#Beeksisa.
Sagantaan Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Ifoome.
-------------
BBO - Waxabajjii 13/2018 Sagantaan Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Waxabajjii 23/2018 kan eegalu yoo ta'u, barattootni 'online'n /#CBT/ barattootni Saayinsii Uumamaa/Natural Science/ kan jalqabaa yoo ta'an marsaa 3n kan qorman ta'uun beekameera. Marsaa 3ffaa, 4ffaa, 5ffaafi 6ffaa barattootni Saayinsii Hawaasaa/Social Science/ kan qoraman ta'a.
Sagantaan qormaatichaa gabateen dhihaateera.
Oromia Education Bureau

β€4
Barattootni Kutaa 12ffaa Qormaata Shaakalaa(#Mock_Examination) Ministeerri Barnootaa Marsariitiin Gad-dhiise Shaakalaa Oolaniiru.
----
BBO- Waxabajjii 18/ 2018 Naannoo Oromiyaatti barattootni kutaa 12ffsa bara 2018 Qormaata Biyyoolessaa fudhachuuf qophiirra jiran giddu gala qormaataatti argamuun guyyaa har'aa qormaata shaakalaa (Mock Exam) fudhataniiru.
Barattootni Saayinsii Uumamaa Waaree Dura kan fudhatan yoo ta'u, barattootni Saayinsii Hawaasaa immoo Waaree Booda fudhachaa kan turan ta'uun beekameera.
Naannoo keenyatti barattootni 55% ol ta'an qormaata kompitaraan(CBT) 'online'n kan qoraman waan ta'eef qormaaticha salphaatti hojjachuuf #Mock_Exam fudhachuun kan isaan fayyadu ta'uun beekamaadha.
Kanaafuu, Barattootni keenyaafi ogeessotni ICT giddu gala qormaataatti ramadamtan firii gammachiisaa galmeessisuuf qindoominaafi wal hubannoon akka hojjattan dhaamsa keenya ta'a.
πOromia Education Bureau π

Barattoota Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Fudhataniif Ibsi(Orientation)n Kenname.
--------------
BBO -Waxabajjii 22/2018 Magaalaa Adaamaatti Barattoota Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 wiirtuulee qormaataa Magaalaa Adaamaatti argaman keessatti qoramaniif ibsi haala waliigalaa qormaataa(orientation)n #Galma_Giddu_Gala_Qorannoofi_Leenjii_Barnootaa_Oromiyaa keessatti ganama har'aa kennameera.
Qormaatni Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa marsaan 1ffaan marsariitiin kennamu guyyaa boruu Kibxata, Waxabajjii 23/2018 ganama kan jalqabamu ta'uun ni beekama.
#QormaatniKanMilkii_Haata'u!
#Carraa_Gaarii
πOromia Education Bureau π
πTolaa Bariisoo Gadaa π
| |π±Facebook | |π± WhatsApp | |π±YouTube | |π±Telegram | | π€Bot | |

β€6π1
Qormaatni Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Marsaan 1ffaa Nagaan Xumurame.
-----------
BBO - Waxabajjii 25/2018 Qormaatni Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Marsaan 1ffaan Waxabajjii 23 -25/2018 guyyoota sadiif kompitara bu'uureeffatee(CBT) 'online'n Barattoota Saayinsii Uumamaatiif kennamaa ture har'a waaree booda nagaafi naamusa gaariin xumurameera.
Qormaanni Biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2018 Marsaa 6n kennama.
Saayinsiin Uumamaa Marsaa 1ffaa - 3ffaatti kan kennamu yoo ta'u,
Saayinsiin Hawaasaa immoo, Marsaa 4ffaa - 6ffaatti kennama.
Barattoota Waraqaan Qoramaniif(#PBT) qormaatni Marsaa 3ffaa keessa Saayinsii Uumamaafi; Saayinsii Hawaasaaf immoo, Marsaa 4ffaa irratti kennama.
Haaluma kana bu'uureeffachuun, #Marsaan_2ffaan_Qormaatichaa_Boru_Ganama kan jalqabu yoo ta'u, #maatiin_barattootaafi_barsiisotni barattoota hordofaa jirtan hundi barattootni #Saayinsii_Uumamaa_Marsaa_2ffaa keessatti ramadaman meeshaalee qormaataaf isaan barbaachisu guuttatanii ganama sa'aatii 1:00 irratti wiirtuu qormaataatti akka argaman deeggarsa barbaachisaa ta'e akka taasiftaniif dhaamsa keenya ta'a.
Dhumarratti, Milkaa'ina Qormaata Marsaa 1ffaa Ilaalchisee BBO'n #Raawwachiistota_Qormaatihaa_hundaafi keessattuu, #barattootni keenya naamusa qormaataa kabajuun nagaafi tasgabbiin milkeessuu isaaniif galateeffateera. #Ulfaadhaa! #Galatoomaa!!
Marsaalee hafanis waliin kan milkeessinu ta'uu dhaamsi darbeera.
#Carraa_Gaarii! Barattoota Keenyaaf Hawwineerra!
#Milkaa'aa

β€2
Qormaanni Marsaa 2ffaa Guyyaa Jalqabaa Waaree Booda Kennamu Eegale.
----------
BBO - Waxabajjii 26/2018 Qormaatni Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Damee Barnoota Saayinsii Uumamaa #CBT 'online'n kennamu Marsaa 2ffaa guyyaa jalqabaa waaree boodaa sa'aatii 9:00 irraa eegalee kennamaa jira.
Qormaatichi waaree dura barnoota #Ingiliffaan kan eegale yoo ta'u, waaree booda immoo, barnoota #Herregaan naamusa gaariifi tasgabbiin itti fufeera.
#Carraa_Gaarii !
πOromia Education Bureau π
πTolaa Bariisoo Gadaa π
| |π±Facebook | |π± WhatsApp | |π±YouTube | |π±Telegram | | π€Bot | |
----------
BBO - Waxabajjii 26/2018 Qormaatni Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Damee Barnoota Saayinsii Uumamaa #CBT 'online'n kennamu Marsaa 2ffaa guyyaa jalqabaa waaree boodaa sa'aatii 9:00 irraa eegalee kennamaa jira.
Qormaatichi waaree dura barnoota #Ingiliffaan kan eegale yoo ta'u, waaree booda immoo, barnoota #Herregaan naamusa gaariifi tasgabbiin itti fufeera.
#Carraa_Gaarii !
πOromia Education Bureau π
πTolaa Bariisoo Gadaa π
| |π±Facebook | |π± WhatsApp | |π±YouTube | |π±Telegram | | π€Bot | |
β€2
π Monetize Your Telegram Mini App
Turn your Mini App traffic into revenue with Ads Galaxy.
β Competitive CPM rates (from $1 to $20+, depending on traffic quality, GEO, and advertiser demand)
β Fast integration
β Reliable tracking
β Global advertiser demand
β Timely payouts
Start earning from your Mini App in minutes.
π Get started today with Ads_Galaxy_Bot

I just received another $3,209.5 from ALICORE
This is my 9th withdrawal now π
Platform launched recently and itβs paying massively π―
Donβt miss out πΈ
Sign up below β¬οΈ
Payout Channel: @AliCoreCoperation
Click βSign Upβ BELOW π