#Inbox
"#Godina_Wallaggaa_Lixaa
========
#Biilaa
Guyyaa har'aa gaafa 13-10-13 ganama gara sa'a 5:00 tti Konkolaataa 3F korojoo filannoo feetee magaalaa Najjoo irraa gara magaalaa Biilaa deemtee turte irratti haleellaa raawwatameen hojii ala taatee jirti. Qaamni tarkaanfii irratti fudhate hanga ammaatti adda hin ba'iin jira.
#Najjoo
Guyyaa borii 14-10-13 namni filannoo irratti hin hirmaatiin hafe waggaa sadii /3/ hidhama jechuun dabballeen PP uummata godina lixa Wallaggaa aanaa Najjoo doorsisaa kan jiran ta'uu beekameera.
Akkasumas ganda qonnaan bulaa Amuumaa Diillaa keessatti lollii cimaan guyyaa kaleessaa 12/10/13 adeemsifamee kan ture ta'u beekamus miidhaan gama lachuun qaqqabe hin beekamiin jira. Akka dhaga'amutti garuu waraanni pp kanneen mada'aniifi lubbuun darbee dhossitee kaafattee baatee jirti. Kana malees, kanneen hafte morkachuu waan dadhabdeef dubaatti deebitee humna dabalataa eeggachaa akka jirtu heerameera. Gama WBOn koree filachiiftuu ganda kanaa nama 12 fudhatanii kan deeman ta'uu beekameera.
Dabalataan aanaama kana ganda qonnaan bulaa Daamxoo Meexxiitti guyyaa kaleessaa ganama 3:00 keessa WBO fi Pp gidduutti lolli cimaan deemsifamee waraanni pp of-duuba deebitee baqattee jirti. Miidhaan gama lachuun gahe waanti beekame hin jiru.
#Baabboo_Gambeel
Kun utuu kanaan jiru guyyaa kaleessaa 12/10/13 aanaa Baabboo Gambeelitti WBO fi waraana pp gidduutti lola adeemsifameen waraana pp irraa loltuun hedduun lubbuun kan darbe yoo tahu hedduun madooftee jirti. Miidhaan gama WBOn gahe waanti beekame hin jiru.
#Mandii
Guyyaa kaleessaa 12/10/13 humni furgaatuu WBO magaalaa Mandii seenee waraana pp lama konkolaataa waraanaa 3F jedhamee beekamu keessaa buusee guyyaa saafaa #butee ba'uunsaa beekamee jira.
Maayiirratti, haala kanan gama dhiyaatti filannoo PPn yaadde gamanumaan danqaan isa mudatee jira. Kanaaf sareen maraatte nama ciniinuurra boodatti hin jettu waan ta'eef uummatti eeggannoo godhachu qaban dhaamsa kooti. Kan hafe bullee ilaalla. Horaa Bulaa!"
#Simbirtuubarii_Gola_Oromiyaa irraa

#Mandii, Wallagga. Civilians massacred by Abiy's drones. 09November2022