✎ Ⓐbdulaziz Feessal 💬
19.5K subscribers
93 photos
4 videos
2 files
69 links
🌐 Namni waan danda'uun nama gargaaru doqna hin jedhamu
😇Vision(Mul'ata)ᴍᴀʟᴀ ᴊɪʀᴇᴇɴʏᴀᴀғ(Nageenya keessoo)
Download Telegram
#Of_Danda'eera

➡️Dandeettii fi humna koo madaalee beekeera

➡️Waanan danda'e hunda cimee hojjachuuf ka'eera

➡️Nama barsiisuudhaan ofiifis barachaa hirkattummas ta'e kadhaarraa ba'eera

➡️Akka namaa gadi hin taanee ofitti amaneera

➡️Kanaaf booda hin jiraadhu eenyuttuu hirkadhee

➡️Kadhaan hin jiraadhuu harka koo diriirseera

➡️Ofiin of naan bulcha kadhattuu hin ta'u nan jiraadha hojjadheera

➡️Of danda'uu kootiin jabeenya argadheera

#Subscribe

✈️telegram👇
✅️
@Abdulaziz_FeesalOfficial
Join 👆
Siin jaaladha Yoon siin jedhu
Sababa saa na hin gaafatiin
Maaliif yoo jettee ani gaafan si jaaladhu sababa malee wanaan si jaaladheef
Onnee koo qabattee
Keessa koo dhunfatta
Akka tasatti seentee
Qaama koo to'attaa

Nama jabduu kooti ati
Gorsituu waan hundaa
Simboo too bareedduu
Tan hin qabne mudaa
Namoonni baayyeen jireenya mataa isaanii dhiisanii, waa'ee jireenya nama cinqamaa oolu.
Balbalichi ATI banuuf dhiibaa jirtu sun siif haa banamu... ☀️
Utuu waan barbaaddu argattee yoona eessa jirtaa?
Kan Afaaniin firaa, gabaa iyyuu jira" jedhe Jedhan
You are my love
You are my live
You are my #all
Allah!You are my all.
Ofi beekuuf murtoo hin qabduu taanaan yoo ofi beektees humaa hin murteessiti.

Barachuun beekuu hin ibsu. Beekuun garuu barachuu ni ibsa.

Murtoo sirrii waa'ee eenyummaa kee murteessuuf, tarkanfiin jireenya kee akka kan qilleensaa fi sochii dhiigaa kee illee kan injjifannoof socho'u ta'u qabda.
Dubbisii, dubbisuu hin dadhabiin:

Hamma jiraattutti addunyaa kanarraa
Mudannoo hedduutu fun dura kee jira
Nama baay'ee horattaa hiriyaa fi fira
Tokko si jaalataa tokko si gurguraa
Tarkaanfii jireenya taasiiftuu keessaatti
Umurii kee guutuu waggaa lakkooftutti
Michuu tokko jira biriyaan dhuma qabne
Barii suphii ka'een
Si argachuuf jedheen
Lafa meeqa dhaqee
Gaara fi laga bu'ee
Abraahim Liinkeen senetiif dorgomee yeroo mo'ame akkana jechuun yaada kenne; "karaan ani irra dhufe babbadaa fi mucuucaataa ture. Millii kiyya na jalatti mucuucaatee namoota kaan karaa irraa maqsaa ture. Ani garuu ol-ka'een mataa koon, "mucuucaachuudha malee kufuu miti!" jedhaan ture.

Seenaa ajaa'ibsiisaa kana mee jireenya mataa keenyaa waliin wal bira qabne haa ilaalluu.

✈️telegram👇
✅️
@Abdulaziz_FeesalOfficial
Join 👆
Dhugaa dubbachuuf dogoggora hojjechuun muuxannoo kee irratti dabaluudhaan lammata irra deebitee dogoggoruu dhiisuu baratta.

✈️telegram👇
✅️
@Abdulaziz_FeesalOfficial
Join 👆
Sammuu fayyaa qabda

Sammuu gaarii qabda
Faayya gatii guddaa
Umurii kee guutuu
Isadhaan bareeddaa

Qarshiif worqii laaltee
Hin jeeqin qaalii kee
Halkanii fi guyyaa
Kunuunsi Sammuu kee

Beekamtii siif Kenna
Bakkaa deemtu hundaa
Sammuun qabdu taanaan
Maalidhaan bareeddaa

Maal jetta yaa siistuu
Maal jetta oboleessaa
Worqii harkaa qabdan
Dafaatii kunuunsaa

✈️telegram👇
✅️
@Abdulaziz_FeesalOfficial
Join 👆
Jireenya keessatti eenyuu wajjiin akka walitti dhuftuu kan murteessuu yeroo ati keessàa jirtùudha.

✈️telegram👇
✅️
@Abdulaziz_FeesalOfficial
Join 👆
Qofummaan ifaa kee hin dhaamsu

✈️telegram👇
✅️
@Abdulaziz_FeesalOfficial
Join 👆
Be Positive Thinker

unless and otherwise... a lot of problem will happen


✈️telegram👇
✅️
@Abdulaziz_FeesalOfficial
Join 👆
“Today is hard, tomorrow will be worse, but the day after tomorrow will be sunshine.” -

#Jack_Ma

✈️telegram👇
✅️
@Abdulaziz_FeesalOfficial
Join 👆
"Kan isaan haasa'an waan isaanitti fakkaate malee wantan ani ta'e miti"

✈️telegram👇
✅️
@Abdulaziz_FeesalOfficial
Join 👆
Kaleessi yaadannoodha Boru ammoo abjuudha. Namni har'arra dhaabbatee boru jiraatu hin jiru. Namni boru irra jiraate taanan har'a ta'e jechuudha. Kaleessi darbeera. Borus as hin geenye lamaan isaanifuu dhiphachuun kaleessa har'a ta'e of harkaa balleessudha. Hayyuun har'a jiraatetu boru seenaa dubbata.


✈️telegram👇
✅️
@Abdulaziz_FeesalOfficial
Join 👆