Turullee Dhugatu Mo'ata
12.2K subscribers
546 photos
184 videos
120 files
475 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ
#Kutaa #21 ffaa
๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

#Hojii #manaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Ragaa 1 #Ximotewos 2:5
dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.

๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡

1 Ximotewos 2:5
" Waaqayyo tokkicha, inni gidduu dhaabatee Waaqayyoo fi nama #walitti #fidus #tokkicha, inni immoo Kristos Yesus isa #nama #ta'ee (mul'ateeโŒ) dha."
1แŠ› แ‹ˆแ‹ฐ แŒขแˆžแ‰ดแ‹Žแˆต 2:5 แŠ แŠ•แ‹ต แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แŠ แˆˆแŠ“แฅ แ‰ แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญแŠ“ แ‰ แˆฐแ‹แˆ แˆ˜แŠซแŠจแˆ แ‹ซแˆˆแ‹ #แˆ˜แŠซแŠจแˆˆแŠ›แ‹ แ‹ฐแŒแˆž แŠ แŠ•แ‹ต แŠ แˆˆแฅ แŠฅแˆญแˆฑแˆ #แˆฐแ‹ #แ‹จแˆ†แŠ แŠญแˆญแˆตแ‰ถแˆต แŠขแ‹จแˆฑแˆต แŠแ‹แค
1 Timothy 2:5. For there is one God, and #one #mediator between God and men, #the #man Christ Jesus;

Gafii ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Akka ragaa 1 #Ximotewos 2:5 keessatti dubbatametti, hima kamtuu sirriidha?

A. Waaqayyon tokkicha, Yesuus jedhamee jira. โŒ

B. Yesuus nama osoo hin taane ilma Waaqaati jedhamee jira.โŒ

C. Yesuus jechuun, isa jidduu waaqaa fi ilma namaa jiraate, Waaqaa fi namoota wolitti fidu jedhamee jira.โœ…

D. Hunduu deebii sirrii ta'e.โŒ

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

โ†ช Worroonni Amantii Kiristaanaa nuuf deebisaa.

โ†ช hawaasni keenna ammoo worroota Amantii Islaamummaatiin ala jiran biraan gahaa haqa jiru hubachiisaa.

Qabxiiwwan ijoon nuti ragaa 1 #Ximotewos 2:5
irraa argannu;

1ffaa- Waaqni dhugaa tokkicha malee, waaqa lama yookaa sadi jedhamu akka hin taane (#Waaqayyo #tokkicha yeroo jedhu)

2ffaa- Yesuus jechuun isa Waaqaa fi namoota wolitti fidu (ergamaa Rabbiin ergate, ka seera Rabbiin irraa fide namatti geessuun, ilma namaa akka Rabbiin inni beeku taasisu) qofa akka ta'e (#inni #gidduu #dhaabatee #Waaqayyoo fi #nama #walitti #fidus #tokkicha yeroo jedhu).

3ffaa- Yesuus nama malee Waaqaa yookaa ilma Waaqaati dubbiin jedhu olola akka ta'e ifatti hubannaa jechuudh (#inni #immoo #Kristos #Yesus #isa #nama #ta'e Yeroo jedhu).

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธBy:XR โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa ๐Ÿ‘‡

https://t.me/Xaalibu6504
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ
#Kutaa #24ffaa
๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

#Hojii #manaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Ragaa #Yohannis 5:24 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.

๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡

#Yohannis 5:24
" "Dhuguma, dhuguman isinitti hima, dubbii koo dhaga'ee #isa #ana #ergetti #kan #amanu #jireenya #bara #baraa #qaba; inni du'a keessaa gara jireenyaatti darbee malee, gara firdii hin dhaqu.โ€

John 5:24 Verily, verily, I say unto you, He that heareth my word, and #believeth #on #him that #sent #me, hath #everlasting #life, and shall not come into condemnation; but is passed from death unto life.

Gafii ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Akka ragaa #Yohannis 5:24 keessatti dubbatametti, hima kamtuu sirriidha?

A. Yesuus namni dubbii koo dhaga'ee, anaan Waaqa jedhe, jireenna bara baraa argata jedhe.โŒ

B. Yesuus namni dubbii koo dhaga'ee, isa ana ergetti amane (Waaqatti amane), jireenna bara baraa argata jedhe.โœ…

C. Yesuus namni dubbii koo dhaga'ee, anaan ilma Waaqaati jedhe, jireenna bara baraa argata jedhe.โŒ

D. Yesuus namni dubbii koo dhaga'ee, anaan fayyisaadha jedhe, jireenna bara baraa argata jedhe.โŒ


๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

โ†ช Worroonni Amantii Kiristaanaa mee waan sammuu keessaa qabdanii fi raga kana wol bira qabaa laalaa.

โ†ช hawaasni keenna ammoo, worroota Amantii Islaamummaatiin ala jiran, ka dhugaa kitaabuma isaanii keessatti argamtu hubatuu dadhaban, ragaawwan asii olii kana biraan gahaa, haqa jiru hubachiisaa.

Qabxiiwwan ijoon nuti ragaa #Yohannis 5:24 irraa argannu;

1ffaa- Dhugaan Yesuus nama barsiisaa ture, dubbii Yesuus dubbate dhaga'anii, inni jalqabaa Yesuus akka ergame amanuu akka qaban.

2ffaa- Ammas dhugaan Yesuus nama barsiisaa ture, dubbii Yesuus dubbate dhaga'anii, isa Yesuus erge (Waaqatti), akka inni isa ergatee fi inni Waaqa dhugaa ta'uu amanuun akka jireenna bara baraa nama gonfachiiftu beekuu akka qaban isaan barsiisuu isa.
( "Dhuguma, dhuguman isinitti hima, dubbii koo dhaga'ee #isa #ana #ergetti #kan #amanu #jireenya #bara #baraa #qaba yeroo jedhu).

3ffaa- Namni du'a keessaa gara jireennaatti dabruu kan danda'u, akkasumas gara firdii ka hin deemne (gara qixaaxaa ka hin oofamne), yeroo Rabbii Yesuus ergetti amane qofa akka ta'e ( .... #isa #ana #ergetti #kan #amanu ...... #inni #du'a #keessaa #gara #jireenyaatti #darbee #malee, #gara #firdii #hin #dhaqu.โ€ yeroo jedhu), ka gocha kanaan faallaa deemu, Waaqa Yesuusiin erge dhiisee, Yesuus Waaqa ka jedhu hundi, akka jireenna bara baraa hin argannee fi jireenna keessa gara du'aatti worrota dabru, worroota gada firdii (qixaaxaa jechuun Azaabaa oofaman akka ta'e) ifatti barsiisee jechuudha.

Gabaabinnaan, akka ragaa Wangeela kanaatti, namni jiru #bara #baraa #barbaadu, namni #du'a irraa gara #jireenna #dabruu fi gara murtee (#Azaabaa) #oofamuu #hin #barbaadne kamuu, #Waaqa #Yesuus #ergetti (Waaqummaa dhugaa beekee) #amanuu fi #Yesuus kan #Waaqni #ergate (ergamaa Waaqaa) ta'uu amanuun akka ta'e ifa baasaa jechuudha.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธBy:XR โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa ๐Ÿ‘‡

https://t.me/Xaalibu6504
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ
#Kutaa #26ffaa
๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

#Hojii #manaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Ragaa #Luqaas 1:31-32 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.
๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡

#Luqaas 1:31-32
Kunoo, in ulfoofta #ilmas in deessa, maqaa isaa immoo Yesus jedhii moggaasi. #Inni #guddaa #in #ta'a ilma aabbaas jedhamee in waamama, #Waaqayyo gooftaanis teessoo abaabilii isaa Daawit in kennaaf.
แŠฅแŠแˆ†แˆแฅ แ‰ตแ€แŠ•แˆปแˆˆแˆฝ #แ‹ˆแŠ•แ‹ต #แˆแŒ…แˆ แ‰ตแ‹ˆแˆแŒƒแˆˆแˆฝแฅ แˆตแˆ™แŠ•แˆ แŠขแ‹จแˆฑแˆต แ‰ตแ‹ชแ‹‹แˆˆแˆฝแข
แŠฅแˆญแˆฑ แ‰ณแˆ‹แ‰… แ‹ญแˆ†แŠ“แˆ #แ‹จแˆแ‹‘แˆ #แˆแŒ…แˆ แ‹ญแ‰ฃแˆ‹แˆแฅ #แŒŒแ‰ณ #แŠ แˆแˆ‹แŠญแˆ #แ‹จแŠ แ‰ฃแ‰ฑแŠ• #แ‹จแ‹ณแ‹Šแ‰ตแŠ• แ‹™แ‹แŠ• แ‹ญแˆฐแŒ แ‹‹แˆแค
And, behold, thou shalt conceive in thy womb, and bring forth a son, and shalt call his name JESUS.
#He #shall #be #great, and shall be called the Son of the Highest: and the Lord God shall give unto him the throne of his father David:

Gafii ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Akka ragaa #Luqaas 1:31-32 keessatti dubbatametti, hima kamtuu sirriidha?

A. Maariyaam ulfooftee Waaqa maqaan isaa Yesuus jedhamu akka deettu itti himamee ture.โŒ
B. Maariyaam ulfooftee ilma Waaqa maqaan isaa Yesuus jedhamu akka deettu itti himamee ture.โŒ
C. Ilmi Maariyaam (Mariyam) ulfooftee deessu, ka osoo hin dhalatin dura guddaa ta'e akka ture himameefi.โŒ
D. Waaqni teessoo Waaqumma osoo hin taane, ka abaabilii isaa (ka Nabiyummaa) Daawit akka kennuuf itti himame. โœ…

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

โ†ช Worroonni Amantii Kiristaanaa mee waan sammuu keessaa qabdanii fi raga kana wol bira qabaa laalaa.

โ†ช hawaasni keenna ammoo, worroota Amantii Islaamummaatiin ala jiran, ka dhugaa kitaabuma isaanii keessatti argamtu hubatuu dadhaban, ragaawwan asii olii kana biraan gahaa, haqa jiru hubachiisaa.

Qabxiiwwan ijoon nuti ragaa #Luqaas 1:31-32 irraa argannu;

1ffaa- Yesuus Waaqumman osoo hin taanee, #nama akka ta'e, Ingilifaan #son, Amaariffaan
#แ‹ˆแŠ•แ‹ต #แˆแŒ…แˆ, Afaan Oromootiin #ilma jedhamee akka namaa ifa ta'utti ibsamuu isaa.

2ffaa- Yesuus waan osoo hin dhalatin dura Waaqaa turee, akkasumas guddaa ture osoo hin taane, waan osoo hin dhalatin dura, waan hin jirre ta'uun isaa hubatamee, waan #erga #dhalatee #booda #guddatu yookaa #guddaa ta'u akka ta'e (#Inni #guddaa #in #ta'a yeroo jedhu) ifatti mirkaneessa.

3ffaa- Garaa garuummaa kitaabaa Macaafa Qulqulluu jedhumu keessatti jiru isa duraa, Afaan Oromootiin #Ilma #aabbaas #jedhamee, Afaan Amaariffaan ammoo #แ‹จแˆแ‹‘แˆ #แˆแŒ…แˆ #แ‹ญแ‰ฃแˆ‹แˆ, kan Afaan Ingilifaa yeroo dubbisnu garuu #the #son #of #the #Highest jedha, kun hundi maal dhabamsiisuuf fooyyeffama taasifame yoo jedhame, Yesuus nama dhugaa jettu dhossuu fi Waaqaa yookaa ilma Waaqaati gara jedhu ol guddisuuf (#the #son #of #the #Highest) irraa gara ilma aabbaas jedhameetti jijiiranii jechuudha.

4ffaa- Waaqni #teessoo (#aangoo) Waaqumma osoo hin taane, kan abaabilii isaa, (kan Afaan Amaariffaa irratti #abbaa #isaa), Daawit (jechuun #Nabiyummaa) akka isaa kennu ifatti mudhise.

5ffaa- Garaa garuummaa kitaabaa Macaafa Qulqulluu jedhumu keessatti jiru isa lammaffaa, (Afaan Ingilifaa the throne of #his #father #David), (Afaan Amaariffaan #แ‹จแŠ แ‰ฃแ‰ฑแŠ• #แ‹จแ‹ณแ‹Šแ‰ตแŠ• แ‹™แ‹แŠ• แ‹ญแˆฐแŒ แ‹‹แˆแค), garuu kan Afaan Oromoo yeroo dubbisnu #teessoo #abaabilii #isaa #Daawit in kennaaf jedha. Kun ifatti maal mudhisa yoo jedhame, tooftaa fooyessa kitaabaatiin #dhugaa #awwaaluuf taasifamu (#father- #แ‹จแŠ แ‰ฃแ‰ฑแŠ•- irraa gara #abaabiliitti) mirkaneessaa jechuudha.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธBy:XR โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa ๐Ÿ‘‡

https://t.me/Xaalibu6504
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ
#Kutaa #29ffaa
๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

#Hojii #manaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Ragaa #Maatewos 20:20-23 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.
๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡

#Maatewos 20:20-23
โErgasii haati ilmaan Zabdewos ilmaan ishee wajjin, gara Yesus dhuftee, waa kadhachuudhaaf miilla isaatti kufte. Inni immoo, "#Maal #barbaadda?" isheedhaan jedhe. Isheen itti fuftee, "#Ilmaan #koo #kun #lamaan #mootummaa #kee #keessatti #inni #tokko #gara #mirga #kee, #inni #tokko #immoo #gara #bitaa kee akka taa'aniif abboomi!" ittiin jette. #Yesus, garuu #deebisee, "#Waan #kadhattan #hin #beektan! Isin immoo xoofoo dhiphinaa ani keessaa dhuguuf jiru keessaa dhuguu in dandeessuu?" jennaan, isaan immoo, "In dandeenya" jedhaniin. Innis, "Xoofoo koo keessaa illee dhuguuf jirtu #gara #mirga #koo yookiis #gara #bitaa #koo #taa'uu garuu #kennuun #kan #koo #miti; taa'umsi sun warra kanaan dura abbaa kootiin qopheeffameefiif ta'a" isaaniin jedhe.โž
แ‰ แ‹šแ‹ซแŠ• แŒŠแ‹œ แ‹จแ‹˜แ‰ฅแ‹ดแ‹Žแˆต แˆแŒ†แ‰ฝ แŠฅแŠ“แ‰ต แŠจแˆแŒ†แ‰ฝแ‹‹ แŒ‹แˆญ แŠฅแ‹จแˆฐแŒˆแ‹ฐแ‰ฝแŠ“ แŠ แŠ•แ‹ต แŠแŒˆแˆญ แŠฅแ‹จแˆˆแˆ˜แŠแ‰ฝ แ‹ˆแ‹ฐ แŠฅแˆญแˆฑ แ‰€แˆจแ‰ แ‰ฝแข
แŠฅแˆญแˆฑแˆแข แˆแŠ• แ‰ตแˆแˆแŒŠแ‹ซแˆˆแˆฝ? แŠ แˆ‹แ‰ตแข แŠฅแˆญแˆตแ‹‹แˆแข #แŠฅแŠแ‹šแˆ… #แˆแˆˆแ‰ฑ #แˆแŒ†แ‰ผ #แŠ แŠ•แ‹ฑ #แ‰ แ‰€แŠแˆ… #แŠ แŠ•แ‹ฑแˆ #แ‰ แŒแˆซแˆ… #แ‰ แˆ˜แŠ•แŒแˆฅแ‰ตแˆ… #แŠฅแŠ•แ‹ฒแ‰€แˆ˜แŒก #แŠฅแ‹˜แ‹ #แŠ แˆˆแ‰ฝแ‹แข #แŠขแ‹จแˆฑแˆต แŒแŠ• แˆ˜แˆแˆถแข #แ‹จแˆแ‰ตแˆˆแˆแŠ‘แ‰ตแŠ• #แŠ แ‰ณแ‹แ‰แˆแข แŠฅแŠ” แˆแŒ แŒฃแ‹ แ‹ซแˆˆแ‹แŠ• แŒฝแ‹‹ แˆแ‰ตแŒ แŒก แŠฅแŠ”แˆ แ‹จแˆแŒ แˆ˜แ‰€แ‹แŠ• แŒฅแˆแ‰€แ‰ต แˆแ‰ตแŒ แˆ˜แ‰ แ‰ตแ‰ฝแˆ‹แˆ‹แ‰ฝแˆแŠ•? แŠ แˆˆแข แŠฅแŠ•แ‰ฝแˆ‹แˆˆแŠ• แŠ แˆ‰แ‰ตแข แŠขแ‹จแˆฑแˆต แŒแŠ• แˆ˜แˆแˆถแข แ‹จแˆแ‰ตแˆˆแˆแŠ‘แ‰ตแŠ• แŠ แ‰ณแ‹แ‰แˆแข แŠฅแŠ” แˆแŒ แŒฃแ‹ แ‹ซแˆˆแ‹แŠ• แŒฝแ‹‹ แˆแ‰ตแŒ แŒก แŠฅแŠ”แˆ แ‹จแˆแŒ แˆ˜แ‰€แ‹แŠ• แŒฅแˆแ‰€แ‰ต แˆแ‰ตแŒ แˆ˜แ‰ แ‰ตแ‰ฝแˆ‹แˆ‹แ‰ฝแˆแŠ•? แŠ แˆˆแข แŠฅแŠ•แ‰ฝแˆ‹แˆˆแŠ• แŠ แˆ‰แ‰ตแข แŠฅแˆญแˆฑแˆแข แŒฝแ‹‹แ‹ฌแŠ•แˆต แ‰ตแŒ แŒฃแˆ‹แ‰ฝแˆแค #แ‰ แ‰€แŠแŠ“ #แ‰ แŒแˆซ #แˆ˜แ‰€แˆ˜แŒฅ #แŒแŠ• #แŠจแŠ แ‰ฃแ‰ด #แ‹˜แŠ•แ‹ต #แˆˆแ‰ฐแ‹˜แŒ‹แŒ€แˆ‹แ‰ธแ‹ #แŠแ‹ #แŠฅแŠ•แŒ‚ #แŠฅแŠ” #แ‹จแˆแˆฐแŒฅ #แŠ แ‹ญแ‹ฐแˆˆแˆแˆ แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข

Gafii ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Akka ragaa #Maatewos 20:20-23 keessatti dubbatametti, hima kamtuu sirriidha?

A. Haati ilmaan Zabdewos ilmaan ishee wajjin, gara Yesus dhuftee, Ilmaan koo kun lamaan mootummaa kee keessatti inni tokko gara mirga kee, inni tokko immoo gara bitaa kee akka taa'aniif abboomi!" ittiin jette. โœ…
B. Yesus, haadha ilmaan Zabdewos deebisee, homa na kadhatuu qabdu na gaafatte jedheen.โŒ
C. Yesuus haadha ilmaan Zabdewosiin, mirga koo yookiis gara bitaa koo taa'uu kan kennu anaa jedhe. โŒ
D. Yesuus haadha ilmaan Zabdewosiin, mirga koo yookiis gara bitaa koo taa'uu sun warra kanaan dura anaan qophaayee fi worrota akka kee na gaafataniif kenname isiin jedhe. โŒ

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

Qabxiiwwan ijoon nuti ragaa #Maatewos 20:20-23 irraa argannu;

1ffaa- Dubartiin haati ilmaan Zabdewos jedhamtu, Yesuus #Nabiyyii Rabbii fi #gabricha Rabbii ta'uu hubattee, aakeratti #gaafa #Jannata #seentu ilmaan tiyyalle akka si woliin Jannata naaf seentu naaf taasisii jetteen (Isheen itti fuftee, "#Ilmaan #koo #kun #lamaan #mootummaa #kee #keessatti #inni #tokko #gara #mirga #kee, #inni #tokko #immoo #gara #bitaa kee akka taa'aniif abboomi!" ittiin jette yeroo jedhu).

2ffaa- Yesuus haadha ilmaan Zabdewosii, ta ilmaan tiyya si wojjiin Jannata naaf haa seentuu jettee kadhattee, #Jannata #nama #seensisuun #akka #gahee #isaa #hin #taane #mirkaneessuuf jecha, homa na kadhatuu qabdanuu hin beektanii, kun gahee kiyyaa mitii #kadhaa #dogongora na gaafattee isiin jedheen ("#Waan #kadhattan #hin #beektan! yeroo jedhuun).

3ffaa- Yesuus yeroo haati ilmaan Zabdewos gaafii gaafattu, deebisee akka ani haqa Rabbii irratti jiraadhee haqa irratti du'u hedutti raawwatu dandeettuu? jennaan, ee ni dandeenna jetten (Isin immoo xoofoo dhiphinaa ani keessaa dhuguuf jiru keessaa dhuguu in dandeessuu?" jennaan, isaan immoo, "In dandeenya" jedhaniin yeroo jedhaniin). Kun waan lamaan gurguddaa agarsiisa, atillee haqumaaf jecha rakkattee nullee haqa irratti dhaabbanne rakkannaa fi akkasuma akkuma ati haqa irratti du'uu heddu #nullee #haqa #irratti #ni #duunaa jechuudha. Yesuusille akkuma ani Rabbitti amane yoo amantani akkuma ani rakadhetti rakkatuuf jirtuu jedheen (Innis, "Xoofoo koo keessaa illee dhuguuf jirtu yeroo jedhu).

4ffaa- Yesuus xumura irratti #homa #feetanuu #hojjattan, #Jannata #ka #nama #seensisu #anaa #mitii #Rabbii #tokkicha malee jedhee himeef (#gara #mirga #koo yookiis #gara #bitaa #koo #taa'uu garuu #kennuun #kan #koo #miti; taa'umsi sun warra kanaan dura abbaa kootiin qopheeffameefiif ta'a" isaaniin jedhe.โž yeroo jedhu).

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธBy:XR โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ

https://t.me/Xaalibu6504
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ
#Kutaa #34ffaa
๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

Gilgaala: Hubannoo yaada sammuu keessaa qabnuu fi ragaawwan jiru wol bira qabuun ittiin dhugaa madaallu:

Yesuus fi Waaqni tokko jedhamuun, dhugama akka namoonni tokko tokko yaadanitti, Yesuusfi Waaqni wol qixa yookaa Yesuus Waaqa jechuu agarsiisaa laataโ‰๏ธ

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ
Ragaawwan asii gadii keessa, isa kamtu #tokko dubbiin jedhu, #wol #qixa jechuu agarsiisa?

A. #Yohannis 10:29-30
โ#Abbaan koo inni anatti isaan kenne, #hundumaa #irra #guddaa dha; homtinuus harka abbaa koo keessaa isaan butachuu hin danda'u. Abbaanii fi ani tokko isaaniin jedhe.โž แ‹จแˆฐแŒ แŠ แŠ แ‰ฃแ‰ด #แŠจแˆแˆ‰ #แ‹ญแ‰ แˆแŒฃแˆแฅ แŠจแŠ แ‰ฃแ‰ดแˆ แŠฅแŒ… แˆŠแŠแŒฅแ‰ƒแ‰ธแ‹ แˆ›แŠ•แˆ แŠ แ‹ญแ‰ฝแˆแˆแข แŠฅแŠ”แŠ“ แŠ แ‰ฅ แŠ แŠ•แ‹ต แŠแŠ•แข
Yesuus anaa fi Abbaan tokko jechuun duratti boqonnama namoonni tokko tokko ragaa taasifatan keessatti maal dubbate? "#Abbaan koo inni anatti isaan kenne, #hundumaa #irra #guddaadha" jedhe. Kanaafuu, Yesuus fi Waaqni wol qixa jechuun hin danda'amu.

B. #Yohannis 17:22
โAkkuma nuyi tokko taane, #isaanis #tokko #haa #ta'aniif (#hordoftoonni #Yesuus #12ni jechuudha) , ulfina ati anaaf kennite isaaniif kenneera.โž แŠฅแŠ›แˆ แŠ แŠ•แ‹ต แŠฅแŠ•แ‹ฐ แˆ†แŠ•แŠ• #แŠ แŠ•แ‹ต #แ‹ญแˆ†แŠ‘ #แ‹˜แŠ•แ‹ตแค แ‹จแˆฐแŒ แŠธแŠแŠ• แŠญแ‰ฅแˆญ แŠฅแŠ” แˆฐแŒฅแ‰ปแ‰ธแ‹‹แˆˆแˆแค
Akkuma Yesuus fi Waaqni tokko ta'anitti, hordoftoonni Yesuus 12ni tokko haa ta'anii jechuun, Yesuus fi Waaqni wol qixa ta'anii jiruu kanaafuu hordoftoonni Yesuus 12ni wol qixa haa ta'anii jechuu miti.

C. #1 #Qorontos 3:6-8
Ani nan dhaabe, Apholos bishaan obaase, Waaqayyo garuu in guddise. Waaqayyo isa guddisu sana malee, inni dhaabu, inni bishaan obaasus homaa miti. #Inni #dhaabe #isa #bishaan #obaasee #wajjin #tokko; adduma addaanis akka dadhabbii isaatti miindaa ofii isaatii in fudhata. แŠฅแŠ” แ‰ฐแŠจแˆแˆ แŠ แŒตแˆŽแˆตแˆ แŠ แŒ แŒฃ แŠแŒˆแˆญ แŒแŠ• แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แ‹ซแˆณแ‹ตแŒ แŠแ‰ แˆญแค แŠฅแŠ•แŒแ‹ฒแ‹ซแˆต แ‹จแˆšแ‹ซแˆณแ‹ตแŒ แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แŠฅแŠ•แŒ‚ แ‹จแˆšแ‰ฐแŠญแˆ แ‰ขแˆ†แŠ• แ‹ˆแ‹ญแˆ แ‹จแˆšแ‹ซแŒ แŒฃ แ‰ขแˆ†แŠ• แŠ แŠ•แ‹ณแ‰ฝ แŠ แ‹ญแ‹ฐแˆˆแˆแข #แ‹จแˆšแ‰ฐแŠญแˆแŠ“ #แ‹จแˆšแ‹ซแŒ แŒฃ #แŠ แŠ•แ‹ต #แŠ“แ‰ธแ‹แฅ แŠแŒˆแˆญ แŒแŠ• แŠฅแ‹ซแŠ•แ‹ณแŠ•แ‹ฑ แŠฅแŠ•แ‹ฐ แˆซแˆฑ แ‹ตแŠซแˆ แˆ˜แŒ แŠ• แ‹จแˆซแˆฑแŠ• แ‹ฐแˆ˜แ‹ˆแ‹ แ‹ญแ‰€แ‰ แˆ‹แˆแข
Yaadni "#Inni #dhaabe #isa #bishaan #obaasee #wajjin #tokko" jedhu wol qixa jechuu akka hin taane ifa.

D. #Yohannis 14:28
โ€œ'Amma nan adeema deebi'ees isin bira nan dhufa' akkan isiniin jedhe dhageessaniittu; utuu na jaallattu taatanii, waanan gara abbaa dhaquuf in gammaddu turtan, #abbaan #na #caala'o,โ€ แŠฅแŠ” แŠฅแˆ„แ‹ณแˆˆแˆ แ‹ˆแ‹ฐ แŠฅแŠ“แŠ•แ‰ฐแˆ แŠฅแˆ˜แŒฃแˆˆแˆ แŠฅแŠ•แ‹ณแˆแŠ‹แ‰ฝแˆ แˆฐแˆ›แ‰ฝแˆแข แ‹จแˆแ‰ตแ‹ˆแ‹ฑแŠแˆต แ‰ฅแ‰ตแˆ†แŠ‘ #แŠจแŠฅแŠ” #แŠ แ‰ฅ #แ‹ญแ‰ แˆแŒฃแˆแŠ“ แ‹ˆแ‹ฐ แŠ แ‰ฅ แ‰ แˆ˜แˆ„แ‹ด แ‹ฐแˆต แ‰ฃแˆ‹แ‰ฝแˆ แŠแ‰ แˆญแข
Boqannaan kun hurrii namoota tokko tokko keessatti hafe, ka Rabbiin qajeelluma isaa hin feene malee ifa baase (#abbaan #na #caala'o/ #แŠจแŠฅแŠ” #แŠ แ‰ฅ #แ‹ญแ‰ แˆแŒฃแˆแŠ“" Yeroo jedhu).

E. Deebiin hin jiru. โœ…
๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ
Qabxiiwwan ijoon nuti ragaawwan asii olii irraa argannu:

1ffaa- Yesuus afaanuma isaatiin dubbii wol diigu yeroo tokkotti ni dubbata jechuun waan hin malleef, dubbiin Yesuus boqannaa #Yohannis 10:29 โ#Abbaan #hundumaa #irra #guddaadha" jedhu hubanno sirrii, yaada boqannama kana keessatti 30 irratti dubbatamee ni ta'aa jechuudha. Sunis, Waaqni waa hundaa irra guddaa ta'e sanii, Yesuus ergamaa isaa waan ta'eef, ergaan Yesuus qabatee deemuu sun ta Waaqatiin tokkoo ( tama Waaqaa sanii jechuudha).

2ffaa- Akkuma Yesuus fi Waaqni tokko ta'anitti, hordoftoonni Yesuus 12ni tokko haa ta'anii jechuun, Yesuus akkuma fedhii Waaqaa gegeessun kaayoo tokkoof (kaayoon fedhii isaa barsiisuu fi hojachuu hin taanee) jiraatutti, hordoftoonni Yesuus 12nisi kaayoo tokkoon (Waaqa tokkoof gabroottan ta'anii isa gabbaruu irratti) osoo gara gari hin baane, tokkoomanii haa jiraatanii jechuudha.

3ffaa- Yaadni "#Inni #dhaabe #isa #bishaan #obaasee #wajjin #tokko" jedhu ammoo, ka dhaabuu fi obaasulle kaayoo yookaa hawwii tokko qabuu. Sunis, biqiltuun isaan dhaaban sun guddattee galma geettee boru isaan hundaa fayyaduu (Inni tokko biqiltuun hin guddatin jedhee kuun haa guddattu miti, inni kuun boru biqiltuun sun akka na fayyadduuf dhaabee, kuun ammoo akka nan fayyadne hawwii jedhu karoorfatee mitii jechuudha).

4ffaa- Akkuma wolii galaatti, Yesuusimmaan "#abbaan #na #caala'o/ #แŠจแŠฅแŠ” #แŠ แ‰ฅ #แ‹ญแ‰ แˆแŒฃแˆแŠ“" jedhe gaabbee, Anaa fi Waaqni wol qixa jechuudhaaf, anaa fi Waaqni tokko jedhe jedhanii yaaduu fi haasawu irra, anaa fi Waaqni tokko jechuun, kaayoon tiyyaa fi Waaqaa tokkoo (kaayoon ani gegeessa jiru ta Waaqni na ajaje qofa) jechuu akka taate mirkaneessa.

https://t.me/Xaaliburidallah
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ
#Kutaa #36ffaa
๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

#Gilgaala: Hubannoo duraan sammuu keessaa qabnuu fi ragaawwan dubbisnu wol bira qabuun, kallattii dhugaa ittiin madaallu:

Yesuus hojii mataa isaa yookaa waan karoora isaatiin baafate hojjataa ture moo, waan Rabbiin itti isa ajaje qofa hojjataa ture laata beektuu? Hima kamtuu, Yesuus akka hojii karoora mataa isaatiin baase akka hojjataa ture agarsiisa?

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

A. #Yohannis 8:29 โ€œInni #ana #erge #anaa #wajjin #jira; #ani yeroo #hundumaa kan #isa #gammachiisu waan #ani #hojjedhuuf, #inni #kophaatti #ana #hin #dhiifne" isaaniin jedhe.โ€ #แ‹จแ‹ฎแˆแŠ•แˆต แ‹ˆแŠ•แŒŒแˆ 8:29 #แ‹จแˆ‹แŠจแŠแˆ #แŠจแŠฅแŠ” #แŒ‹แˆญ แŠแ‹แค แŠฅแŠ” แ‹ฐแˆต แ‹จแˆšแ‹ซแˆฐแŠ˜แ‹แŠ• แ‹˜แ‹ˆแ‰ตแˆญ แŠ แ‹ฐแˆญแŒ‹แˆˆแˆแŠ“ #แŠ แ‰ฅ #แ‰ฅแ‰ปแ‹ฌแŠ• #แŠ แ‹ญแ‰ฐแ‹ˆแŠแˆ แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข

B. #Yohannis 5:36 โ€œIsa Yohannis cuuphaan dhugaa ba'e irra caalaa kan dhugaa anaaf ba'u qaba; #hojiin #abbaan #koo akkan raawwadhuuf dabarsee #anatti #kenne baay'eedha; hojiin ani hojjedhu kunis #abbaan #akka #ana #erge dhugaa anaaf in ba'a.โ€ #แ‹จแ‹ฎแˆแŠ•แˆต #แ‹ˆแŠ•แŒŒแˆ 5:36 แŠฅแŠ” แŒแŠ• แŠจแ‹ฎแˆแŠ•แˆต แˆแˆตแŠญแˆญ แ‹จแˆšแ‰ แˆแŒฅ แˆแˆตแŠญแˆญ แŠ แˆˆแŠแค #แŠ แ‰ฅ แˆแˆแŒฝแˆ˜แ‹ #แ‹จแˆฐแŒ แŠ #แˆฅแˆซแฅ แ‹ญแˆ… แ‹จแˆ›แ‹ฐแˆญแŒˆแ‹ แˆฅแˆซแฅ #แŠ แ‰ฅ #แŠฅแŠ•แ‹ฐ #แˆ‹แŠจแŠ แˆตแˆˆ แŠฅแŠ” แ‹ญแˆ˜แˆฐแŠญแˆซแˆแŠ“แข

C. #Yohannis 10:37 โEgaa #ani #hojii #abbaa #koo hin hojjedhu yoon ta'e, anatti hin amaninaa.โž #แ‹จแ‹ฎแˆแŠ•แˆต #แ‹ˆแŠ•แŒŒแˆ 10:37 แŠฅแŠ” #แ‹จแŠ แ‰ฃแ‰ดแŠ• #แˆฅแˆซ แ‰ฃแˆ‹แ‹ฐแˆญแŒ แŠ แ‰ตแˆ˜แŠ‘แŠแค

D. Deebiin hin jiru.โœ…

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

Qabxiiwwan ijoon nuti ragaawwan asii olii irraa argannu:

1ffaa- Yesuus dandeettii fi aangoo isaatiin tankaarfii takkaa socho'uu waan hin dandeenneef, Rabbiin hojii fi sochii isaa kamuu keessatti isa wojjiin jiraachuu (tumsa isaa akka ta'e) ifatti ragaa bahe (โ€œ#Inni #ana #erge #anaa #wajjin #jira; .... #inni #kophaatti #ana #hin #dhiifne" yeroo jedhu)

2ffaa. Yesuus yeroo kamuu hojiin inni hojjatu waan ofii fedhee fi isa gammachiisu osoo hin taane, ka Rabbiin isa filatee isa ergate gammachiisu qofa akka ta'e mirkaneesse (โ€œ#ani yeroo #hundumaa kan #isa #gammachiisu waan #ani #hojjedhuuf" yeroo jedhu).

3ffaa- Hojiin Yesuus hojjatu kamuu, akkuma karoora fi fedhii Yesuus hin taane, akkasumas Yesuus Waaqaa osoo hin taane, #ergamaa #Rabbiin #isa #ergate akka ta'e, ragaa isaaf akka bahu dubbate (#hojiin #abbaan #koo akkan raawwadhuuf dabarsee #anatti #kenne baay'eedha; hojiin ani hojjedhu kunis #abbaan #akka #ana #erge dhugaa anaaf in ba'a.โ€ yeroo jedhu).

4ffaa- Namni tokko gaafni Yesuusitti amanuu qabu, gaafa inni hojii Waaqaa (ajaja Rabbii) qofa raawwate akka ta'e fi gaafa inni ergaa Rabbii hin geessine taate akka isatti amanuu hin qabne, ifatti barsiisaa akka ture (โEgaa #ani #hojii #abbaa #koo hin hojjedhu yoon ta'e, #anatti #hin #amaninaa.โž yeroo jedhu)

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

โ†ช #Worroota #Amanti Kiristaanaatiif;
1 #Tasaloniiqee 5:21
" Garuu waan hundumaa qoraa, #isa #gaarii #jabeessaatii #qabadhaa! "
1แŠ› แ‹ˆแ‹ฐ แ‰ฐแˆฐแˆŽแŠ•แ‰„ แˆฐแ‹Žแ‰ฝ 5:21 แˆแˆ‰แŠ• แˆแ‰ตแŠ‘ #แˆ˜แˆแŠซแˆ™แŠ•แˆ #แ‹ซแ‹™แค ๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†dhaamsa jedhu isinii dhaamaa.

โ†ช hawaasni keenna ammoo, "#sababa #keetiin #namni "tokko "qajeeluun, #gaala #diddiimaa #karaa #Rabbii #keessatti #kennatu #siif #caala, ka Nabiyyiin Rabbii (nagahaa fi Rahmanni Rabbii isaan irratti haa jiraatu), jedhanii Aliyyiif dhaaman siif dhaama. Sheer taasisuun sin kafalchiisu, lammiiwwan keenna beektu hundaa ergii, toltuu guyyaa boruutti si fayyaddu guduunfadhu.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธBy:XR โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa ๐Ÿ‘‡

https://t.me/Xaaliburidallah
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ
#Kutaa #38ffaa
๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

#Gilgaala: Hubannoo duraan sammuu keessaa qabnuu fi ragaawwan dubbisnu wol bira qabuun, kallattii dhugaa ittiin madaallu:

Gaafiiwwan armaan gadii deebii sirrii ta'e filadhuu;

1- Raajiin Yesuus hojjate, Yesuusimatu dandeettii isaatiin hojjate moo Waaqatu hojjate?
A. Yesuus B. Waaqa

2- Waaqni raajii gara Yesuusiin wonti hojjateef, akka namni isaan gooftaa jedhuu fi moo akka namni inni Nabiyyi dhugaa taโ€™uu beekuuf?
A. Akka Yesuusiin gooftaa jedhaniif.
B. Yesuus Nabiyyi dhugaa ta'u akka namni ragaa bahuuf.

3- Namoonni raajii Yesuus hojjate argan, Yesuusiin maal jedhanii ragaa bahaniif?
A. Nabiyyi (raajii) jedhanii.
B. Waaqa yookaa Gooftaa jedhanii.

โ†ช Deebii keessan booda, mee ragaawwan asii gadii xiinxallaan dubbisaa.

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

1ffaa. #Hojii #Ergamootaa 2:22 "Isin yaa warra Israa'el, dubbii kana dhaggeeffadhaa, #Waaqayyo #harka #Yesus nama Naazireet kanaan, hojii aangoo isaa, dinqiidhaa fi milikkita garaa garaa kan isin beektan, isin gidduutti hojjechuu isaatiin #fudhatamaa #isa #godhe."
โ†ช #แ‹จแˆแ‹‹แˆญแ‹ซแ‰ต #แˆฅแˆซ 2:22 แ‹จแŠฅแˆตแˆซแŠคแˆ แˆฐแ‹Žแ‰ฝ แˆ†แ‹ญแฅ แ‹ญแˆ…แŠ• แ‰ƒแˆ แˆตแˆ™แค แˆซแˆณแ‰ฝแˆ แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆแ‰ณแ‹แ‰แฅ แ‹จแŠ“แ‹แˆฌแ‰ฑ แŠขแ‹จแˆฑแˆต #แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แ‰ แˆ˜แŠซแŠจแˆ‹แ‰ฝแˆ #แ‰ แŠฅแˆญแˆฑ #แ‰ แŠฉแˆ แ‰ฃแ‹ฐแˆจแŒˆแ‹ แ‰ฐแŠ แˆแˆซแ‰ตแŠ“ แ‰ แ‹ตแŠ•แ‰†แ‰ฝ แ‰ แˆแˆแŠญแ‰ถแ‰ฝแˆ แŠจแŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แ‹˜แŠ•แ‹ต แˆˆแŠฅแŠ“แŠ•แ‰ฐ แ‹จแ‰ฐแŒˆแˆˆแŒ  แˆฐแ‹ แŠแ‰ แˆจแค

2ffaa. #Yohannis 9:17 "Kana booddee warri Fariisotaa namicha isa jaamaa ture sanaan, "Waa'ee isa ija kee siif bane kanaa maal jetta?" jedhan; yommus namichi, "Inni #raajiidha (Nabiyyi) โ€ jedhee deebiseef."
โ†ช #แ‹จแ‹ฎแˆแŠ•แˆต #แ‹ˆแŠ•แŒŒแˆ 9:17 แ‰ แˆ˜แŠซแŠจแˆ‹แ‰ธแ‹แˆ แˆ˜แˆˆแ‹ซแ‹จแ‰ต แˆ†แŠแข แŠจแ‹šแˆ…แˆ แ‹จแ‰ฐแŠแˆฃ แ‹•แ‹แˆฉแŠ•แข แŠ แŠ•แ‰ฐ แ‹“แ‹ญแŠ–แ‰ฝแˆ…แŠ• แˆตแˆˆ แŠจแˆแ‰ฐ แˆตแˆˆ แŠฅแˆญแˆฑ แˆแŠ• แ‰ตแˆ‹แˆˆแˆ…? แ‹ฐแŒแˆž แŠ แˆ‰แ‰ตแข แŠฅแˆญแˆฑแˆแข #แŠแ‰ขแ‹ญ แŠแ‹ แŠ แˆˆแข
โ†ช They say unto the blind man again, What sayest thou of him, that he hath opened thine eyes? He said, He is a #prophet.

3ffaa. Maatewos 21:11 "Tuuti isaa wajjin adeemus, "Kun #raajicha (Nabiyyi) Yesus nama Naazireet kutaa biyya Galiilaa ti" jedhee deebise."
โ†ช แˆ•แ‹แ‰กแˆแข แ‹ญแˆ… แŠจแŒˆแˆŠแˆ‹ แŠ“แ‹แˆฌแ‰ต แ‹จแˆ˜แŒฃ #แŠแ‰ขแ‹ฉ #แŠขแ‹จแˆฑแˆต แŠแ‹ แŠ แˆ‰แข
โ†ช And the multitude said, This is #Jesus the #prophet of Nazareth of Galilee.

4ffaa. #Luqaas 24:19 "Inni, "Waan attamii ti?" isaaniin jennaan, isaan immoo, "Waa'ee Yesus nama Naazireet, isa gochatti dubbiittis Waaqayyoo fi namoota duratti #raajii (Nabiyyi) aango-qabeessa ture sana,"
โ†ช แŠฅแˆญแˆฑแˆแข แ‹ญแˆ… แˆแŠ•แ‹ตแˆญ แŠแ‹? แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข แŠฅแŠแˆญแˆฑแˆ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ… แŠ แˆ‰แ‰ตแข แ‰ แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญแŠ“ แ‰ แˆ•แ‹แ‰ก แˆแˆ‰ แŠแ‰ต แ‰ แˆฅแˆซแŠ“ แ‰ แ‰ƒแˆ #แ‰ฅแˆญแ‰ฑ #แŠแ‰ขแ‹ญ แˆตแˆˆ แŠแ‰ แˆจแ‹ แˆตแˆˆ #แŠ“แ‹แˆฌแ‰ฑ แˆตแˆˆ #แŠขแ‹จแˆฑแˆตแค

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

Qabxiiwwan ijoon nuti ragaawwan asii olii irraa argannu:

1ffaa- hojii aangoo, dinqiiwwaanii fi milikkita gara garaa (#raajiiwwaan) kan hojjate #Waaqa #malee #Yesuusii #miti. Kanaafuu, Waaqni harka Yesuusiin jechuun #gara #isaatiin yookaa #harka #isaa #irrattii fi #kadhaa #isaa sanii raajiiwwaan gara garaa hojjatee jechuudha malee, Yesuusitu dandeettii isaatiin hojjate jechuu miti.

2ffaa- Sababni Waaqni harka Yesuusiin milikkita gara garaa hojjateef ammoo, akka #Yesuus #fudhatama #nama #biratti #argatuuf. Yesuus fudhatama argatuu Yeroo jennu, Waaqumman yookaa ilma Waaqaa taโ€™uun osoo hin taane, #Nabiyyii #Rabbii #taโ€™uu #akka #namni #beekuuf #qofa jechuudha.

3ffaa- Yesuus milikkita gara garaa yookaa raajiiwwaan inni hojjateen fudhatama argatuun, akka worroonni raajii inni hojjate ijaan arganii, #maqaa fi #aangoo #inni #qabu #qofaan #isa #waaman #san, akkasumas worroonni Yesuusiin ijaan hin arganille dhugaa isaan ragaa bahan dhagahuun, Yesuus #Nabiyyi #Rabbiin #isa #ergate qofa jedhanii waamuun, dhugaa eennuu mormuu hin dandeenne akka taate, worroota booda isaaniitii dhufuullee dhaamanii jechuudha.

4ffaa- Worroonni dhugaa akka aduutti iftu fudhachuu hin feene garuu, Yesuusii Afaan Amaariffatiin #แŠแ‰ขแ‹ญโœ…, Afaan Ingliffaatiin #prophetโœ… jedhamee ibsame, Afaan Oromootiin #raajiiโ‰๏ธ jedhanii hiikuun isaanii, hiikkaa qajeela hin taanetti akka hiikani namni waa barate ni hubata. Sababni wonti kun hojjatameef, #Nabiyyi #taโ€™uu #Yesuus #waakkatuuf #jecha, tooftaa diriirfame fi shira xaxame taโ€™u isaa ifatti mirkaneessa. Yesuusiin waan inni qabu irraa mulquu fi waan inni hin qabne isaa kennuun, tooftaa worra haqa Rabbii dhoksuu taโ€™uu isaa, namaaf muldhisaa jechuudha.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธBy:XR โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
Garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa ๐Ÿ‘‡

https://t.me/Xaaliburidallah
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ
#Kutaa #44ffaa
๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

#Gilgaala: Hubannoo duraan sammuu keessaa qabnuu fi ragaawwan dubbisnu wol bira qabuun, kallattii dhugaa  ittiin madaallu:


๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

Wal dhabbii fi shakkiin worroonni Yesuus nuuf jecha du'ee jedhan keessa jiran inni Sadaffaan;

3ffaa-  Sa'aan Yesuus itti fannifame jedhamu (akka worra Kiristaanaatti), sa'aa meeqaโ‰๏ธ

3๐Ÿ…ฐ๏ธ. Yesuusiin yeroo fannisan bari'ee sa'aatii sadii (3) ture ka jedhu ka #Maarqos 15:25 ttu sirriidha moo?

3๐Ÿ…ฑ๏ธ. Yeroo Philaaxos Yesuusiin gad baasee barcuma firdii irra taa'e murteessuuf jedhu yeroon gara sa'aa ja'affatti ture. Sana booda (sa'aa jaha booda), akka inni fannifamuuf dabarsee kennee jedha. Kun ammoo yeroo murteen akka fannifamuuf kennamu, sa'aa 6 booda (jechuun ka fannifame jedhamu gara sa'aa 9) ttu sirriidha?

Isa kamtuu sirriidha?

๐Ÿ…ฐ๏ธ. #Maarqos 15:24-25
Yommus jarri isa in fannisan; uffata isaa immoo hiranii eenyu isa kam akka fudhatu baruudhaaf muka itti buufatan. Yeroon #isa #fannisanis #bari'ee #sa'aatii #sadiitti tore.   
#แ‹จแˆ›แˆญแ‰†แˆต #แ‹ˆแŠ•แŒŒแˆ 15:25 แˆฐแ‰€แˆ‰แ‰ตแˆแฅ แˆแ‰ฅแˆฑแŠ•แˆ แˆ›แŠ• แˆ›แŠ• แŠฅแŠ•แ‹ฒแ‹ˆแˆตแ‹ต แ‹•แŒฃ แ‰ฐแŒฃแŒฅแˆˆแ‹ แ‰ฐแŠซแˆแˆ‰แข#แ‰ แˆฐแ‰€แˆ‰แ‰ตแˆ #แŒŠแ‹œ #แˆฆแˆตแ‰ต #แˆฐแ‹“แ‰ต แŠแ‰ แˆจแข

     VS (#contradict #with)

๐Ÿ…ฑ๏ธ. #Yohannis 19:13-16
Philaaxos dubbii kana dhaga'ee Yesusin gad baasee, iddoo dhagaa buufamaa isa afaan Ibraayisxiitti "Gabataa" jedhamutti, barcuma firdii irra taa'e.Kunis guyyaa qophee Faasiikaa #gara #sa'aatii #ja'affaatti ture. Philaaxos yommus Yihudqotaan, "Ilaa mootii keessan" jedhe. Isaanis iyyanii, "Balleessi, balleessi, isa #fannisi!" jedhan. Philaaxos immoo, mootii keessan #fannisuu #ree?" ittiin jedhe. Luboonni warri angafoonni immoo deebisanii, "Nuyi Qeesaar mootii warra, Roomaa malee mootii hin qabnu" jedhan. Yommus #akka #inni #fannifamuuf #dabarsee #isaanitti isa #kenne; isaan akkasitti #Yesusin #fuudhanii #adeeman.
แ‹จแ‹ฎแˆแŠ•แˆต แ‹ˆแŠ•แŒŒแˆ 19:13-16 แŒฒแˆ‹แŒฆแˆตแˆ แ‹ญแˆ…แŠ• แŠแŒˆแˆญ แˆฐแˆแ‰ถ แŠขแ‹จแˆฑแˆตแŠ• แ‹ˆแ‹ฐ แ‹แŒญ แŠ แ‹ˆแŒฃแ‹แฅ แ‰ แ‹•แ‰ฅแˆซแ‹ญแˆตแŒฅแˆ แŒˆแ‰ แ‰ณ แ‰ แ‰ฐแ‰ฃแˆˆแ‹ แŒธแแŒธแ แ‰ แˆšแˆ‰แ‰ต แˆตแแˆซ แ‰ แแˆญแ‹ต แ‹ˆแŠ•แ‰ แˆญ แ‰ฐแ‰€แˆ˜แŒ แข แˆˆแ‹แˆฒแŠซแˆ แ‹จแˆ›แ‹˜แŒ‹แŒ€แ‰ต แ‰€แŠ• แŠแ‰ แˆจแค #แˆตแ‹ตแˆตแ‰ต #แˆฐแ‹“แ‰ตแˆ แ‹จแˆšแ‹ซแˆ…แˆ แŠแ‰ แˆจแค แŠ แ‹ญแˆแ‹ตแŠ•แˆแข แŠฅแŠแˆ† แŠ•แŒ‰แˆฃแ‰ฝแˆ แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข แŠฅแŠแˆญแˆฑ แŒแŠ•แข แŠ แˆตแ‹ˆแŒแ‹ฐแ‹แฅ แŠ แˆตแ‹ˆแŒแ‹ฐแ‹แฅ แˆตแ‰€แˆˆแ‹ แŠฅแ‹ซแˆ‰ แŒฎแŠนแข แŒฒแˆ‹แŒฆแˆตแˆแข แŠ•แŒ‰แˆฃแ‰ฝแˆแŠ• แˆแˆตแ‰€แˆˆแ‹แŠ•? แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข แ‹จแŠซแˆ…แŠ“แ‰ต แŠ แˆˆแ‰†แ‰ฝแˆแข แŠจแ‰„แˆฃแˆญ แ‰ แ‰€แˆญ แˆŒแˆ‹ แŠ•แŒ‰แˆฅ แ‹จแˆˆแŠ•แˆ แ‰ฅแˆˆแ‹ แˆ˜แˆˆแˆฑแˆˆแ‰ตแข แˆตแˆˆแ‹šแˆ… แ‰ แ‹šแ‹ซแŠ• แŒŠแ‹œ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆฐแ‰€แˆ แŠ แˆณแˆแŽ แˆฐแŒฃแ‰ธแ‹แข

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

Wal dhabbii fi shakkiin worroonni Yesuus nuuf jecha du'ee jedhan keessa jiran inni afraffaan;

4ffaa- Jechi xumuraa kan Yesuus ajjeefamuun dura dubbate jedhamu isa kamiโ‰๏ธ

4๐Ÿ…ฐ๏ธ. Yesus, "Yaa abbaa ko, hafuura koo harka keettan kennadha!" jedhe, kan jedhutu sirriidha mooโ‰๏ธ

4๐Ÿ…ฑ๏ธ. Yesuus, "Fiixaan ba'eera" jedhe; kan jedhutuu sirriidhaโ‰๏ธ

Isa kamtuu sirriidha?

๐Ÿ…ฐ๏ธ. #Luqaas 13:46 โ€œYesus yommus sagalee guddaadhaan iyyee, "#Yaa #abbaa #ko, #hafuura #koo #harka #keettan #kennadha!" jedhe. Utuu inni kana dubbatuus hafuurri isaa keessaa yaa'e.โ€
#แ‹จแˆ‰แ‰ƒแˆต #แ‹ˆแŠ•แŒŒแˆ 23:46 แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แ‰ แ‰ณแˆ‹แ‰… แ‹ตแˆแ… แŒฎแŠพแข #แŠ แ‰ฃแ‰ต #แˆ†แ‹ญแฅ #แŠแแˆดแŠ• #แ‰ แŠฅแŒ…แˆ… #แŠ แ‹ฐแˆซ #แŠฅแˆฐแŒฃแˆˆแˆ #แŠ แˆˆแข แ‹ญแˆ…แŠ•แˆ แ‰ฅแˆŽ แŠแแˆฑแŠ• แˆฐแŒ แข

VS (#contradict #with)

๐Ÿ…ฑ๏ธ. Yohannis 19:30
โ€œYesus daadhii dhangaggaa'aa sana erga afaaniin qabee booddee, "#Fiixaan #ba'eera" jedhe; mataa isaa jal'isee hafuura isaa kenne.โ€
#แ‹จแ‹ฎแˆแŠ•แˆต #แ‹ˆแŠ•แŒŒแˆ 19:30 แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แˆ†แˆแŒฃแŒคแ‹แŠ• แŠจแ‰ฐแ‰€แ‰ แˆˆ แ‰ แŠ‹แˆ‹แข #แ‰ฐแˆแŒธแˆ˜ #แŠ แˆˆแฅ แˆซแˆฑแŠ•แˆ แŠ แ‹˜แŠ•แ‰ฅแˆŽ แŠแแˆฑแŠ• แŠ แˆณแˆแŽ แˆฐแŒ แข

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

Qabxiiwwan ijoon nuti ragaawwan asii olii irraa argannu:

1ffaa- Kitaabuma worroonni Yesuus cubbuu keennaaf du'ee, nuuf fannifamee jedhan keessatti, eddoo tokkotti #Yesuus #bari'ee #sa'aa #saditti #fannifame jedhaa, eddoo birootti #murteen #akka #fannifamu #yeroo #itti #kennamu, #sa'aa 6 booda (#gara #sa'aa 9) jechuun, #akkasumas #jechi #xumuraa kan #Yesuus #dubbate #jedhamu, eddoo tokkotti #yaa #abbaa #koo #hafuura #koo #harka #keettan #kennadha, gara birootti ammoo #fiixaan #ba'eera #jedhe jechuun isaa, dubbiin Rabbiin suuraa 4:157 keessatti dubbate (wol dhabbii fi shakkii worra dubbatuu) dhugaa ta'uu agarsiisa.

2ffaa- #Wol #dhabbiin (#contradiction), kitaaba Macaafa Qulqulluu jedhamu keessatti, dhimma Yesuus du'e jedhu irratti argamuun, worroonni dubbatan ragaa qabatamaa akka hin qabne fi shakkiin akka haasawaa turan, ragaawwan asii olitti laalle, ragaa ifa baasaa haasofni Yesuus du'ee jedhu dubbii fudhatama hin qabne ta'uu mirkaneessan hedduu keessaa, tokko ta'uu qabatamaan mirkaneessaa jechuudha.

โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธBy:XR โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ

https://t.me/Xaaliburidallah
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ
#Kutaa #45ffaa
๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

#Gilgaala: Hubannoo duraan sammuu keessaa qabnuu fi ragaawwan dubbisnu wol bira qabuun, kallattii dhugaa  ittiin madaallu:


๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

Wal dhabbii fi shakkiin worroonni Yesuus nuuf jecha du'ee jedhan keessa jiran inni Shanaffaa;

5ffaa- Guyyaan Yesuus fannifamee jedhamu, eega guyyaan Faasiikaa dabree booda moo guyyaa Faasiikaa duraโ‰๏ธ

5๐Ÿ…ฐ๏ธ. Eega guyyaan Faasiikaa dabree booda kan jedhu ka #Wangeela #Yohannis 19:13-16 ttu sirriidha moo?

5๐Ÿ…ฑ๏ธ. Ka guyyaa Faasiikaa dura jedhu ka Wangeela #Maarqos 14:12-18 ttu sirriidha?

Isa kamtuu sirriidha?

๐Ÿ…ฐ๏ธ. #Wangeela #Yohannis 19:13-16
13. Philaaxos dubbii kana dhaga'ee Yesusin gad baasee, iddoo dhagaa buufamaa isa afaan Ibraayisxiitti "Gabataa" jedhamutti, barcuma firdii irra taa'e.
14. #Kunis #guyyaa #qophee #Faasiikaa gara sa'aatii ja'affaatti ture. Philaaxos yommus Yihudqotaan, "Ilaa mootii keessan" jedhe.
โ—
โ—
16. Yommus akka inni fannifamuuf dabarsee isaanitti isa kenne; isaan akkasitti Yesusin fuudhanii adeeman.
แ‹จแ‹ฎแˆแŠ•แˆต แ‹ˆแŠ•แŒŒแˆ 19:
13. แŒฒแˆ‹แŒฆแˆตแˆ แ‹ญแˆ…แŠ• แŠแŒˆแˆญ แˆฐแˆแ‰ถ แŠขแ‹จแˆฑแˆตแŠ• แ‹ˆแ‹ฐ แ‹แŒญ แŠ แ‹ˆแŒฃแ‹แฅ แ‰ แ‹•แ‰ฅแˆซแ‹ญแˆตแŒฅแˆ แŒˆแ‰ แ‰ณ แ‰ แ‰ฐแ‰ฃแˆˆแ‹ แŒธแแŒธแ แ‰ แˆšแˆ‰แ‰ต แˆตแแˆซ แ‰ แแˆญแ‹ต แ‹ˆแŠ•แ‰ แˆญ แ‰ฐแ‰€แˆ˜แŒ แข
14. #แˆˆแ‹แˆฒแŠซแˆ #แ‹จแˆ›แ‹˜แŒ‹แŒ€แ‰ต #แ‰€แŠ• แŠแ‰ แˆจแค แˆตแ‹ตแˆตแ‰ต แˆฐแ‹“แ‰ตแˆ แ‹จแˆšแ‹ซแˆ…แˆ แŠแ‰ แˆจแค แŠ แ‹ญแˆแ‹ตแŠ•แˆแข แŠฅแŠแˆ† แŠ•แŒ‰แˆฃแ‰ฝแˆ แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข
โ—
โ—
16.แˆตแˆˆแ‹šแˆ… แ‰ แ‹šแ‹ซแŠ• แŒŠแ‹œ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆฐแ‰€แˆ แŠ แˆณแˆแŽ แˆฐแŒฃแ‰ธแ‹แข

     VS (#contradict #with)

๐Ÿ…ฑ๏ธ. #Maarqos 14:12-18 Jalqaba ayyaana Maxinootti, #namoonni #hoolaa #Faasiikaa #erga #qalanii #booddee, bartoonni isaa, "#Hoolaa #Faasiikaa akka #nyaattuuf eessa dhaqnee akka qopheessinu barbaadda?" jedhanii Yesusin gaafatan. Yommus inni bartoota isaa keessaa lama ergee, "Mandarichatti lixaa! Namni okkotee bishaanii baatu tokkos isinitti in dhufa; isa duukaa dhaqaa! Manuma namichi itti galuttis abbaa manaatiin, 'Manni keessummaa kan ani bartoota koo wajjin keessatti #irbaata #Faasiikaa #nyaadhu #eessa? siin jedha #barsiisaan' ittiin jedhaa!Namichi yommus mana mana irraa keessaa kutaa bal'aa, mi'a manaatiin guutee afame tokko, isinitti in argisiisa. #Achitti #nuuf #qopheessaa!" jedhe. Bartoonni sun ka'anii gara mandaraa dhaqan; akkuma inni isaanitti himettis argatanii, achitti #irbaata #Faasiikaa #qopheessan. Yommuu galgalaa'e #Yesus bartoota isaa kudha lamaanii wajjin in dhufe. Maaddiitti taa'anii #nyaachaa #utuu #jiraniis #Yesus, "Dhuguman isiniin jedha, isin keessaa, #inni #anaa #wajjin #nyaachuutti #jiru #tokko, dabarsee na kennuuf jira" jedhe.
#แ‹จแˆ›แˆญแ‰†แˆต #แ‹ˆแŠ•แŒŒแˆ   14:12-18 แ‹แˆฒแŠซแŠ• แ‰ แˆšแ‹ซแˆญแ‹ฑแ‰ แ‰ต แ‰ แ‰‚แŒฃ แ‰ แ‹“แˆ แˆ˜แŒ€แˆ˜แˆชแ‹ซ แ‰€แŠ• แ‹ฐแ‰€ แˆ˜แ‹›แˆ™แˆญแ‰ฑแข #แ‹แˆฒแŠซแŠ• #แ‰ตแ‰ แˆ‹ #แ‹˜แŠ•แ‹ต แ‹ˆแ‹ดแ‰ต แˆ„แ‹ฐแŠ• แˆแŠ“แˆฐแŠ“แ‹ณ แ‰ตแ‹ˆแ‹ณแˆˆแˆ…? แŠ แˆ‰แ‰ตแข แŠจแ‹ฐแ‰€ แˆ˜แ‹›แˆ™แˆญแ‰ฑแˆ แˆแˆˆแ‰ต แˆ‹แŠจ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ…แˆ แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข แ‹ˆแ‹ฐ แŠจแ‰ฐแˆ› แˆ‚แ‹ฑแฅ แˆ›แ‹ตแŒ‹ แ‹แŠƒ แ‹จแ‰ฐแˆธแŠจแˆ˜ แˆฐแ‹แˆ แ‹ญแŒˆแŠ“แŠ›แ‰ฝแŠ‹แˆแค แ‰ฐแŠจแ‰ฐแˆ‰แ‰ตแฅ แ‹จแˆšแŒˆแ‰ฃแ‰ แ‰ตแŠ•แˆ แ‹จแ‰คแ‰ฑแŠ• แŒŒแ‰ณแข #แˆ˜แˆแˆ…แˆฉแข #แŠจแ‹ฐแ‰€ #แˆ˜แ‹›แˆ™แˆญแ‰ด #แŒ‹แˆญ #แ‹แˆฒแŠซแŠ• #แ‹จแˆแ‰ แˆ‹แ‰ แ‰ต แ‹จแŠฅแŠ•แŒแ‹ณ แ‰คแ‰ต แ‹ˆแ‹ดแ‰ต แŠแ‹? แ‹ญแˆ‹แˆ แ‰ แˆ‰แ‰ตแข แŠฅแˆญแˆฑแˆ แ‰ แ‹ฐแˆญแ‰ฅ แˆ‹แ‹ญ แ‹ซแˆˆแ‹แŠ• แ‹จแ‰ฐแˆฐแŠ“แ‹ณแŠ“ แ‹จแ‰ฐแŠแŒ แˆ แ‰ณแˆ‹แ‰… แŠ แ‹ณแˆซแˆฝ แ‹ซแˆณแ‹ซแ‰ฝแŠ‹แˆแค แ‰ แ‹šแ‹ซแˆ แŠ แˆฐแŠ“แ‹ฑแˆแŠ•แข แ‹ฐแ‰€ แˆ˜แ‹›แˆ™แˆญแ‰ฑแˆ แ‹ˆแŒก แ‹ˆแ‹ฐ แŠจแ‰ฐแˆ›แˆ แˆ„แ‹ฐแ‹ แŠฅแŠ•แ‹ณแˆ‹แ‰ธแ‹ แŠ แŒˆแŠ™แฅ #แ‹แˆฒแŠซแŠ•แˆ #แŠ แˆฐแŠ“แ‹ฑแข แ‰ แˆ˜แˆธแˆ แŒŠแ‹œ #แŠจแŠ แˆฅแˆซ #แˆแˆˆแ‰ฑ #แŒ‹แˆญ #แˆ˜แŒฃแข แ‰ฐแ‰€แˆแŒ แ‹แˆ แˆฒแ‰ แˆ‰ แŠขแ‹จแˆฑแˆตแข แŠฅแ‹แŠแ‰ต แŠฅแˆ‹แ‰ฝแŠ‹แˆˆแˆแฅ แŠจแŠฅแŠ“แŠ•แ‰ฐ แŠ แŠ•แ‹ฑแฅ แŠฅแˆญแˆฑแˆ #แŠจแŠฅแŠ” #แŒ‹แˆญ #แ‹จแˆšแ‰ แˆ‹แ‹ แŠ แˆณแˆแŽ แ‹ญแˆฐแŒ แŠ›แˆ แŠ แˆˆแข

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

Qabxiiwwan ijoon nuti ragaawwan asii olii irraa argannu:

1ffaa- Kitaabuma worroonni Yesuus cubbuu keennaaf du'ee, nuuf fannifamee jedhan keessatti, eddoo tokkotti #Yesuus #eega guyyaan #Faasiikaa #dabree #booda #ajjefamee jedhaa , eddoo birootti ammoo #Yesuus #guyyaa #Faasiikaa #dura #ajjefame jechuun isaa , dubbii Rabbiin Qura'anaa isaa suuraa 4:157 keessatti dubbate (worroonni Yesuus ajjefame jedhan, #dubbii #wol #dhabbii fi #shakkii keessatti #dubbataa jiran jedhe) dhugaa ta'uu agarsiisa.

2ffaa- #Wol #dhabbiin (#contradiction), kitaaba Macaafa Qulqulluu jedhamu keessatti, dhimma Yesuus du'e jedhu irratti argamuun, worroonni dubbatan ragaa qabatamaa akka hin qabne fi shakkiin akka haasawaa turan, ragaan asii olitti laalle, ragaa ifa baasaa haasofni Yesuus du'ee jedhu dubbii fudhatama hin qabne ta'uu mirkaneessan hedduu keessaa, tokko ta'uu qabatamaan mirkaneessaa jechuudha.

๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ๐Ÿฅฆ

โ†ช #Worroota #Amanti Kiristaanaatiif;
1 #Tasaloniiqee 5:21
" Garuu waan hundumaa qoraa, #isa #gaarii #jabeessaatii #qabadhaa! "
1แŠ› แ‹ˆแ‹ฐ แ‰ฐแˆฐแˆŽแŠ•แ‰„ แˆฐแ‹Žแ‰ฝ 5:21 แˆแˆ‰แŠ• แˆแ‰ตแŠ‘ #แˆ˜แˆแŠซแˆ™แŠ•แˆ #แ‹ซแ‹™แค ๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†dhaamsa jedhu isinii dhaamaa.


Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธBy:XR โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ

https://t.me/Xaaliburidallah
#Warroota #amantii #ragaa #hin #qabne #hordofaa, #amantii #wonti #jedhamuu #hin #jiru #jedhee #haasawuuf #ragaa:-

#แˆ›แˆตแˆจแŒƒ #แ‹จแˆŒแˆˆแ‹แŠ• #แŠฅแˆแŠแ‰ต #แŠฅแ‹จแ‰ฐแŠจแ‰ฐแˆ‰ #แˆƒแ‹ญแˆ›แŠ–แ‰ต #แ‹จแˆšแ‰ฃแˆ #แŠแŒˆแˆญ #แ‹จแˆˆแˆ #แŠฅแ‹ซแˆ‰ #แˆˆแˆšแŠ“แŒˆแˆฉ #แˆฐแ‹Žแ‰ฝ #แˆ›แˆตแˆจแŒƒ:-

๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ

1ffaa- #Yihudaan #Erge 1:20 โ€œIsin garuu michoota ko, #amantii #keessan isa hundumaa caalaa qulqulluu irratti #dhaabamaatii #cimaa! Hafuura qulqulluudhaan geggeeffamaatii kadhadhaa!โ€
#แ‹ญแˆแ‹ณ 1แฅ20 โ€œแŠฅแŠ“แŠ•แ‰ฐ แŒแŠ•แฅ แ‹ˆแ‹ณแŒ†แ‰ฝ แˆ†แ‹ญแฅ แŠจแˆแˆ‰ แ‹ญแˆแ‰… #แ‰ แ‰ฐแ‰€แ‹ฐแˆฐ #แˆƒแ‹ญแˆ›แŠ–แ‰ณแ‰ฝแˆ #แˆซแˆณแ‰ฝแˆแŠ• #แˆˆแˆ›แŠแŒฝ แŠฅแ‹จแ‰ฐแŒ‹แ‰ฝแˆ แ‰ แˆ˜แŠ•แˆแˆต แ‰…แ‹ฑแˆตแˆ แŠฅแ‹จแŒธแˆˆแ‹ซแ‰ฝแˆแฅโ€

๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ

2ffaa- #Qolosaayis 2:7
โ€œAkkuma barsiifamtanitti hundee keessan gad fageeffadhaa, isatti ijaaramaatii #amantiitti #dhaabamaa! Galata guutee irra dhangala'us dhi'eessaa!โ€
#แ‰†แˆ‹แˆตแ‹ญแˆต 2แฅ7 โ€œแˆฅแˆญ แˆฐแ‹ณแ‰ฝแˆ แ‰ แŠฅแˆญแˆฑ แ‰ณแŠแŒนแฅ แŠฅแŠ•แ‹ฐ แ‰ฐแˆ›แˆซแ‰ฝแˆแˆ #แ‰ แˆƒแ‹ญแˆ›แŠ–แ‰ต #แŒฝแŠ‘แฅ แˆแˆตแŒ‹แŠ“แˆ แ‹ญแ‰ฅแ‹›แˆ‹แ‰ฝแˆแขโ€

๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ

3ffaa- #Hojii #Ergamootaa 6:7 โ€œDubbiin Waaqayyoo itti fufee bal'achaa, #baay'inni #amantoota Yerusaalemitti argamaniis ittuma dabalamaa adeeme; luboota keessaas #baay'een #amanticha #fudhatan.โ€
#แˆแ‹‹แˆญแ‹ซแ‰ต 6แฅ7 โ€œแ‹จแŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญแˆ แ‰ƒแˆ แŠฅแ‹จแˆฐแ‹ แˆ„แ‹ฐแฅ แ‰ แŠขแ‹จแˆฉแˆณแˆŒแˆแˆ แ‹จแ‹ฐแ‰€ แˆ˜แ‹›แˆ™แˆญแ‰ต แ‰แŒฅแˆญ แŠฅแŒ…แŒ แŠฅแ‹จแ‰ แ‹› แˆ„แ‹ฐแค แŠจแŠซแˆ…แŠ“แ‰ตแˆ #แ‰ฅแ‹™ #แˆฐแ‹Žแ‰ฝ #แˆˆแˆƒแ‹ญแˆ›แŠ–แ‰ต #แ‹จแ‰ณแ‹˜แ‹™ #แˆ†แŠ‘แขโ€
 
๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ

4ffaa- 1#Ximotewos 5:8 โ€œNamni tokko akkasitti fira isaatiif, caalaadhumatti immoo #warra #mana #isaatiif #yoo #yaaduu #dhaabaate, #inni #amanticha #ganuu isaa ti, nama hin amanin caalaas hammaachuu isaa ti.โ€
1แŠ› #แŒขแˆžแ‰ดแ‹Žแˆต 5แฅ8 โ€œแŠแŒˆแˆญ แŒแŠ• แˆˆแŠฅแˆญแˆฑ แˆตแˆˆ แˆ†แŠ‘แ‰ต แ‹ญแˆแ‰แŠ•แˆ #แˆตแˆˆ #แ‰คแ‰ฐ #แˆฐแ‹Žแ‰น #แ‹จแˆ›แ‹ซแˆตแ‰ฅ #แˆ›แŠ•แˆ #แ‰ขแˆ†แŠ•แฅ #แˆƒแ‹ญแˆ›แŠ–แ‰ตแŠ• #แ‹จแŠซแ‹ฐ แŠจแˆ›แ‹ซแˆแŠ•แˆ แˆฐแ‹ แ‹ญแˆแ‰… แ‹จแˆšแŠจแ‹ แŠแ‹แขโ€

๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ

5ffaa- 1#Ximotewos 6:10 โ€œ#Horii #jaallachuun hundee wanti hamaan hundinuu irraa latuu dha; namoonni gar tokko yaada isaanii horii argachuu irra kaa'atanii, #amanticha #irraa #badaniiru, waraansa baay'eedhaanis of waraananiiru.โ€
1แŠ› #แŒขแˆžแ‰ดแ‹Žแˆต 6แฅ10 โ€œ#แŒˆแŠ•แ‹˜แ‰ฅแŠ• #แˆ˜แ‹แ‹ฐแ‹ต แ‹จแŠญแ‹แ‰ต แˆแˆ‰ แˆฅแˆญ แŠแ‹แŠ“แฅ แŠ แŠ•แ‹ณแŠ•แ‹ถแ‰ฝ แ‹ญแˆ…แŠ• แˆฒแˆ˜แŠ™แฅ #แŠจแˆƒแ‹ญแˆ›แŠ–แ‰ต #แ‰ฐแˆณแˆตแ‰ฐแ‹ แ‰ แ‰ฅแ‹™ แˆฅแ‰ƒแ‹ญ แˆซแˆณแ‰ธแ‹แŠ• แ‹ˆแŒ‰แขโ€

๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ

6ffaa- 2#Ximotewos 4:7 โ€œWal'aansoo isa gaarii sanas dhaabadhee qabeera; dorgomee koos raawwadheera, #amantiis #eegeera.โ€
2แŠ› #แŒขแˆžแ‰ดแ‹Žแˆต 4แฅ7 โ€œแˆ˜แˆแŠซแˆ™แŠ• แŒˆแ‹ตแˆ แ‰ฐแŒ‹แ‹ตแ‹ฌแŠ แˆˆแˆแฅ แˆฉแŒซแ‹แŠ• แŒจแˆญแˆผแŠ แˆˆแˆแฅ #แˆƒแ‹ญแˆ›แŠ–แ‰ตแŠ• #แŒ แ‰ฅแ‰„แŠ แˆˆแˆแคโ€

 ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ

7ffaa- #Tiitoos  1:13-14 Kanas dhugaa dubbate; kanaafis #amantii isaaniitti seelkoo akka hin qabaannetti, cimsii balleessaa isaanii itti mul'isi! Si'achis mammaaksa #amantii isa kan #Yihudootaa, abboommii namoota warra dhugaa irraa gara galanii duukaas akka hin buune godhi!
#แ‰ฒแ‰ถ 1แฅ13-14 โ€œแ‹ญแˆ… แˆแˆตแŠญแˆญ แŠฅแ‹แŠแ‰ฐแŠ› แŠแ‹แข แˆตแˆˆแ‹šแˆ… แˆแŠญแŠ•แ‹ซแ‰ต แ‹จแŠ แ‹ญแˆแ‹ตแŠ• แ‰ฐแˆจแ‰ตแŠ“ แŠจแŠฅแ‹แŠแ‰ต แˆแ‰€แ‰… แ‹จแˆšแˆ‰แ‰ตแŠ• แˆฐแ‹Žแ‰ฝ แ‰ตแŠฅแ‹›แ‹ แˆณแ‹ซแ‹ณแˆแŒกแฅ #แ‰ แˆƒแ‹ญแˆ›แŠ–แ‰ต #แŒคแŠ“แˆžแ‰ฝ #แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ†แŠ‘ #แ‰ แ‰ฅแˆญแ‰ฑ #แ‹แ‰€แˆณแ‰ธแ‹แขโ€
 
๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ

8ffaa- #Yihudaan #Erge 1:3 Michoota ko! Waa'ee fayyina walii wajjin qabnuuf duruma iyyuu isiniif caafuudhaaf dhama'aa utuun jiruu, #amma #Amantii #isa #al #tokkicha yeroo hundumaaf akka ta'utti warra Waaqayyoof qulqullaa'anitti dabarfame sanaaf akka loltaniif, caafee isin gorsuun giddiitti barbaachisaa ta'uu isaa argeera.    
#แ‹จแ‹ญแˆแ‹ณ #แˆ˜แˆแŠฅแŠญแ‰ต 1:3 แ‹ˆแ‹ณแŒ†แ‰ฝ แˆ†แ‹ญแฅ แˆตแˆˆแˆแŠ•แŠซแˆแˆˆแ‹ แˆตแˆˆ แˆ˜แ‹ณแŠ“แ‰ฝแŠ• แˆแŒฝแแˆ‹แ‰ฝแˆ แŠฅแŒ…แŒ แ‰ฐแŒแ‰ผ แˆณแˆˆแˆแฅ #แˆˆแ‰…แ‹ฑแˆณแŠ• #แŠ แŠ•แ‹ต #แŒŠแ‹œ #แˆแŒฝแˆž #แˆตแˆˆ #แ‰ฐแˆฐแŒ  #แˆƒแ‹ญแˆ›แŠ–แ‰ต #แŠฅแŠ•แ‹ตแ‰ตแŒ‹แ‹ฐแˆ‰ #แŠฅแ‹จแˆ˜แŠจแˆญแŠ‹แ‰ฝแˆ แŠฅแŒฝแแˆ‹แ‰ฝแˆ แ‹˜แŠ•แ‹ต แŒแ‹ต แˆ†แŠแ‰ฅแŠแข
ุฃูŽูŠูู‘ู‡ูŽุง ุงู„ุฃูŽุญูุจูŽู‘ุงุกูุŒ ุฅูุฐู’ ูƒูู†ู’ุชู ุฃูŽุตู’ู†ูŽุนู ูƒูู„ูŽู‘ ุงู„ู’ุฌูŽู‡ู’ุฏู ู„ุฃูŽูƒู’ุชูุจูŽ ุฅูู„ูŽูŠู’ูƒูู…ู’ ุนูŽู†ู ุงู„ู’ุฎูŽู„ุงูŽุตู ุงู„ู’ู…ูุดู’ุชูŽุฑูŽูƒูุŒ ุงุถู’ุทูุฑูุฑู’ุชู ุฃูŽู†ู’ ุฃูŽูƒู’ุชูุจูŽ ุฅูู„ูŽูŠู’ูƒูู…ู’ ูˆูŽุงุนูุธุงู‹ ุฃูŽู†ู’ #ุชูŽุฌู’ุชูŽู‡ูุฏููˆุง #ู„ุฃูŽุฌู’ู„ู #ุงู„ุฅููŠู…ูŽุงู†ู #ุงู„ู’ู…ูุณูŽู„ูŽู‘ู…ู ู…ูŽุฑูŽู‘ุฉู‹ ู„ูู„ู’ู‚ูุฏูู‘ูŠุณููŠู†ูŽ.โ€ โ€”  #ูŠู‡ูˆุฐุง 1:3

๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ

#Warroonni #amantii #hin #qabne #hundi, #akka #warra #ibidda #Jahannam #keessatti #gubataa #jiraatan, #ragaan #Kakuu #Haarawaa #ni #mirkaneessaa.

๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ

#Mul'ata 21: 8 โ€œQoodi warra lugnootaa, #warra #amantii #hin #qabnee, warra ciigga'amaa, warra gumaa, warra halalee, warra qoricha namatti godhanii, warra waaqayyolii tolfaman waaqessanii, warra sobduu hundumaas garuu, #kuufama #ibiddii fi #dhagaan #boba'u #keessaa #balalchu #in #ta'a; innis du'a lammaffaa dha" naan jedhe.โ€
#แˆซแŠฅแ‹ญ 21แฅ8 โ€œแ‹ณแˆฉ แŒแŠ• แ‹จแˆšแˆแˆฉแŠ“ #แ‹จแˆ›แ‹ซแˆแŠ‘ แ‹จแˆญแŠตแˆณแŠ•แˆ แ‹จแŠแแˆฐ แŒˆแ‹ณแ‹ฎแ‰ฝแˆ แ‹จแˆดแˆฐแŠ›แ‹Žแ‰ฝแˆ แ‹จแŠ แˆตแˆ›แ‰ฐแŠ›แ‹Žแ‰ฝแˆ แŒฃแ‹–แ‰ตแŠ•แˆ แ‹จแˆšแ‹ซแˆ˜แˆแŠฉ แ‹จแˆแˆฐแ‰ฐแŠ›แ‹Žแ‰ฝแˆ แˆแˆ‰ #แ‹•แ‹ตแˆ‹แ‰ธแ‹ #แ‰ แ‹ฒแŠ•แŠ“ #แ‰ แŠฅแˆณแ‰ต #แ‰ แˆšแ‰ƒแŒ แˆ #แ‰ฃแˆ•แˆญ #แŠแ‹แค แ‹ญแŠธแ‹แˆ แˆแˆˆแ‰ฐแŠ›แ‹ แˆžแ‰ต แŠแ‹แขโ€
โ€œ ูˆูŽุฃูŽู…ูŽู‘ุง ุงู„ู’ุฎูŽุงุฆููููˆู†ูŽ #ูˆูŽุบูŽูŠู’ุฑู #ุงู„ู’ู…ูุคู’ู…ูู†ููŠู†ูŽ ูˆูŽุงู„ุฑูŽู‘ุฌูุณููˆู†ูŽ ูˆูŽุงู„ู’ู‚ูŽุงุชูู„ููˆู†ูŽ ูˆูŽุงู„ุฒูู‘ู†ูŽุงุฉู ูˆูŽุงู„ุณูŽู‘ุญูŽุฑูŽุฉู ูˆูŽุนูŽุจูŽุฏูŽุฉู ุงู„ุฃูŽูˆู’ุซูŽุงู†ู ูˆูŽุฌูŽู…ููŠุนู ุงู„ู’ูƒูŽุฐูŽุจูŽุฉู ููŽู†ูŽุตููŠุจูู‡ูู…ู’ ูููŠ ุงู„ู’ุจูุญูŽูŠู’ุฑูŽุฉู ุงู„ู’ู…ูุชูŽู‘ู‚ูุฏูŽุฉู ุจูู†ูŽุงุฑู ูˆูŽูƒูุจู’ุฑููŠุชูุŒ ุงู„ูŽู‘ุฐููŠ ู‡ููˆูŽ ุงู„ู’ู…ูŽูˆู’ุชู ุงู„ุซูŽู‘ุงู†ููŠยป.โ€  โ€” ุฑุคูŠุง  21:8

๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ

https://t.me/Xaaliburidallah