Xurree
462 subscribers
253 photos
5 videos
106 files
50 links
~walaloo jaalalaa

~beekumsa walii galaa

~Asoosama gabaabaa

~mammaksa fi hiibboo

argachuu dandessuu.

Yaadaa ,qeeqaa ,jajjabinaa fi
Sirreeffama qabdaniif karaa .
@wabiibot nu qunnamaa !

Share and join

Our channels
Download Telegram
Forwarded from ABDII SABAA
๐Ÿšจ MAALLAQI GAMMACHUU NI BITAREE? ELON MUSK MAAL JEDHE? ๐Ÿšจ

Namni addunyaa kanarratti hunda caalaa sooressa taโ€™e, abbaan qabeenyaa Doolaara Biliyoona 800 olii (Birrii Triiliyoona 158 fi Biiliyoona 565) olii Elon Musk
harโ€™a maxxansa barruu gabaabaa garuu namoota hundaa raase tokko baaseera!

Elon Musk akkas jedhe:
"Namichi 'Maallaqni gammachuu hin bitu' jedhe sun, waan dubbachaa jiru sirriitti beeka ture ๐Ÿ˜”"

Elon Musk kanaan dura qabeenyi isaa baay'achuu irraan kan ka'e, seenaa keessatti nama jalqabaa maallaqa hamma kanaa qabu ta'ee galmaa'eera.

Nama qabeenya hamma kanaa qabu irraa "Maallaqni gammachuu hin bitu" jedhamuun isaa, gammachuun maallaqa qofaan akka hin argamne ragaa guddaa ta'eera.

Namoonni miiliyoonaan lakkaawwaman yaada itti kennaa jiru. Isaan keessaa tokko tokko: "Maallaqa kee nuuf hiri, gammachuu dhabuun akkam akka ta'e nuti haa ilaallu" jechuun qoosatti jiru.

Maallaqni jireenya ammayyeessuu danda'a, garuu boqonnaa sammuu fi gammachuu onnee bituu hin dandaโ€™u.

Isin hoo maal jettu? Dhuguma maallaqni gammachuu hin bitu moo ? ๐Ÿค”

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

๐ŸŒ MIIDIYAA @ABDII_SABAA ๐ŸŒ
๐ŸŒ www.facebook.com/AbdiiSabaaFb ๐ŸŒ
๐ŸŒ https://youtube.com/@abdiisabaamedia ๐ŸŒ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Leenjii gaaโ€™ila dura kennamu utuu hin fudhatin nami kamuu gara bultii dhaabachuutti akka hin seenne hojmaanni hordofu jalqabamuuf jedhame

Ministeerri Dhimma Dubartootaafi Hawaasummaa rakkoo gaaโ€™ila walirraa diiguu dhiyeenya dabalaa dhufe furuuf sii achi namoota bultii dhaabbachuuf jedhan leenjii gaaโ€™ilaa fudhachuu kan mirkaneessu waraqaa ragaa hojmaata qopheessu hojiirra oolchuuf akka jedhu ibse.

Hojmaanni kunis dhaabbilee amantaafi jaarrolee biyyaa waliin marii taasifamee raawwiirra kan oolu taโ€™uus ibsameera.

Obbo Tasfaayee Roobalee, Ministeera Dubartootaafi Daaโ€™immaniitti hoj raawwachiisaan dhimmoota maatiifi maanguddootaa hojmaata kana waggaa dhufu hojiirra oolchuuf qophiirra jiraachuu .

Leenjii kana kennuuttis dabalata dhaabbilee dhimmoota maatiirratti hojjetan waliinis fooramiin dhaabamuu Miidiyaa Shaggara FM tti himaniiru. Fooramiin kun bulchiinsa maatiin wal qabatee hanqina jiru guutuuf ni oola kan jedhame yoo tahu, gama mootummaatiinis waantota sirachuu qaban ilaalchisees yaada furmaata ni kaaโ€™as jedhameera.

Bultiin diigamuuf kaโ€™umsi, hubannoon gaaโ€™ilaa gad aanaa taโ€™uudha kan jedhan Obbo Tasfaayeen, hanqina kana furuuf qorannoowwan barreeffamaan qophaaโ€™uullee ibsaniiru. Jijjiirama akka biyyaatti jiru dhugoomsuuf maatiirraa jalqabuu qabna jedhanii, ammatti Itoophiyaa keessa maatii miiliyoona 20 ol akka jirus ifoomsaniiru.

Tajaajilli Galmee Siiiviiliifi tajaajila lammummaa Magaalaa Finfinnee, magaalattiitti waggaa darban bultii walirraa diiguun dhibbeentaa 54โ€™n dabaluu beeksisuunsaa ni yaadatama. Leenjii gaaโ€™ila dura kennamu utuu hin fudhatin nami kamuu gara bultii dhaabachuutti akka hin seenne hojmaanni hordofu jalqabamuuf jedhame

Ministeerri Dhimma Dubartootaafi Hawaasummaa rakkoo gaaโ€™ila diiguu dhiyeenya dabalaa dhufe furuuf sii achi namoota bultii dhaabbachuuf jedhan leenjii gaaโ€™ilaa fudhachuu kan mirkaneessu waraqaa ragaa hojmaata qopheessu hojiirra oolchuuf akka jedhu ibse.

Hojmaanni kunis dhaabbilee amantaafi jaarrolee biyyaa waliin marii taasifamee raawwiirra kan oolu taโ€™uus ibsameera.

Obbo Tasfaayee Roobalee, Ministeera Dubartootaafi Daaโ€™immaniitti hoj raawwachiisaan dhimmoota maatiifi maanguddootaa hojmaata kana waggaa dhufu hojiirra oolchuuf qophiirra jiraachuu ibsan.

Leenjii kana kennuuttis dabalata dhaabbilee dhimmoota maatiirratti hojjetan waliinis fooramiin dhaabamuu Miidiyaa Shaggara FM tti himaniiru.

Fooramiin kun bulchiinsa maatiin wal qabatee hanqina jiru guutuuf ni oola kan jedhame yoo tahu, gama mootummaatiinis waantota sirachuu qaban ilaalchisees yaada furmaata ni kaaโ€™as jedhameera.

Bultiin diigamuuf kaโ€™umsi, hubannoon gaaโ€™ilaa gad aanaa taโ€™uudha kan jedhan Obbo Tasfaayeen, hanqina kana furuuf qorannoowwan barreeffamaan qophaaโ€™uullee ibsaniiru.

Jijjiirama akka biyyaatti jiru dhugoomsuuf maatiirraa jalqabuu qabna jedhanii, ammatti Itoophiyaa keessa maatii miiliyoona 20 ol akka jirus ifoomsaniiru.

Tajaajilli Galmee Siiiviiliifi tajaajila lammummaa Magaalaa Finfinnee, magaalattiitti waggaa darban bultii walirraa diiguun dhibbeentaa 54โ€™n dabaluu beeksisuunsaa ni yaadatama. Via As


Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ
Telegram | Facebook | TikTok | page
Keessan na argachuuf @WABIISG


tiktok.com/@sanyiigudataa2

           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa
Baga kabaja yaadannoo gurraachotaa waggaa 130 ffaa Adawaa geessan ๐Ÿฅฐ๐Ÿ™
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Injifannoo seenaa dhiigaa fi lafee Itiyoophiyaanotaan argame Adwaa!!!

Waggaa 130 har'aa(1896 G.C/1888 A.L.I'tti) gootonni Itoophiyaa humnoota koloneeffattoota Xaaliyaanii Adawaa irratti gobuun Afrikaaf fakkeenya ta'an. Injifannoon kun Awurooppaanota Afrikaa qooddachuuf wal dorgomaa turan haamilee buusuun, Adii injifachuun akka danda'amu gurraachoota Afrikaatti agarsiise.

Ajajoonni dura bu'uun injifannicha galmeessan hedduun Oromoo dha.

1. Fitaawuraarii Gabayyoo Gaboo Gurmuu

2. Liโ€™ul Raas Waldemikaaโ€™el Guddisaa

3. Nigus Takilehayimaanot Tasammaa Goshuu

4. Nigus Mikaaโ€™el Alii Liiban

5. Dajjaazimaach Baalchaa Saafoo Roobaa

6. Raas Walee Bixul Haylemaariyaam

7. Raas Bitiweddad Mangashaa Atiikim Biterfuu

8. Raas Abaatee Boyaalew Nigusuu

9. Waaqshum Gowaangul Birruu Gabremadin

10. Raas Mangashaa Yohaannis Mircaa

11. Raas Aluulaa Ingidaa Qubbii

12. Fitaawuraarii Habtegoorgis Dinagdee

Har'aaf Baga geessan ๐Ÿ˜…๐Ÿšถ
ViAma Nuu Ta Ta
โค1
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
RAAJII ADDAATI๐Ÿ’ฅ
(40A+ Department of Psychiatry)

Yuunivarsiitii Haramaayaa, Kolleejjii Saayinsii Fayyaa irraa course 43 fudhatte keessaa 40A+ fiduudhaan geeba lamaafi warqee badhaafamtee jirti; muummee psychiatry kan taate barattuu Tsiyoon Buzunaa cichoominaa fi gahumsa keessoo ishee sirnaan fayyadamuudhaan kaayyoo ishee galmaan gahuu dandeessee jirti.

Sanuu kolleejjii saayinsii fayyaa irraa, inumaa muummee psychiatry irraa 40A+, CGPA 3.97 fi exit exam 90/100๐Ÿซก๐Ÿ’ž

Via Waloo Abdii Egereeโœ๏ธ
Gaa'ela daqiiqaa sadii ๏ธ
Hiriyoonni gaa'elaa Kuweeti tokko ragaa gaa'elaa erga mallatteessanii daqiiqaa sadii booda wal hiikan ๏ธ
Taatee kun seenaa biyyattii keessatti gaaโ€™ela gabaabaa taโ€™uun galmaaโ€™ee jira.

Akka gabaasaaleen mul'isutti misirroon kun waliigaltee gaa'ilaa erga mallatteessitee booda mana murtii keessaa baatee osoo jirtuu akka tasaa gufattee kufte. Misirroon ishii gargaaruuf yaaluu mannaa, โ€œdadhabduuโ€ jedhee kan ishee waame siสผa taสผu, misirroon sun taatee kanaan kan aarte battaluma sanatti gara abbaa murtiitti deebitee gaaสผelli akka diigamu gaafatte.

Abbaan murtii gaaffii misirroo kanaa fudhatee gaaโ€™elli hatattamaan akka diigamu ajaje, hiriyoonni kunneen ragaa gaaโ€™elaa erga mallatteessanii daqiiqaa sadii booda addaan baโ€™uu isaanii #Daily Star gabaaseera.

Namoonni miidiyaa hawaasaa irratti yaada kennanis hedduun murtee misirroon kun tarkaanfii cimaa kabaja ofii eeguuf fudhatte ta'uu ibsaniiru.
.

@Xurreen
Forwarded from ABDII SABAA
Jaalala Ji'a Irratti Galmeeffame fi Riikoordii Cabsame: Dinqii Imala Artemis II ๐ŸŒ•๐Ÿ’”

Fageenya kiloomeetira 400,171 irratti yaadannoo haadha manaa ajajichaa fi yeroo dhiphinaa sa'aatii torbaa.

Mishiinii hawaa Artemis II irratti kan argaman hayyoonni hawaa, fageenya ilmi namaa ardiirraa fagaatee beeku cabsuun seenaa haaraa addunyaa irratti galmeessaniiru.

Hanga ammaatti, ilmi namaa lafarraa fageenya guddaa kan deeme miishinii Apollo 13 bara 1970 ture. Haa ta'u malee, hayyoonni afran Mishiinii Artemis II irratti argaman fageenya kiloomeetira 400,171 irra ga'uun riikoordii waggaa shantamaa ol ture cabsuu danda'aniiru. Fageenyi kun fageenya idilee doonni hawaa naannoo lafaa irratti itti naanna'an irra dachaa baay'eedhaan kan fagaatu yoo ta'u, doonni hawaa Orion jedhamtu humnaa fi dandeettii qulqullina olaanaa qabaachuu ishee mirkaneesseera.

Doonni hawaa Orion dugda duuba ji'aa keessa yeroo dabartu, qunnamtiin raadiyoo Giddu-gala To'annoo Lafa waliin jiru daqiiqaa 45f addaan ni cita. Saa'atii qunnamtiin addaan citu kaโ€™uun, hayyoonni hawaa kunniin sa'aatii torbaaf ji'a dhiyoo irraa ilaaluu fi qorachuuf hojiiwwan gurguddoo ni hojjetu. Yeroon kun mishiinii kana keessatti haala baay'ee xiyyeeffannoo barbaadu ta'us, hayyoonni hawaa qophii gahaa akka qaban hubatameera.

Imalli seena-qabeessi kun teeknoolojii fi qorannoo qofa osoo hin taane, miira namummaa fi kabaja jaalalaas kan of keessaa qabudha. Hayyuun hawaa Jeremy Hansen mishiinii kana irratti godaannisa ji'aa gurguddoo lamaaf maqaa akka kennamuuf dhaabbata NASA-f gaaffii dhiyeesseera. Inni jalqabaa "Carol" kan jedhamu yoo ta'u, kunis haadha manaa ajajaa mishiinii kanaa Reid Wiseman kan bara 2020 dhukkuba kaansariitiin boqotte kabajuuf kan kennamedha. Maqaan inni lammaffaan immoo "Integrity" yoo ta'u, kunis jabina doonii hawaa isaan baattee deemtuu fi hojii itti jiran ibsuuf filatameera. Walumaagalatti, imalli kun mallattoo deebii ilmi namaa gara ji'aatti taasisu yoo ta'u, gara fuulduraatti namoota ji'a irratti qubachiisuu fi gara Maarsiitti imaluuf karaa guddaa kan saaqudha.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

๐ŸŒ MIIDIYAA @ABDII_SABAA ๐ŸŒ
๐ŸŒ www.facebook.com/AbdiiSabaaFb ๐ŸŒ
๐ŸŒ https://youtube.com/@abdiisabaamedia ๐ŸŒ
๐ŸŒ https://www.tiktok.com/@abdiisabaamedia ๐ŸŒ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from ABDII SABAA
๐Ÿ”ฅ HIV: "DAGACHUUN BALAA GUDDAA FIDAA JIRAโ€ ๐Ÿ”ฅ

Dhalootni harโ€™aa dogoggora guddaa tokko keessa jira: "HIVโ€™n barri isaa darbeera" jedhanii amanuu! Garuu iccitii sodaachisaa ogeessonni fayyaa dubbachaa jiran beektuu? ๐Ÿ˜ฑ

โš ๏ธDHOKSEE AJJEESAA (THE SILENT KILLER) โš ๏ธ

Bara ijoollummaa keenya mana barumsaatti faaruu fi walaloon itti lallabaa turre. Harโ€™a garuu cal-dhiisni uumameera. Cal-dhiisni kun immoo tatamsaโ€™ina dhibee kanaa dachaan dabalaa jira!

๐Ÿ“บ Viidiyoo addaa kanaan dhugaa jiru saaxilla:
* ๐Ÿšซ Maaliif sodaan hirโ€™ate? Dagannaan dhaloota akkamitti kiyyootti guuraa jira?
* ๐Ÿ“ฑ Miidiyaan maaliif callise? Iccitii gabaasni fayyaa hin dubbanne.
* ๐Ÿ“‰ Xiinxala Haala Yeroo: HIV dhugumaan badee moo "Maaskii" jijjiirratee dhufe?
* โœ… Furmaata Hatattamaa: Ofiis dhalootas akkamitti oolchina?
> "Hubannoon keenya yeroo laafu, vaayirasiin kun immoo humna argata."
>
Dhaloota wallaalummaan dhumaa jiru dammaqsuun dirqama dhuunfaa keeti! ๐Ÿซต
๐Ÿ‘‡ DHUGAA JIRU BEEKUUF LINKII KANA CUQAASAA:
๐Ÿ”— https://youtu.be/-R_QBq74MPY

๐Ÿ“ข Waliif Share gochuun dhaloota haa oolchinu!

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

๐ŸŒ MIIDIYAA @ABDII_SABAA ๐ŸŒ
๐ŸŒ www.facebook.com/AbdiiSabaaFb ๐ŸŒ
๐ŸŒ https://youtube.com/@abdiisabaamedia ๐ŸŒ
๐ŸŒ https://www.tiktok.com/@abdiisabaamedia ๐ŸŒ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
#Arsenaal waggaa 22 booda Shaampiyoonaa Piriimer Liigii Ingilizii 2025-26 tahuu mirkaneeffate.

Milkaaโ€™inni obsa, murannoo,
cichoominaa keessaa dhufa!

Milkaa'inni Wantoota 6n Kana Gaafata:
1. #Hojii_Cimaa (Hard Work)
Carraa irratti hin hirkatin;  hojii cimaatti amanu. Adeemsa ariifachiisuuf yaaluun ykn karaa gabaabaa barbaaduu dhiisi-hin jiru.

2. #Obsa (Patience)
Obsa yoo dhabde lola ni dhabda.  Jalqaba irratti wanti tokkollee hin taสผu; achiis suuta suutaan taโ€™uu jalqaba, akka tasaa hunduu walitti dhufa.  Namoonni baayโ€™een sadarkaa jalqabaa irratti harka kennatu.

3. #Wareegama (Sacrifice)
Yoo waan barbaaddeef wareegama hin baasne, wanti barbaadde wareegama taโ€™a.

4. #itti_fufiinsaan (Consistency)
itti fufiinsaan giddugaleessa gara olaantummaatti jijjiira. 

5. #Naamusa(Ethics)
Kakaโ€™umsi akka jalqabdu si taasisa, naamusni garuu akka guddattu si taasisa. 

6. #Ofitti_amanamummaa (Self-confidence)
Ofitti amanamummaan yoo warri kaan si hin jaallanne illee akka gaarii taโ€™u beekuudha.

๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ
TikTok
๐—ง๐˜‚๐˜‚๐—น๐—ฎ๐—บ๐—ป๐—ถ ๐—๐—ถ๐—น๐—ฎ ๐—พ๐—ฎ๐—ฏ๐—ฎ๐ŸŒณโค๏ธ
Sirni wal harkaa fuudhinsa Alangee(Aangoo) waxabajjii 4 #Dhaka_Koraatti ni gaggeeffama.

Gadaan quufaa gabbina,
barris roobaa nagaa haa ta'u!
"Dhaqee cinaachikoo, yommuu lafa gahu
Waanan rafeen se'a, nan rafeef hin rafne
Hin rafne jechuufis, ciisa koorran jira!"
Ammas nuun waan akkanaa tanatu nutti jira๐Ÿ’”

Hachalu's Week!

We keep his legacy alive!๐Ÿ˜
Forwarded from Dr. Abdisa Ejeta
Alkoolii yeroo dheeraa fi baay'inaan dhuguun qaama hunda irratti miidhaa geessisuu danda'a. Isaan keessaa:
๐Ÿ˜ทSammuu: yaadannoo hir'isuu, dandeettii yaaduu gadi buusuu.
๐Ÿ˜ทOnnee: dhiibbaa dhiigaa olkaasuu, onneen guddataa dadhabuu (cardiomyopathy), onneen sirnaan hin rukutamne (arrhythmia).
๐Ÿ˜ทTiruu: dhibee tiruu dukkanaa'uu (fatty liver), hepatitis alkoolii, fi cirrhosis.
๐Ÿ˜ทKaansarii: carraa kaansarii afaanii, qoonqoo, ujummoo nyaataa, tiruu, mar'imaanii, fi harmaa dabala.
๐Ÿ˜ทDandeettii ittisa dhibee: qaamni dhibee ofirraa ittisuu ni laafa.
๐Ÿ˜ทNarvii: harka fi miilli akka mudhii ykn gubatan (peripheral neuropathy).
๐Ÿ˜ทRakkoo walqunnamtii saalaa.
๐Ÿ˜ทHanqina nyaataa: keessumaa hanqina Vitamin B1 (Thiamine).
๐ŸŽตMallattoolee yeroo dheeraa:
๐Ÿ‘Fuulli fi ijaan halluu bifa keelloo (jaundice)
๐Ÿ‘Harka raafamuu.
๐Ÿ‘Dadhabbii yeroo hunda
๐Ÿ‘Miila fi garaa keessaa bishaan kuufamuu.

Alkoolii irraa of qusadhaa!


Fayyaa hin dhabiinaa!

Via Dr Yoosan Abarraa(Hakima waligalaa)

@Orobook
Forwarded from Law students Union ๏ธ๏ธ๏ธ (แˆตแ‹‘D ุจู† ุฃุญู…ุฏ ibnu Ahmed)
แ‹จแ…แŠ“แ‰ตแŠ“ แ‹จแˆตแŠฌแ‰ต แˆ›แˆ›แก แŠจแ‰€แŠ• แˆตแˆซ แ‹ˆแ‹ฐ แˆ…แŒ แˆแˆฉแ‰…แАแ‰ต!

แ‰ตแŠ“แŠ•แ‰ต แŠ‘แˆฎแŠ• แˆˆแˆ›แˆธแАแแŠ“ แˆˆแАแŒˆแ‹ แˆ›แŠ•แАแ‰ฑ แˆ˜แˆฐแˆจแ‰ต แˆˆแˆ˜แŒฃแˆ แ‰ แŠจแ‰ฃแ‹ต แ‹จแ‰€แŠ• แˆตแˆซ แˆ‹แ‹ญ แ‰ฐแˆฐแˆ›แˆญแ‰ถ แ‹จแАแ‰ แˆจแ‹ แ‹ญแˆ„แ‹ แŒ แŠ•แŠซแˆซ แ‹ˆแŒฃแ‰ตแฃ แ‰ แˆšแ‹›แŠ• แ‰ดแ’ แ‹ฉแŠ’แ‰จแˆญแˆฒแ‰ฒ (Mizan-Tepi University) แ‰ แˆ…แŒ แ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แ‹˜แˆญแ แ‰ แ‹ฐแˆ›แ‰… แˆแŠ”แ‰ณ แ‰ฐแˆ˜แˆญแ‰† แ‹จแ‹ตแŠซแˆ™แŠ• แแˆฌ แŠ แŒญแ‹ทแˆแข

แ‹ญแˆ… แˆˆแАแŒˆ แŠฅแ‰…แ‹ณแ‰ธแ‹แŠ“ แˆ…แˆแˆ›แ‰ธแ‹ แˆŒแˆŠแ‰ต แŠจแ‰€แŠ• แˆˆแˆšแ‹ฐแŠญแˆ™ แ‰ แˆญแŠซแ‰ณ แ‹ˆแŒฃแ‰ถแ‰ฝ แ‰ตแˆแ‰… แ‰ฐแˆตแ‹แŠ•แŠ“ แˆ˜แАแ‰ƒแ‰ƒแ‰ตแŠ• แ‹จแˆšแˆแŒฅแˆญ แŠฅแ‹แАแ‰ฐแŠ› แ‹จแˆตแŠฌแ‰ต แˆ›แˆ› แАแ‹แข

แˆ›แŠ•แŠ›แ‹แˆ แˆฐแ‹ แŠ แˆแŠ• แ‹ซแˆˆแ‰ แ‰ต แŠ แˆตแ‰ธแŒ‹แˆช แˆแŠ”แ‰ณ แ‹จแˆ…แ‹ญแ‹ˆแ‰ฑแŠ• แ‹จแˆ˜แŒจแˆจแˆป แˆแ‹•แˆซแ แˆŠแ‹ˆแˆตแŠ• แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆ›แ‹ญแ‰ฝแˆ แ‹ญแˆ… แ‰ แˆšแ‹›แŠ• แ‰ดแ’ แ‹ฉแŠ’แ‰จแˆญแˆฒแ‰ฒ แ‹จแ‰ฐแˆ˜แ‹˜แŒˆแ‰ แ‹ แ‹ฐแˆ›แ‰… แ‰ณแˆชแŠญ แˆ…แ‹ซแ‹ แˆแˆตแŠญแˆญ แАแ‹แข

แ‰ แ‰ตแŒ‹แ‰ตแŠ“ แ‰ แ‰†แˆซแŒฅแАแ‰ต แŠจแ‰ฐแˆฐแˆซ แ‰ตแŠ“แŠ•แ‰ต แ‰ แŠจแ‰ฃแ‹ต แ‹จแŒ‰แˆแ‰ แ‰ต แˆตแˆซ แ‹แˆตแŒฅ แ‹จแАแ‰ แˆจแ‹ แˆ›แŠ•แАแ‰ตแฃ แ‹›แˆฌ แ‹จแแ‰ตแˆ…แŠ“ แ‹จแˆ…แŒ แ‰ฃแˆˆแˆ™แ‹ซ แˆ†แŠ– แˆˆแˆ˜แ‰†แˆ แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆšแ‹ซแˆตแ‰ฝแˆ แ‰ แˆšแŒˆแ‰ฃ แ‹ซแˆณแ‹จแŠ“แˆแข

แŠฅแŠ›แˆ แˆˆแ‹šแˆ… แ‰ฅแˆญแ‰ฑ แ‹ˆแŒฃแ‰ต แˆˆแ‹ฐแˆจแˆฐแ‰ แ‰ต แ‰ตแˆแ‰… แ‹จแˆตแŠฌแ‰ต แˆแ‹•แˆซแ แ‹ซแˆˆแŠ•แŠ• แŒฅแˆแ‰… แŠ แ‹ตแŠ“แ‰†แ‰ต แŠฅแ‹จแŒˆแˆˆแŒฝแŠ•แฃ แˆˆแ‰€แŒฃแ‹ฉ แ‹จแˆ™แ‹ซ แˆ…แ‹ญแ‹ˆแ‰ฑ แˆ˜แˆแŠซแˆ แˆแŠžแ‰ณแ‰ฝแŠ•แŠ• แŠฅแŠ•แˆ˜แŠ›แˆˆแŠ•แข

แˆ…แˆแˆ แŠ–แˆฏแ‰ฝแˆ แАแŒˆแˆญ แŒแŠ• แˆ˜แŠ•แŒˆแ‹ฑ แŠ แˆแŒ‹ แ‰ แŠ แˆแŒ‹ แˆ‹แˆแˆ†แАแˆ‹แ‰ฝแˆ แ‹ˆแŒฃแ‰ถแ‰ฝ แˆแˆ‰ แ‹ญแˆ… แŠ แˆตแ‹ฐแŠ“แ‰‚ แŒ‰แ‹ž แ‰ตแˆแ‰… แ‰ฅแˆญแ‰ณแ‰ตแŠ“ แˆ˜แˆ›แˆชแ‹ซ แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆšแˆ†แŠ• แŠฅแŠ“แˆแŠ“แˆˆแŠ•แข

๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/hig_keld_ena_kumneger
https://t.me/hig_keld_ena_kumneger
Ganama ganama ๐–ฅ๐—‚๐—…๐–บ๐—‡๐—‡๐—ˆ๐—ˆ ๐—…๐–บ๐—†๐–บ ๐—Š๐–บ๐–ป๐–ฝ๐–บ: ๐–ผ๐—‚๐—‚๐–ฟ๐—๐–พ๐–พ ๐–บ๐–ป๐—ƒ๐—ˆ๐—ˆ๐–ผ๐—๐—Ž๐—Ž ๐—„๐–พ๐–พ ๐—‚๐—๐—๐—‚ ๐–ฟ๐—Ž๐–ฟ๐—Ž๐—Ž ๐—’๐—ˆ๐—ˆ๐—„๐—‚๐—‡ ๐—„๐–บ๐–บ๐—๐–พ๐–พ ๐–บ๐–ป๐—ƒ๐—Ž๐—Ž ๐—„๐–พ๐–พ ๐–ฝ๐—๐—Ž๐—€๐—ˆ๐—ˆ๐—†๐—Œ๐—Ž๐—Ž! ๐–ฌ๐–บ๐—๐–บ๐–บ ๐—„๐–พ๐–พ ๐—ƒ๐—‚๐—ƒ๐—ƒ๐—‚๐—‚๐—‹๐—Ž๐—Ž ๐–ป๐–บ๐—‹๐–ป๐–บ๐–บ๐–ฝ๐–ฝ๐–บ ๐—’๐—ˆ๐—ˆ ๐—๐–บ'๐–พ ๐–ฝ๐—๐—‚๐–ป๐–บ๐–บ'๐—Ž๐—†๐—†๐–บ๐–บ ๐—Š๐—ˆ๐—๐—๐–พ๐–พ ๐–บ๐—๐—๐–บ๐–บ๐—…๐—Ž๐—Ž ๐—Š๐–บ๐–ป๐–ฝ๐–บ. ๐–ญ๐–บ๐—†๐–บ ๐—€๐–บ๐—๐—‚๐—‚ ๐—Š๐–บ๐–ป๐—Ž ๐—๐–บ'๐—Ž๐—Ž๐–ฟ ๐—€๐–บ๐—๐—‚๐—‚ ๐–ป๐–บ๐–บ๐—Œ๐—Ž๐—Ž๐—‡ ๐–ฝ๐—‚๐—‹๐—Š๐–บ๐—†๐–บ! ๐–ด๐—๐—Ž๐—Ž ๐–ฝ๐–บ๐–ฝ๐—๐–บ๐–ป๐–ฝ๐—Ž๐—Ž ๐–ผ๐—‚๐–ผ๐—๐—‚๐—๐–พ๐–พ ๐—๐—ˆ๐—ƒ๐—ƒ๐–พ๐–พ๐–ผ๐—๐—Ž๐—Ž ๐—Š๐–บ๐–ป๐–ฝ๐–บ. ๐–ฎ๐—Œ๐—ˆ๐—ˆ ๐–ป๐–พ๐–พ๐—…๐—ˆ๐–ฟ๐—๐—Ž๐—Ž ๐–ป๐–พ๐–พ๐—…๐–บ ๐—‚๐—‹๐—‹๐–บ๐—๐—๐—‚ ๐—Š๐–บ๐–ป๐—Œ๐–บ๐–บโ€™๐—Ž๐—Ž๐—‡ ๐–ฝ๐—‚๐—‹๐—Š๐–บ๐—†๐–บ. ๐–ง๐–บ๐–บ๐—…๐–บ ๐—ƒ๐—‚๐—‹๐—๐—Ž ๐—„๐–พ๐–พ๐—Œ๐—Œ๐–บ๐–บ ๐–ป๐–บ๐—๐—Ž๐—Ž๐–ฟ ๐–ฟ๐—Ž๐—Ž๐—…๐–ฝ๐—Ž๐—‹๐–บ๐—๐—๐—‚ ๐—ˆ๐–ฟ ๐–ฝ๐—๐—‚๐–ป๐—Ž๐—Ž ๐—’๐—„๐—‡ jalaa ๐–ป๐–บ๐—Š๐–บ๐–ผ๐—๐—Ž๐—Ž ๐—Š๐–บ๐–ป๐–ฝ๐–บ. ๐–ฉ๐—‚๐—‹๐–พ๐–พ๐—‡๐—’a ๐—Œ๐—‚๐—๐—๐—‚ ๐—๐—‚๐—‡๐—๐—ˆ๐—…๐—…๐–พ ๐—๐—ˆโ€™๐—‚๐–ฟ๐–บ๐—๐—๐–พ๐–พ ๐–ฟ๐—‚๐—‹๐–บ๐—„๐–พ๐–พ ๐—๐—‚๐—‡๐—€๐—ˆ๐–ฝ๐—๐–บ๐—๐—‚๐—‚๐—‡.

"Every morning you have two choices: continue to sleep with your dreams, or wake up and chase them." โ€” Michelle Obama
Forwarded from TIKVAH-ETHIOPIA
#ParliamentQuotes

" แŠจแ‹ฐแˆ˜แ‹ˆแ‹™ 35% แŒแ‰ฅแˆญ แฃ 7% แŒกแˆจแ‰ณ แ‰ แ‹ตแˆแˆฉ 42% แ‹ญแ‰†แˆจแŒฃแˆแข แŠจ58% แ‹ฐแˆ˜แ‹ˆแ‹™ แˆ‹แ‹ญ แ‰ แŠฅแ‹ซแŠ•แ‹ณแŠ•แ‹ฑ แ‰ แˆšแˆธแˆแ‰ฐแ‹ แˆธแ‰€แŒฅ 15% แ‰ซแ‰ต (VAT) แ‹ญแ‰†แˆจแŒฃแˆแข แ‰ตแˆซแŠ•แ‹›แŠญแˆฝแŠ• แˆ‹แ‹ญ แŠ•แŒแ‹ต แ‰ฃแŠ•แŠญ แˆˆแˆฐแˆญแ‰ชแˆตแŠ“ แ‰ซแ‰ต แŠฅแ‹ซแˆˆ แˆŒแˆŽแ‰ฝแˆ แ‹จแˆ›แ‹ญแ‰ณแ‹ˆแ‰ แ‰ฐแ‰†แˆซแŒฎแ‰ฝแŠ• แ‹ญแ‰†แˆญแŒฃแˆแข  แˆฐแˆซแ‰ฐแŠ›แ‹ แˆˆแ‹แˆƒแฃ แˆˆแˆ˜แ‰ฅแˆซแ‰ต แˆˆแˆŒแˆŽแ‰ฝแˆ แŠ แŒˆแˆแŒแˆŽแ‰ถแ‰ฝ แ‹ญแ‰†แˆจแŒฅแ‰ แ‰ณแˆแข แŠฅแАแ‹šแˆ… แˆแˆ‰ แ‰ฐแ‹ณแˆแˆจแ‹ แŠ‘แˆฎแŠ• แˆ˜แ‰‹แ‰‹แˆ แŠ แ‰…แ‰ถแ‰ณแˆแŠ“ แˆˆแ‹šแˆ… แ‰ณแŒ‹แˆฝ แˆฒแ‰ชแˆ แˆฐแˆญแ‰ชแˆต แŠฅแŠ“ แŠ แАแˆตแ‰ฐแŠ› แŠ‘แˆฎ แˆ‹แ‹ญ แˆ‹แˆˆแ‹ แ‹œแŒ‹ แˆแŠ• แ‰ณแˆตแ‰ฆแˆˆแ‰ณแˆ ? แŠจแˆšแˆ˜แˆฐแˆญแ‰ฑแ‰ต แˆ˜แŠ•แŒแˆฅแ‰ต แˆแŠ• แŠฅแŠ•แŒ แ‰ฅแ‰… ?  " - แŠ แ‰ถ แ‰ฃแˆญแŒ แˆ› แแ‰ƒแ‹ฑ

แ‰ฒแŠญแ‰ซแˆ… แŠขแ‰ตแ‹ฎแŒตแ‹ซ
แˆฐแŠ” 30 แ‰€แŠ• 2018 แ‹“/แˆ

@tikvahethiopia
Beeyladni fincaan dhalaa fuunfatee ulfa ta'uu fi dhiisuu ishee, walqunnamtii saalaaf fedhii qabachuu erga baree booda (waqtii fi fedhii ishee hordofee ) walqunnamtii saalaa waliin godha.

Dhalli namaa garuu, hโ€ขamaa fi beeyladaa gadi ta'uu isaa kan agarsiisu, heyyama dubartiin ala humnaan qabee gudeeduu isaati ๐Ÿ˜๐Ÿ™†

Yeroo tokko tokko "Horii" jedhanii nama arrabsuun horii arrabsuu taati. Jedhe Oshoon ๐Ÿ™


Maddi :-Faceebook irra !
KUTAALEE JIREENYAA SADDEETTAN

1. Jireenya Hafuuraa (Spiritual Life)
Uumaa kee waliin walitti dhufeenya jabaa qabaachuu, qulqullina keessoo fi jireenya hiika qabu jiraachuu dha. Kun hundee fi lafee dugdaa tasgabbii jireenya keetii amantii keetiin bulu dha.

2. Bilchina Sammuu fi Barnoota (Mental & Intellectual Growth)
Wantota haaraa barachuu, dubbisuu, fi dandeettii yaaduu kee gabbifachuu dha. Sammuun kee yoo hin guddanne, jireenyi kees hin guddattu.

3. Hojii fi Kaayyo Jireenyaa (Career & Mission)
Hojiin ati hojjettu, ogummaa kee fi kaayyoo ati addunyaa kana irratti dhalatteef galmaan gahuu dha. Waan hojjettu jaallachuu fi itti gaafatamummaa fudhachuu dha.

4. Qabeenya fi Faaynansii (Financial Life)
Galii uumuu, qusachuu, invest gochuu fi ogummaa maallaqa bulchuu (Financial Literacy) danda'uu dha. Maallaqni birmadummaa gochaa fi jireenya keetii ti.

5. Fayyaa fi Qaama (Physical Health & Wellbeing) Nyaata madaalamaa nyaachuu, ispoortii hojjechuufi hirriiba ga'aa rafuu dha. Maallaqa meeqa yoo qabaatteyyu, qaama fayyaalessa hin taaneen milkaa'ina kee dhandhamuu hin dandeessu!

6. Bashannana Fi Boqonnaa (Hobbies & Adventure) Yeroo hojii ala jiru gammachuun dabarsuu, wantoota dandeettii uumamaa kee dadammaqsan (hobbies) hojjechuu, fi boqonnaa qaamaa fi sammuu fudhachuu dha. Hojjechuun qofti jireenya miti; jireenya madaalamaa jiraachuuf yeroo boqonnaa fi bashannanaa qabaadhu. Sammuu kee haaromsi!

7. Hariiroo fi Hawaasummaa (Relationships & Social Life)
Maatii, michoota, fi namoota naannoo kee jiran waliin hariiroo gaarii fi jaalala irratti hundaa'e uumuu dha.

8. Miira fi Tasgabbii Keessoo (Emotional Health)
Miira dhiphinaa, aarii fi sodaa bulchuu danda'uu dha. Keessi kee yoo nagaa fi tasgabbii qabaate, dhiibbaa alaa kamiyyuu mo'achuu dandeessa. Gooftaan Jireenya Keetii Suma!

Kutaalee jireenyaa 8'n kana keessaa kam irratti cimtee jirta? Kam irratti immoo boodatti haftee hir'ina kee argite?


@Xurreen


Maddi :- fb