TAQWA TECH SOLUTION
241 subscribers
2 links
TAQWA TECH SOLUTION

๐ŸŒ Digital Marketing | Social Media Management

โœจ The Soul of Digital Growthโ˜†
๐Ÿ“ˆ Daldala keessan amanamummaan addunyaatti agarsiisna.
๐Ÿš€ Saffisa, Qulqullummaa fi Buโ€™aa qabatamaa!
๐Ÿ‘‡ Nu qunnamaa!

+25+933322635/+251933326833
Download Telegram
Channel created
TAQWA TECH SOLUTION

๐ŸŒ Digital Marketing | Social Media Management

โœจ The Soul of Digital Growthโ˜†


โœ…Full Branding Design
โœ…Logo Design
โœ…Social Media Poster
โœ…Printable Designs
โœ…Infographic Design


๐Ÿ“ˆ Daldala keessan amanamummaan addunyaatti agarsiisna.
๐Ÿš€ Saffisa, Qulqullummaa fi Buโ€™aa qabatamaa!
๐Ÿ‘‡ Nu qunnamaa!

+25+933322635/+251933326833



More information:-
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://t.me/TaqwaTechSolution
โค1๐Ÿ”ฅ1
๐Ÿ“ข ODUU GAMMACHIISAA
DUBARTTOOTAA QOFAAF! ๐Ÿ‘ฉโ€๐Ÿ’ปโœจ

Leenjii dandeettii tee guddisu fi jireenya kee jijjiiru argachuuf qophooftee jirta ?

TAQWA TECH SOLUTION fi HUDHUD ISLAMIC COLLEGE

waaliin tahun leenjii addaa kaffaltii malee isiniif qopheesseera!

๐Ÿ“š Mata-dureewwan Leenjichaa:

๐Ÿš€ Akkamitti hojii dhunfaa keetti jalqabda?

๐Ÿ’ฐ Hojii yoo qabaatte, akkamitti galii kee dabaluu dandeessa?

(Tooftalee fi dandeettiiwwan galii keessan dachaan guddistan)

๐Ÿ“Œ Ulaagaalee leenjii :

Leenjii kanarraa qooda fudhachuuf ulaagaalee armaan gadii guutuun dirqama:

1. Gara Chaanalota Keena Makamuu (Join):
โœˆ๏ธ TELEGRAM: https://t.me/TaqwaTechSolution
๐Ÿ“ฑ TIKTOK: https://www.tiktok.com/@taqwatechnologyservices?_r=1&_t=ZN-96SM4NVfcyk

2. Odeeffannoo Erguu:
Maqaa keessan guutuu
fi lakkofsa bilbilaa keessan

๐Ÿ“ฅ'Inbox' Telegram โžก๏ธ @fahmi_4k nuuf ergaa.

3. Saala: Dubartoota Qofaaf

๐Ÿ—“ Yeroo Galmee:

๐Ÿ“… Galmeen kan gaggeeffamu: Guyya Aranteena irraa 18/05/2026 hanga 20/05/2026 qofa!

โš ๏ธ Hubachiisa :

โณ Yeroo Leenjii: Leenjiin kun torban lama (2) qofaaf tura.
๐ŸŒ Haala barumsa: Leenjii guutuun Online (karaa interneetii) kennama.

๐ŸŽ“ Badhaasa: Nama leenjii kana seeraan xumureef Waraqaa Ragaa (Certificate) ni kennama!

Carraan kun gabaabadha, dafaa galmaa'aa! ๐Ÿš€

Galatooma! ๐Ÿ™
โค4๐Ÿคฉ1
โ˜†ODUU GAMMACHIISTU โ˜†

Leenjii Xummuraratii

Ustaazootan keenya kan Akkaa

1.Ustaaza Yasin Nuru
2.Ustaaz Badrudin Hussen

3. Ustaaz Kamil Shamsu fi
keessumoota garagaraatiin
Badhaasa โ—Certificateโ— kaniine kan cuufnu taha insha Allah


Carraan kun isiin hin Dabriin
๐Ÿฅฐ3๐Ÿ‘Œ2
Share walif godhaa obboleeyyan keessan kan muslima hundaaf ๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
โค4๐Ÿ‘Œ1
Carraan kun isiin hin dabriin Dubartoota keenya
Sa'aa galmee dhumaata jira
โค4๐ŸŽ‰1
Nama hanga nutii barbaannuu gutuuf deema daqiiqa tiqishoo isiinif hafee

โœจCarraan kun isiin hin dabriin โœจ

โณGalmeen gutaamuf deema โณ
๐ŸŽ‰5
Nama 6 qoofa qeebaluu dandeenya gutaamuudhaf
๐Ÿ”ฅ1
Sa'aa isiin jala dhumaa jirtii โณ๐Ÿซฅ๐Ÿซฅ๐Ÿซฅ๐Ÿซฅ๐Ÿซฅ๐Ÿซฅ๐Ÿซฅ๐Ÿซฅ๐Ÿซฅ
๐Ÿ‘3๐Ÿฅฐ1
...... Time โณ๏ธ
๐Ÿ‘4๐ŸŽ‰1
As wr wb akkami nuf jirtan kabaajamtoota fi Jalaatamtoo keenya


Carraa irraa dhuma nama 11 Kaniine jira

Hanga sa'aa 3 ttii qoofa kan turu


Daddaafa osoo isiin Jalaa hin guutaamin

Insha Allah Eidii Arafaa akkaa bateettii leenjiin ni Jalqabama
โค3๐ŸŽ‰2๐Ÿคฉ1
Sa'aa isiin jala dhumaa jirtii........ โณ๐Ÿซฅ๐Ÿซฅ๐Ÿซฅ๐Ÿซฅ๐Ÿซฅ๐Ÿซฅ๐Ÿซฅ๐Ÿซฅ๐Ÿซฅ
๐Ÿ”ฅ2
........๐Ÿซฉ๐Ÿซฉ๐Ÿซฉ๐Ÿซฉ๐Ÿซฉ daqiiqa 8 hafee
๐ŸŽ‰2
Done โœ”๏ธ Tana booda Nama tokkoo hin qeebalu
๐Ÿ†4๐Ÿ”ฅ1
ู„ุจูŠูƒ ุงู„ู„ู‡ู… ู„ุจูŠูƒ ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ,ู„ุจูŠูƒ ู„ุงุดุฑูŠูƒ ู„ูƒ ู„ุจูŠูƒ ุŒุฅู† ุงู„ุญู…ุฏ ูˆ ุงู„ู†ุนู…ุฉ ุŒ ู„ูƒ ูˆ ุงู„ู…ู„ูƒ ุŒ ู„ุง ุดุฑูŠูƒ ู„ูƒ!
ุนูŠุฏ ุงู„ุฃุถุญู‰ ุงู„ู…ุจุงุฑูƒ !ูƒู„ ุนุงู… ูˆุขู†ุชู… ุจุฎูŠุฑ๐ŸŒ™
๐ŸŒ™ุชู‚ุจู„ ุงู„ู„ู‡ ู…ู†ุงูˆู…ู†ูƒู… ุตุงู„ุญ ุงู„ุฃุนู…ุงู„

โ˜†TAQWA TECH SOLUTION โ˜†
โค3๐ŸŽ‰2๐Ÿ‘1