✍Cheguvera
( The coming new admin)
Jaallatamtootaa fi kabajamtoota barattoota yuuniversity Wallaggaa hundaaf: Akkuma hundi keenyayyuu beeknu yeroo darbe jechuun toorbeewwan sadan dura rakkoo nageenyaa fi walitti bu'insa ta'e jedhamee barattoota Oromoo fi Amaaraa Yuunivarsiitii Waldiyaatti uumameen Lubbuun barattoota keenya qulqulluu badii tokko malee darbeef gaddi guddaan barattoota,barsiidota,hojjettota fi hoggantoota olaanoo mooraa Yuunivarsiitii keenyaatti dhagahamuusaa namni kamiyyuu ragaa nuuf baha.Rabbi Lubbuu qulqullootaa badii tokko malee Sabumammaa isaaniif du'aniif boqonnaa barabaraa haa kennuufiin kadhannaa Kenya!! Egaa osoo kun kanaan jiruu baratttoonni gama keenyaan gocha badaa akkasii fi kanneen kana fakkaatan balaalleffachuuf gaaffii fi yaada garaagaraa dhiyeessaa turreerraa ,kanumaan wal qabatee daree barnoota seennee barachuun waan nutti ulfaateef gara toorbee sadiif adda kunneerra.kunis jibba yookaan immoo sodaa barumsaaf qabnu osoo hin taane gochaan sukkanneessaa akkasii fi kanneen kanaan wal-qabatan mormuu fi balaalleffachuuf akka ta'e enyullee mootummaanis bareechee ni beeka. Egaa kaayyoon diina keenyaa akka nuti barnoota hin baranne gochuun ka'umsaa fi onnachiiftuu qabsoo Jeneral Taaddasaa Birruu faa akka ta'e barreechinee beekna. Kanaaf jecha barattooni akka daree barnoota seennee barannuuf yaaliin garaagaraa taasifamaa tureera.haaluma kanaan barattoonni fresh guyyaa gaafa 24/03/2012 irraa eegalee miira gaariin barachaa turaniiru.Walumaa galatti barattoonni Seniors ta'e freshn barumsa keenya bifa gaariin gaafa guyyaa 29/03/2012 irraa eegallee akka barannu ni abdatammaa.kana yeroo jennu gaaffii hin qabnu jechuu osoo hin taane akkaa barumsa keenya baranne gaaffii,yaada,qeeqaa fi mormii keenya bifa gurmaa'een ammayyeessinee ni dhageessifanna. Gaaffiin keenyi barnoota akka hin miineef gamnummaa fi oogummaadhaan deemuun waan nu barbaachisuuf Rabbi obsasaa nuuf haa baay'isu jechaa barattoonni keenya barnoota keessaniif akka of qopheessitan kabaja guddaadhaan isin gaafanna!! 🔠Barnoota gaarii 📰📔📒📗📘📙📖📚📙📕📂📁. 👍👍 Galatoomaa💯🍀🍀
The New Admin Coming Soon by The Name "Cheguvera"( ቼጉቬራ)(ቼ)
Admiini haraan Afaan oromootin qophii qopheessu maqaa #Cheeguveeraa ykn #Chee jedhuun dhufuti jira👏👏
@Wu_News