Turullee Dhugatu Mo'ata
11K subscribers
514 photos
129 videos
110 files
414 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
#Jechoonni #Baayibilii keessaa akka yaadni isaanii #wol #faallessu beektuu⁉️
KUTAA 1️⃣ffaa 👇🏻
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Mee gaafii kana eennutuu uggee deebisaa⁉️
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
#Yesuus #yeroo #gara #Yerusaalem #deemu
A. Ilmoo harree fidaniif kan jedhu (Maarqos 11:7) sirriidha moo?
B. Harree fidaniif kan jedhu (Luqaas 19:35) sirridha moo?
C. Harree ilmoo wajjiin fidaniif kan jedhu (Maatewos 21:7) sirriidha?
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Isa kamtuu sirri, isa kamtuu ammoo soba jettu laata ⁉️
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
A. Maarqos 11:7 👇🏻
" #Ilmoo #harree #sanas #Yesusiif #fidanii, uffata isaanii irra buusan; innis irra taa'e."

B. Luqaas 19:35 👇🏻
" Akkasitti #harree #sana #Yesusiif #fidan, uffata isaanii irra buusanii Yesusin irra kaa'an. "

C. Maatewos 21:7 👇🏻
" #Harree #sana #ilmoo #ishee #wajjin #fidanii uffata isaanii irra buusan; Yesus immoo irra taa'e."

#Qalbiidhaan #dubbisaa 👆

Macaafni Qulqulluun jecha Waaqaati worri jedhu, sanuu maqaa #'Qulqulluu' ka moggaasan, jechi Waaqaa ka Qulqulluu, ka barreesitoonni isaallee hafuura Qulqulluun deeggaraman barreessan #duuba #akkamitti #jechi #isa #keessa jiru wol #faallessa?jechi Macaafa Qulqulluu wol hin faallessu worri yaaddan mee kamtu sirri jettu?👇

A. Ilmoo harree Yesuus fidan ka jedhutu sirri moo?
B. Harree Yesuus fidan ka jedhutuu sirri moo?
C.Harree ilmo wojji fidaniif ka jedhutu sirri moo?
D.Ija dunuufadha jechoota wol faallessulle mormii malee rakkoo hin qabu jedhaa bira kutaa ka jedhu (yaada worroonni Kiristaanaa kennantu) sirri laata?

Jechi Waaqaa akka wol hin faallessine namuu ima beekaa, kanaafuu #jechoonni #jecha #Waaqaa #hin #taane #kumaatamaan #Macaafa #Qulqulluu isa jedhamu #keessa #jiraatuu hoo meeqa keennatu beeka?

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.

♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa 👇

@Xaalibu6504