BBC Afan Oromo news
4.9K subscribers
92 photos
349 links
BBC afaan oromoo oduu haaraa
Download Telegram
Pirezidaantiin duraanii Baagboon, filannoo
Ayivorii Kost keessaa baafaman
Manni Murtii Heeraa Ayivorii Kost Pirezidaantii
duraanii biyyattii Loorent Baagboo fi Ministira
Muummee duraanii Guillaume Soro, filannoo ji'a
dhufu gaggeeffamu irratti akka hin hirmaanne
dhorke.
Komishiniin Filannoo biyyattii namni kamuu
yakkaan himatamee jira yoo ta'e ulaagaa
filatamuu hin guutu jedheera.
Namoonni kunneen lameenuu himatamanii turan.
Tibba kana wayita Pirezidaantiin biyyattii
Alassane Otaaraa marsaa sadaffaaf akka
dorgomuuf jedhan ibsan mormiin uummataa
isaan mudatee ture.
Marsaa sadiif filannoorratti dorgomanii aangoorra
turuu heerri biyyattii hin iyyamu.
Erga qondaalli kun dorgomuusaanii ibsanii
hookkara dhalateen namoonni 15 ajjeefamaniiru.

BBC AFAAN OROMOO
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘@absolek
๐Ÿ‘@absolek
๐Ÿ‘@absolek
Magaalaa Maqaleetti hiriyootni sadii mana
tokkotti duโ€™anii argaman
Magaalaa Maqaleetti hiriyoonni sadiin; Rihisoom
G/ Igzaabiheer, Girmaay G/ Mikaaโ€™eli fi
Marahaawwit Adiguu jedhaman mana jireenya
tokko keessatti duโ€™anii argama.
Sadanuu umrii ganna 20 keessa kan jiran yoo
taโ€™u, isaan keessa tokko durba.
Sambata darbe wajjin taphataa turanii waarii gara
manasaanitti deebi'anii turan.
Dilbata garuu deebiโ€™anii erga wal arganii mana
hiriyaasaanii tokkotti sadanuu duโ€™anii argaman.
Qorataan yakkaa kutaa bulchiinsa Ayidar
inspeektar ittaanaa Gebremaariyaam Yemaane,
duโ€™a isaaniif kaโ€™umsi maal akka taโ€™e qorachaa
jiraachuu BBC tti himan.
Hospitaala Ayideritti reeffisaanii qorannoof
ergameera.
Hiriyoota sadan keessaa obbolessa isaa duโ€™aan
kan dhabe Gebremadiin G/ Igzaabiheer,
jenereetarrii kutaa dargaggootni keessatti duโ€™an
keessa ture duโ€™asaaniif sababa taโ€™uu mala jedhe.
Wayita gara hospitaalaa geeffamanis kobbolchi
afaaniin bahaa akka turellee dubbateera.

BBC AFAAN OROMOO
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘@absolek
๐Ÿ‘@absolek
๐Ÿ‘@absolek
Paartiin Bilisummaa Tigraay sababoota keessoo
fi alaatiin filannoo injifachuu dadhabuu ibse
Tigraay akka bilisoomtu kan barbaadu Paartiin
Bilisummaa Tigiraay sababoota keessoo fi
alaatiin filannoo naannichatti filatame injifachuu
akka dadhabe ibse.
Filannoon naannichatti filatame โ€˜โ€˜mirga ofiin of
bulchuu mirkaneeffachuuf kan gaggeeffameโ€™ taโ€™u
ibsuun, filannicharratti bakka buโ€™ummaa
dhabuusaaniiif sababni ijoon yeroo gabaabaatti
waan hundeeffameef, caasaa ammaa sadarkaa
gadiitti diriirfachuu hin dandeenye jedha.
Paartiin Bilisummaa Tigiraay โ€˜โ€˜balaa uummata
Tigiraayirratti qiyyaafachuusaatiinโ€™โ€™ hawaasni
sodaa keessa otoo jiruu sagalee kennuu fi
yaaddoon koronaavaayirasii dhiibbaa alaa
filannicha akka hin injifanneef sababa taโ€™uu ibse.
Paartichi akka ibsetti, TPLF caasaa sadarkaa
gadiirratti โ€˜โ€˜amalaafi gocha dimokiraasii hin qabne
fi duubatti hafaaโ€™โ€™ mulโ€™isuun bakka buโ€™ummaa
akka hin argannef qooda gamasaa gumaacheera
jechuun hooggantoonni paartichaa ibsan.
Filannoon naannicharratti paartiilee shan
hirmaatanis, waggoota 30 tti dhiyaatuuf addatti
naannicha kan bulchaa ture TPLF sagalee
10,655,840, Baayitoonaan sagalee 93,495,
Paartiin Bilisummaa Tigiraay58,779, Salsaawii
Wayyaane Tigiraay sagalee 27, 987 yoo argatu,
Asimbaan sagalee 3,088 argateera.
Teessoo mana maree naannichaa 190 keessaa
189 TPLF wayita argatu, teessoo tokkicha
Baayitoonaan argachuu komishinarri filannoo
naannichaa Muluwarq Kidaanamaariyaam
kaleessa ibsaniiru.
Kaadhimamtoota fi maatii kaadhimatoota Paartii
Bilisummaa Tigiraay dorsiifamuun, addatti
qoodamuun filannicharratti akka hin filatamne
taasifamuu ibsameera.
Taโ€™us, rakkoon jiraatullee firii filannoo akka
fudhatan ibsaniiru.
Komishiniin filannoo naannichaa paartiileen
morkattootaa komii dhiyeessaan akka hin
fudhanne kaleessa ibseera.
Komishinichi namoota filachuuf galmaโ€™aan
2,789,254 keessaa harki 98 sagalee kennuusaanii
ibse.
Filannoon biyyaleessaa guutummaa biyyatti
keessatti Hagayya keessa filatamuuf ture yeroo
biraatti akka dabarfamu manni maree bakka
buโ€™oota uummataa fi federeeshinii murteessuu
hordofee, naannoon Tigraay addatti filachuuf
murteessuu balaaleeffataa turan.
Manni maree federeeshinii filannichi seeraan ala
kan gaggeeffamee fi fudhatama hin qabu
jechuun murteessuun ni yaadamta.

BBC AFAAN OROMOO
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘@absolek
๐Ÿ‘@absolek
๐Ÿ‘@absolek
#share #share #share
#invite #invite #invite

BBC AFAAN OROMOO
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘@absolek
๐Ÿ‘@absolek
๐Ÿ‘@absolek
Raabsaa fi Oomisha Saamunaa Gadaa Karramillee
=======//========//==========
Jalleewwan Koo Oomisha keenyaa Dukkaana(suqii) heddu irratti rabsinee waan jiruf yeroo barbaadanitti deemtanii gatii madaalawa taheen bitatanii ittii fayyadamuu dandeessan.
Filannoon keessan jalqaba Saamunaa Gadaa Karramillee haa ta'u.
Qulqullinni fayyadha, fayyaan faayaa, fayyaa tahaa!

Lakk bilbilla : +251923185327
๐Ÿ™๐Ÿ™Galatoomaa!๐Ÿ™๐Ÿ™

https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-54191704


#share #share #share
#invite #invite #invite

BBC AFAAN OROMOO
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘@absolek
๐Ÿ‘@absolek
๐Ÿ‘@absolek
Forwarded from MEREJA TV
#แ‹จแ‰ฐแ‰ฃแ‰ แˆฉแ‰ต แˆ˜แŠ•แŒแˆตแ‰ณแ‰ต แ‹ตแˆญแŒ…แ‰ต แŠ แˆœแˆชแŠซ แ‰ แŠขแˆซแŠ• แˆ‹แ‹ญ แˆ›แ‹•แ‰€แ‰ฅ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆซแ‹˜แˆ แ‹ซแ‰€แˆจแ‰ แ‰ฝแ‹แŠ• แŒฅแ‹ซแ‰„ แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆ›แ‹ญแ‰€แ‰ แˆˆแ‹ แŠ แˆตแ‰ณแ‹ˆแ‰€แกแก

แ‹จแ‰ฐ.แˆ˜.แ‹ต แ‹จแ€แŒฅแ‰ณแ‹ แˆแŠญแˆญ แ‰คแ‰ต แŠ แ‰ฃแˆ แˆ€แŒˆแˆซแ‰ตแŠ• แŒจแˆแˆฎ แ‰ แˆญแŠซแ‰ณ แˆ€แŒˆแˆซแ‰ต แ‹จแŠ แˆœแˆชแŠซ แ‹จแˆ›แ‹•แ‰€แ‰ฅ แ‹ญแˆซแ‹˜แˆแˆแŠ แŒฅแ‹ซแ‰„ แˆ…แŒ‹แ‹ŠแŠแ‰ต แ‹จแˆŒแˆˆแ‹ แŠแ‹ แ‰ แˆšแˆ แŠ แˆˆแˆ˜แ‰€แ‰ แˆ‹แ‰ธแ‹แŠ• แŒˆแˆแŒธแ‹‹แˆแกแก

แ‰ แ‹šแˆ…แˆ แ‹จแŠ แˆœแˆชแŠซแ‹ แ‹จแ‹แŒญ แŒ‰แ‹ณแ‹ญ แˆšแŠ’แˆตแ‰ตแˆญ แˆ›แ‹ญแŠญแˆ แ–แˆแ”แ‹ฎ แ‰ แŠขแˆซแŠ• แˆ‹แ‹ญ แ‹จแ‰ฐแŒฃแˆˆแ‹ แˆ›แ‹•แ‰€แ‰ฅ แŠฅแŠ•แ‹ณแ‹ญแˆซแ‹˜แˆ แ‹จแˆšแ‹ซแ‹ฐแˆญแŒ‰ แˆ€แŒˆแˆซแ‰ต แ‹‹แŒ‹ แˆŠแŠจแแˆ‰ แ‹ญแ‰ฝแˆ‹แˆ‰ แˆฒแˆ‰ แŠ แˆตแŒ แŠ•แ‰…แ‰€แ‹‹แˆแกแก

แŠ แˆแŒ€แ‹šแˆซ แŠฅแŠ•แ‹ฐแ‹˜แŒˆแ‰ แ‹ แ–แˆแ”แ‹ฎ แ‹จแ‰ฐแˆ˜แ‹ต แŠ แ‰ฃแˆ แˆ€แŒˆแˆซแ‰ต แˆ›แŠฅแ‰€แ‰กแŠ• แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆซแ‹˜แˆ แ‹ตแŒ‹แ แ‹จแˆšแˆฐแŒก แŠจแˆ†แŠ แŠ แˆœแˆชแŠซ แ‰ แŠขแˆซแŠ• แˆ‹แ‹ญ แŠฅแŒ…แŒ แŒฅแ‰ฅแ‰… แ‹จแˆšแ‰ฃแˆ แˆ›แŠฅแ‰€แ‰ฅ แ‰ตแŒฅแˆ‹แˆˆแ‰ฝ แ‰ฅแˆˆแ‹‹#แŠ แ‹ฒแˆตแŠแŒˆแˆญ #Whatsnew\ebs

@ebstvworIdwide
@ebstvworIdwide
#แŠขแ‰ขแŠคแˆต
#EBS
Forwarded from MEREJA TV
#แ‰ แŠฎแˆฎแŠ“ แ‰ซแ‹ญแˆจแˆต แˆแŠญแŠ•แ‹ซแ‰ต แˆˆ7 แ‹ˆแˆซแ‰ต แ‹จแ‰ฐแ‰‹แˆจแŒ แ‹แŠ• แˆ˜แ‹ฐแ‰ แŠ› แ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แˆˆแˆ˜แŒ€แˆแˆญ แ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แˆšแŠ’แˆตแ‰ดแˆญ แŠ แˆตแˆแˆ‹แŒŠแ‹แŠ• แ‹แŒแŒ…แ‰ต แˆ›แ‹ตแˆจแŒ‰แŠ• แŠ แˆตแ‰ณแ‹ˆแ‰€แกแก

แˆ˜แŠ•แŒแˆตแ‰ต แ‰ แ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แ‰คแ‰ถแ‰ฝ

๐Ÿ‘‰๐Ÿพ แ‹จแŠ แแŠ“ แŠ แแŠ•แŒซ แˆ˜แˆธแˆแŠ› แŒญแŠ•แ‰ฅแˆแฃ
๐Ÿ‘‰๐Ÿพ แ‹จแ‹แˆƒ แŠฅแŠ“ แ‹จแŠฅแŒ… แˆ›แ…แŒƒ แŠ แ‰…แˆญแ‰ฆแ‰ถแ‰ฝแŠ• แ‰ แˆ›แˆŸแˆ‹แ‰ต
๐Ÿ‘‰๐Ÿพ แ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แ‰คแ‰ถแ‰ฝแŠ• แ‹จแˆ›แ…แ‹ณแ‰ต แˆตแˆซแ‹Žแ‰ฝแŠ• แ‰ แˆ›แŠจแŠ“แ‹ˆแŠ• แˆ˜แ‹ฐแ‰ แŠ› แ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆšแŒ€แˆ˜แˆญ แ‰ฐแŒˆแˆแŒฟแˆแกแก

แ‹จแ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แˆšแŠ’แˆตแ‰ตแˆฉ แŒŒแ‰ณแˆแŠ• แˆ˜แŠฉแˆชแ‹ซ (แ‹ถ/แˆญ แŠขแŠ•แŒ‚.) แ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แ‰คแ‰ถแ‰ฝ แˆฒแŠจแˆแ‰ฑ แ‰ฐแˆ›แˆชแ‹Žแ‰ฝ แŠฅแŠ•แ‹ฐแ‹จ แ‹ฐแˆจแŒƒแ‹ แ‹ˆแ‹ฐ แŠญแแˆ แŒˆแ‰ฅแ‰ฐแ‹ แ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ณแ‰ธแ‹แŠ• แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆšแŠจแ‰ณแ‰ฐแˆ‰ แ‹จแŒˆแˆˆแ แˆฒแˆ†แŠ• แ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แˆฒแŒ€แˆ˜แˆญแˆ แ‰ แŠ แŠ•แ‹ฐแŠ› แ‹ฐแˆจแŒƒ แ‰ฐแˆ›แˆชแ‹Žแ‰ฝ แ‹จแˆšแŒ€แˆ˜แˆญ แˆ˜แˆ†แŠ‘แŠ• แŠฅแŠ“ แ‰ แ‰€แŒฃแ‹ญแˆ แˆŒแˆŽแ‰ฝ แ‹จแ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แŠญแแˆŽแ‰ฝ แ‹ˆแ‹ฐ แˆ˜แ‹ฐแ‰ แŠ› แ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ฑ แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆšแŒˆแ‰ก แ‰ฐแŠ“แŒแˆจแ‹‹แˆแกแก#แŠ แ‹ฒแˆต_แŠแŒˆแˆญ #Whatsnew_ebs

@ebstvworIdwide
@ebstvworIdwide
#แŠขแ‰ขแŠคแˆต
#EBS