QULQULLEETTII MANA AMANTAA
7.45K subscribers
5 photos
395 links
“Dhuguma dhuguman isiniin jedha, kan Anatti amanu jireenya bara baraa qaba!” (Yoh.6:47)

"lnni,"Gara biyyaa lafaa hundumaa dhaqaa! Uumama hundumaattis Wangeela lallabaa!" Mar.16:15

https://t.me/+2_5kSngqsIphM2Y0
Download Telegram
Duuka Bu'oota Gooftaa Kudha Lamaan #Qomoo ❴Gosoota Israa'eel 12 ❵ Keessaa Kan Filatamaniidha.

✍️1.Duuka bu'aa Qulqulluu Pheexiroos
Qomoo Roobel

✍️2.Dukaa bu'aa Qulqulluu Maatiyoos
Qomoo Yisaakor

✍️3.Dukaa bu'aa Qulqulluu Yohaannis
Qomoo Yihuuda

✍️4.Dukaa bu'aa Qulqulluu Indiriyaas
Qomoo Roobel

✍️5.Dukaa bu'aa Qulqulluu Bartelemewos
Qomoo Niftaalem

✍️6.Dukaa bu'aa Qulqulluu Yaaqob
Qomoo Yihuuda

✍️7.Dukaa bu'aa Qulqulluu Toomas/Didimoos
Qomoo Asteer

✍️8.Dukaa bu'aa Qulqulluu Taadewoos/libdiyoos Qoomo Yooseef

✍️9.Dukaa bu'aa Qulqulluu Filiphoos
Qomoo Zaabloon

✍️10.Dukaa bu'aa Qulqulluu Naatina'eel/simoon Qananawi
Qomoo Biiniyaam

✍️11.Dukaa bu'aa Qulqulluu Yaaqoob ilma Ilfiyoos Qoomo Gaad

✍️12.Dukaa bu'aa Qulqulluu Maatiyaas
Qomoo Daan

t.me/Utubaa_Amantaa