Afaan Online - AO
410 subscribers
104 photos
3 files
194 links
Afaan Online is an Afaan Oromo Language teaching portal across the globe.
Our www.afaan-oromoo.com teaching portal is incleded Afaan Oromo tutorials for Beginers, Intermidiate & Advancing classes, Seerluga/grammar[Qubee, Sagalee, Jecha, Hima, Gaalee, ..
Download Telegram
Forwarded from Abdisa Bancha Jara (Abdisa Bancha Jara)
#oroictAcademy - Garee A

Barannoo 2ffa irratti #entrepreneurship #innovation #Creativity fi #smallbusiness hardha qopheessinee jirra.
Torbaan dhufu #tooftaalee Online irraa Mallaqa argannuun eegalla. yeroo muraasa booda eeggadhaa

@abdisa_bancha
Forwarded from OICT Solutions (Abdisa Bancha Jara)
#GareeA - Barnoota Bu'uura Tekinoolojii Barannoo-3ffaa daqiiqaa muraasa booda eeggadhaa

#Hub: Namootni hedduu Leenjii #oroictAcademy kana haala kamiin jalqabuu akka danda'an gaafachaa jiru. Namootni haaraa jalqabuuf gaafachaa jirtan, haalduree barbaachisaa mijeessaa waan jirruuf xiqqoo nuuf obsaa.

#Share godhaa
Galatoomaa - Garee @oroict_solutions

Odeeffannoo dabalataatiif #telegram keenya hordofaaπŸ‘‡πŸ½πŸ‘‡πŸ½
https://t.me/joinchat/SuhCIVHZECB95_6Z
Forwarded from Abdisa Bancha Jara (Abdisa Bancha Jara)
Marii Gaarii ture | Interesting Discussion
I had Good time with African & Asian Representatives of ITU in 'Reshaping the future: Women, girls and tech for development'
The aim of the discussion is Enabling & Empowering our Women/girls in ICT Solutions, as the future of the sector is very promising, jobs opportunities, enabling Intelligency, and reducing efforts & performance incrementation and many more.
So, that Our women and girls are able to change their opportunities and perspectives through ICTs.
Accordingly, I was invited to engage & share the trends in our Region/country & Africa in general. Then proposing the next future professionally, & Accepting responsibilities to teach/support/encourage Our women and girls in the sector as well.
Dhaabbata ITUtti, Bakka bu'oota Damee Afrikaa fi Eeshiyaa waliin marii 'Fuulduree Qajeelchuu: Dubartootaaf, Shamarran fi Tekinoolojii Guddinaaf" jedhurratti marii kallattii ...πŸ‘‡πŸ½πŸ‘‡πŸ½
https://www.facebook.com/photo/?fbid=171840844832829&set=a.106887334661514
Forwarded from Abdisa Bancha Jara (Abdisa Bancha Jara)
#icciitii tokko isinitti himanna: nu deeggaraa:-

#Biyya kana keessatti dhaabbilee #Tekinoolojii kamiinuu waliin #Dorgomuuf qophoofnee as baane, Dhaabbata zHorn ICT Solutions dhaabbata siyaasdiinagdee hawaasabkeenyaa cimsuuf Addunyaa Tekinoolojii keessatti hawaasni keenya akka dorgomaa tahu goonal jenne #gareen gurmoofnee hundeessine, kana yoo goonu #dhaabbilee Habashaa kaappitaala Miliyoonotaan qaban waliin qoma dhiibnee dorgomuuf deemna, #kaappitaala waan qabnuuf osoo hin taane hawaasa #xiiqeffatee moo'achuu danda'u ofduubaa akka qabnu waan beeknuuf.
Waan biraa isinirraa hin barbaarnu, #page #zHornICTSolutions @zhorn.ict isa gubbatti eere kana qofa share godhaa #hordoftoota heddu akka argannu nu cinaa dhaabbadhaa.

Page keenya:πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.facebook.com/zhorn.ict/

#Ulfaadhaa!
Forwarded from OICT Solutions (Abdisa Bancha Jara)
Dargaggootni keenya Muuxannoo kana irraa Maal barattu? - osoo jirru walfaarsina/Waljajjaeessina - #Share godha

Dargaggeessa keenya ogeessa Tekinoolojii fi Hundeessaa @oroict_solutions kan yeroo ammaa qorannoo Tekinoolojii,
Dhaabbatni Falmaa Mirgoota Dhala-Namaa Idil-Addunyaa ta'e #AmnestyInternational Magaalota Gurguddoo biyyoota guddatan irratti
gaggeessaa jiru irratti hirmaachaa jiru #AbdissaBanchaJara - @abdisa_bancha walbaraa, MuuxannooDargaggeessa kanaa irraa barattu jenne
gareen @oroict_solutions gabaabsinee Facebook keenyarratti isiniif qoodne dubbisaa, Milkaa'ina hawwaafi.

Yoo waa Irraa barattan ammoo waliif #Share Godhaa πŸ‘‡πŸ½πŸ‘‡πŸ½ kunoo Dubbisa Gaarii

https://www.facebook.com/oroictsolutions/photos/pcb.172787614731764/172781278065731/

Odeeffannoo dabalataatiif #telegram keenya hordofaa
https://t.me/joinchat/SuhCIVHZECB95_6Z


Galatoomaa
Garee @oroict_solutions
Afaan Oromoo akkamitti badii dandamatee Tarree Afaanota Addunyaatti dabalamuuf foolachaa jira?
Afaan kun gara Afaan Qorannoo Saayinsii fi Tekinoolojii Saba keenyaa, biyyattii kanaa fi Akka Idil-Addunyaatti
shoorasaa gumaachuufi Afaanota Hojii Dhaabbilee Gurguddoo Idil-Addunyaa tahuuf hangam Abdii qaba? Hojiilee hojjatamaa jiranii fi
Hudhaaleen daangessaa jiran irratti Qorannoo gaggeessina jedhee
Gareen Tola-Ooltota Hayyoota Afaanii, Aadaa fi Seenaa akkasumas Teekinikaa kan Afaan Online gurmaayutti jira.



Hayyootni Afaanii, Seenaa fi Teekinikaa Qorannoo kanarratti Bilisaan Hirmaachuudhaan qooda keessan gumaachuu barbaaddan
Hirmaachuuf Geessii(link) asiin Gadii banuudhaan galmaayaa
https://www.afaan-oromoo.com/galmee-hayyoota-qorannoo-afaan-oromoo/

Afaan Online
Emai: afaanoromonline@gmail.com
Facebook: https://www.facebook.com/afaanonline
Telgram: https://t.me/afaanonline
Web: https://www.afaan-oromoo.com
#Hayyoota ykn Ogeessota Asiin gadii kanneen #Hatattamaan barbaadna: - #share godhaa waliif dabarsaa

- Hayyoota Afaan, Hogbarruu, fi Fookularii Oromoo
- Hayyoota Aadaa, Safuu, Duudhaa fi Seenaa Oromoo
- Hayyoota Falaasamaa, Sirna Gadaa, Sociology/Antroplogy
- Ogeeyyii Tekinoolojii Koomputaraa fi kanneen walitti dhufeenya qaban...

#Hub: Kuusdeetaa(Detabase) kun gara fuulduraatti(dhiyootti) hojiilee adda addaa waa'ee Oromoo fi Afaan Oromoo irratti Dhuunfaan ykn Gareen hojjataman irratti #Hirmaachisuuf haalduree qophaaye keessaa tokko tahee hojiileen hojjatan #Interneetaan idduma jirtan irraa osoo hojii keessan Idileetti hin buune kan hojjattani waan taheef, yeroo tokko tokko Bilisaafi Fedhii dhaan akka qooda keessan gumaachitan Yeroo kaan ammoo Qorannoolee fi Qo'annoollee adda addaa Dhimma Ummata Oromoo, Afaanii fi Oromiyaa irratti Baajata Deeggarsaa(Sponsored Project Fund) qaburratti akka hojii-dabalatatti hirmaachuudhaan #galii dabalataa kan itti argachuuf isin gargaarus akka tahe hubachuu barbaachisa.

Kanumaan walqabatee, Odeeffannoo Unkaa asiin gaditti hidhame kana irratti guuttan hojiilee asiin olitti eerameen ala dhimma biraa kamiifuu gareen Afaan Online kan dhimma itti hin baane tahuu isin yaadachiifna.

Waliin taanee, Aadaa, Duudhaa, Seenaa fi Afaan keenyaaf gahee nurraa eegamu akka baanu #Waamicha kabajaa dhiyeessina

Hidhaa/Geessii(link) πŸ‘‡πŸ‘‡ kana banuudhaan Odeeffannoo gaafatamtan Raqaa qabatamaa/Dhugaa akka guuttan Affeeramtaniirtu.

#Share gochuudhaan waliif dabarsaa, hayyoota keenya biraan gahaa.

Galatoomaa
Garee Afaan Online
Email: afaanoromonline@gmail.com
Telegram: @afaanonline

https://www.afaan-oromoo.com/galmee-hayyoota-qorannoo-afaan-oromoo/
Forwarded from OICT Solutions (Abdisa Bancha Jara)
Congratulations! @abdisa_bancha Abdisa Bancha Jara for the Global Recognition on your Volunteering efforts & Dedication

@oroict_solutions
Forwarded from OICT Solutions (Finfinne Post)
Vacancies by #zHornICT_Solutions

If you know how to creatively handle various online marketing tools, like websites, podcasts, blogs, Social Media, and Digital Medias/Journalism, Digital Expert & similar fields this position is for you.

You will work with our 'Creative Maniacs!’ & gang of crazy young teams to coordinate our Digital marketing, advertising and promotional activities of zHorn ICT Solutions Team

Check it up the Details of the vacancies from below link πŸ‘‡πŸ½
https://bit.ly/3fNkuKD

Details of the vacancies>>
https://www.facebook.com/jobs/job-opening/289784502839653/

#zHornICT TelegramΒ»πŸ‘‡πŸ½
Facebook: https://facebook.com/zhorn.ict
Instagram: https://instagram.com/zhorn.ict
Telegram: https://t.me/zhornict
Linkedin: https://linkedin.com/company/zhorn-ict-solutions
Odeeffannoolee Tekinoolojii adda addaatiif #telegram @oroict_solutions hordofaa
Forwarded from OICT Solutions (Finfinne Post)
Eenyummeessaalee/accounts Feesbuukii Sobaan Ummata burjaajessan jedhee dhaabbatichi cufuu murkaneesse keessaa muraasni:

Feesbuukiin #Ethiopia irraa Eenyummeessaalee/accounts 176 ol akka cufe beeksisee ture, isaan keessaa hedduun isaanii kanneen dhaabbata Eegumsa Nageenya Interneeta biyyatti INSA waliin hidhata qabu akka tahes gabaasi dhaabbatichaa addee ture.

Gabaasa dhaabbatichaa keessatti Eenyummeessaalee/Accounts Dhaabbatni Eegumsa Nageenya Interneetaa(INSA) waliin hidhata qaban kanneen Olola sobaatiin hawaasa burjaajessan cufuu dhaabbatni Facebook ibse keessaa Addis Media Network-AMN, H Axumawit Info Tube, Ethio News, ETHIO FACT... isaan kunneen Muraasa yoo tahan, Maxxansaaleen isaanii kunneenis Afaan #English hiimakee Ibsa dhaabbatichi kenne irratti dhiyaateera.

Gabaasa qindaaye, @oroictsolutions
Odeeffannoolee dabalataatiif #telegram koo keenya @oroict_solutions hordofaa
Hayyootni Afaanii, Seenaa fi Teekinikaa Qorannoo kanarratti Bilisaan Hirmaachuudhaan qooda keessan gumaachuu barbaaddan
Hirmaachuuf Geessii(link) asiin Gadii banuudhaan galmaayaa
https://www.afaan-oromoo.com/galmee-hayyoota-qorannoo-afaan-oromoo/
Barnoota Bu'uuraa K-2ffaa | #Seerluga
Afaan Oromoo keessatti ittifayyadama maxxantootaa fi Xumurtuu
https://www.afaan-oromoo.com/seerluga-afaan-oromoo-keessatti-ittifayyadama-maxxantootaa-fi-xumurtuu/

Afaan Online - Oromia
Odeeffannoo dabalataatiif #telegram keenya hordofaa
https://t.me/afaanonline
Waa'een Afaan Oromoo hunda keenya ilaallata
Forwarded from OICT Solutions (Abdisa Bancha Jara)
"#Afaan_Oromoo Addatti:- kan ABO miti, kan KFO miti, kan OPDO miti, ykn kan Waaqeffattootaa miti, kan kiristaanootaa miti, ykn kan Muslimootaa miti;
Afaan Oromoo kan Oromoota hundaati, kanaaf Afaan kana Guddisuun gahee hunda keenyaati malee, kan walitti ilaalluu ykn gamaagamana dhaabbannee quba walitti qabnuu miti!"
- Dar. Abdisa Bancha Jara @abdisabancha ti

Waltajjii Eebba Kitaaba @Abdisa Belachow A'aa jedhu irratti

- Guyyama sana suuraa kana kan kaase Gammadaa Olaanaa @gammadaaolaanaa ti

Odeeffannoo Dabalataatiif
t.me/oroict_com hordofaa
Forwarded from OICT Solutions (Abdisa Bancha Jara)