Turullee Dhugatu Mo'ata
12.1K subscribers
546 photos
184 videos
120 files
475 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
#Magaalaa_Iddii_Lolaa
Seenaa yoomuu hin dagatamnetuu sikeessatti hojattatame.

Yaa #Hawaasa_jaalalaa, kan lubbuu isaa irra diin caalchifatu, dachee seenaa dachaa #Godina_Booranaa, #Aanaa_Miyoo  #Magaalaa_Iddii Lolaatitti guyyaa 27 fi 28/08/2016 or  05 fi 06/05/2024 sagantaa Leenjii #Islaamummaa_Addunyaaf jedhu, sagantaa seensaa salaata Magriibaa irraa hanga halkan sa'aa 3:00 erga hubannoo hawaasa kennaa kennamee booda, ganama itti fufuun haga sa'aa 8:30 sagantaa keenna haala bareedaan gegeessuun goolabnee, gara magaalaa itti aanutti ceennee jirraa,  Alhamdulillaah. Hawaasa keenna, kan #simannaaf Kiiloo Meter kudha torba (#17KM) deemee nu simatee, nu keessumeessuun diqqaa guddaa nu wojji dhaabbate, Rabbiin duniyaa fi aakeratille isaan haa qananiisuu jechuu barbaada. Amiin
Asumaan hawaasa keenna kan biyyoota biroo keessatti argamu, kan haga ammaatti rafaa jiru ammoo Rabbiin tola isaatiin nuuf haa dammaqsuu. Amiiiin

https://t.me/Xaaliburidallah