Namni #Yesuus #fannifame jedhee yaadu hundi nama #Yesuus #abaarame jedhu ta'uu beektuu⁉️
#Namni muka irratti #fannefame #hundi #abaaramaadhaa kunoo Macaafa Qulqulluu isa jedhamutu jedhaa, Yesuus fannifamee jedhanii Worroonni dubbattan, #Yesuus #abaarame akka jechutti jiran hoo hubatanii jiruu laata⁉
Yesuus abaaramee jechuu tana sammuun isaanii fudhataa⁉
#Yesuus #hin #abaaramnee yoo ka jedhan taate, #Yesuus #hin #fannifamnee jechuu hoo maaf didu ree ⁉
#Yesuus #fannifame jedhanii amanuun dubbii #ololaa akka ta’e yoo mirkaneefatuu feetan #Seera #keessa #Deebii 21:22-23 dubbisaa👇🏻
🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇
(Seera Keessa Deebii 21:22-23👇🏻
Namni tokko cubbuu du'a itti farachiisu waan hojjeteef ajjeefamee mukatti yoo rarraafame, guyyaadhuma sana haa awwaalamu malee, reeffi isaa mukicha irra hin bulin! #Namni #mukatti #rarraafame #Waaqayyo #duratti #abaaramaadha; biyya Waaqayyo gooftaan kee akka dhaaltuuf siif kennu hin xureessin!
ኦሪት ዘዳግም 21 22፤ ማንም ሰው ለሞት የሚያበቃውን ኃጢአት ቢሠራ፥ እንዲሞትም ቢፈረድበት፥ በእንጨትም ላይ ብትሰቅለው፥
#በእንጨት #ላይ #የተሰቀለ #በእግዚአብሔር #ዘንድ #የተረገመ #ነውና ሬሳው በእንጨት ላይ አይደር፤ ነገር ግን አምላክህ እግዚአብሔር ርስት አድርጎ የሰጠህን ምድር እንዳታረክስ በእርግጥ በዚያው ቀን ቅበረው።
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Yesuus nuuf jechaa fannifame jedhanii worroonni olola odeessan, namni muka irratti fannifame kamuu Waaqa biratti #abaaramaadha jedhaa, kanaafuu akka worronni Yesuus ni jaalanna jedhanii waan hin jirre odeessan osoo taatee #Yesuus #abaaramaadha jechuu‼
garuu dubbituu olola malee👌
Yesuus hin abaaramnee namni amanee fudhatu, jaalatus jibbus Yesuus hin fannifamne amanee fudhatuun dirqama isaati beekaa👌👌👌
Nuti Muslimni, akkuma Rabbiin nuuf himetti, Yesuus hin fannifamnelle jennee amanna. Kana jechuu Yesuus hin abaaramnelle jechuudha.
Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa 👇
https://t.me/Xaaliburidallah

Telegram
Turullee Dhugatu Mo'ata
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.