Forwarded from TIKVAH AFAAN OROMOO
#MoE #ExitExam
Bara barnootaa 2015 irraa eegalee Qormaanni Bahiinsa Yunivarsitii (Higher Education Exit Exam) barattoota digrii jalqabaaf kennamaa akka jiru ni beekkama.
Ministeerri Barnootaa bara 2016 #Walakkaatti qormaata bahiinsaa qoramuuf barattoonnii eegaa jiran Ammajjii 27-Gurraandhala 1/2016tti kan kennamu ta'a jedheera.
Dorgomtoonni qormaata ba’iinsaa ji’a Adooleessa 2015 fudhatanii darbuu hin dandeenyee fi Ammajjii 27 - Gurraandhala 1, 2016tti #irradeebiin qormaata fudhachuuf eegaa jiran hundi, galmaa'uu fi dhaabbata qormaataa (yunivarsiitii mootummaa) itti qoraman karaa linkii kanaan filachuu ni danda'u
(https://qormaata.ethernet.edu.et) jedhameera.
Kanaaf Ammajii 08 hanga Ammajjii 15, 2016tti kaffaltii galmee Birrii 500.00 karaa "Tele Birr" qofaan kaffaluun galmaa'uu akka dandeessan Ministeerri Barnootaa beeksiseera.
Iyyattoonni deeggarsa dabalataa yoo barbaadan lakkoofsa bilbilaa +251 118 13 21 76 ykn email registration@ethernet.edu.et tiin deeggarsa argachuu akka danda’an ibsameera.
Ministeera Barnootaa, qoramtoonni eebbifamtoota qormaata ba’iinsaaa yeroo jalqabaaf fudhachaa jiran karaa dhaabbata isaaniitiin galmaa’anii kaffaltii tajaajilaa akka kaffalan ibsuun odeeffannoo qormaataa barbaachisaa ta’e karaa dhaabbata isaanii akka argatan akeekaniiru.
@tikvahethafaanoromoo @tikvahorobot

Forwarded from Tikvah-University
#MoE
በሰኔ ወር 2016 ዓ.ም የሚሰጠውን የመውጫ ፈተና ለመጀመሪያ ጊዜ የሚፈተኑ ተፈታኝ ተማሪዎች እያንዳንዳቸው የአገልግሎት ክፍያ 500.00 (አምስት መቶ) ብር ብቻ የሚከፍሉ መሆኑን ትምህርት ሚኒስቴር ለሁሉም የመንግሥት ከፍተኛ ትምህርት ተቋማት በፃፈው ደብዳቤ አሳውቋል።
በዚህም #ዩኒቨርስቲዎች ተማሪዎች የሚከፍሉትን ብር ሰብስበው በኢትዮጵያ ንግድ ባንክ ሒሳብ ቁጥር 1000553176097 በመጠቀም እስከ ማክሰኞ ሚያዚያ 15/2016 ዓ.ም ድረስ ለትምህርት ሚኒስቴር ገቢ እንዲያደርጉ አሳስቧል።
ተፈታኞች የከፈሉበትን ደረሰኝ ኮፒ በኢሜይል አድራሻ antedefar@gmail.com እና lakbt2013@gmail.com መላክ ይኖርባቸዋል።
(ተጨማሪ መረጃ ከተያያዘው ደብዳቤ ይመልከቱ።)
@tikvahuniversity

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
ይመልከቱ ፦ ይህ የመውጫ ፈተና የተመለከተ አጭር ቪድዮ የይለፍ ቃል (Password) እንዴት መቀየር እንደሚቻል ፣ ተፈታኞች በፈተና ወቅት መከተል ስላለባቸው ጉዳዮች ያሳያል።
#MoE
@TikvahUniversity
#MoE
@TikvahUniversity