Turullee Dhugatu Mo'ata
11K subscribers
514 photos
129 videos
110 files
414 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦
#Kutaa #14ffaa
πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦

#Hojii #manaa
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

Ragaa Macaafa #Isaayaas Raajichaa #49:5 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.
πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡

Macaafa #Isaayaas Raajichaa #49:5
β€œAmmas ani #garbicha isaa akkan ta'uuf, Yaaqoobin gara isaa akkan fiduuf, Israa'elinis isa biratti akkan walitti qabuuf, #Waaqayyo #garaa #haadha #koo #keessatti #na #tolchee fuula isaa duratti #ulfina anaaf #kennee #jabinas anaaf ta'eera.”

Gafii πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
Akka ragaa Macaafa #Isaayaas Raajichaa #49:5 keessatti dubbatametti, hima kamtuu sirriidha.
A. Yesuus ilma Waaqa akka ta'uuf, Yaaqoobin gara isaa akka fiduuf, Israa'elinis isa biratti akka walitti qabuuf ergamee jedhe.
B. Yesuus garaa haadha koo keessa seenee bahee jedhe.
C.Yesuus fuula Waaqa duratti, ulfina aangoo isaatiin argatee fi jabinna qabu mudhifate.
D. Deebiin hin jiru. βœ…βœ…βœ…

πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦πŸ₯¦

β†ͺ Worroonni Amantii Kiristaanaa nuuf deebisaa.

β†ͺ hawaasni keenna ammoo worroota Amantii Islaamummaatiin ala jiran biraan gahaa haqa jiru hubachiisaa.

Qabxiiwwan ijoon nuti ragaa Macaafa #Isaayaas Raajichaa #49:5 irraa argannu (akka #raajii #Isaayyaasiitti jechuudha):

1ffaa- Yesuus #garbicha #Rabbii ta’uu mirkaneesse. ( #Ani #gabricha isaa akkan ta'uuf jechuun isaa.)

2ffaa- Yesuus ergamaa Rabbii waan ta'eef, gaheen hojii isaa galmaan gahuuf, Yaaqoobin gara Waaqaatti fiduu fi Israa'elinis Waaqa biratti walitti qabuuf akka ajajame ibse.

3ffaa- Yesuus waaqaa foon uffatee dhufe osoo hin taane (akka worroonni Kiristaanaa jedhutti), uumama Rabbiin garaa haadha isaa keessatti ta'iidhaan isa argamsiise ta'uu mirkaneesse. (#Waaqayyo #garaa #haadha #koo #keessatti #na #tolchee yeroo jedhu.)

4ffaa- Yesuusii #ufitti #ulfinnaa fi #jabinnalle kan #hin #qabne ta'uu, garuu #Waaqni fuula isaa duratti #ulfina isaa akka #kennee fi ammas #jabinas isaaf akka ta'e hubanna.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa πŸ‘‡

https://t.me/Xaalibu6504