilisaan kennaa turree jira. Haa ta’u malee, bara kana tajaajila barnoota gannaa kennuu akka hin dandeenye gaddaan isin beeksifna. Haa ta'u malee bara dhufu boqonnaa gannaatti akka jalqabnu abdii qabna.
In the past years, we provided tutoring during the summer break for students in grades 7 to 12. However, this year, we regret to inform you that, unfortunately, we are unable to offer tutoring services. However, we are hopeful to resume our sessions next year during the summer break.
#Albert_Tutorial_and_volunteerism_center.

👍2