Turullee Dhugatu Mo'ata
11.6K subscribers
537 photos
141 videos
118 files
432 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
#Warroota #amantii #ragaa #hin #qabne #hordofaa, #amantii #wonti #jedhamuu #hin #jiru #jedhee #haasawuuf #ragaa:-

#ማስረጃ #የሌለውን #እምነት #እየተከተሉ #ሃይማኖት #የሚባል #ነገር #የለም #እያሉ #ለሚናገሩ #ሰዎች #ማስረጃ:-

🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲

1ffaa- #Yihudaan #Erge 1:20 “Isin garuu michoota ko, #amantii #keessan isa hundumaa caalaa qulqulluu irratti #dhaabamaatii #cimaa! Hafuura qulqulluudhaan geggeeffamaatii kadhadhaa!”
#ይሁዳ 1፥20 “እናንተ ግን፥ ወዳጆች ሆይ፥ ከሁሉ ይልቅ #በተቀደሰ #ሃይማኖታችሁ #ራሳችሁን #ለማነጽ እየተጋችሁ በመንፈስ ቅዱስም እየጸለያችሁ፥”

🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲

2ffaa- #Qolosaayis 2:7
“Akkuma barsiifamtanitti hundee keessan gad fageeffadhaa, isatti ijaaramaatii #amantiitti #dhaabamaa! Galata guutee irra dhangala'us dhi'eessaa!”
#ቆላስይስ 2፥7 “ሥር ሰዳችሁ በእርሱ ታነጹ፥ እንደ ተማራችሁም #በሃይማኖት #ጽኑ፥ ምስጋናም ይብዛላችሁ።”

🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲

3ffaa- #Hojii #Ergamootaa 6:7 “Dubbiin Waaqayyoo itti fufee bal'achaa, #baay'inni #amantoota Yerusaalemitti argamaniis ittuma dabalamaa adeeme; luboota keessaas #baay'een #amanticha #fudhatan.”
#ሐዋርያት 6፥7 “የእግዚአብሔርም ቃል እየሰፋ ሄደ፥ በኢየሩሳሌምም የደቀ መዛሙርት ቍጥር እጅግ እየበዛ ሄደ፤ ከካህናትም #ብዙ #ሰዎች #ለሃይማኖት #የታዘዙ #ሆኑ።”
 
🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲

4ffaa- 1#Ximotewos 5:8 “Namni tokko akkasitti fira isaatiif, caalaadhumatti immoo #warra #mana #isaatiif #yoo #yaaduu #dhaabaate, #inni #amanticha #ganuu isaa ti, nama hin amanin caalaas hammaachuu isaa ti.”
1ኛ #ጢሞቴዎስ 5፥8 “ነገር ግን ለእርሱ ስለ ሆኑት ይልቁንም #ስለ #ቤተ #ሰዎቹ #የማያስብ #ማንም #ቢሆን#ሃይማኖትን #የካደ ከማያምንም ሰው ይልቅ የሚከፋ ነው።”

🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲

5ffaa- 1#Ximotewos 6:10 “#Horii #jaallachuun hundee wanti hamaan hundinuu irraa latuu dha; namoonni gar tokko yaada isaanii horii argachuu irra kaa'atanii, #amanticha #irraa #badaniiru, waraansa baay'eedhaanis of waraananiiru.”
1ኛ #ጢሞቴዎስ 6፥10 “#ገንዘብን #መውደድ የክፋት ሁሉ ሥር ነውና፥ አንዳንዶች ይህን ሲመኙ፥ #ከሃይማኖት #ተሳስተው በብዙ ሥቃይ ራሳቸውን ወጉ።”

🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲

6ffaa- 2#Ximotewos 4:7 “Wal'aansoo isa gaarii sanas dhaabadhee qabeera; dorgomee koos raawwadheera, #amantiis #eegeera.”
2ኛ #ጢሞቴዎስ 4፥7 “መልካሙን ገድል ተጋድዬአለሁ፥ ሩጫውን ጨርሼአለሁ፥ #ሃይማኖትን #ጠብቄአለሁ፤”

 🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲

7ffaa- #Tiitoos  1:13-14 Kanas dhugaa dubbate; kanaafis #amantii isaaniitti seelkoo akka hin qabaannetti, cimsii balleessaa isaanii itti mul'isi! Si'achis mammaaksa #amantii isa kan #Yihudootaa, abboommii namoota warra dhugaa irraa gara galanii duukaas akka hin buune godhi!
#ቲቶ 1፥13-14 “ይህ ምስክር እውነተኛ ነው። ስለዚህ ምክንያት የአይሁድን ተረትና ከእውነት ፈቀቅ የሚሉትን ሰዎች ትእዛዝ ሳያዳምጡ፥ #በሃይማኖት #ጤናሞች #እንዲሆኑ #በብርቱ #ውቀሳቸው።”
 
🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲

8ffaa- #Yihudaan #Erge 1:3 Michoota ko! Waa'ee fayyina walii wajjin qabnuuf duruma iyyuu isiniif caafuudhaaf dhama'aa utuun jiruu, #amma #Amantii #isa #al #tokkicha yeroo hundumaaf akka ta'utti warra Waaqayyoof qulqullaa'anitti dabarfame sanaaf akka loltaniif, caafee isin gorsuun giddiitti barbaachisaa ta'uu isaa argeera.    
#የይሁዳ #መልእክት 1:3 ወዳጆች ሆይ፥ ስለምንካፈለው ስለ መዳናችን ልጽፍላችሁ እጅግ ተግቼ ሳለሁ፥ #ለቅዱሳን #አንድ #ጊዜ #ፈጽሞ #ስለ #ተሰጠ #ሃይማኖት #እንድትጋደሉ #እየመከርኋችሁ እጽፍላችሁ ዘንድ ግድ ሆነብኝ።
أَيُّهَا الأَحِبَّاءُ، إِذْ كُنْتُ أَصْنَعُ كُلَّ الْجَهْدِ لأَكْتُبَ إِلَيْكُمْ عَنِ الْخَلاَصِ الْمُشْتَرَكِ، اضْطُرِرْتُ أَنْ أَكْتُبَ إِلَيْكُمْ وَاعِظاً أَنْ َجْتَهِدُوا #لأَجْلِ #الإِيمَانِ #الْمُسَلَّمِ مَرَّةً لِلْقِدِّيسِينَ.” —  #يهوذا 1:3

🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲

#Warroonni #amantii #hin #qabne #hundi, #akka #warra #ibidda #Jahannam #keessatti #gubataa #jiraatan, #ragaan #Kakuu #Haarawaa #ni #mirkaneessaa.

🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲

#Mul'ata 21: 8 “Qoodi warra lugnootaa, #warra #amantii #hin #qabnee, warra ciigga'amaa, warra gumaa, warra halalee, warra qoricha namatti godhanii, warra waaqayyolii tolfaman waaqessanii, warra sobduu hundumaas garuu, #kuufama #ibiddii fi #dhagaan #boba'u #keessaa #balalchu #in #ta'a; innis du'a lammaffaa dha" naan jedhe.”
#ራእይ 21፥8 “ዳሩ ግን የሚፈሩና #የማያምኑ የርኵሳንም የነፍሰ ገዳዮችም የሴሰኛዎችም የአስማተኛዎችም ጣዖትንም የሚያመልኩ የሐሰተኛዎችም ሁሉ #ዕድላቸው #በዲንና #በእሳት #በሚቃጠል #ባሕር #ነው፤ ይኸውም ሁለተኛው ሞት ነው።”
“ وَأَمَّا الْخَائِفُونَ َغَيْرُ #الْمُؤْمِنِينَ وَالرَّجِسُونَ وَالْقَاتِلُونَ وَالزُّنَاةُ وَالسَّحَرَةُ وَعَبَدَةُ الأَوْثَانِ وَجَمِيعُ الْكَذَبَةِ فَنَصِيبُهُمْ فِي الْبُحَيْرَةِ الْمُتَّقِدَةِ بِنَارٍ وَكِبْرِيتٍ، الَّذِي هُوَ الْمَوْتُ الثَّانِي».”  — رؤيا  21:8

🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲

https://t.me/Xaaliburidallah
Audio
#kutaa #1ffaa #wolii #galaa (#warroota #sagalee #qofaan #barbaaddaniif)

Daldalli seeraan alaa maqaa Nabiyyoota keennaatiin (Yesuus, Muusee, Abraaham fi kkf...) gegeeffamu nurraa haa dhaabbatuu.
Namni Nabiyyoonni kunniin (Yesuus, Muusee,Abraaham fi kkf...) keenna jedhu yoo jiraate, ragaa haa fidatuu.

Buusaa worra #konkolaataa, #baajaajii, #mana #Suphaa #Mobaayilootaa, #manoota #nyaataa kkf #xender ergaafii. Rabbiin isinii haa tumsuu, #haqaa #tumsaa.

https://t.me/Xaaliburidallah
#Magaalaa_Shaashamannee
#Seenaan_kee_yoomuu_dacha

#Godina_Arsii_Lixaa, #Magaalaa_Shaashamanneetti, #Guyyaa 25/05/2024 or 17/09/2016tti marii #Warroota #Peenxee wojjiin mata duree #Yesuus_Waaqaa moo #nama, #karaan_Jannata #Islaamummaa moo #Kiristaanumma jedhuun gegeeffamaa Ture ol aantummaa haqaatiin, Yesuus nama ta'uu Akka shakkii hin qabnee, Yesuus Ani Waaqaa na Waaqessaa konkumaa Akka barsiisee hin beeknee fi akkasumas karaa Jannata Kiristaanumma wonti jedhamee Akka ragaan hin jirre fi Islaamummaa qofa ta'uu ragaan bahamuun sagantaan haala bareedan xumuruun nagahaan gallee jirraa, Alhamdulillaah.

https://t.me/Xaaliburidallah