Turullee Dhugatu Mo'ata
11K subscribers
508 photos
129 videos
110 files
413 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
#Magaalaa_Alii

#Godina_Baalee, #Magaalaa_Aliitti, Markaza Daaral Hijrateeyni, #Guyyaa 24/04/2024 or 16/08/2016tti, Urjii Rabbiin Oromiyaa keenna badhaase, kan dhaloota xurree hundaan qaruun (Diinii fi Baruumsa Idilee), barsiisuun seenaa biyya keenna keessatti asiin dura hin argaminiif hin beekkamne hojjachuun dhaloota xurree hundaan qaroome qaree baasuun beekkamu Shek Qamar ziyaaruun, Sagantaan leenjii  #Islaamummaan #Addunyaaf jedhu turtii sa'aa sadii (3) kennuun, gammachuu guddaan du'aa'ii Hayyuu keennaa Shek Qamar fudhachuun milkiidhaan goolabnee, gara magaalaa birootti imallee jirraa. Imalli keenna kan Baalee akka milkii guddaa ta'u du'aa'ii keessaniin nu faanaa jiraadhaa. Hawaasa keenna kan rafe hunda Rabbiin nuuf haa dammaqsuu. Amiiiin


https://t.me/Xaaliburidallah
#Magaalaa_Naaqee_Nagawoo

#Godina_Baalee, Aanaa Gaasaraa Magaalaa #Naaqee_Nagawootti, sagantaa Guddaa #Guyyaa 25/04/2024 or 17/08/2016tti Eebba Barattootaa Madda Haraashii Haawwotaa fi Shamarranii fi Leenjii #Islaamummaa_Addunyaaf jedhu salaata Magriibaa booda  kennuun, gammachuu guddaan goolabnee, gara biyyaa nagahaan gallee jirraa Alhamdulillaah.


https://t.me/Xaaliburidallah
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Kaayoon Murtaddii fakkeessuu yoomuu galma gonkumaa hin geessu.

የሙርታዶች የማስመሰል አላማ በጭራሽ መቸም ከግቡ አይደርስም።

https://t.me/Xaaliburidallah
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
የኢየሱስ እውነተኛ የተሰወረ ማንነት "ክፍል ስድስት"

https://t.me/Xaaliburidallah
#Magaalaa_Yaaballoo

Biyyaa hangafa Oromo, biyya seenaa guddaa qabdu tan taate, #Godina_Booranaa #Magaalaa_Yaaballootti guyyaa 23/08/2016 or 01/05/2024 sagantaa Leenjii #Islaamummaa_Addunyaaf jedhu, guyyaa tokko guutuu fudhate, kan Abbummaan isaa dargaggoota fi Dubartoota ta'e, kan hayyoonni gurguddaan biyyi  qabduu fi  abboonni amaanaa diinii baatanii jaarraa kanaa eegani keessatti hirmaatan, haala bareedaan gegeessaa oollee xumurree gara sagantaa itti aanutti ceennee jirraa,  Alhamdulillaah. Hawaasa keenna, kan guyyaa nuti dhufne irraa #Majlisa_Godinaa, #Majlisa_Magaalaa fi #doktoroonnii gurguddaan biyyiti qabdu, #dargaggoota_wojjiin ta'uun nu simatee nu keessumeessun, akka Kaayoon Islaamummaa Addunyaa wol gahuuf haala nuuf mijeessuun seenaa guddaa hojjataa oole kana, Rabbiin duniyaa fi aakeratille isaan haa qananiisuu. Asumaan hawaasa keenna kan biyyoota biroo keessatti argamu, kan haga ammaatti rafaa jiru ammoo Rabbiin tola isaatiin nuuf haa dammaqsuu. Amiiiin

https://t.me/Xaaliburidallah