Turullee Dhugatu Mo'ata
12K subscribers
537 photos
163 videos
120 files
451 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Dhugaan jirtu isima tanaa qalbiidhaan dhaggeeffadhaa.

Warroota ilaalcha #Aatseewwaniitiin_deemuu carraan isaanii dhumee jiraachuu itti himaa.

https://t.me/Xaaliburidallah
#Magaalaa_Eegoo

#Godina_Arsii_Bahaa, Aanaa Muneessaa #Magaalaa_Eegootti Sagantaan guddaan (#Guyyaa 18/04/2024 or 10/08/2016) Islaamummaan Addunyaaf jedhuun gegeeffamaa ture, gammachuu guddaan , leenjii fi sochii barnootaa kanaan wal qabateen namoonni sagal (9) tola Rabbiitiin amantii dhalootaa Islaamummaa qabatuu gammannee, akka cimamee itti fufamuuf leejiin kennamuun sagantaan keenna milkiidhaan goolabamee, magaalaa itti aanutti ceennee jirraa. Harakaan jiraannaan barakaan hin dhabamuu. Alhamdulillaah


https://t.me/Xaaliburidallah
#Magaalaa_Gudannee (kan dur ittiin beekkamtu #Qancarree)

#Godina_Arsii_Bahaa, Aanaa Muneessaa #Magaalaa_Guddanneetti, Sagantaan guddaan (#Guyyaa 19/04/2024 or 11/08/2016) #Islaamummaan #Addunyaaf jedhuun gegeeffamaa ture, gammachuu guddaan , guyya deemnetti nama tokko, akkasumas sababa Kitaabaa "#Eenyummaa_Yesuus #isa_dhugaa_kan_dhokate" jedhuu fi  sochii barattoonni Diin leenjii barnoota #Islaamummaan #Addunyaaf jedhuu leenji'aniitiin namoonni digdamii lama (22) amantii dhalootaa, #Islaamummaa qabatuu gammannee, akka cimamee itti fufamuuf leejiin dabalataa kennamuun sagantaan keenna milkaahinnaan goolabnee, magaalaa itti aanutti ceennee jirraa. Namoota Islaamummaa fudhatan keessaa muraasni, kitaaba Eenyummaa_Yesuus jedhu wojjiin argituu. Hawaasni keenna simannaa fi keessummeessa keessaniif Rabbiin toltuun ganda lameeniitiin isin haa qananiisuu jedha. Harakaan jiraannaan barakaan hin dhabamuu. Alhamdulillaah.


https://t.me/Xaaliburidallah
#Magaalaa_Goljootaa

#Godina_Arsii_Lixaa, Aanaa Heeban Arsii #Magaalaa_Goljootaatti  Sagantaan guddaan (#Guyyaa 21/04/2024 or 13/08/2016) Islaamummaan Addunyaaf jedhuun gegeeffamaa ture, gammachuu guddaan, namoonni amantii biroollee kan ta'an keessattuu #Paastaroonnii hirmaatuun gaafii fi deebii boodaa Yesuus Ergamaa Rabbii ta’uu amanuun, Yesuus Waaqaa jechuun dogongora akka ta'e hubatuun sagantaan keenna milkiidhaan goolabamee, nagahaan faaruun kan Rabbii keennaatii gallee jirraa. Alhamdulillaah.


https://t.me/Xaaliburidallah
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
#Baalaa_Gizee jedhaman fakkaatuuu, waan hojjatamaa jiru mee laalaa!‼️‼️‼️

Osoo gochi kun #Hawaasa_Musilmaa taatee, maaltu akka jedhamu beektuu⁉️ hayyoonni ni beekuu‼️‼️‼️

https://t.me/Xaaliburidallah
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
#Eenyummaa_Yesuus_isa #dhugaa_kan_dhokate. Kutaa 1ffaa '#C'

#Islaamummaa_Addunyaan gahuuf, hawaasni Muslimaa hundi, #liinkii_asii_gadii hiriyoota keessanii #sheer_taasisuun dirqama keessan akka baatan, tumsitoota haqaa akka taatan, jaalala fi kabajaadhaan isin gaafadha. Maaltu beekaa, sababa keetiin namni tokko ibidda Jahannam irraa bitamuun malaa. Ati sababa sagantaa tokko hiriyaa keetii sheerii taasisuutiin, #mindaa_Rasuulli (S.A.W) Sahabaa isaanii #Aliyyii_dhaaman argachuun malaa. #Nu_hundaa_Rabbiin #nu_haa_milkeessu. Amiiiin.

https://t.me/Xaaliburidallah
#Magaalaa_Alii

#Godina_Baalee, #Magaalaa_Aliitti, Markaza Daaral Hijrateeyni, #Guyyaa 24/04/2024 or 16/08/2016tti, Urjii Rabbiin Oromiyaa keenna badhaase, kan dhaloota xurree hundaan qaruun (Diinii fi Baruumsa Idilee), barsiisuun seenaa biyya keenna keessatti asiin dura hin argaminiif hin beekkamne hojjachuun dhaloota xurree hundaan qaroome qaree baasuun beekkamu Shek Qamar ziyaaruun, Sagantaan leenjii  #Islaamummaan #Addunyaaf jedhu turtii sa'aa sadii (3) kennuun, gammachuu guddaan du'aa'ii Hayyuu keennaa Shek Qamar fudhachuun milkiidhaan goolabnee, gara magaalaa birootti imallee jirraa. Imalli keenna kan Baalee akka milkii guddaa ta'u du'aa'ii keessaniin nu faanaa jiraadhaa. Hawaasa keenna kan rafe hunda Rabbiin nuuf haa dammaqsuu. Amiiiin


https://t.me/Xaaliburidallah