161 subscribers
93 photos
8 videos
9 files
551 links
Gadaa tube channel ijaaf gurra ummataa madd: odeeffanoo dhugaa join gochuu hin dagatina
@AAAAAFEFUIMmBHEZxZgKDA
@AAAAAFEFUIMmBHEZxZgKDA
Download Telegram
Forwarded from Kello Media
Dirqama lamummaa Channal Kello Media ijaaf gurra ummata isaa ta,ee tajaajilaa turuun isaa beekamaadha yeroo ammaa media keenya diinni qilleensa irraa nu jalaa buusee jira nuti kara telegram irraan hojii keenya cimsinee itti fufnee jerra Ijoollee yeroo kanatti halkaniif guyyaa kara telegram irraan hojii boonsaa hojjetaa jiran kanaaf qarshii xiqqoo wolitti ha Harcaafnuufin jedha kiraadhuma manaafii kiraa Wi-Fi irraa kaffallan isiniin jedha Hojjetachuu utuu danda,anii qaxaramanii mootummaa irraa miindaa nyaachuu utuu danda,anuu Saba kootii hacuucamuu lammii kootii biyya isaa irratti ajjeefamu mootummaa kanaa wojjin hin hojjennu jedhanii bilisaan ummata isaanii tajaajilaa jiru isaan gargaaruu miti kun ol kaa,achuudha male. Galatooma
Injifannoon kan ummata Oromoo ti.
T.me/KelloMediaOfficiala
Asiin nu qunnamaa πŸ‘‡
Sirba galaanaa kana irraa waa heddu hubachuu dandeenya. πŸ‘‡
https://t.me/Kello_Media/24281
Hey! Come watch funny videos with me on ClipClaps! There is a $1 sign up reward.
https://h5.cc.lerjin.com/propaganda/#/community?clapcode=2738580354
Forwarded from Deleted Account
Naatiin laalaliin jaalala keetii kaan naa mittee arras boruu ossuun dhuftaan naa bariitee shukrii hedduu siin jadhss
https://wp.me/pdik2b-1s
Baga gammaddan hordoftootni kello media hundi keessan group keenya member isaa galgala hadhaa Kuma kudha 10,000 galee jira Dorgommii Hiryoota ofii Add member gochuun badhaafamuu nuti qopheessine hordofuun namoonni baayyeen hirmaatanii 10,000 galchanii jiru dorgommichi Hammallee itti fufee jira abbaan fedhii qabdanu kottaa dorgomaa Garee kanatti Hiryoota keessan ADD member godhaa badhaafamaa.

Carraa gaarii
Kana join godhaa achiin add member godhaa
πŸ‘‡
http://T.me/Kello_Media
Hey! Come watch funny videos with me on ClipClaps! There is a $1 sign up reward.
https://h5.cc.lerjin.com/propaganda/#/community?clapcode=2738580354
Daaspoora oromooπŸ‡¦πŸ‡ΊπŸ‡²πŸ‡»πŸ‡³πŸ‡ΊπŸ‡ΈπŸ‡ΎπŸ‡¬πŸ‡§πŸ‡ΉπŸ‡·πŸ‡ΉπŸ‡³πŸ‡ͺπŸ‡­πŸ‡ΎπŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ‡¬πŸ‡ΉπŸ‡±πŸ‡ΈπŸ‡·πŸ‡ΈπŸ‡§πŸ‡ΈπŸ‡±πŸ‡ΈπŸ‡΄πŸ‡΅πŸ‡·πŸ³
Group kanatti ijoolleen biyya alaa jirtanu hundi keessan join godhaa hiryootakeessa hunda Add member godhaa Biyyaa namaa yeroo jirru akka si,aan wol qaqabuu dandeenyutti garee kana ijaarranna. #AddMembars
https://t.me/GroupijoolleeBiyyaAlaa
Dorgommiin Hiryoota ofii Add member gochuun ittii badhaafamtanu marsaa lammaffaan kunoo eegalee jira worri eda dorgomee abbaa Carraa ta,an maqaan jaraa bahee jira akka Isin hin dabarfanneef marsaa lammaffaas dhiheessinee jirra kottaa dorgomaa Abbba Carraa ta,aa badhaasa kanas badhaafamaa Hiryoota keessan hunda ADD member godhaa hamma baayyina namoota add gootaniitiin sadarkaa qabattu Carraa gaarii

Kana group irratti dorgomtanu.
πŸ‘‡
t.me/kello_media
Oromo powerπŸ’ͺ
OMN #Nilesat Irratti amma deebi'eera

Freq.11554 V 27500

Keenya oluma!
πŸ‘‡
T.me/KelloMediaOfficial
Forwarded from Gadaa Tube
Ni hadhaa'a dubbiin kee
Ebicha jedha namatti
Hafuurri kee ajaadha
Nama qooma gamatti

Hayyuu jabaa of gootee
Dubbatta Wanta baayyee
Bukoo kana bukeessuu
Yoomuma dhiifta taayyee?

Qe'ee keenya guuteera
Fakkaataan akka keetii
Kan arraba isaa qofaan
Warqee taasisu meetii

Nan kolfa nan qasa'a
Hoggaan taa'ee si ilaalu
Gochaa fi karoorri kee
Daa'ima xinnoo hin caalu

Laphee nurratti hin dhiibin
Fakkaattee beekaa cimaa
Isa sammuun kee baate
Funyaan keetuu ni himaa!!!
Forwarded from Gadaa Tube
Yoo lolan Akka waaqo
Xiyyaara lafan dhahu
Yoo muratan Akka jawwar
Waan jedhan galmaan ga'u
"
Yoo sirban Akka Acaaluu
Geerarsan dudda kutu
Hannan akka Geetachoo
Doonif Xiyyaara butu
"
Dubbatan akka baqqalaa
Dubbii dhuka dubbatu
Obsinan Akka mararaa
Injifannoo Gonfatu
"
Gadoomnan Akka Bayyanaa
Diina wolitti Araarsu
Dubbannan Akka isqeel
Jechootan Nama raasu
"
Geerarran akka eebbisaa
Diina gurrarra yaasu
Qabsoofnan akka qeerro
Seena kufe ol kaasa.
Gootomnan Akka elemoo
Qeerrumman baddaa galu
Gamnoomnan Akka taaddetti
Yeroodhan saba malu
" kan isinitti tole #Share. Godhi malee
#Eessa turre?

Bakka turre yaadeen
Dur dur bara qaataa
Bara alli namaaf
Keessi wol fakkaataa!

Osoo hin moo'in dura
Dharri haqa huutee
Bara jiru sana
Jaalalli dilbii guutee

Walitti hin cufamu
Boroofi balballi
Bara gadaan bullu
Hin jirre daldalli

Dur bara kabajaa
Namni Wal hin tuffanne
Dhiirri kofoo baasee
Wandaboon uffanne!

Yeroos Tokkummaa qabna
Hin baane qofa qofaa
Qe'ees nun weerarre
Lootuun ilmaan bofaa!

Yoo gammanne waliin
Geerarree shubbifnaa
Quuqqaa garaa wolii
Fuularraa dubbifna

Kan rakkate gargaaruuf
Tasa hin bubbunnu ceekuu
Kabajumaan simanna
Keessummaa gala beeku!

Alaa manni guutuudha
Hin jiru dheebuuf beelli
Humnaan tulluu jigsina
Dhibee dadhabbiif eelli!

Caba warra bahaa
Lixatu okkola
Gamtaan diina morkee
Moo'atee offola

Garaa madaa baannee
Ilkaaniin hin seeqnu
Gadaan Wal gorsina
Jibbaan Wal hin qeeqnu

Orma oromoomsina
Garaa hin qabnu jibboo
Dimokraasii dhalchinee
Addunyaaf hiikne hibboo

Bakka har'a jirruuf
Kan kaleessaa yaadee
Quuqqaan garaa qabu
'siniif hiruu yaade!

Walaloofii Odeeffannoo
Gaarii argachuuf liinkii
Telegraamii kana tuqi
https://t.me/joinchat/AAAAAFEFUIMmBHEZxZgKDA
#Sirreeffama.
OMN Nilesat irratti deebi'ee jira kanaaf namni kamuu uummata keessaniif share godhaa. Yoo xiqqaate Si'a 3 groupiwwan Afaan oromoo keessatti share gochuun Burjaajii miidiyaan mootummaa uummata keenya irratti uumaa jiru irraa baraaraa! Isa armaan gadii kana irra barbaadun argattu!
Freq 11554 V 27500 share share.
Omn ijaaf gurra uummataa!πŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺ
OMN Freq 11554 V 27500Freq 11554 V 27500
Artistoota fi Hayyoota Oromoo Hundaaf:
Yaada Xiqqoon Isiniif barreessaa obsaan dubbisaa beektotni keenya na ofkolchaa Jechaa:

{August:[=23/2021}
{KelloMedia}
Yeroon kun yeroo taa,anii waan Ta,uuf deemu ilaalanuu miti Ummanni oromoo Hin qabsaaha Garuu Qabsoo isaa Xumura itti gochuu irratti rakkoo isa mudatutu Jira innis kallattii garagaraa Deemuudhaan diina gidduu wolii galcha akkuma bara chapter sana faa qabsoon woraanni bilisummaa Oromoo dhiigaaf lafee itti cabee Dargii cabse gantoota OPDO fi TPLF Jalaa butamee woraanni bilisummaa Oromoo isa bara sana ganamee biyyaa bahe Qabsoo qeerroof qarreen Hawaasni Oromoo Hundi godheen Akka WBO biyya galu Godhamee Jira Hata,u malee biyya galuun isaa Gahaa miti Eegiin inni biyyatti Galee Ummnni Oromoo WBOF Maal godhe bifa kamiin WBO bira dhaabbataa Jira Jechuun barbaachisaadha woraan qabna jennee toluma teenyee dhaadachuu hin qabnu utuu jarri bosonaa rakkatanuu nuti nyaannee bullee Qabsoo karaa nagaa geggeessina Jennees yeroo teenyuu miti Yeroo kanatti Namoonni bebeekamoon artisti fii hayyootni Oromoo WBOtti Dabalamuu qabu Sababni isaas Ummanni oromoo Isaan Fakkeenya godhatee taa,aa Jira waan ta,eef Biyya ofiitiif Qabsaahuun bakka nageenyi jiru taa,anii toora media qofaan Oromo siifan jira jechuu miti Namni an oromoofin qabsaaha jedhee biyya keessa ta,ee biyya alaa Jiru Hundi kootaa Hojii Woliif qodee woraana bilisummaa Oromoo tti Dabalamee Qabsoo Hidhannoo Jajabeessuu qaba TPLF hammas pp Injifataa jirti Gaafa injifatte Aangoon biyya kanaa Hammas jararka gala jechuudha Yoo Hamma hundi keenya WBOtti dabalamnee Humna woraana keenyaa hin Jabeeffanne Hammas keenya Hireen Gabrummaa Irraa gara Gabrummaatti Darbuu jechuudha Yoo Hamma hundi keenya Hidhannee biyya keenya bilisa baafanne garuu eenyunuu nurkaa baasuu hin danda,u Yeroo kanatti Dhaamsiko Artisti fi Hayyoota Qabsaahota Karaa Qabsoo Karaa nagaafii Baqattoota Hundaafi.
Galatoomaa Horaa Bulaa Dogongora Qubeetiif na ofkolchaa.

Shere woliif godhaa
@KelloMediaOfficial
@KelloMediaOfficial
Hey! Come watch funny videos with me on ClipClaps! There is a $1 sign up reward.
https://h5.cc.lerjin.com/propaganda/#/community?clapcode=2738580354
2738580354