#Islaamummaan Rabbiin filate yookaa jaalate #maali #isiin beektuu?
🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇
1ffaa- #Amantii #Rabbiiti
Ragaan dubbii kana 👇
Surah Aal- Imraan suura 3 verses: 83
أَفَغَيْرَ دِينِ ٱللَّهِ يَبْغُونَ
وَلَهُۥٓ أَسْلَمَ مَن فِى ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَٱلْأَرْضِ
طَوْعًا وَكَرْهًا
وَإِلَيْهِ يُرْجَعُونَ
Sila odoo wantoonni samiifi dachii keessaa hunduu fedhaan yookiin dirqamaan Rabbiif ajajamaniifi gara isaatti deebi’anii, #amantii kan #Rabbiin alaa barabaaduu?
በሰማያትና በምድር ያሉ ሁሉ፤ በውድም በግድም ለርሱ የታዘዙ ወደርሱም የሚመለሱ ሲኾኑ (#ከሓዲዎች) #ከአላህ #ሃይማኖት ሌላን ይፈልጋሉን?
🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇
2ffaa- #Amantii #Haqaati
Ragaan dubbii kana 👇
Suuraa As-Saf 61:9
هُوَ الَّذِي أَرْسَلَ رَسُولَهُ بِالْهُدَىٰ وَدِينِ الْحَقِّ لِيُظْهِرَهُ عَلَى الدِّينِ كُلِّهِ وَلَوْ كَرِهَ الْمُشْرِكُونَ
Inni Isa odoo mushrikoonni jibbanuu, amantiiwwan biraa hunda irratti ol taasisuuf jecha ergamaa Isaa qajeelfamaafi #amantii #haqaatiin ergeedha
(ሱረቱ አል - ሶፍ - 9)
እርሱ ያ አጋሪዎቹ ቢጠሉም መልክተኛውን በመምሪያ (መጽሐፍ) #በእውነተኛው #ሃይማኖትም (#በኢስላም) ከሃይማኖት ሁሉ በላይ ይፋ ሊያደርገው የላከ ነው፡፡
🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇
3ffaa- #uumaa Rabbiin irratti #nama #uumee fi #Amantii #qajeela
Ragaan dubbii kana 👇
Suuraa Ar-Ruum 30:30
فَأَقِمۡ وَجۡهَكَ لِلدِّينِ حَنِيفٗاۚ
فِطۡرَتَ ٱللَّهِ ٱلَّتِي فَطَرَ ٱلنَّاسَ عَلَيۡهَاۚ
لَا تَبۡدِيلَ لِخَلۡقِ ٱللَّهِۚ
ذَٰلِكَ ٱلدِّينُ ٱلۡقَيِّمُ وَلَٰكِنَّ
أَكۡثَرَ ٱلنَّاسِ لَا يَعۡلَمُونَ
(Yaa Muhammad!) karaa haqaatti dabuun fuula kee diiniif sirreessi #Uumaa #Rabbii #ishee #inni #irratti #nama #uumes (qabadhaa)Uumaa Rabbii jijjiiruun hin jiruSantu #amantii #qajeelaadha garuu irra hedduun namootaa hin beekanu.
30:30 - ወደ እውነት ተዘንባይ ኾነህም ፊትህን ለሃይማኖት ቀጥ አድርግ፡፡ የአላህን ፍጥረት ያችን #አላህ #ሰዎችን #በእርስዋ #ላይ #የፈጠረባትን (ሃይማኖት ያዟት)፡፡ የአላህን ፍጥረት መለወጥ የለም፡፡ ይህ #ቀጥተኛ #ሃይማኖት ነው፡፡ ግን አብዛኛዎቹ ሰዎች አያውቁም፡፡
🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇
#Wolumaa #galatti, Islaamumman Amantiin Rabbii ta Amantii haqaa yookaa Amantii qajelaa ta'uu fi Amantii Rabbiin Ilma nama irratti uume ta'uu Rabbiin ragaa isii bahe, Amantii addunyaa tamiinuun caaluu isii ifatti addeessa. Sababni isaalle Amantimman takkaayyuu ani Amantii Waaqati jettee yoookaa ani Amantii haqaati/ qajeellumati jettee yookaa ani Amantii Rabbiin ilma nama irratti na uume jettee #ragaan #mirkanaahu #hin #dandeenelle, gonkumaa #hin #dandeettulle jechu.
Kanaafuu, namni Islaamumman ala Amantii kamuu hordofu, maaf Islaamumma dhiifte Amantii biroo hordofata osoo jedhan tarii wonti inni deebisu #abbaa #kiyyatu hordofee yoo taate malee yookaa waan ragaa hin qabne irratti afaanuma waan qabuuf yoo waan biroos dubbate malee, Amantii Isalaamumman ala jirtu tamuu, Amantii Waaqaatii raga itti qaba jechuu yookaa Amantii haqaatii ragaa itti qaba jechuu yookaa Waaqatu irratti na uumee #ragaa #itti #qaba jechuu #gonkumaa #hin #danda'uu jechu.
Namni waan ragaa hin qabne irratti sababa kanaafi jedhee dubbatu kamuu ragaa qofa dhabuu mitii #sammuu fi #qalbii #haqaan #hubatulle akka #hin #qabne ta'uu isaa hubattaa jechu.
Gabaabinnan #Muslima #ta'uun badhaasa Rabbiin nama ufii jaalate akka inni #sammuu fi #qalbii wohiin hubatu isaa kenne nama hubachiisaa jechu.
Sammuu waan nyaataa dhugaatii qofa yaaddu, qalbii haqa Rabbii hin hubannee worra baatee deemu Rabbiin nun taasisin.
Namni Islaamummaa bareedaa tana hordofuu danda'u hoo eennu beektuu? Kutaa itti aanu keessatti yoo Rabbiin nuuf fedhe laalla obsaan nu eegadha.
Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa 👇
https://t.me/Xaalibu6504

#Islaamummaan Amantiin haqaa, ta Rabbiin abbaa ufii jaalate fi filatee keennu, #Amantii #eennu #irratti #jiraataa #ture?
Hedduun ilma nama, ka kufrii keessa jiru jechuudhaa, akka Amantii inni irra jiru karaa jallinnaa ta'uu namni itti hin beekneef jecha, maqaa nabiyyoota Rabbii jijjiruun (fkn Nabi Ibraahim Abraham jedhuun, Nabi Muusaan Muusee jechuun, Nabi Iisaan Yesuus jechuun kkf ) nuti isaan hordofnaa, Amantii keenna ka Isaan itti nu ajajanii yookaa karaa isaan irra turanii jedhanii fakkeessuun jallatanii namas jallisu.
Wonti nama raajee nama hin dhiifne Biiliyoonni ilma nama ka maqaa Nabiyyootaatiin kufrii daldalu keessaa namuma tokko (ka Islaamummaan ala jiru keessa jechuu) ka Amantiin inni karaa Nabiyyoota maqaa jijjiranii waamanii nu isaan hordofna jedhanii fakkeessanii ta'uu ragaan siif ibsu gonkumaa hin argamnelle hin argamulle.
Fakkeenna tokko yoo fudhanne, irra hedduun Amantii addunyaa tana irratti argamuu Nabi Ibraahimiin (Abraham), nama Rabbiin isa filate, nama Rabbii isaatii ajajamaa ta'e (Nabiyyii Rabbii ta'uu) hedduun ilma nama ni amanuu. Abbaa iimaana keessatti hangafaa (father of faith) jedhanii waamu. Dabalataanis nama karaan isaa karaa qajeelaa ture, nama Rabbiin isa filate, nama ajaja Rabbii fudhate ta'uu hedduun namaa osoma amanu garuu rakkoon jiru hawaasa Muslimaatiin ala nama jiru keessaa namuma tokko ka Amantii Nabi Ibraahim ragaadhaan siif himu gonkumaa hin argitu. Rabbiin waa'ee Nabiyyii isaa Nabi Ibraahim yeroo dubbatu akka Inni Amantii haqaa, Amantii Rabbiin worrota gaggaarii irratti isaan jiraachise irratti jiraataa ture haala armaan gadii kanaan ibsa
🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇
Suuraa Al-Imraan 3:67 👇🏻
مَا كَانَ إِبۡرَٰهِيمُ يَهُودِيّٗا وَلَا نَصۡرَانِيّٗا
وَلَٰكِن كَانَ حَنِيفٗا مُّسۡلِمٗا
وَمَا كَانَ مِنَ ٱلۡمُشۡرِكِينَ
#Ibraahiim #yahuudas #kiristaanas #hin #taane Garuu inni #Muslima qajeelaa ture Inni #mushrikoota irraas #hin #taane.
🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇
Suuraa Haji 22:78
وَجَٰهِدُواْ فِي ٱللَّهِ حَقَّ جِهَادِهِۦۚ
هُوَ ٱجۡتَبَىٰكُمۡ وَمَا جَعَلَ عَلَيۡكُمۡ
فِي ٱلدِّينِ مِنۡ حَرَجٖۚ مِّلَّةَ أَبِيكُمۡ إِبۡرَٰهِيمَۚ هُوَ سَمَّىٰكُمُ ٱلۡمُسۡلِمِينَ
مِن قَبۡلُ وَفِي هَٰذَا
لِيَكُونَ ٱلرَّسُولُ شَهِيدًا عَلَيۡكُمۡ
وَتَكُونُواْ شُهَدَآءَ عَلَى ٱلنَّاسِۚ
فَأَقِيمُواْ ٱلصَّلَوٰةَ وَءَاتُواْ ٱلزَّكَوٰةَ
وَٱعۡتَصِمُواْ بِٱللَّهِ هُوَ مَوۡلَىٰكُمۡۖ
فَنِعۡمَ ٱلۡمَوۡلَىٰ وَنِعۡمَ ٱلنَّصِيرُ
Qabsoo Isaaf malu (Karaa) Rabbii keessatti qabsaa’aa; #Inni #isin #filateera; amantii keessatti dhiphina tokkollee isin irratti hin goone #Karaa #abbaa #keessan #Ibraahiim (deemaa) Akka ergamaan Rabbii isin irratti ragaa ba’uufi isinis namoota irratti ragaa baataniif Isatu (#Rabbitu) #kana #duraafi (Qur’aana) kana keessattis #Muslimoota #isin #moggaase Kanaaf salaata dhaabaa; zakaa kennaa; Rabbiin ciminaan qabadhaa Inni jaalalloo keessani Jaalallee ta'uuf waa tolee! Gargaaraa ta'uufis waa tole!
🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇
*Qabxiiwwan ijoon 👇
1ffaa- Fakkeenni gaariin hawaasa Muslimaa (roll model) Nabiyyoota Rabbii yoo ta'uu, ka worrota Islaamumman ala jiru garuu yoo maqaa Nabiyyoota jijjiraa ittiin daldaluu taate malee akka homaa hin jirre (yoo sheeyxaana taate malee ) ta'uu hubanna.
2ffaa- Amantiin Islaamaa, Amantii Rabbiin jaalate/filate fi worrota filatamoo ta'ee gubbaa haga jalaatti badhaase ta'uu hubanna.
3ffaa- Islaamumman Amantii guyyaa keessaa namaan moggaafame osoo hin taane Amantii Rabbiin ilma nama irratti uume ka Nabiyyoonni gaggaariin hedduun namaa isaan jaalatu fi maqaa isaanii jijjiree waamu irratti jiraataa turan ta'uu hubanna.Wolumaa galatti Islaamumman Amantii Rabbiin jaalate/filate, ilma namaa irratti nama uume, kara Nabiyyoonni Rabbii irratti jiraataa turan ta'uu hubannee, karaa jaalatamaa Rabbiin worrota isaan jaalate irratti jiraachise san irratti jiraanne akka milkoofnu, Amantii guyyaa keessa namaan moggaafame ka ragaa (ka wobii tokkoo hin qabne) hunda irraa akka fagaannu dhaamsa jedhu isiniif dabarsuu barbaada.
Namni Amantii Rabbiin jaalate/filate tana hordofuu dide guyyaa boruu maal akka ta'uu hedu hoo beektuu? kutaa itti aanu nu eegadha.
♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
https://t.me/Xaaliburidallah

Telegram
Turullee Dhugatu Mo'ata
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
#Qabsoon_haqaa_itti_fufaa, #lallabni_baaxilaa yeroo dhihoo keessatti fedhii Rabbiitiin #ni_kufaa. Leenjii bareedaan, barattoota magaalaa shaashamannii manoota baruumsa hedduu irraa wolitti dhufuun, #Islaamummaan_Addunyaan_jedhu" bara kana keessa, yeroo lammaffatiif gegeeffamaa oole (24/12/2023) or 14/04/2016, haala bareedaan xumuramee, Alhamdulillaah gallee jirraa. Diiniif jiraatuu fi diinii haqaa (Islaamummaa) irratti jiraatuu, Rabbiin qoodaa kiyyaa kee haa taasisuu. Amiiiin.
https://t.me/Xaaliburidallah
https://t.me/Xaaliburidallah
#Magaalaa_Saguree
#Godina_Arsii_Bahaa
#Magaalaa_Saguree, ganda Shek #Abdulmannaan Shek #Ahmaditti sagantaan barattootaa, mata duree #Islaamummaan_Addunyaaf jedhu" guyyaa har'aa (19/01/2024) or 10/05/2016, haala bareedaan gegeessaa oolle xumuramee jirraa.
#Qabsoon_haqaa_itti_fufaa, #lallabni_baaxilaa yeroo dhihoo keessatti fedhii Rabbiitiin #ni_kufaa.
Alhamdulillaah. Diiniif jiraatuu fi diinii haqaa (Islaamummaa) irratti jiraatuu, Rabbiin qoodaa kiyyaa kee haa taasisuu. Amiiiin.

#Magaalaa_Asallaa
Dargaggoota Godina Arsii Bahaa #Magaalaa_Asallaa (#Woliif), Rabbiin qananii ganda lameenii isin haa badhaasu. Kennaan keessan anaaf guddaadha. #Badhaasni_guddaan #Rabbiin_na_badhaase, ka kennaa keessan caalu, isinii Diiniif jecha na jaalattan argatuu kootii. #Rabbiin_Firdoosii_isaa #isin_haa_badhaasuu.
#sagantaa Dhaabbanni Woliif qopheesse (guyyaa 11/05/2016 or 23/01/2024) irratti argamuun, leenjii mata duree #Islaamummaan_Addunyaaf jedhu" haala bareedaan gegeessaa oollee, Alhamdulillaah xumurree jirraa. Turullee dhugatu irra aanaa, hin shakkinaa fudhaa hundi ilma namaa. Diiniif jiraatuu fi diinii haqaa (Islaamummaa) irratti jiraatuu, Rabbiin qoodaa keenna haa taasisuu. Amiiiin.

Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
#Islaamummaan_Diin_jabaa #diin_hunda_irra_caalee ...
Dhugaan jiru tanumaa, kan beekne haa beekuu, kan hubatinis haa hubatuu.
https://t.me/Xaaliburidallah
Dhugaan jiru tanumaa, kan beekne haa beekuu, kan hubatinis haa hubatuu.
https://t.me/Xaaliburidallah
#Magaalaa_Gudannee (kan dur ittiin beekkamtu #Qancarree)
#Godina_Arsii_Bahaa, Aanaa Muneessaa #Magaalaa_Guddanneetti, Sagantaan guddaan (#Guyyaa 19/04/2024 or 11/08/2016) #Islaamummaan #Addunyaaf jedhuun gegeeffamaa ture, gammachuu guddaan , guyya deemnetti nama tokko, akkasumas sababa Kitaabaa "#Eenyummaa_Yesuus #isa_dhugaa_kan_dhokate" jedhuu fi sochii barattoonni Diin leenjii barnoota #Islaamummaan #Addunyaaf jedhuu leenji'aniitiin namoonni digdamii lama (22) amantii dhalootaa, #Islaamummaa qabatuu gammannee, akka cimamee itti fufamuuf leejiin dabalataa kennamuun sagantaan keenna milkaahinnaan goolabnee, magaalaa itti aanutti ceennee jirraa. Namoota Islaamummaa fudhatan keessaa muraasni, kitaaba Eenyummaa_Yesuus jedhu wojjiin argituu. Hawaasni keenna simannaa fi keessummeessa keessaniif Rabbiin toltuun ganda lameeniitiin isin haa qananiisuu jedha. Harakaan jiraannaan barakaan hin dhabamuu. Alhamdulillaah.

#Magaalaa_Alii
#Godina_Baalee, #Magaalaa_Aliitti, Markaza Daaral Hijrateeyni, #Guyyaa 24/04/2024 or 16/08/2016tti, Urjii Rabbiin Oromiyaa keenna badhaase, kan dhaloota xurree hundaan qaruun (Diinii fi Baruumsa Idilee), barsiisuun seenaa biyya keenna keessatti asiin dura hin argaminiif hin beekkamne hojjachuun dhaloota xurree hundaan qaroome qaree baasuun beekkamu Shek Qamar ziyaaruun, Sagantaan leenjii #Islaamummaan #Addunyaaf jedhu turtii sa'aa sadii (3) kennuun, gammachuu guddaan du'aa'ii Hayyuu keennaa Shek Qamar fudhachuun milkiidhaan goolabnee, gara magaalaa birootti imallee jirraa. Imalli keenna kan Baalee akka milkii guddaa ta'u du'aa'ii keessaniin nu faanaa jiraadhaa. Hawaasa keenna kan rafe hunda Rabbiin nuuf haa dammaqsuu. Amiiiin