176 subscribers
93 photos
8 videos
9 files
551 links
Gadaa tube channel ijaaf gurra ummataa madd: odeeffanoo dhugaa join gochuu hin dagatina
@AAAAAFEFUIMmBHEZxZgKDA
@AAAAAFEFUIMmBHEZxZgKDA
Download Telegram
I won a $3.00 reward from ClipClaps, open ClipClaps to share bonus with me. #eyJpZCI6IjI2MDM0NTc5IiwidHlwZSI6MX0=# https://www.clipclaps.com/?activity_spin=26034579
26034579
Forwarded from Gadaa Tube
Golgaa anaaf taatee
Eenyummaakoo eegaa
Hundumaan dagadhe
Quufas ta'e deega

Siidaa onnee kootii
Jaalalaan ijaartee
Lubbuukoof boqonnaa
Aara-galfii laatte

Ati ogeeysa kootiim
Hundumaa hubatta
Murtiif hin jarjartu
Yaadas ni gabbatta

Suma filaannoonkoo
Situ oolmaa naaf oole
waa'een koo si dhibee
Situ anaaf lole.

Waalalo baaredaa kana fula FB seenaa waallagaa irraan argaadhee hedduu nuu gaalatomaa
Forwarded from Gadaa Tube
Gaarummaa koon jibbe!
-------------------------------------

Yoo anaaf kan hin taane
Gaarumman koo inni kalee
Anis hammaadhuu laata
Dachaadhaan dabalee?

Erga tolli koo dhiibee
Natti fidee qormaata
Tarii utuun jal'adhee
Nan argadhaa furmaata?

Hundaaf tola ooluudhaaf
Dadhabduyyuu kaleessa
Gufuun sitti hammaannaan
firruu sirraa dheessaa

Dharaan dhugaa jedhee
Tumuu baadhus dibbee
Har'a dhugaa rabbii....
Gaarummaa koon jibbe!
Bakka Turree yaadeen Durdur Bara Qaaxa.baraa Alaa Namaaf Kessii Waal fakkata.
Osso Hin Mooin Duraa Dhaarrii Dhugaa Hutee.Bara Jibbaan Hin Jirree.Bara Jiruu saana Jaalali Dilbii Guutee.
Waalitti Hin cufaamu Booroofii Baalballii.Bara Gaadan Bulluu saanaa Osson Dhufiin Daaldallii.
Waamee Waal ergaata Taasaan jiruu Jibbii.Alaa maani gutuudhaa cufaameen Beekuu Dilbbiin.
Durdur Bara Kaabaja Namni Waalin Tuffaanne.Akka Arraa Kaana Tiinaan Guddaan Ergaannee.
Saafuu Qabaa Naamni Dhirrii Kofoo Baasee Waandabboon uffaannee.
Gaadaa Tokkoon Bullaa Hin Baanee Qofa Qofaa.Qees Nuun Weraarree Lootuun Ilmaan Bofaa.
Yoo Argaannee Waalin Geerarree Shubbifnnaa.Quuqaa Gaara Waalii Fullarra Dubbifnnaa.
Kaan Rakkattee Gaargaaruuf Taasa Hin Buubbunnuu Ceekuu.Kaabajumaan Simmana kessumma Gaala Bekuu.
Alaa Maannii Guutudhaa Hin jiruu Dheebuuf Bellii. Gamtaan Tulluu jigsinaa Dhibee Daadhabbiif Ellii.
Caapha Warra Baaha Lixaatuu okkollaa.Gamtaan Dinaa Morkee MO,aatee Ofkoolaa.
Gaara Maada Baannee Ilkaanin Hin Seeqnuu.Gaadaan Waal Gorsinaa Jibaan Waal hin Qeeqnuu.
Ormaa Orommomsinaa Gaaran Qabnuu Jibboo. Dimokraasii Dhaalchinee Addunyaaf Hiknne Hibboo.
Kaantuu raajji Naati Taahe harra dhugaa rabbii Bakka Turre yaadeen.Kaan Jirruus Tajjabee Quuqaa Gaara kootii issif Qoodee yaadadhaa
Isaafaan jedhee Raajji baara saanaa.Bara Alli Namaf kessii Waal faakata jedhee Jedhee Taajjjabbiin koos Kaana faata Naagatii
Ofiin Beknee moo Waalalleti?

Waamichii Kaan kee
Dhaagahee Haafuun koo
Firaan Firaa jedhee
Laagadhee Jiraachuun koo

Silaas Gaalmaan Gaahuu
Imaalii koo Ganaamaa
Aniis Numaan Bekaa Foon
Foon Fonnirra citee Alaattin
Nyaatamaa


Dhugaa Naatiin Fakkannee akka
Caphaa Kootiif Atti Naa okkoltuu
Naan kolfaa Naan Qaasaa yoon
Tahee ilaaluu Gochii koo gaafasi
Saafu nati tahe Daima Xinoon Caaluu


Atti Ogeessaa kotiim hunduma
Hubbataa
Murtiif Hin jerjertuu yaadas ni
Gabbaataa

Hubaadhee yaa qomoo koo
Naan Gaanne lafatii
Silaa Akka kootii Naa nyatte
Allaattiin


Kottu Sanyii koo kaan dhugaa kenyaa
Awaalee Dachii keenyaatii Awaallee
Gara galtuu baranamo milaa Mata
Saan waalale

An Afaan waalale Daadabaa jirenyaa
Lakka An ofiin Barree kophumaan
Hammenyaa.

Amma reefuu naa gaale tokkumaan Jabbenyaa
Osoo osso tokko taane qaaxaa arra
Geenyaa

Dhugaa sittin Fakkatuu Gabberaa
Jechuun koo
Gara dhosnee waaltti himnaa tarrii
Yoos waal Amaana?

Figeetaan Daadhabee Bahee
Laagaf Baddaa
Ittu Naatti Caale Natti fidee
Qormaata

Hundaaf Tola olludhaaf
Daadhabduyyuu Kaalessaa
Dhigaa kaan kee maale
Xaannachii sirra Dhessaa

Sumaa Fillaanon koo situu
Olmaa naaf olee
Wa,een koo sii Dbibnaan situu
Anaaf loolee
Forwarded from Muktaar Shek Jamaal
Gareen kun hanga member isaa Kuma dhibba 100,000 galutti hin banamu yoo akka banamu feetan add member Gochuun Garee WBO kana member isaa Kuma dhibba gachaa.

👇❤️💚❤️ http://telegram.me/SagaleeWoraanaBilisummaaOromoWBO
Forwarded from Or Telegram Tips
Edited_20210911_235946.mp4
4.1 MB
👆


Channel telegram akka itti banattanu isin Agarsiisa Video kana Daawwadhaa group kanattis Hiryoota keessan Affeera Add member Godhaa

Akkaataa Itti Fayyadama telegram Heddu As keessatti barachuu dandeessu Group kanati Dabalamaa Hiryoota keessan Add member Godhaa.
#Join_Shere_Godhaa http://T.me/TelegraamAfaanOromoo
Live stream started
Live stream finished (1 minute)
2203065843
On Paxful, I get to trade Bitcoin and other digital currencies in over 350 ways, with real people just like us. I can also store my crypto, convert it into other cryptocurrencies, earn an income and do a whole lot more. Come join me! https://paxful.com/register?r=GMYyqeePRYW
Group Shamaran Oromoo kana irratti hiryoota keessan add member godhaa badhaafamaa Kaardii mobile birrii 15 hanga 100 tti badhaasaaf qopheesseen jira
https://t.me/Grourp_Shamaran_Oromo 👆
Kunimo page Fecebok kooti tuqaa seenaa Follow godhaa like shere godhaa

https://www.facebook.com/profile.php?id=100069645393593