Turullee Dhugatu Mo'ata
12.2K subscribers
546 photos
184 videos
120 files
475 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
#Garaa #garummaa #Yesuusiitii fi #Waaqaa

#Yesuus akka #Waaqa #hin #taane worra shakkii qabuuf ragaa kitaaba isaanii keessatti argamu kumaatama keessaa muraasa 👇

Kutaa 2️⃣ffaa

#Yesuus waan #ijaan #argee mirkaneeffate malee waan fagoo kamuu #beekuu #hin #danda'u, #Waaqni garuu wanti inni uume #tokkollee isa duraa #hin #dhokatu.

Maarqos 11:13
" Muka harbuu baala qabu tokkos fagootti argee, #ija #irraa #argadha #laataa? #jedhee #dhaqe. Inni mukicha bira ga'ee baala malee waanuma tokko irraa dhabe; yeroon isaa yeroo harbuun ija itti godhatu hin turre. "


Vs

Ibroota 4:13
" Wanti #Waaqayyo uume #tokko #illee isa duraa #dhokachuu #hin #danda'u; wanti hundinuu saaqamaa, ija isaa durattis mul'ataa dha; nus waan goone sababii isaa wajjin isatti himuun nu irra jira."

#Rabbiin inni gabbaramaa dhugaa ta'e isa fagoo laalee shakku osoo hin taane isa uumaan tokkoo isa jalaa hin dhokanne ta'uu hubatuun isa qofa gabbaruun (waaqeffatuun) #hayyumma fi #namumma #dhugaati.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.

♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa 👇

@Xaalibu6504
Sagantaa bareedaa tokko isiniif qabadhee dhufaa jiraa (InshaaAllah), mee worroonni sarara gubbaa jirtan, kan Diin Islaamaa addunyaa wol gahuun si gammachiisu, saahiba keessaan #osoo #nama #tokkollee #taatee, akka dhaamsi kun addunyaa wol gahu #link kennaafii afeeraa ( link kana https://t.me/Xaaliburidallah). Rabbiin milkii ganda lameeniitiin isin haa qananiisuu.