Woyyuu Tech
Photo
๐ซ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ด๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐บ๐๐๐๐๐ (๐ซ๐ฉ๐ด๐บ)
Teeknooloojii fi nageenya ragaa (data security) keessatti yaadrimeewwan (concepts) bu'uuraa fi baay'ee murteessoo ta'an keessaa isaan kun lamaan warra hangafaati. Garaagarummaa fi hojii isaanii haala ifa ta'een armaan gaditti ibsameera.
1. ๐ฟ๐๐ฉ๐๐๐๐จ๐ (๐๐ช๐ช๐จ๐๐ ๐ฟ๐๐๐ฉ๐๐) ๐๐๐๐ก๐๐?
Database jechuun iddoo ragaaleen (data) ykn odeeffannoowwan haala qindaa'aa ta'een elektirooniksiidhaan kompiitara keessatti itti kuufamanidha. Kaayyoon isaa guddaan ragaa baay'ee sirnaan qabachuu fi yeroo barbaadametti haala salphaa ta'een argachuudha.
=>>Akka fakkeenyaatti: Database'n akkuma kabineetii (cabinet) ykn galmee mana kitaabaa ti. Galmeen kun ragaalee adda addaa haala sirrii fi tartiiba qabuun of keessatti qabata.
Ragaaleen kunniin irra caalaa gabatee (tables), tarree (rows), fi tarjaa (columns) fayyadamuun qindaa'u.
2. ๐ฟ๐๐ฉ๐๐๐๐จ๐ ๐๐๐ฃ๐๐๐๐ข๐๐ฃ๐ฉ ๐๐ฎ๐จ๐ฉ๐๐ข (๐ฟ๐ฝ๐๐) ๐๐๐๐ก๐๐?
DBMS (Sirna Bulchiinsa Kuusaa Daataa) jechuun ammoo, sooftiweerii (software) guddicha ragaalee database keessa jiran bulchuuf tajaajiludha. DBMS'n riqicha ykn wal-quunnamsiisaa nama fayyadamu (user), pirograamota, fi ofii isaa database sana gidduu jirudha.
=>>Hojiiwwan DBMS inni guddaan: Ragaa haaraa galchuu (๐พ๐ง๐๐๐ฉ๐), ragaa jiru dubbisuu (๐๐๐๐), ragaa moofaa sirreessuu (๐๐ฅ๐๐๐ฉ๐), fi ragaa hin barbaadamne haquu (๐ฟ๐๐ก๐๐ฉ๐). Hojiiwwan afran kana gabaabaatti ๐พ๐๐๐ฟ jedhamu.
=>>Fakkeenya Sooftiweerota DBMS bebbeekamoo: MySQL, PostgreSQL, Oracle Database, Microsoft SQL Server, fi SQLite.
๐ฎ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฐ๐๐๐๐๐๐ (๐ญ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐บ๐๐๐๐๐๐)
๐ณ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐:
Mana Kitaabaa (Library):
=>>๐ฟ๐๐ฉ๐๐๐๐จ๐: Mana kitaabaa fi kitaabolee achi keessa jiran sana (kuusaa ragaa).
=>>๐ซ๐ฉ๐ด๐บ: Nama mana kitaabaa sana bulchu/Tohatu (Librarian). Ati kitaaba tokko yoo barbaadde; nama mana kitaabichaa bulchu gaafatta, innis sirnaan barbaadee siif fida, kan haaraas sirnaan galmeessee kaa'a.
๐๐๐๐ฎ๐๐๐๐ ๐ฟ๐ฝ๐๐ (๐๐๐๐ก๐๐๐ ๐๐ช๐ง๐ฉ๐๐๐จ๐จ๐๐ ๐๐'๐?)
Sirni kun keessumaa eegumsa teeknooloojii fi nageenya ragaa (cybersecurity) keessatti gahee olaanaa qaba:
=>>๐๐๐๐๐๐ฃ๐ฎ๐ ๐๐๐๐๐ (๐ฟ๐๐ฉ๐ ๐๐๐๐ช๐ง๐๐ฉ๐ฎ): Namni eeyyama hin qabne (unauthorized users) ragaa sana akka hin argine ykn hin balleesine to'ata. Eenyu maal arguu akka danda'u (access control) daangessa.
=>>๐ซ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฏ๐๐'๐๐๐๐ (๐ซ๐๐๐ ๐ฐ๐๐๐๐๐๐๐๐ & ๐ช๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐):Ragaaleen irra deddeebi'amanii iddoo hin malle akka hin qabanne (redundancy) dhorka; ragaanis sirrii ta'uu isaa mirkaneessa.
=>>๐น๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐ (๐ซ๐๐๐ ๐บ๐๐๐๐๐๐):Namoonni ykn aplikeeshiniiwwan hedduun yeroo tokkotti, iddoo garaa garaa taa'anii ragaa tokko safisaan akka fayyadaman taasisa.
=>>๐น๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐๐๐๐ (๐ฉ๐๐๐๐๐ & ๐น๐๐๐๐๐๐๐): Yoo sirni kompiitaraa miidhame ykn rakkoon mudate, ragaa baduu danda'u deebisee (restore) fiduuf tajaajila.
Woyyuu Tech Dhaloota Teknooloojii Gahoomsuuf Hidhatee ka'ee jira
Isin Ammoo share ๐ซ FORWARD โฉ Gochuun Nu jajjabeessaaโค๏ธโค๏ธ
@Woyyuu_Tech

โค1๐1๐1
Woyyuu Tech
Photo
๐จ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐ ๐ฐ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฐ๐๐๐๐ ๐ธ๐๐๐๐๐๐ ๐ฐ๐๐๐ ๐ฏ๐๐๐๐๐๐๐
Namni baay'ee karaa salphaa qarshii argachuu danda'a jedhee yaada. Garuu dhugaan jiru tokko qofa: ๐๐ฃ๐ฉ๐๐ง๐ฃ๐๐๐ฉ๐๐๐ฃ ๐ฆ๐๐ง๐จ๐๐๐ ๐ ๐๐ฃ ๐จ๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐ก๐ช ๐๐๐ฉ๐๐ (๐๐๐ก๐ช๐) ๐๐ฉ๐ ๐ ๐๐ฃ๐ฃ๐๐ฉ๐ช๐ช๐ ๐ฎ๐ ๐ฃ ๐๐ช๐ง๐ข๐๐๐ฉ๐ (๐๐ค๐ก๐ช๐ฉ๐๐ค๐ฃ) ๐๐ฉ๐ ๐ง๐๐ ๐ ๐ค๐ค ๐ฉ๐ค๐ ๐ ๐ค๐ค๐ ๐๐๐๐ฎ๐๐๐จ๐จ๐๐ฉ๐ช๐ช๐ ๐ฆ๐ค๐๐.
Haala qabatama biyya keenyaatiin kutaalee 4n kanaan hojii jalqabuun ni danda'ama:
1) ๐๐ง๐๐๐ก๐๐ฃ๐๐๐ฃ๐ (๐๐ค๐๐๐ ๐ฟ๐๐ช๐ช๐ฃ๐๐๐)
Dandeettii akka Video Editing, Graphic Design, Coding ykn barreeffama qabaannaan namootaaf hojjettee qarshii argachuu danda'ama.
=>>Bakka itti hojjetan: Upwork, Fiverr ykn gareewwan Telegram beekamoo ta'an irratti.
=>>Hubachiisa: Dandeettii hin qabdu taannan kaffaltii hin jiru. Jalqaba dandeettii kee gabbifadhu!
2) ๐ช๐๐๐๐๐๐ ๐ช๐๐๐๐๐๐๐ (๐ผ๐๐๐๐๐๐ ๐ธ๐๐๐๐๐๐๐)
YouTube, Facebook ykn Telegram irratti hordoftoota baay'ee horachuu. Hordoftoota baay'ee yeroo qabaattu beeksisa hojjechuun ni danda'ama.
=>>Wanti barbaachisu: Odeeffannoo namatti toluu fi faayidaa qabu dhiyeessuu. Obsa fi yeroo gaafata.
3) ๐๐ค๐๐๐๐ก ๐๐๐๐๐ ๐๐๐ง๐ ๐๐ฉ๐๐ฃ๐ (๐ฝ๐๐๐ ๐จ๐๐จ๐ ๐๐๐๐๐๐ฎ๐๐ ๐๐๐๐ฌ๐๐๐จ๐๐)
Meeshaa dhuunfaa kee qabaachuu baattus, meeshaalee namoota biroo (uffata, bilbila, kophee) suuraa isaa maxxansanii gurguruun komishinii fudhachuu.
=>>Dandeettii: Nama amansiisuu fi amanamummaa qabaachuu gaafata.
4) ๐ฟ๐๐ฃ๐๐๐๐ฉ๐ฉ๐๐ ๐ฟ๐๐๐ฉ๐๐ก๐๐ ๐ฝ๐๐ง๐จ๐๐๐จ๐ช๐ช
Beekumsa addaa qabdu yoo jiraate, garee Telegram (VIP) irratti ykn kitaaba PDF hojjechuun beekumsa kee gurguruu dandeessa.
kiyyoo Scammers (saamtoota) Irraa Of Eeggadhu!
"Liinkii kana cuqaasi, video kana ilaali qarshii argatta" kan jedhaman %99 soba ykn yeroo kee si jala gubuu qofa. ๐๐๐ง๐จ๐๐๐๐ฃ ๐๐๐ช๐๐๐ ๐๐ค๐๐๐ ๐๐๐ช๐๐๐ ๐๐ง๐ง๐๐ ๐๐ง๐๐๐ข๐!

โค4๐ฅ1
Woyyuu Tech
Photo
๐๐๐๐จ๐๐ฉ๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ง๐๐จ๐จ (๐๐๐) gidduu jiru salphaatti akka armaan gadiitti ilaaluun ni dandaโama. Akka fakkeenyaatti, mana jireenyaa kee yoo fudhatte hubachuun ni salphata.
1.๐พ๐๐๐๐๐๐ (๐ด๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐)
Website-ni walitti qabama fuulota weebii (web pages), fakkiiwwan, viidiyoo fi qabiyyee biroo interneetii irratti argamaniidha. Inni akka "mana" keetiiti. Akkuma manni kee keessatti kutaa garaagaraa (kushina, ciisicha) qabu, website-nis fuulota garaagaraa (Home, About Us, Contact) qaba.
=>>Faayidaa: Odeeffannoo dabarsuuf, daldalaaf ykn tajaajila kennuuf tajaajila.
=>>Fakkeenya: Facebook, Google, ykn bakka ati barreeffama kee itti maxxansitu hundi website dha.
2.๐พ๐๐ ๐จ๐ ๐ ๐๐๐๐ / ๐ผ๐น๐ณ (๐ป๐๐๐๐๐๐ ๐ด๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐)
Web Address (Uniform Resource Locator) immoo karaa ittiin website tokko argatanidha. Inni akka "teessoo mana" keetiiti
(Fakkeenya: Magaalaa Finfinnee, Naannoo Boolee, Lakk. Manaa 123).
Namni tokko website kee bira gaโuuf teessoo kana barreeffama gubbaa (address bar) browser isaa irratti barreessuun dirqama.
=>>Faayidaa: Fayyadamaan interneetii kallattii itti deemuu qabu akka beeku gargaara.
=>>Fakkeenya: www.google.com ykn www.facebook.com.
Walumaagalatti: Website-ni bakka ati odeeffannoo itti argattu yoo ta'u, Web Address-ni immoo karaa ykn meeshaa ati ittiin bakka sana geeffatudha. Website tokko qabaachuuf teessoo (Domain name) fi bakka itti kuufamu (Hosting) qabaachuun dirqama.

๐ฅ2๐2
Woyyuu Tech
Photo
๐ป๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ (๐ด๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐) meeshaaleen teeknooloojii, sooftiweerii fi sirnootiin garaagaraa akka malee utuu hin badin, ykn erga badanii booda akkamitti akka to'atamaniif sirreeffaman kan ibsanidha.
Ibsa bal'aa tokkoon tokkoon isaanii armaan gaditti dhihaateera:
1.๐บ๐๐๐๐๐ ๐ฐ๐๐๐๐๐๐ (๐ท๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ด๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ - ๐ท๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐)
Tarsiimoon kun mala meeshaan ykn sirni tokko osoo hin badiin ykn rakkoo hin uumin dura, yeroo murtaa'e keessatti karooraan suphuu fi kunuunsuudha. Kaayyoon isaa inni guddaan balaa tasaa dhufu danda'u ittisuudha.
Fakkeenya:
โ๏ธYeroo yeroon 'software update' gochuu
โ๏ธkompiwutara keessa awwaara qulqulleessuu
โ๏ธ'antivirus' haaressuu, ykn 'password' yeroo murtaa'etti jijjiiruu.
Faayidaa:
โ๏ธBalaa tasaa (unexpected breakdown) hir'isa,
โ๏ธumrii meeshaa dheeressa
โ๏ธAkkasumas nageenya dijitaalaa (digital security) ni eega.
Hanqina: Yeroo fi baasii dabalataa gaafachuu danda'a, sababiin isaas meeshaan osoo hin baddiin waan suphamu ykn jijjiiramuuf.
2. ๐บ๐๐๐๐๐ ๐ฏ๐๐๐๐ ๐ฐ๐๐๐๐๐๐ ๐ฏ๐๐๐ ๐๐'๐ / ๐น๐๐๐๐๐ (๐ท๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐ด๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ - ๐ช๐๐๐ ๐๐๐๐๐-๐๐๐๐๐ )
Tarsiimoon kun haala meeshaan ykn sirnichi irra jiru yeroo hundaa to'achuun (monitor gochuun) rakkoon yoom akka uumamuu danda'u raaguun suphuudha. Mala kanaaf daataa fi teeknooloojii to'annoo addaa fayyadamuun dirqama.
Fakkeenya:
โ๏ธ'Software' addaa fayyadamuun ho'a 'server' to'achuu, ykn fayyaa 'hard drive' sakatta'uu. Yoo meeshaan sun ho'a garmalee agarsiise ykn teempireechariin isaa daangaa darbe, rakkoon osoo hin uumamin dura tarkaanfii sirreessaa fudhachuu.
Faayidaa: Baasii fi yeroo qusata (yeroo sirriitti barbaadamutti qofa waan godhamuuf), akkasumas 'downtime' (yeroo hojiin dhaabatu) haalaan hir'isa.
Hanqina: Meeshaalee to'annoo (monitoring tools) fi beekumsa teeknikaa ol'aanaa barbaada.
3. ๐บ๐๐๐๐๐ ๐บ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ / ๐ซ๐๐๐-๐ ๐๐๐๐๐ (๐ช๐๐๐๐๐๐๐๐๐/๐น๐๐๐๐๐๐๐ ๐ด๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ - ๐ญ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐)
Tarsiimoon kun mala yeroo meeshaan tokko badu ykn hojii dhaabu qofa suphuu ykn jijjiiruuti. Tarsiimoon kun "Hanga badutti itti fayyadami" (Run-to-failure) jedhameetis ni beekama.
Fakkeenya: Skiriiniin bilbilaa yeroo caccabu jijjiiruu, ykn 'power supply' kompiwutaraa yeroo gubatu haaraa bituu.
Faayidaa: Hanga rakkoon uumamutti baasiin suphaa fi kunuunsaa hin jiru. Meeshaalee gatiin isaanii rakasa ta'eefi yoo badanis dhiibbaa guddaa hin fidneef filatamaadha.
Hanqina: Rakkoo tasaa fida, hojii guutummaatti dhaabuu danda'a (fkn. daataan baduu danda'a), akkasumas baasiin suphaa yeroo kanaa baay'ee miyaa'aa ta'uu danda'a.

โค2
Woyyuu Tech
Photo
Beekumsa Nam-tolchee (#AI) fi Jireenya Keenya:
Beekumsi Nam-tolcheen (AI) yeroo ammaa kana yaada saayinsii qofaa miti; meeshaa jireenya keenya guyyaa guyyaa keessatti jijjiirama buโuraa fidaa jiruudha. Bilbila harkaa keenya keessaa jalqabee hanga hojiiwwan gurguddoo dhaabbilee keessatti raawwatamaniitti, AIโn dandeettii namaa guddisaa jira.
Dhiibbaa fi Faayidaa AI Jireenya Guyyaa Guyyaa Keessatti:
Saffisa Hojii fi Qusannaa Yeroo: Hojiiwwan yeroo dheeraa fudhatan kan akka barreeffama qopheessuu, ragaa (data) xiinxaluu fi pirojektoota adda addaa, AIโn daqiiqaa muraasa keessatti nuuf xumura.
Barumsaa fi Qorannoo: Barattootaa fi qorattootaaf, odeeffannoo balโaa bifa salphaan argachuufi qooqa adda addaa gara afaan barbaadanitti hiikuuf (Translation) dandeettii ajaaโibaa qaba.
Kalaqa Teeknoolojii: Keessumaa ogeeyyii software hojjetaniif, koodii barreessuu, dogoggora qulqulleessuu fi kalaqa haaraa fiduu keessatti akka "harka mirgaatti" tajaajilaa jira.
Tajaajila Maamilaa: Dhaabbileen tajaajila saffisaa fi gahaa ta'e maamiltoota isaaniif akka kennan dandeessisa.
Goolaba
Teeknoolojiin kun dandeettii namaa bakka buโuuf osoo hin taane, dandeettii keenya guddisee fi saffisiisee akka nuti buโaa guddaa buusnu nu gargaaruuf kan dhufeedha. Addunyaa ariitiin jijjiiramaa jiru kana waliin deemuf, AI beekuu fi itti fayyadamuu barachuun filannoo osoo hin taane dirqama taโaa jira. ๐

โค1๐ฅ1
Woyyuu Tech
Photo
๐๐ฃ๐ฉ๐๐ง๐ฃ๐๐ฉ๐๐๐ฃ ๐ผ๐ ๐ ๐๐ข๐๐ฉ๐ฉ๐ โ๐๐๐ฉ๐ฌ๐ค๐ง๐ ๐ค๐ ๐๐๐ฉ๐ฌ๐ค๐ง๐ ๐จโ ๐๐โ๐?
Internet jechuun kompiitara guddaa tokkoo mitiโinni walitti hidhaa (network) hedduu wal-qunnamsiisuun uumame. Kanaaf โNetwork of Networksโ jechuun ni waamama.
Mee akka salphaatti haa ilaallu:
1. ๐๐๐ฉ๐ฌ๐ค๐ง๐ ๐๐๐๐๐ช๐ช๐ฃ ๐ข๐๐๐ก?
Network jechuun kompiitaroota, bilbila, serveroota fi meeshaalee biroo walitti hidhamanii odeeffannoo waliif dabarsanidha. Fakkeenyaaf, mana barumsaa tokko keessatti kompiitaroonni walitti hidhamanโkun network dha.
2. ๐๐๐ฉ๐ฌ๐ค๐ง๐ ๐๐๐๐๐ช๐ช๐ฃ ๐ฌ๐๐ก๐๐ฉ๐ฉ๐ ๐ฎ๐ค๐ค ๐๐๐๐๐๐ข๐๐ฃ?
Amma yaadi: network mana barumsaa tokko, network dhaabbata tokko, network biyya tokkoโฆ yoo isaan hundi walitti hidhaman maal taโa?
=>> Inni guddaan sun Internet dha.
Kana jechuun:
Network tokko qofaa miti
Network kumaatamaan lakkaaโaman walitti hidhamanii jiru
Isaan walitti makamuunโ๐ฃ๐๐ฉ๐ฌ๐ค๐ง๐ ๐ค๐ ๐ฃ๐๐ฉ๐ฌ๐ค๐ง๐ ๐จโ taโan
3. ๐ผ๐ ๐ ๐๐ข๐๐ฉ๐ฉ๐ ๐ฌ๐๐ก๐๐ฉ๐ฉ๐ ๐๐๐๐๐๐ข๐ช?
Networkoonni kun walitti hidhamu:
โ Router fayyadamuun (karaa data itti darbu murteessa)
โ Cable fi wireless (Wi-Fi) fayyadamuun
โ Internet Service Providers (ISP) (tajaajila intarneetii kennan) gidduutti wal-qunnamsiisuun
4. ๐๐๐๐๐๐๐๐ฃ๐ฃ๐ค๐ค๐ฃ ๐๐ ๐ ๐๐ข๐๐ฉ๐ฉ๐ ๐๐๐๐ข๐?
Yeroo ati website tokko bantu:
โ Odeeffannoon kee packet xixiqqoo taโee qoodama
โ Packet sun network gara garaa keessa imala
โ Gara server irra gaโa
โ Deebiinis akkasuma deebiโee si bira gaโa
Kun akka nama karaa garaagaraa fayyadamee bakka tokko gaโu fakkaata.
5. ๐๐๐๐ก๐๐๐ โ๐๐๐ฉ๐ฌ๐ค๐ง๐ ๐ค๐ ๐๐๐ฉ๐ฌ๐ค๐ง๐ ๐จโ ๐๐๐๐๐๐ข๐?
Sababni isaa:
โ Internetiin network tokko qofa miti
โ Inni walitti qabama network hedduu ti
โ Network tokko yoo citu, kan biraa ni tajaajila itti fufa (cimaa fi amanamaa taโa)
Gabaabumatti:
Internet = Network hedduu walitti hidhaman
โ Kanaaf โNetwork of Networksโ jedhama.

๐3โค1
Woyyuu Tech
Photo
๐ฑ๐๐๐๐-๐
๐๐๐๐๐ (๐ท๐๐๐๐๐๐๐
) irraa gara ๐ท๐๐๐๐๐๐-tti: Nageenya Keenya Dijitaalaa haa Fooyyessinu!
Wiirtuun Nageenya Saayiberii Biyyaalessaa Yunaayitid Kiingidom (NCSC), fayyadamtoonni teknoolojii jecha-darbii (Password) barsiifata taโe irraa gara adeemsa haaraa, caalaatti amansiisaa fi fayyadamni isaa salphaa taโe โPasskeyโ jedhamutti akka ceโan gorseera.
๐ท๐๐๐๐๐๐ (๐ด๐๐๐๐๐๐๐๐๐-๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐) ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐?
Teknoolojiin haaraan kun furtuulee kiiptogiraafii (cryptographic keys) bilbila ykn kompiitara keenya irratti olkaโaman fayyadama. Kunis mallattoo qubaa (Fingerprint) ykn hargansuu fuulaa (Facial recognition) fayyadamuun salphaatti gara akaawuntii keenyaatti akka gollu nu dandeessisa. Kana jechuun kanaan booda jecha-darbii dheeraa fi walxaxaa taโe qabachuu nu hin barbaachisu taโa. Yeroo ammaa kanatti dhaabbileen teknoolojii gurguddoon akka Apple, Google, Microsoft fi X adeemsa kana balโinaan deggaraa jiru.
Biyya keenya Itoophiyaa keessatti yeroo dinagdeen fi tajaajiloonni dijitaalaa saffisaan guddachaa jiran kanatti, haleellaan saayiberii fi hanni ragaa haaluma wal-fakkaatuun dabalaa jira. Kanaafuu, fayyadamni Passkeys gowwoomsaa (Phishing) fi hanna akaawuntii irraa eegumsa olaanaa nuuf kenna.
Hataโu malee, ogeeyyiin nageenya saayiberii akka akeekkachiisanitti, teknoolojiin kun amma yoonaatti marsariitii fi appilikeeshinoota hundumaa irratti guutummaatti waan hin hojjetamneef, kophaa isaa furmaata xumuraa taโuu hin dandaโu. Kanaafuu, maddee dijitaalaa Passkeys hin deggarre irratti, ammas jecha-darbii jabaa, meeshaalee jecha-darbii bulchan (Password Managers) fi mirkaneessa sadarkaa hedduu (Multi-factor Authentication/2FA) fayyadamuun barsiifata nageenya saayiberii murteessaa dha.
๐จ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐?
Baayโeen keenya akaawuntii Google fi Apple bilbila harkaa keenya irratti fayyadamnu tajaajila Passkey jalqabaniiru. "Security Settings" bilbila keessanii keessa galuun "Passkeys" kan jedhu filachuun qindeeffachuu dandeessu.
๐ผ๐๐๐๐๐๐: Teknoolojii kana fayyadamuuf bilbilli ykn kompiitara keessan dirqama mallattoo qubaa, fuula beekuu (Face ID) ykn koodii icciitii (PIN) qabaachuu qaba.

Garaagarummaan guddaan ๐๐๐๐๐ (๐๐๐๐๐๐) 32-๐๐๐ ๐๐ 64-๐๐๐ ๐๐๐
๐
๐๐ ๐๐๐๐, haala piroosesariin (CPU) kompiwutara keessanii odeeffannoo (data) itti keessummeessu fi hamma yaadannoo (RAM) inni fayyadamuu danda'u irratti hundaa'a.
Asii gaditti ibsa bal'aa fi salphaatti hubatamuu danda'u dhiheesseera:
1.๐ฏ๐๐๐๐ ๐น๐จ๐ด (๐ด๐๐๐๐๐) ๐ญ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐ ๐'๐๐
Garaagarummaan inni guddaan hanga RAM kompiwutarichi dubbisuu danda'uu dha.
=>>32-๐๐๐ฉ ๐๐ฎ๐จ๐ฉ๐๐ข: Hamma RAM 4GB qofa deeggaruu danda'a (Sababni isaas piresesarichi addressii addaa 2 32 qofa waan qabuuf). Yoo kompiwutara 32-bit irratti RAM 8GB geesite illee, kompiwutarichi kan inni fayyadamu 4GB qofa ta'a; inni hafe hin hojjetu.
=>>64-๐๐๐ฉ ๐๐ฎ๐จ๐ฉ๐๐ข: Hamma RAM baay'ee guddaa ta'e (Terabytes ykn Exabytes) deeggaruu danda'a (Addressii 2 64 qaba). Kompiwutaroonni ammayyaa baay'een isaanii 8GB, 16GB, 32GB fi isaa ol kan fayyadaman kanaafi.
2.๐๐๐๐๐๐จ๐ ๐๐ ๐๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐ (๐๐๐ง๐๐ค๐ง๐ข๐๐ฃ๐๐)
=>>32-๐๐๐ฉ ๐๐ฎ๐จ๐ฉ๐๐ข: Yeroo tokkoon daataa xiqqaa (process) godha. Hojiiwwan salphaa ta'aniif ni gaha, garuu yeroo application-oota ulfaataa bantan Saffisnii isa ni hir'ata.
=>>64-๐๐๐ฉ ๐๐ฎ๐จ๐ฉ๐๐ข:: Yeroo tokkoon daataa dachaa lama process gochuu danda'a. Kunis saffisa guddaa kan kennu yoo ta'u, keessattuu hojiiwwan akka 'video editing', geemii gurguddoo taphachuu, fi fayyiloota 'database' gurguddoo bulchuuf baay'ee murteessaa dha.
3.๐๐๐ก-๐จ๐๐ข๐๐๐๐ช๐ช ๐๐๐ง๐ค๐ค๐๐๐๐ง๐๐ข๐ค๐ค๐ฉ๐๐ (๐๐ค๐๐ฉ๐ฌ๐๐ง๐ ๐พ๐ค๐ข๐ฅ๐๐ฉ๐๐๐๐ก๐๐ฉ๐ฎ)
=>>64-๐๐๐ฉ ๐๐ฎ๐จ๐ฉ๐๐ข: Piroogaaramoota (Software) 64-bit ta'anis ta'e 32-bit ta'an hojjechiisuu danda'a (Backward compatibility qaba).
=>>32-๐๐๐ฉ ๐๐ฎ๐จ๐ฉ๐๐ข: Piroogaaramoota 32-bit qofa hojjechiisa. Piroogaaramii 64-bit feccuuf (install) yoo yaaltan dida, hin hojjetu.
Fakkeenya Salphaa Hubannoo Keessaniif:
๐ฟ๐๐๐ฃ๐๐๐ ๐ข๐๐ ๐๐๐ฃ๐๐ (๐๐๐๐๐ฌ๐๐ฎ) ๐๐ ๐๐ช๐๐๐๐ฃ๐ฃ๐ช๐ช:
=>>32-bit akka daandii sarara (lane) 4 qabuu ti. Makiinonni (daataan) muraasni qofa yeroo tokko darbuu danda'u. Yoo makiinaan baay'ate tiraafikiitu uumama.
=>>64-bit immoo akka daandii bal'aa sarara 8 ykn isaa ol qabuu ti. Makiinonni baay'een saffisaan, yeroo tokkotti wal-bira darbuu danda'u.
๐๐ค๐ง๐จ๐ ๐ฟ๐๐๐๐ก๐๐ฉ๐๐:
Bu'aa 64-bit guutummaatti argachuuf, wantoonni lamaan 64-bit ta'uu qabu: Piroosesariin (Hardware) fi 'Operating System' (Fkn, Windows 10/11) kompiwutaricha irra jiru. Yoo hardware'n 64-bit ta'ee Windows 32-bit feete, akkuma 32-bit'tti hojjeta jechuu dha.

Mastercard vs Visa Card Maali? I
Visa fi Mastercard Maali?
Visa fi Mastercard dhaabbilee sirna kaffaltii (payment networks) addunyaa irratti baay'ee beekamoo ta'aniidha. Wanti guddaan hubatamuu qabu, dhaabbileen kunniin ofii isaaniitiif baankii miti. Kallattiin kaardii maamiltootaaf hin kennan, qarshii hin liqeessan, akkasumas dhala (interest) hin murteessan.
Baankota addunyaa guutuutti argaman waliin hojjechuun, kaardiiwwan baankiin isiniif kennu (Debit, Credit, ykn Prepaid) akka hojjetan haala mijeessu. Hojiin isaanii inni guddaan, yommuu isin kaardii fayyadamtan, qarshiin baankii keessanii fi iddoo bittaa raawwattan (suuqii ykn toora interneetii) gidduutti nagaadhaan fi saffisaan akka darbu gochuudha.
=>>Waan Isaan Ittiin Wal Fakkaatan
Fudhatama Addunyaa (Global Acceptance): Lamaan isaanii iyyuu addunyaa guutuutti biyyoota 200 ol keessatti fudhatama qabu. Garaagarummaan isaanii baay'ee xiqqaadha; bakka Visa hojjetu baay'ee keessatti Mastercard ni hojjeta.
=>>Nageenya (Security): Lamaan isaanii iyyuu teeknooloojii nageenyaa olaanaa qabu. Yoo kaardiin keessan hatame ykn heeyyama keessan malee qarshiin irraa hir'ate, sirna ittiin isin eegan (Zero Liability) qabu. Akkasumas teeknooloojii adda addaa fayyadamuun ragaa keessan ni eegu.
Gosoota Kaardii: Lamaan isaanii iyyuu kaardiiwwan kaffaltii dursaa (Prepaid), kaardii herrega ofii (Debit), fi kaardii liqii (Credit) qabu.
Garaagarummaa Visa fi Mastercard Gidduu Jiru
Garaagarummaan isaanii baay'ee xiqqaadha, garuu qabxiilee armaan gadiin adda qoodamuu danda'u:
Sadarkaa Kaardii (Card Tiers):
Visa: Sadarkaa sadii qaba: Traditional, Signature, fi Infinite. Sadarkaan dabalaa yommuu deemu faayidaan inni kennu (fakkeenyaaf inshuraansii imalaa, eegumsa bittaa) ni dabala.
Mastercard: Innis sadarkaa sadii qaba: Standard, World, fi World Elite.
Garaagarummaa Xixiqqoo:
=>>Mastercard yeroo tokko tokko biyyoota alaa yommuu deemtan sharafa qarshii (exchange rate) xiqqoo wayyatu qabaachuu danda'a.
=>>Visa ammoo baay'ina fayyadamtootaan haalaan xiqqoo caala (market share guddaa qaba).
Kamtu Caala? Wanti Guddaan Isin Ilaaluu Qabdan Maali?
Visa fi Mastercard gidduu garagarummaan guddaan hin jiru. Wanti guddaan isin ilaaluu qabdan Baankii kaardicha isiniif kennu dha. Baankiin keessan waan armaan gadii murteessa:
=>>Kaffaltii ji'aa ykn waggaa (Annual fees)
=>>Dhala yoo kaardii liqii fayyadamtan (Interest rates)
=>>Faayidaalee dabalataa ykn badhaasa (Rewards, cashback, discounts)
=>>Hanga qarshii baasuu dandeessanii (Credit limit)
Cuunfaa: Kaardiin keessan loogoo Visa ykn Mastercard qabaachuun isaa dhimma guddaa miti. Lamaan isaanii iyyuu amansiisaa fi bakka hundatti kan tajaajilaniidha. Yeroo kaardii filattan, loogoo kaardichaa caalaa, haala fi faayidaa baankiin keessan isiniif dhiyeessu irratti xiyyeeffachuu wayya.
#visa #Mastercard #adutechnology #TechSolutions

๐๐๐ซ๐ข๐ฉ๐ก๐๐ซ๐๐ฅ ๐๐๐ฏ๐ข๐๐๐ฌ jechuun meeshaalee alaa kan kompiitara waliin wal qunnamsiifamanii hojii isaa akka salphatu fi balโatu gargaaranidha. Isaan kun CPU (Central Processing Unit) keessaa hin taane; garuu kompiitara waliin hojjetu.
Gabaabumatti:
โก๏ธ Peripheral devices = Meeshaalee deeggersa kompiitaraa
Gosoota Peripheral Devices
Peripheral devices bakka sadiitti qoodamu:
๐. ๐๐ง๐ฉ๐ฎ๐ญ ๐๐๐ฏ๐ข๐๐๐ฌ (๐๐๐๐ฌ๐ก๐๐๐ฅ๐๐ ๐๐๐ฅ๐๐ก๐๐)
Meeshaaleen kunneen odeeffannoo ykn ajaja gara kompiitaraatti galchu.
Fakkeenya:
Keyboard โ barreessuuf
Mouse โ qubannoo sochoosuuf fi filachuuf
Scanner โ suuraa ykn barruu scan gochuuf
Microphone โ sagalee galchuuf
Webcam โ viidiyoo fi suuraa qabachuuf
Faayidaa:
โก๏ธ Fayyadamaan kompiitara waliin akka walqunnamu taasisa.
๐. ๐๐ฎ๐ญ๐ฉ๐ฎ๐ญ ๐๐๐ฏ๐ข๐๐๐ฌ (๐๐๐๐ฌ๐ก๐๐๐ฅ๐๐ ๐๐๐๐ฌ๐๐)
Meeshaaleen kunneen odeeffannoo kompiitarri qopheesse namaaf agarsiisu ykn dhageessisu.
Fakkeenya:
Monitor โ odeeffannoo screen irratti agarsiisa
Printer โ barruu fi suuraa maxxansa
Speaker โ sagalee baasa
Projector โ suuraa guddisuun agarsiisa
Faayidaa:
โก๏ธ Buโaa hojii kompiitaraa mulโisu.
๐. ๐๐ญ๐จ๐ซ๐๐ ๐ ๐๐๐ฏ๐ข๐๐๐ฌ (๐๐๐๐ฌ๐ก๐๐๐ฅ๐๐ ๐๐ฎ๐ฎ๐ฌ๐๐)
Meeshaaleen kunneen odeeffannoo kuusuu fi eeguu keessatti gargaaru.
Fakkeenya:
USB Flash Drive
External Hard Disk
CD/DVD
Memory Card
Faayidaa:
โก๏ธ Data yeroo dheeraaf kuusuu dandaโu.
Amaloota Peripheral Devices
โ Kompiitara waliin wal qunnamsiifamu
โ Hojii kompiitaraa ni balโisu
โ Input, output ykn storage taโuu dandaโu
โ USB, Bluetooth, Wi-Fi fi cable fayyadamuun walqunnamu dandaโu
Fakkeenya Salphaa
๐ฅ๏ธ Kompiitarri CPU qofaan hojii guutuu hojjechuu hin dandaโu.
Fakkeenyaaf:
Keyboard malee barreessuun rakkisa
Monitor malee wanti hojjetame hin mulโatu
Printer malee maxxansuun hin dandaโamu
Kanaaf peripheral devices baayโee barbaachisoodha.
Xumura
Peripheral devices jechuun meeshaalee alaa kompiitara deeggaranidha. Isaan kun:
=>>odeeffannoo galchu,
=>>buโaa hojii agarsiisu,
=>>yookaan data kuusu.
Kompiitara fayyadamuun salphaa fi buโa qabeessa akka taโu taasisa.