ABDI MEDIA💥
3.44K subscribers
1.74K photos
4 videos
25 files
162 links
Dhaloota abdii qabu ijaarra!
Download Telegram
YOOYYAA🤝
Firiin qorumsa kutaa 12ffaa akkuma ifoomeen liinkii ittiin ilaallattan isiniif dhoobna; group kana join and share gochuun barattoota kutaa 12ffaan gahaa!

Carraa Gaarii!
🙏3
Qabxii Olaanaa Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa Bara Kanaa Ifoome!

Ibsa qabxii qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa har'a kennameen, qabxiin olaanaan bara kana galmaa'e ifoomeera.

Haaluma kanaan, damee Saayinsii Uumamaatiin (Natural Science) barattoota dhiiraa keessaa qabxiin olaanaan 600 keessaa 591.6 kan galmaa'e yoo ta'u, barataan qabxii ajaa'ibsiisaa kana fides barataa Mana Barumsaa Bultii Addaa Odaa magaalaa Adaamaati.

Gama barattoota dubaraatiin , damee Saayinsii Uumamaa kanaan qabxiin olaanaan 600 keessaa 583 kan galmaa'e yoo ta'u, barattuun qabxii kana galmeessistes barattuu Mana Barumsaa Injiibaaraa Agawuu Midir ta'uun ifoomeera.
Qabxii Olaanaa bara kanaa🤝
563960 ተመዝግቧል
550210 ተፈትኗል

70544 ተማሪ አልፏል


Natural 16.58%
Social 8.3%
RAAJIIDHA!🫢
M/B 565 barataa tokkollee dabarsuu hin dandeenye; 565 ት/ቤቶች ምንም ተማሪ አላሳለፉም🥹
Yuunivarsiitii muraasni qofti bara kana REMEDIAL akka fudhatus ibsamee jira.
NATIONAL EXAM RESULTS💥
የ2018 ዓ.ም የ12ኛ ክፍል ብሔራዊ መልቀቂያ ፈተና ከፍተኛ ውጤት፦

ተፈጥር ሳይንስ
ወንድ - 591.6 ኦዳ ልዩ አዳሪ ት/ቤት (አዳማ)
ሴት - 583 አገው ምድር ት/ቤት (እንጅባራ)

ማኅበራዊ ሳይንስ
ወንድ - 576.2 ዶዶላ ኢፋ ቦሩ ት/ቤት
ሴት - 569.1 ቦሌ ሱፐር ሆሊሴቪየር ት/ቤት
«Qabxiin yoom ifooma?» barattoota jedhaniif,…
1-Firiin qorumsa biyyoolessa kutaa 12ffaa bara 2018 Wixata booda lakkifama; ammaaf ibsi miidiyaalee hawaasaa qofaan darbe.

2-Kan barattoota REMEDIAL hanga yoonaa wanti jedhame jiraachuus baatu, gidduudhuma kana Wixata booda wanta ibsamu fakkaata.

CARRAA GAARII!
HIGHEST SCORE AMONG NATIONAL! — 591.6/600!
Dear Our board, Teachers & our members we made it!
1
Adaamaa fi Dodolaa - Qabxii Olaanaa Qormaata Kutaa 12ffaa Bara 2018

Damee Sayinsii Uumamaatiin 591.6/600 (Mana Barumsaa Odaa Special Boarding Adaamaa) Irraa

Saayinsii Hawaasaatiin 576.2/600 (Mana Barumsaa Ifa Boruu Dodolaa) Irraa
ውጤት መቼ ይታያል ?

ተማሪዎች ውጤታቸውን ከሰኞ ጠዋት ወይም ማክሰኞ ከሰዓት ጀምሮ መመልከት ይችላሉ።

በውጤታቸው ላይ ቅሬታ የሚኖራቸው ከሆነም 5/6 ቀናት ቅሬታ የማቅረቢያ ጊዜ የሚሰጣቸው ይሆናል።

ABDI MEDIA💥
1
AYYAANA IFAANOO-Ammas Qalaa Oromoo, magaalaa Giincii, Tulluu Aannannootti.💥

6420🥰
2😍2