#Turullee #dhugatuu #irra #aana
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
#Kutaa #26ffaa
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
#Hojii #manaa
πππ
Ragaa #Luqaas 1:31-32 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.
ππππππ
#Luqaas 1:31-32
Kunoo, in ulfoofta #ilmas in deessa, maqaa isaa immoo Yesus jedhii moggaasi. #Inni #guddaa #in #ta'a ilma aabbaas jedhamee in waamama, #Waaqayyo gooftaanis teessoo abaabilii isaa Daawit in kennaaf.
α₯αααα₯ α΅ααα»αα½ #ααα΅ #αα α α΅ααααα½α₯ α΅ααα α’α¨α±α΅ α΅αͺααα½α’
α₯αα± α³αα αααα #α¨ααα #αα α αα£ααα₯ #αα³ #α αααα #α¨α α£α±α #α¨α³αα΅α ααα αα°α ααα€
And, behold, thou shalt conceive in thy womb, and bring forth a son, and shalt call his name JESUS.
#He #shall #be #great, and shall be called the Son of the Highest: and the Lord God shall give unto him the throne of his father David:
Gafii πππ
Akka ragaa #Luqaas 1:31-32 keessatti dubbatametti, hima kamtuu sirriidha?
A. Maariyaam ulfooftee Waaqa maqaan isaa Yesuus jedhamu akka deettu itti himamee ture.β
B. Maariyaam ulfooftee ilma Waaqa maqaan isaa Yesuus jedhamu akka deettu itti himamee ture.β
C. Ilmi Maariyaam (Mariyam) ulfooftee deessu, ka osoo hin dhalatin dura guddaa ta'e akka ture himameefi.β
D. Waaqni teessoo Waaqumma osoo hin taane, ka abaabilii isaa (ka Nabiyummaa) Daawit akka kennuuf itti himame. β
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
βͺ Worroonni Amantii Kiristaanaa mee waan sammuu keessaa qabdanii fi raga kana wol bira qabaa laalaa.
βͺ hawaasni keenna ammoo, worroota Amantii Islaamummaatiin ala jiran, ka dhugaa kitaabuma isaanii keessatti argamtu hubatuu dadhaban, ragaawwan asii olii kana biraan gahaa, haqa jiru hubachiisaa.
Qabxiiwwan ijoon nuti ragaa #Luqaas 1:31-32 irraa argannu;
1ffaa- Yesuus Waaqumman osoo hin taanee, #nama akka ta'e, Ingilifaan #son, Amaariffaan
#ααα΅ #αα α, Afaan Oromootiin #ilma jedhamee akka namaa ifa ta'utti ibsamuu isaa.
2ffaa- Yesuus waan osoo hin dhalatin dura Waaqaa turee, akkasumas guddaa ture osoo hin taane, waan osoo hin dhalatin dura, waan hin jirre ta'uun isaa hubatamee, waan #erga #dhalatee #booda #guddatu yookaa #guddaa ta'u akka ta'e (#Inni #guddaa #in #ta'a yeroo jedhu) ifatti mirkaneessa.
3ffaa- Garaa garuummaa kitaabaa Macaafa Qulqulluu jedhumu keessatti jiru isa duraa, Afaan Oromootiin #Ilma #aabbaas #jedhamee, Afaan Amaariffaan ammoo #α¨ααα #αα α #αα£αα, kan Afaan Ingilifaa yeroo dubbisnu garuu #the #son #of #the #Highest jedha, kun hundi maal dhabamsiisuuf fooyyeffama taasifame yoo jedhame, Yesuus nama dhugaa jettu dhossuu fi Waaqaa yookaa ilma Waaqaati gara jedhu ol guddisuuf (#the #son #of #the #Highest) irraa gara ilma aabbaas jedhameetti jijiiranii jechuudha.
4ffaa- Waaqni #teessoo (#aangoo) Waaqumma osoo hin taane, kan abaabilii isaa, (kan Afaan Amaariffaa irratti #abbaa #isaa), Daawit (jechuun #Nabiyummaa) akka isaa kennu ifatti mudhise.
5ffaa- Garaa garuummaa kitaabaa Macaafa Qulqulluu jedhumu keessatti jiru isa lammaffaa, (Afaan Ingilifaa the throne of #his #father #David), (Afaan Amaariffaan #α¨α α£α±α #α¨α³αα΅α ααα αα°α ααα€), garuu kan Afaan Oromoo yeroo dubbisnu #teessoo #abaabilii #isaa #Daawit in kennaaf jedha. Kun ifatti maal mudhisa yoo jedhame, tooftaa fooyessa kitaabaatiin #dhugaa #awwaaluuf taasifamu (#father- #α¨α α£α±α- irraa gara #abaabiliitti) mirkaneessaa jechuudha.
Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈBy:XR β»οΈβ»οΈβ»οΈ
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa π
https://t.me/Xaalibu6504

#Kutaa #37ffaa
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
#Gilgaala: Hubannoo duraan sammuu keessaa qabnuu fi ragaawwan dubbisnu wol bira qabuun, kallattii dhugaa ittiin madaallu:
Namoonni Yesuus Waaqa jedhanii yaadan, mee amaloota armaan gadii kan Yesuus keessaa, amala isa kamtu, kan Waaqaati osoo jedhamee, sammuun isaanii fudhatti laataβοΈ
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
A. #Luqaas 1:31 βKunoo, in ulfoofta ilmas in deessa, maqaa isaa immoo Yesus jedhii moggaasi!β #α¨ααα΅ #αααα 1:31 α₯αααα₯ #α΅ααα»αα½ #ααα΅ #αα α #α΅ααααα½α₯ α΅ααα α’α¨α±α΅ α΅αͺααα½α’
Gaafii: Akka Wangeela kanaatti, Maariyaam Yesuusiin ulfooftee ilma deette jedhaa, garuu Maariyaam Waaqa ulfooftee deette, sanuu Waaqa #ααα΅ #αα jedhamu osoo jedhamee, sammuu akkamtu fudhataβοΈ
B. #Luqaas 3:23 βYesus hojii isaa yommuu jalqabe, #dhalatee akka #waggaa #soddomaa ti; #hidda #dhaloota #isaa yeroo lakkaa'anis #ilma #Yoseef jedhaniin; Yoseef ilma Elii,β
Gaafii; Akka ragaa Wangeela kanaatti, Yesuus dhalatee, akkasumas woggaa 30tti hojii eegalee jedha, Waaqni dhalatee ammas woggaa 30tti hojii eegale jechuun taatiiβοΈ Hanga saniif hoo, eennutu eddoo Waaqaa bu'ee hojjata ture jedhu laata, worroonni akkas yaadniβοΈ Hiddi dhaloota Yesuus ilma Yoseef, garuu hiddi dhaloota Waaqaa ilma Yoseef yoo jedhame fudhatama qabaaβοΈ
C. #Luqaas 2:52 βYesus immoo #Waaqayyoo fi #namoota #irraa ayyaana argachaa, #namummaadhaa fi #ogummaatti in #guddata ture.β #α¨ααα΅ αααα 2:52 α’α¨α±α΅α α°αα #α α₯α α₯α #α ααα΅ #α ααα΅α α α₯ααα α₯ααα α α°α αα΅ #α«α΅α αα αα’
Gaafii:- Akka Wangeela kanaatti,Yesuus Waaqayyoo fi namoota irraa ayyaana argachaa guddate, garuu Waaqni Yesuusii fi namoota irraa ayyaana argachaa guddate osoo jedhamee fudhatama qabaaβοΈ Akkasumas, Yesuus namummaa fi ogummaan guddate jedhaa, garuu Waaqni namummaa fi ogumman guddatee jechuun taatiiβοΈ
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
Qabxiiwwan ijoon nuti ragaawwan asii olii irraa argannu:
1ffaa- #Yesuus akkuma ilma namaa kamuu, #garaa #Maariyaam (Mariyam) #ulfaan #ji'oota 9 #oliif turee, akkuma ilma namaa kamiitti #dhalate (#argamee). Garuu amalli kun ka Yesuus malee, ulfaan garaa keessa turuu fi akkasuma dhalatuun (#argamuun) amala Waaqa akka hin taane, akkasumas #Yesuus akka #Waaqa #hin #taane hubannaa jechuudha.
2ffaa- #Yesuus #dhalatee #woggaa 30 #hojii isaa #jalqabee, akkasumas #hiddi #dhaloota isaa ni beekkama, garuu amalli kun hundi, Waaqaan himuun gonkumaa hin malu.
3ffaa- #Yesuus #Waaqayyo fi #nama irraa ayyaana argachaa #guddate, akkasumas Yesuus #namummaa fi #ogummaan #guddate, garuu amalli kun hundi Waaqaan himuun haala kamuu keessatti hin malu. Kanaafuu, #Yesuus #Waaqa jechuun #gonkumaa #hin #maluu jechuudha.
Akkuma woliigalaatti, Yesuus kaleessa amala numammaa qabaa, amma Waaqummaatti geeddaramuu hin ooluu jedhanii worroota yaadaniif, ragaa #Ibroota 13:8 deebii quubsaa ni ta'a.π
β#Yesus #Kristos #kaleessa #isuma #ture, #har'as #bara #baraanis #isuma #sana !β #α’α¨α±α΅ #ααα΅αΆα΅ #α΅ααα΅α #αα¬ #α₯α΅α¨ #αααααα #α«α #ααα’
Jesus Christ the same yesterday, and to day, and for ever.
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
βͺ #Worroota #Amanti Kiristaanaatiif;
1 #Tasaloniiqee 5:21
" Garuu waan hundumaa qoraa, #isa #gaarii #jabeessaatii #qabadhaa! "
1α αα° α°α°ααα α°αα½ 5:21 ααα αα΅α #ααα«ααα #α«αα€ πππdhaamsa jedhu isinii dhaamaa.
βͺ hawaasni keenna ammoo, "#sababa #keetiin #namni "tokko "qajeeluun, #gaala #diddiimaa #karaa #Rabbii #keessatti #kennatu #siif #caala, ka Nabiyyiin Rabbii (nagahaa fi Rahmanni Rabbii isaan irratti haa jiraatu), jedhanii Aliyyiif dhaaman siif dhaama. Sheer taasisuun sin kafalchiisu, lammiiwwan keenna beektu hundaa ergii, toltuu guyyaa boruutti si fayyaddu guduunfadhu.

https://t.me/Xaaliburidallah

Telegram
Turullee Dhugatu Mo'ata
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.