Yohal Graphics
310 subscribers
77 photos
1 file
5 links
Baga Nagaan dhuftan.

๐Ÿ’  Yohal Graphics Design'wwan hawwatoo, qulqulluu fi kalaqa addaan hojjetaman isiniif dhiheessa.
๐ŸŽด Tajaajiloota Yohal Graphics argachuuf:
.
.
.
.
.
.
๐Ÿ‘‰ DM | @Yohal19
Download Telegram
๐Ÿค— Akkam Jirtu Maatii!

Har'a waa'ee Graphics Design bal'inaan kan ilaallu ta'a!

Stay tuned!

Only @YohalGraphics
Yohal Graphics
Akkam jirtu Maatii ๐Ÿ‘‹ Akkuma beektan yeroowwan darban keessa maxxansawwan gara garaa Graphics Design'n walqabatan channel kana irratti maxxansaan ture, inni akkuma itti fufutti ta'ee, kanaan boodas barannoowwan Graphics Design'n Walqabatan akkanaallee isiniifโ€ฆ
โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”Part 2โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”-

Harโ€™a kan ilaallu barbaachisummaa Graphics Design fi qabiyeewwan graphics design taโ€™a!

# Barbachisumaan Graphics Design maalidha?

Graphics designโ€™n haala salphaan odeefannoo ykn ergaa tokko dabarsuuf kan nu gargaru yoo taโ€™u faayidaawwan Graphics design biroos:

- Xiyyeefannoo harkisuuf

- Ergaa tokko haala salphaan akka hubannu taasisuuf

- Brand tokko build gochuuf(Brand Identity)

- Content tokko Professional akka fakkaatu taasisuuf fii kanneen biroos ni jiru
๐Ÿ‘‰ Namoonni barreefamoota dhedheeroo irra wanta ijaan mulaโ€™tu salphaan hubatu.

# Qabiyyeewwan Graphics Design Maal faadha?

1, haalluu - miiraa uumuf

2, Typography - akkaataa barreefamni tokko ittiin barreefamu(style of text)

3, Boca - geengoo, rog-sadee, fi kaneen biroo

4, fakkii - suura fi illustration garagraa

5, sararoota - bakka ijji keenya ilaalu tooโ€™achuuf

6, Iddoo duwwaa(space) - inni kun graphics design keessatti waan baayโ€™ee barbaachisaa taโ€™edha.
๐Ÿ‘‰ kanneenin ala Design tokko jira jechuuf baayโ€™ee rakkisaadha!

Akka walii galaatti Graphics designโ€™n brand keenya guddisuuf akkasumas yaada keenya namoonni akka hubataniif kan nu gargaarudha!

Part 3ffaan boru itti fufa hiriyoota keessniif qoodaa!

ยฉ๏ธ Only @YohalGraphics
โค1
This is how Debub Global bank looks like if I do their rebranding.
๐Ÿ‘‰ Rebranding Debub Global bank'f hojedhe kana akkamiin ilaaltan?
- Concept isaa maal sinitti fakkaata?

Order yours @yohal19

ยฉ๏ธ Only @YohalGraphics
๐Ÿ”ฅ2
Waan haaraa yoo barattan react godhaa!

Only
@YohalGraphics
#graphicsdesign #designprinciple #size
โค4๐Ÿ”ฅ1
This media is not supported in the widget
VIEW IN TELEGRAM
Yohal Graphics | Quotes of the day!

Join @YohalGraphics
โค3๐Ÿ‘1
Creative Social Media Ads.

Dm to order @yohal19
Your brand deserves better.

Only @YohalGraphics
Forwarded from belagraph
Bela Bereka is a bold, modern Ethiopic font by Abel Daniel meticulously crafted for high impact visibility. Engineered for posters, headlines & branding projects, it brings a powerful, contemporary edge to the Ethiopic script, ensuring your designs command attention across every platform.

@belagraph
Forwarded from belagraph
Bela Bereka.rar
1.4 MB
Enjoy my Bereka & excited to see it in your best creative projects๐Ÿค—

แ‰กแŠ“ แˆŠแŒˆแ‹›แˆแŠ แˆˆแˆšแ‹ˆแ‹ต๐Ÿ™
CBE: 1000100627217 [Abel]
Telebirr: 0939064013 [Abel]
Social Media Ads | Qalbiin Production

Order Yours @yohal19

Only @YohalGraphics
๐Ÿ˜ƒ Just published my 2026 design portfolio | Hojiiwwan koo 2026 qindeessee xumureen jira.

Would love your support and feedback.
check it out: https://www.behance.net/gallery/249567089/2026-Design-Portfolio-Yohannes-Alemayehu

Tajaajiloota branding akkasumas Graphic Design Argachuuf DM @yohal19

Only @YohalGraphics
#finishyourportfolio #yohalgraphics
๐Ÿ‘2