👇👇👇👇
👉✨See More✨👈
👉✨See More ✨👈
👆👆👆👆
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Galiilaadhaam biyyi kee
ya ishee jaalalaaf mootii
Dhuunfaa kee godhattee
walakkeessa onnee kootii
Balballi onnee kootiis
furtuu keetiin banamaa
Atoo badhaasa kootiim
kennaa kiyya ganamaa👩❤️👨
Yaadaaf qalbii kiyya
jaalalaan mo'attee
Kees godhatteettaa
onnee koos to'attee
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
@Walaloo_Jaalalaa24
@Walaloo_Jaalalaa24
#share
#join
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
See More
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👇👇👇👇
👉✨See More✨👈
👉✨See More ✨👈
👆👆👆👆
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
"Jaalallee/haati manaa cimina abbaa manaa isheetiif bu'uura ta'uu kan ishee gargaaru...➡️ Itti fufii dubbisi!
👇👇👇👇
👉✨See More✨👈
👉✨See More ✨👈
👆👆👆👆
👇👇👇👇
👉✨See More✨👈
👉✨See More ✨👈
👆👆👆👆
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
See More
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
✨See More✨
. See More a✨
👆👆👆👆
🤦♀️ Maaliif??,... See More
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
See More
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Deemeera...
Miirri koo waggootaaf caamee
Amma ka'ee, qalbii haamee...
Qe'een dur itti nagaa dhaame
Fedhiin ala dhufee, amma nagaa koo saame🫣
Jedheen ture...
Oobdii keetti lamuun dhufu
Gufannaa keen lammeen kufu
Jedhee kakadhee
Haalee lagadhee...
Har'a garuu...
Jiruun laguu, fiixee baqaa
Bakkan sodaadhu, hoofee naan dhaqa!
Yeroo danuu didee dheessee
Fedhii maleen amma of geesse🤔
Qalbii koo'rra dirqiin keesse
Simbirro'ttiin, narra teesse🍫
Baqni nan miliqsine, arreedus guyyaa saafaa
Gaafan achi yaadu, mogoleen na laafa
Filannoo dirqamaa, filachuuf miixadhee
Filannichis tokko, fudhachuufan hiixadhee
Jiruu dirqii miira caalu
Anumtuu yennaan of haalu
Egaa deemeera of awwaaluu
Kan Waaqni jedhe haa caalu...
Ilkeen kaarruu, iji biiftuu
Addunyaa'sheen na haa kiiftu
Maddiin dhooqa, diimpiliidha
Onaa kootu, isheen jiidha
Gaafa yaadan namaaf gamaa
Deemeera nan barbaadinaa jamaa
👍 ❤️ 💬 ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
✨ 。\|/。🌷
@Walaloo_Jaalalaa24
@Walaloo_Jaalalaa24
💔 。/|\。⏺
#share
#join
Miirri koo waggootaaf caamee
Amma ka'ee, qalbii haamee...
Qe'een dur itti nagaa dhaame
Fedhiin ala dhufee, amma nagaa koo saame
Jedheen ture...
Oobdii keetti lamuun dhufu
Gufannaa keen lammeen kufu
Jedhee kakadhee
Haalee lagadhee...
Har'a garuu...
Jiruun laguu, fiixee baqaa
Bakkan sodaadhu, hoofee naan dhaqa!
Yeroo danuu didee dheessee
Fedhii maleen amma of geesse
Qalbii koo'rra dirqiin keesse
Simbirro'ttiin, narra teesse
Baqni nan miliqsine, arreedus guyyaa saafaa
Gaafan achi yaadu, mogoleen na laafa
Filannoo dirqamaa, filachuuf miixadhee
Filannichis tokko, fudhachuufan hiixadhee
Jiruu dirqii miira caalu
Anumtuu yennaan of haalu
Egaa deemeera of awwaaluu
Kan Waaqni jedhe haa caalu...
Ilkeen kaarruu, iji biiftuu
Addunyaa'sheen na haa kiiftu
Maddiin dhooqa, diimpiliidha
Onaa kootu, isheen jiidha
Gaafa yaadan namaaf gamaa
Deemeera nan barbaadinaa jamaa
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
@Walaloo_Jaalalaa24
@Walaloo_Jaalalaa24
#share
#join
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
🤦♀️ Durbi dhiira akkamii jibbiti? Mee as tuquudhaan dubbisaa,... See More
👇👇👇
✨See More✨
See More ✨
👆👆👆👆
Maaliif??,... See More
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
👇👇👇
✨See More✨
See More ✨
👆👆👆👆
Maaliif??,... See More
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
💐Jaalallee ofii amala gaaridhaan qabachuudhaaf dubbiilee akkamii akka fayyadamtu,....👉 Asitti bu'ii ilaali!
👉 See More
See More
👉 See More
See More
✅ Jaalallee yookiin haadha manaa baay'ee jaallattu waliin umurii dheeraa turuu yoo barbaadde wantoota 5n kana gochuu hin dagatin,... See More
🎺 See More
See More
💘 Maaliif barbaachise,... Itti fufuun dubbisi!
🎺 See More
See More
💘 Maaliif barbaachise,... Itti fufuun dubbisi!
........Sin yaade........
Urgooftuu yaa shittoo
Bareedduu koo~ilillii
Kennaa waan maraa
Bor barii naaf bilbilii
Sagalee kee dhaga'ee
Akkan rafuuf hirriiba
Waa jabaa naa jedhi
Onneetu siif na sirba
Si wajjin akkan taa'uuf
Qalbii koo boqochiisee
"Jabaadhu" naan jedhi
Yaanni kee na maraachise
Sin yaade akeekkadhu
Jaalala isa ijoollummaa
Jaalannaan hin jibbani
Jaalala hamma dhumaa
Akka si yaadu beekta
Lubbuu koo gurguree
Jaalalli kee sirrii sun
Laphee koo~ugguree
Ayyuukoo bareedduu
Durbee ilkaan atarii
Fayyuuko' barbaaddu
Qalbii koon wal barii
Ichima jaalala haqaa
Gootaaf faacha muru
Nattimi wanta nagaa
Isan siif kaachaa bulu
✨。\|/。🌷
@Walaloo_Jaalalaa24
@Walaloo_Jaalalaa24
💔。/|\。⏺
#share
#join
Urgooftuu yaa shittoo
Bareedduu koo~ilillii
Kennaa waan maraa
Bor barii naaf bilbilii
Sagalee kee dhaga'ee
Akkan rafuuf hirriiba
Waa jabaa naa jedhi
Onneetu siif na sirba
Si wajjin akkan taa'uuf
Qalbii koo boqochiisee
"Jabaadhu" naan jedhi
Yaanni kee na maraachise
Sin yaade akeekkadhu
Jaalala isa ijoollummaa
Jaalannaan hin jibbani
Jaalala hamma dhumaa
Akka si yaadu beekta
Lubbuu koo gurguree
Jaalalli kee sirrii sun
Laphee koo~ugguree
Ayyuukoo bareedduu
Durbee ilkaan atarii
Fayyuuko' barbaaddu
Qalbii koon wal barii
Ichima jaalala haqaa
Gootaaf faacha muru
Nattimi wanta nagaa
Isan siif kaachaa bulu
✨。\|/。🌷
@Walaloo_Jaalalaa24
@Walaloo_Jaalalaa24
💔。/|\。⏺
#share
#join
🌸 Yeroo baay'ee wantoota shamarran gammachiisan kanneen hin dagatin,... See More
👇👇👇
✨See More✨
. ✨ See More ✨
👆👆👆👆
🤦♀️ Maaliif??,... See More
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
👇👇👇
✨See More✨
. ✨ See More ✨
👆👆👆👆
🤦♀️ Maaliif??,... See More
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
Dubbiilee dhiirotaa kanneen baayee shamarran itti gammadan,.... Itti fufuun dubbisaa!
👉👉 👇👇👇
👉 ✨See More✨
See More ✨
👆👆👆👆
👉👉 👇👇👇
👉 ✨See More✨
See More ✨
👆👆👆👆
🌸 Yeroo baay'ee wantoota shamarran gammachiisan kanneen hin dagatin,... See More
👇👇👇
✨See More✨
. ✨ See More ✨
👆👆👆👆
🤦♀️ Maaliif??,... See More
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
👇👇👇
✨See More✨
. ✨ See More ✨
👆👆👆👆
🤦♀️ Maaliif??,... See More
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
📩 Kabaja ofii ishee fi eenyummaa isheef qabdurraa kan ka'e, yeroo hundumaa ogummaa gurguddoo 5 tti gargaaramti...👉Itti fufuun dubbisaa!
👉 👇👇👇
👉 ✨See More✨
See More ✨
👆👆👆👆
👉 👇👇👇
👉 ✨See More✨
See More ✨
👆👆👆👆
🌸 Yeroo baay'ee wantoota shamarran gammachiisan kanneen hin dagatin,... See More
👇👇👇
✨See More✨
. ✨ See More ✨
👆👆👆👆
🤦♀️ Maaliif??,... See More
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
👇👇👇
✨See More✨
. ✨ See More ✨
👆👆👆👆
🤦♀️ Maaliif??,... See More
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
✅ “Kanas ta'u sanas jaalalaaf gatii baasuu qabdu baasii, hanqinoota jiran waliin wal'aansoo qabi! Humna kee jabeeffachuuf qajeelfama kanneenitti fayyadami,... 👉 See More
👇👇👇
✨See More✨
. ✨ See More ✨
👆👆👆👆
🌹 Jaalalli hunda caala, hunda bita.... See More
👇👇👇
✨See More✨
. ✨ See More ✨
👆👆👆👆
🌹 Jaalalli hunda caala, hunda bita.... See More
❤️ ✍️ Ergaalee miira jaalalaa ittiin ibsachuu dandeessu kanneen baay'ee barbaachisoo ta'an,...🔜 As tuquun dubbisaa.
👇👇👇👇
👉 See More 👈
👉 See More 👈
👆👆👆👆
👇👇👇👇
👉 See More 👈
👉 See More 👈
👆👆👆👆