የአዳማ ሰንበት ትምህርት ቤቶች አንድነት
1.11K subscribers
1.77K photos
24 videos
22 files
227 links
ይሄ የቴሌግራም ገፅ በምስራቅ ሸዋ ሀገረ ስብከት የመንበረ ጵጵስና ርዕሰ ከተማ ወረዳ ቤተክህነተ በሰ/ት/ቤቶች አንድነት የተከፈተ ሲሆን በዚህ ቻናል መንፈሳዊ ትምህርቶችን፣ ዜና ቤተክርስቲያንና ወቅታዊ ጉዳይ የምንዘግብበት ነው። እርሶም ለኦርትዶክሳውያን ሁሉ ቻናሉን በማጋራት ለቅድስት ቤተክርስቲያን ድምጽ ይሁኑ።
ረድኤተ እግዚአብሔር አይለየን!
Download Telegram
አዋሽ ፈለገ ጥበብ ሰንበት ትምህርት ቤት
ማጠቃለያ ፈተና።
ፈለገ ሰላም ዘመላእክት ሰንበት ትምህርት ቤት ሁለተኛ ዙር ማጠቃለያ ፈተና።
1
ደብረ ምህረት ቅዱስ ሚካኤል ፈለገ ምህረት ሰንበት ትምህርት ቤተ ሁለተኛ ዙር ማጠቃለያ ፈተና።
1
ደብረ ፀሐይ ፍሬ ሃይማኖት ሰንበት ትምህርት ቤት #የሁለተኛ ዙር ማጠቃለያ ፈተና።
የዳቤ ደብረ ገነት ቅዱስ ጊዮርጊስ አንቀጸ ገነት ስንበት ትምህርት ቤት #የሁለተኛ ዙር ማጠቃለያ ፈተና።
Qormaanni xumuraa Simisteera tokkoffaa milkaa'inaan xumurameera.


Mana amantaa Ortodoksii Tawaahidoo Itiyoophiyaa, Biyya Lallabaa Shawa Bahaatti, Tokkuummaan Manneen Barnoota Dilbataa Adaamaa Barattoota kuma torbaa fi dhibba torbaa afurtamii jaha (7746) qormaata xumuraa semisteera tokkoffaa fudhachiisera.

Qormaanni kun akkaataa sagantaa Tokkuumman Manneen Barnootaa Dilbataa Biyyaalessaa baaseen kan kennamu yoo ta’u, kanaan duras kutaa raawwii barnootaa fi leenjii manneen barnootaa dilbataa waliin mari’atee ture.

Haaluma kanaan qormaanni #marsaa tokkoffaa manneen barnootaa dilbataa hunda keessatti gaafa Ammajjii 24/2018 A.D. kan gaggeeffame yoo ta'u, barattoota kutaa 1ffaa hanga kutaa 6ffatif kennameera.

#Qormaanni xumuraa semestera tokkoffaa marsaa lammaffaa barattoota kutaa 7 hanga kutaa 10tti Guraandhala 1/2018 .tti waaree booda sa'aatii 8:00_11:00 irraa eegalee manneen barnootaa dilbataa hunda keessatti gaggeeffamee nagaan xumurame.

Kanaaf bulchitoonni manneen amantaa, luboonni, lallabdoonni wangeelaa, fi barsiistonni manneen barnoota dilbataa warri barattootaa mana barumsichaa deggeraa jirtan akkasumas manneen barnootaa Sanbataa sagantaa qormaataa kana milkaa’inaan deeggaraa jirtan galata guddaa isin biraan gahuudhaan akka itti fuftan deggersa keessan akka nu gootan waamicha isiniif godhu.

👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆
Tokkummaa Mana Barumsa Dilbataa Magaalaa Adaamaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Maatii Fuula miidiyaa hawaasaa Tokkummaa Manneen Barnootaa Dilbataa ta'aa!

👉 Telegiraamii
https://t.me/adamaunity

👉 Tiktok
https://www.tiktok.com/@adaamaa_unityss
👉 Facebook
https://www.facebook.com/profile.php?id=61586186442185
2
Qormaata xummura simisteera 1ffaa #marsaa 2ffaa Mana Barnoota Dilbataa Artuu Arseemaa.