United oromia
324 subscribers
40 photos
9 videos
90 links
United oromia is An Oromian Online entertainment video creator we create oromo drama, oromo comedy, and many more please subscribe us on YouTube
https://www.youtube.com/unitedoromia
Like and follow us on Facebook
https://www.facebook.com/unitedoromia1/
Download Telegram
Live stream started
Live stream finished (1 minute)
Test mee namoonni as jirtan Komantii kennuu dandeessuu? Yaalaamee
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Yoonii Magna or Yonas Muluna jedhama. Ummanni Islaamaa Mohammed Akka Rabbitti Gabbaran jedhe. Sababa Ani Mohammed Tuqeef jecha Ummanni Islaamaa Narratti duula bane jechuunis dubbatee, Nageenya kiyyaaf jecha Wanta Deemaa jiru kana Polisa Ameerikaa Beeysiseera jechuun dubbatuu qofa osoo hin taane Ameerikaan Ummata Islaamaa Akka malee jibbiti Kana Jala mureetin isiniif hima jedhe. Akkan Waan fedhe dubbachuun Ummata Islaamaa Arrabsuu dandahu mirga Guutuu Naaf kennitee jirti jechuun dubbatee,Waan feete qoma dhiibii dubbadhu Naan jedhan jechuun jala muree dubbate. Viidiyoo kana Kan irratti Dubbate Dhaabbata Tiktok yemmuu tahu,Account Lama fayyadamuun Duula Ummata Islaamaa Arrabsuu fi Nabi Mohammed (S.A.W) Xiqqeessuun Kijiba Irratti oofaa jira. Kanaafuu Dhaabbata Tiktokitti Himatuufis tahee,Ameerikaatti Seeraan Isa gaafachiisuuf Viidiyoon kuni gahaadha. Kanaafuu Namoonni Afaan English sirnaan dandeessan Vidiyoo kanarratti Subtitle barreessuun Akka Ragaatti Dhiheessuu dandeessan. Galatoomaa Ulfaadhaa. Waliif dabarsaa
As wr wb
🎤
Channel photo updated
Channel photo updated