Akkam jirtan Maatiin Utaa Waayyuu hundi keessanuu Dilbata kana jechuun 5/9/2021 Sagantaa suurraa (fotoo) ka’uu waan qabnuuf hundi keessanuu Yeroo fi bakka baratameti akka nuuf argamtan isiin beesifna.
Yaadachiisa :- namni Uniform isiin bira jiru akka qabatanii nuu fidan Galatoomaa 🙏🙏
Yaadachiisa :- namni Uniform isiin bira jiru akka qabatanii nuu fidan Galatoomaa 🙏🙏