Turullee Dhugatu Mo'ata
11.6K subscribers
537 photos
141 videos
118 files
432 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
Akka worroonni olola haasawutti osoo ta'ee mee isa kamtuu sirriidha? moo yaaduma kitaaba isaanii keessa jiruu isaan quba hin qaban ta'innuu⁉️
Mee gaafiiwwan asii gadii ragaa kitaaba Macaafa Qulqulluu jedhamu keessatti argamu irratti hundaahuun worroonni Yesuus du'e jedhanii amanan haa deebii barbaadatanii biraan nuuf gahaa; Dursa mee dubbii Maatewos 26:39 wojji haa ilaallu koottaa πŸ‘‡
πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡
#Maatewos 26:39
" Xinnoos irraa hiiqee #adda #isaatiin #gombifamee, 'Yaa abbaa, ko! In danda'ama yoo ta'e #xoofoon #dhiphinaa #kun #ana #irra #haa #darbu, garuu akka jaalala koo miti, akka jaalala kee haa ta'u malee" jedhee kadhate. "
αŒ₯α‰‚α‰΅αˆ α‹ˆα‹° αŠα‰΅ αŠ₯ልፍ α‰₯ሎ α‰ αŠα‰± #α‹ˆα‹°α‰€αŠ“ αˆ²αŒΈαˆα‹­α’ αŠ α‰£α‰΄α₯ α‰’α‰»αˆαˆ΅α₯ #α‹­αˆ…α‰½ #αŒ½α‹‹ #ከαŠ₯αŠ” #α‰΅αˆˆαα€ ነገር αŒαŠ• αŠ αŠ•α‰° αŠ₯αŠ•α‹°αˆα‰΅α‹ˆα‹΅ α‹­αˆαŠ• αŠ₯αŠ•αŒ‚ αŠ₯αŠ” αŠ₯αŠ•α‹°αˆα‹ˆα‹΅ αŠ α‹­αˆαŠ• አለፒ
πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡
Akka wangeela Maatewos 26:39 asii olii keessatti ibsutti Yesuus du'uun duratti Waaqa waa hundaa danda'aa ta'eef adda isaatiin gombifamee kadhataa ture. Eddoo kanatti gaafii gurguddoo 3 ka worroonni Yesuus du'e jedhanii yaadan deebisuu qabantu jira,sunisi;
1ffaa ➑️ Eega akka worroonni Kiristaanaa yaadutti Yesuus cubbuu ilma namaatiif ajjeefamuu fedhii qabaate maaf waaqaa adda isaatiin gombifamee kadhate ree⁉️
2ffaa ➑️ Eega Yesuus homa fedheefuu haa ta'uu du'a ooluu barbaadee Waaqa kadhate, Waaqni kadhaa isaa dhagaheef (awwaateef) moo kadhaa isaa harkatti dide? Yoo kadhaa Yesuus Waaqni dhagaheef ka jedhamu taate maaf du'a hin oolchin ree⁉️ yoo kadhaa Yesuus Waaqni harkatti ka didu taate maaf awwaatuufii dide? Moo Waaqni du'a oolchuu dandeetti dhabe?
3ffaa ➑️ Waaqni osoo Yesuus itti boohu isaa birmatuu didee kaayoo diinota Yesuus (yihuudotaa) galmaan gaheef jechuudha? Akka worroonni Kiristaanaa yaaddanitti (osoo Waaqni Yesuus ka hin tumsine jennu taatee) Yesuusiin caalaa Waaqni Yihuudota jaalata jechuu⁉️ ka Yesuusi tumsuu dideef?
πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡
Haasofni Yesuus du'e jedhu dubbii kijibaa ta'uu ragaan asii olii akkuma jirutti ta'ee mee dabalataanis ragaa biroo ka haasofni isaa wol faallessu haa laalluu koottaa; πŸ‘‡
πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡
#Maarqos 15:24-25
Yommus jarri isa in fannisan; uffata isaa immoo hiranii eenyu isa kam akka fudhatu baruudhaaf muka itti buufatan. Yeroon #isa #fannisanis #bari'ee #sa'aatii #sadiitti tore.
αˆ°α‰€αˆ‰α‰΅αˆα₯ ልα‰₯αˆ±αŠ•αˆ αˆ›αŠ• αˆ›αŠ• αŠ₯αŠ•α‹²α‹ˆαˆ΅α‹΅ α‹•αŒ£ α‰°αŒ£αŒ₯αˆˆα‹ α‰°αŠ«αˆαˆ‰α’#α‰ αˆ°α‰€αˆ‰α‰΅αˆ #αŒŠα‹œ #αˆ¦αˆ΅α‰΅ #αˆ°α‹“α‰΅ αŠα‰ αˆ¨α’
#VS
#Yohannis 19:13-16
Philaaxos dubbii kana dhaga'ee Yesusin gad baasee, iddoo dhagaa buufamaa isa afaan Ibraayisxiitti "Gabataa" jedhamutti, barcuma firdii irra taa'e.Kunis guyyaa qophee Faasiikaa #gara #sa'aatii #ja'affaatti ture. Philaaxos yommus Yihudqotaan, "Ilaa mootii keessan" jedhe. Isaanis iyyanii, "Balleessi, balleessi, isa #fannisi!" jedhan. Philaaxos immoo, mootii keessan #fannisuu #ree?" ittiin jedhe. Luboonni warri angafoonni immoo deebisanii, "Nuyi Qeesaar mootii warra, Roomaa malee mootii hin qabnu" jedhan.Yommus #akka #inni #fannifamuuf #dabarsee #isaanitti isa #kenne; isaan akkasitti Yesusin fuudhanii adeeman.
πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡
Mee ragaa Maarqos 15:24-25 jiruu fi Yohannis 19:13-16 irratti hundaahuun;
4ffaa ➑️ Sa'aan Yesuus itti fannifame jedhamee yaaddamu keessaa isa kamtu sirriidha?
πŸ…°οΈ. Yesuusiin yeroo fannisan bari'ee sa'aatii sadii (3) ture ka jedhu ka Maarqos 15:25 ttu sirriidha moo?
πŸ…±οΈ. Yeroo Philaaxos Yesuusiin gad baasee barcuma firdii irra taa'e murteessuuf jedhu yeroon gara sa'aa ja'affatti ture. Sana booda sa'aa jaha (6) booda akka inni fannifamuuf dabarsee kennee jedha. Kun ammoo yeroo murteen akka fannifamuuf kennamu sa'aa 6 booda jechuun ka fannifame jedhamu gara sa'aa 9 jedhama. Kanaafuu ka sa'aa 3 Yesuus fannifamee jedhu moo ka sa'aa 6 booda (sa'aa 9) jedhutu sirriidha?

Kun hundi ragaa ifa baasaa haasofni Yesuus du'ee jedhu olola hundee hin qabne ta'uu garsiisan kumaatama keessaa muraasa jechu.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa πŸ‘‡

https://t.me/Xaaliburidallah