Siinqee Bank
27.6K subscribers
1.64K photos
63 videos
104 files
128 links
Siinqee Bank – Secure & Innovative Banking Solutions
📌 Stay updated with our latest news, financial tips & offers!
🚀 Digital Banking | 💰 Loans & Investments | 💳 Secure Transactions
📍 Ethiopia | Available 24/7
📞 +25111 557 1160 / 871
Download Telegram
Sagantaa Jalqabsiisa Tajjaajila Dijitaal Faayinaansii Baankii Siinqee ‘Wabii’ Suuraadhaan
Ebla 18/2017 tajajila

የሲንቄ ባንክ ‘wabii’ የዲጂታል ፋይናንስ አገልግሎት ማስጀመሪያ መረሃ ግብር በፎቶ
ሚያዚያ 18/2017 ዓ.ም

#Siinqee_Bank    #Baankii_Siinqee    #ሲንቄ_ባንክ  #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER
ሲንቄ ባንክ ከኢትዮ ቴሌኮም ጋር በመተባበር የ15 ቢሊየን ብር መጠን ያለው የቴሌብር የሞባይል ፋይናንሻል አገልግሎቶችን እና የዲቫይስ ፋይናንሲግ አገልግሎቶች ማስጀመሩን ስናበስር በታላቅ ደስታ ነው!
በዚህ የአጋርነትና ትብብር ስምምነት መሠረት አገልግሎቱ ለጥቃቅንና አነስተኛ ኢንተርፕራይዞች/ነጋዴዎችና ወኪሎች፣ አነስተኛ ንግድ እንዲጀምሩ ወይም ያላቸዉን የንግድ ሥራ እንዲያስፋፉ እስከ  1.2 ሚሊየን ብር የሚደርስ ብድር በዋስትና እና ያለዋስትና እንዲያገኙ የሚያስችል ሲሆን፣ ይህም በዓመት ዉስጥ እስከ ብር 10 ቢሊየን ብር ለደንበኞች ለማቅረብ የሚያስችል ይሆናል፡፡
በተጨማሪም አገልግሎቱ ወርሃዊ ደመወዛቸው በሲንቄ ባንክ እና በቴሌብር በኩል ለሚከፈላቸው የግል እና የመንግስት ተቋማት ሰራተኞች፣ እስከ 1 ሚሊዮን ብር ድረስ የደመወዝ ብድር እንዲያገኙ የሚያስችል ሲሆን፣ ይህም በዓመት እስከ 1.3 ቢሊየን ብር የሚደርስ የብድር አቅርቦት ስምምነትን ያካተተ ነው፡፡ 
ሁለቱ ተቋማት በአጋርነት የስማርት ስልክ ስርጸትን ለማሳደግ ያለመ የዲቫይስ ፋይናንሲንግ አገልግሎት ያስጀመሩ ሲሆን፣ ይህም ዝቅተኛ ገቢ ያላቸው ዜጎች ስማርት ስልኮችን እና ሲም ካርዶችን በተመጣጣኝ ዋጋ እና በረጅም ጊዜ ክፍያ እንዲያገኙ የሚያስችል ሲሆን፣ በዓመት እስከ 2 ሚሊዮን ዲቫይሶችን ለማቅረብ በማቀድ ባንካችን የ4 ቢሊዮን ብር ለማቅረብ ስምምነት አድርጓል።


#Siinqee_Bank    #Baankii_Siinqee    #ሲንቄ_ባንክ  #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER
Baankiin Siinqee Itiyoo Telekoom waliin ta’uudhaan tajaajila liqii moobaayilaa fi Faayinaansii meeshaalee (Device Financing) Telee Birrii Qarshii biiliyoona 15 eegaluusaa gammachuu guddaadhaan isin beeksifna.
Waliigaltee fi tumsa Itiyoo Telekoom waliin taasifameen tajaajila liqii wabii hinbarbaachifnee hanga Qarshii miiliyoona 1.2 intarpiraayizoota/daldaltootaa fi ejentoonni, daldala xixiqqaa akka jalqabaniif ykn hojii daldalaa isaanii babal’isuuf kan kennamu yoo ta’u, kunis waggaatti hanga Qarshii biiliyoona 10 maamiltootaaf kennuu kan dandeessisu dha.
Tajaajilli kun hojjettoonni dhaabbilee dhuunfaa fi mootummaa mindaan isaanii  kan ji’aan karaa Baankii Sinqee fi Telee Birrii kaffalamuuf liqii hanga Qarshii miiliyoona 1 akka argatan kan taasisu yoo ta’u, kunis waliigaltee kenniinsa liqii waggaatti hanga Qarshii biiliyoona 1.3 kan dabalatu dha.
Dhaabbileen lamaan seera tajaajila Faayinaansii meeshaalee (Device Financing) tiin itti fayyadamaa bilbiloota ismaartii guddisuuf lammiilee galii xiqqaa qabaniif bilbila ismaartii fi siim kaardii gatii madaalawaadhaan akka bitatan haala mijeessuudhaaf waggaatti moobayiloota miliyoona 2 dhiyyeessuuf waliigalaniiru. Baankiin keenyas dhimmi kanaaf kan oolu liqii Qarshii biiliyoona 4 dhiyyeessuuf qophiin xumuramuusaa beekamera.


#Siinqee_Bank    #Baankii_Siinqee    #ሲንቄ_ባንክ  #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
"Maallaqni baadiyaatti haa galu; Waliigaltee hojii milkaa'aa haa ta'u!"

Obbo Addisuu Araggaa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti  Qindeessaa kilaastara misooma Baadiyyaa

"ገንዘብ ገጠር ይግባ፣ የተሳካ ትብብር ይሁን"

አቶ አዲሱ አረጋ በኦሮምያ ብ/ክ/መ በምክትል ፕሬዝዳንት ማዕረግ የገጠር ልማት ክላስተር አስተባባሪ

#Siinqee_Bank    #Baankii_Siinqee    #ሲንቄ_ባንክ  #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER
Gatii Bittaa fi Gurgurtaa Sharafa Alaa Guyyaa Har'aa Baankii Siinqee

የዕለቱ የውጭ ምንዛሪ ግዢ እና መሸጫ ዋጋ

Foreign Currency Buying and Selling Price at Siinqee Bank as of Today

#Siinqee_Bank    #Baankii_Siinqee    #ሲንቄ_ባንክ  #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER
External Vacancy Announcement
1.  Branch Manager IV (Re-Advertised)
2.  Senior Mobile and Internet Banking Service Officer (Re-Advertised)
3.  Mobile and Internet Banking Service Officer (Re- Advertised)
4.  Clearing and Settlement Officer

Note
- Registration Date: 7 (seven) Consecutive days after the vacancy announcement.
- How to Apply: - Interested applicants who meet the above requirements can submit their application online (https://vacancy.siinqeebank.com) only.
- Contact Phone: +251115571135
- End date: May 5, 2025

#Siinqee_Bank    #Baankii_Siinqee    #ሲንቄ_ባንክ  #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER
Tapha Chaampiyoonsi Liigii Awurooppaa  xumura walakkaa   garee Arsenaal fi PSG gidduutti har’a galgala sa’aa 4:00 irratti taphatamu -                  Tilmaamaa Badhaafamaa!
Namoota dursanii tilmaama sirrii deebisan 5 niif Paakeejii sagalee daqiiqaa 1400 fi Intarneetii 10GB kan ji’a tokkoof badhaafamu.

Seerota dorgomichaa:
1.Deebii kenname irradeebiin ‘’edit’’ gochuun badhaasa kana hin argamsiisu;
2. Maxxansa kana hiriyyootaaf qooduun barbaachisaa dha;                                                          

ዛሬ ምሽት 4:00 ላይ አርሰናል እና ፒኤስጂ የሚያደርጉትን የቻምፒየንስ ሊግ የግማሽ ፍፃሜ የመጀመሪያ ጨዋታ ዉጤት ይተንብዩ እና ተሸላሚ ይሁኑ!
ቀድመዉ በትክክል ለገመቱት 5 ሰዎች ለአንድ ወር የሚቆይ 1400 ደቂቃ የድምፅ እና 10 ጂቢ የኢንተርኔት ጥቅል!
የውድድሩ ህጎች፡-
1. አስተያየቶችዎን ማስተካከል ይህንን ሽልማት አያገኝም.
2. ይህን መረጃ ለሌሎች መጋራት ይጠበቅብዎታል.

#Siinqee_Bank    #Baankii_Siinqee    #ሲንቄ_ባንክ  #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER
Gatii Bittaa fi Gurgurtaa Sharafa Alaa Guyyaa Har'aa Baankii Siinqee

የዕለቱ የውጭ ምንዛሪ ግዢ እና መሸጫ ዋጋ

Foreign Currency Buying and Selling Price at Siinqee Bank as of Today

#Siinqee_Bank    #Baankii_Siinqee    #ሲንቄ_ባንክ  #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER
Tapha Chaampiyoonsi Liigii Awurooppaa xumura walakkaa garee Baarseloonaa fi Intar-Miilaan gidduutti har’a galgala sa’aa 4:00 irraa eegalee taphatamu- Tilmaamaa Badhaafamaa!
Namoonni dursanii tilmaama sirrii deebisan 5 niif Paakeejii sagalee daqiiqaa 1400 fi intarneetii GB10 kan ji’a tokkoof turu badhaafamu.
Seera dorgomiichaa:
1.  Telegiraamii Baankii Siinqeetti (https://t.me/SiinqeeBanksc) makamuu (Join) gochuun, tilmaama keessan sanduqa yaadaa (Comment Box) telegiramiichaa keessatti barreessuu.
2.  Yaada barreesitan ‘’edit’’ gochuun badhaasa kana hin argamsiisu.
3.  Fuula Facebook Qooduu(share) gochuu.

በአውሮፓ ሻምፒየንስ ሊግ የግማሽ ፍጻሜ የመጀመሪያ ዙር ጨዋታ ዛሬ ምሽት 4፡00 ሰዓት ጀምሮ ባርሴሎና ከ ኢንተር ሚላን የሚያደርጉትን የጨወታ ዉጤት በትክክል በመገመት ይሸለሙ!
ቀድመዉ በትክክል ለገመቱት 5 ሰዎች ለአንድ ወር የሚቆይ 1400 ደቂቃ የድምፅ እና 10 ጂቢ የኢንተርኔት ጥቅል ተሸላሚ ይሆናሉ።
የዉድድሩ ህጎች፣
1.  የሲንቄ ባንክን ቴሌግራም ቻናልን (https://t.me/SiinqeeBanksc) በመቀላቀል (Join) በማድረግ መልሱን በቴሌግራም ሀሳብ መስጫ ሳጥን (Comment Box) ዉስጥ ይፃፉ::
2.  የፃፉትን ውጤት ኤዲት ማድረግ ለሽልማቱ ብቁ አያደርግም።
3.  በfacebook ገጾ ላይ ያጋሩ፡፡