Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Waa’ee Baankii Siinqee Uummatni maal jedhaa?
ስለ ሲንቄ ባንክ ህዝቡ ምን ይላል?
#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER

Gatii Bittaa fi Gurgurtaa Sharafa Alaa Guyyaa Har'aa Baankii Siinqee
የዕለቱ የውጭ ምንዛሪ ግዢ እና መሸጫ ዋጋ
Foreign Currency Buying and Selling Price at Siinqee Bank as of Today

Tapha xumura Waancaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa Inter Miilaan fi PSG gidduutti har’a galgala sa’aa 4:00 irraa eegalee taphatamu- Tilmaamaa Badhaafamaa!
Namoota dursanii tilmaama sirrii deebisan 5 niif Paakeejii sagalee daqiiqaa 1400 fi intarneetii GB10 kan ji’a tokkoof turu badhaafamu.
Seera dorgomiichaa:
1. Telegiraamii Baankii Siinqeetti (https://t.me/SiinqeeBanksc) makamuu (Join gochuun) , tilmaama keessan sanduqa yaadaa (Comment Box) telegiramiichaa keessatti barreessuu.
2. Fuula Facebook Qooduu(share gochuu)
Hubachiisa
Yaada barreesitan ‘’edit’’ gochuun hin danda'mu.
የአውሮፓ ሻምፒየንስ ሊግ የዋንጫ ጨዋታ ዛሬ ምሽት 4፡00 ሰዓት ጀምሮ ኢንተር ሚላን እና ፒ.ኤስ.ጂ የሚያደርጉትን የጨዋታ ዉጤት በትክክል በመገመት ይሸለሙ!
ቀድመዉ በትክክል ለገመቱት 5 ሰዎች ለአንድ ወር የሚቆይ 1400 ደቂቃ የድምፅ እና 10 ጂቢ የኢንተርኔት ጥቅል ተሸላሚ ይሆናሉ።
የዉድድሩ ህጎች፣
1. የሲንቄ ባንክን ቴሌግራም ቻናልን (https://t.me/SiinqeeBanksc) በመቀላቀል (Join) በማድረግ መልሱን በቴሌግራም ሀሳብ መስጫ ሳጥን (Comment Box) ዉስጥ ይፃፉ::
2. በfacebook ገጾ ላይ ያጋሩ፡፡
ማሳሰቢያ
የፃፉትን ውጤት ኤዲት ማድረግ ለሽልማቱ ብቁ አያደርግም።

Guyyaa boqonnaa gaarii qabaadhaa!
መልካም የዕረፍት ቀን ይሁንልዎ !
Have a wonderful weekend!
#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER
መልካም የዕረፍት ቀን ይሁንልዎ !
Have a wonderful weekend!
#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER
Torban Hojii Gaarii Qabaadhaa!
መልካም የስራ ሳምንት ይሁንልዎ!
#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ
#EMPOWERED_TOGETHER
መልካም የስራ ሳምንት ይሁንልዎ!
#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ
#EMPOWERED_TOGETHER
Baga Gammaddan
Injifattootni tapha xumura Waancaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa Inter Miilaan fi PSG gidduutti gaggeeffame qabxii sirrii ta'e bu’uuruma dursinee beeksifneen taphni osoo hin eegalin sa’a 4:00 dursitanii (tilmaama keessan edit osoo hin godhin) karaa chaanalii telegram keenya qofaan kanneen tilmaamtan baga gammaddan!
Gamanumaanis sagantaa “ Tilmaama –Badhaafamaa” Baankiin keenya gara fuul-duraatti qopheessu irratti adda durummaan hirmaachuuf ammuma Midiyaalee hawaasaa keenya hordofaa,‘Like’ fi ‘Share’ godhaa, kanneen biroos irratti hirmaachisaa.
እንኳን ደስ አላችሁ
በኢንተር ሚላን እና ፒ.ኤስ.ጂ መካከል የተካሄደውን የአውሮፓ ሻምፒየንስ ሊግ የዋንጫ ጨዋታ አስቀድመን በአሳወቅነው መሰረት ጨዋታው ከመጀመሩ 4፡00 ሰዓት በፊት በቴሌግራም ቻናላችን ብቻ (መልሳቸው ኤዲት ሳታደርጉ) የጨዋታውን ትክክለኛ ውጤት አስቀድማችሁ የገመታችሁ አሸናፊዎቻችን እንኳን ደስ አላችሁ!
በቀጣይ በባንካችን ለሚደረጉ የይገምቱ ይሸለሙ መረኃ ግብር ላይ ለመሳተፍ የማህበራዊ ሚዲያ ቻናላችን ይከታተሉ፣ ያጋሩ፣ ላይክ ያድርጉ ፣ቤተሰብ ይሁኑ፣
#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER
Injifattootni tapha xumura Waancaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa Inter Miilaan fi PSG gidduutti gaggeeffame qabxii sirrii ta'e bu’uuruma dursinee beeksifneen taphni osoo hin eegalin sa’a 4:00 dursitanii (tilmaama keessan edit osoo hin godhin) karaa chaanalii telegram keenya qofaan kanneen tilmaamtan baga gammaddan!
Gamanumaanis sagantaa “ Tilmaama –Badhaafamaa” Baankiin keenya gara fuul-duraatti qopheessu irratti adda durummaan hirmaachuuf ammuma Midiyaalee hawaasaa keenya hordofaa,‘Like’ fi ‘Share’ godhaa, kanneen biroos irratti hirmaachisaa.
እንኳን ደስ አላችሁ
በኢንተር ሚላን እና ፒ.ኤስ.ጂ መካከል የተካሄደውን የአውሮፓ ሻምፒየንስ ሊግ የዋንጫ ጨዋታ አስቀድመን በአሳወቅነው መሰረት ጨዋታው ከመጀመሩ 4፡00 ሰዓት በፊት በቴሌግራም ቻናላችን ብቻ (መልሳቸው ኤዲት ሳታደርጉ) የጨዋታውን ትክክለኛ ውጤት አስቀድማችሁ የገመታችሁ አሸናፊዎቻችን እንኳን ደስ አላችሁ!
በቀጣይ በባንካችን ለሚደረጉ የይገምቱ ይሸለሙ መረኃ ግብር ላይ ለመሳተፍ የማህበራዊ ሚዲያ ቻናላችን ይከታተሉ፣ ያጋሩ፣ ላይክ ያድርጉ ፣ቤተሰብ ይሁኑ፣
#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER
Gatii Bittaa fi Gurgurtaa Sharafa Alaa Guyyaa Har'aa Baankii Siinqee
የዕለቱ የውጭ ምንዛሪ ግዢ እና መሸጫ ዋጋ
Foreign Currency Buying and Selling Price at Siinqee Bank as of Today
#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER
የዕለቱ የውጭ ምንዛሪ ግዢ እና መሸጫ ዋጋ
Foreign Currency Buying and Selling Price at Siinqee Bank as of Today
#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Baankiin Siinqee jiruuf jireenya uummataa gama diinagdee fi hawaasummaan fooyyessuu keessatti kutannoon hojii boonsaa hojjechuu irratti aragama.
ሲንቄ ባንክ የህብረተሰቡን ኑሮ በማህበራዊ እና በኢኮኖሚ ለማጎልበት በቁርጠኝነት እየሰራ ይገኛል፡፡
#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER
ሲንቄ ባንክ የህብረተሰቡን ኑሮ በማህበራዊ እና በኢኮኖሚ ለማጎልበት በቁርጠኝነት እየሰራ ይገኛል፡፡
#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER
Baankiin Siinqee tajaajila Baankii Dhalarraa Bilisaa seera shari’aa bu’uureffate, Siinqee IHSAN maamiltoota isaaf tajaajila qusannoo fi tajaajila faayinaansii karaa dameelee keenya tajaajilicha guutummaa guututti kennaniin ykn dameelee keenya hunda keessatti foddaa addaatiin ni kenna. Tajaajilichi sadarkaa baankii keenyaatti erga hundeeffameen asitti tajaajila baankii fi faayinaansii bal’aa kennuu irratti argama.
ሲንቄ ባንክ የሸሪዓ መርህን የተከተለ ለአገልግሎቱ ተጠቃሚዎች ሲንቄ እህሳን ከወለድ ነፃ የባንክ አገልግሎት በርካታ የቁጠባ እና የፋይናንስ አገልግሎቶችን ሙሉ በሙሉ አገልግሎቱን በሚሰጡ ቅርንጫፎች ወይም በሁሉም ቅርንጫፎቻችን ውስጥ በልዩ መስኮቶች ይሰጣል። አገልግሎቱም በባንካችን መሰጠት ከጀመረበት ጊዜ ጀምሮ ሰፊ የቁጠባ እና የፋይናንስ አገልግሎት በመስጠት ላይ ይገኛል፡፡
#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER
ሲንቄ ባንክ የሸሪዓ መርህን የተከተለ ለአገልግሎቱ ተጠቃሚዎች ሲንቄ እህሳን ከወለድ ነፃ የባንክ አገልግሎት በርካታ የቁጠባ እና የፋይናንስ አገልግሎቶችን ሙሉ በሙሉ አገልግሎቱን በሚሰጡ ቅርንጫፎች ወይም በሁሉም ቅርንጫፎቻችን ውስጥ በልዩ መስኮቶች ይሰጣል። አገልግሎቱም በባንካችን መሰጠት ከጀመረበት ጊዜ ጀምሮ ሰፊ የቁጠባ እና የፋይናንስ አገልግሎት በመስጠት ላይ ይገኛል፡፡
#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Imala milkaa'ina keessanii mirkaneessuuf ,Baankii Siinqee filannoo keessan jalqabaa taasifadhaa!
Tokkummaan gara Milakaa'inatti!
የስኬት ጉዞዎን ለማፋጠን ሲንቄ ባንክን የመጀመሪያ ምርጫዎ ያድርጉ ፡፡
በአንድነት ወደ ስኬት!
Choose Siinqee Bank as your premier partner in accelerating your journey to success.
EMPOWERED.TOGETHER
#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER
Tokkummaan gara Milakaa'inatti!
የስኬት ጉዞዎን ለማፋጠን ሲንቄ ባንክን የመጀመሪያ ምርጫዎ ያድርጉ ፡፡
በአንድነት ወደ ስኬት!
Choose Siinqee Bank as your premier partner in accelerating your journey to success.
EMPOWERED.TOGETHER
#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Hoji-dhabdoota turre. Baankiin Siinqee tajaajila faayinaansii Dhalarraa Bilisaa Siinqee IHSAN’n liqii waan nuuf mijeesseef, battaluma hojiitti galuun, ofirra darbinee namoota biroof carraa hojii uumuu dandeenyeerra
ስራ አጦች ነበርን፡፡ ነገር ግን ሲንቄ ባንክ ከወለድ ነጻ በሆነው የፋይናንስ አገልግሎቱ ብድር ስላመቻቸልን፣ ወዲያው ወደ ስራ በመግባት ከራሳችን አልፈን ለሌሎች የስራ እድል መፍጠር ችለናል::
#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER
ስራ አጦች ነበርን፡፡ ነገር ግን ሲንቄ ባንክ ከወለድ ነጻ በሆነው የፋይናንስ አገልግሎቱ ብድር ስላመቻቸልን፣ ወዲያው ወደ ስራ በመግባት ከራሳችን አልፈን ለሌሎች የስራ እድል መፍጠር ችለናል::
#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER
ATM Baankii Siinqee Mijataa fi Amansiisaa ta’e kaardiiwwan Baankii keenyaanis ta’e kan baankiiwwan biroo kamiyyuu fayyadamuun tajaajila saffisaa argadhaa.
የሲንቄ ባንክ ምቹ እና አስተማማኝ ኤ.ቲ.ኤም ማሽን በባንካችን ካርዶች እንዲሁም በሁሉም ባንኮች ካርድ በመጠቀም ፈጣን አገልግሎት ያግኙ፡፡
#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER
የሲንቄ ባንክ ምቹ እና አስተማማኝ ኤ.ቲ.ኤም ማሽን በባንካችን ካርዶች እንዲሁም በሁሉም ባንኮች ካርድ በመጠቀም ፈጣን አገልግሎት ያግኙ፡፡
#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Tajaajila liqii Baankiin Siinqee nuuf mijeesseen, hojjennee jijjiiramuu dandeenyeerra.
ሲንቄ ባንክ ባመቻቸልን የብድር አገልግሎት ሰርተን መለወጥ ችለናል።
#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER
ሲንቄ ባንክ ባመቻቸልን የብድር አገልግሎት ሰርተን መለወጥ ችለናል።
#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER
Gatii Bittaa fi Gurgurtaa Sharafa Alaa Guyyaa Har'aa Baankii Siinqee
የዕለቱ የውጭ ምንዛሪ ግዢ እና መሸጫ ዋጋ
Foreign Currency Buying and Selling Price at Siinqee Bank as of Today
#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER
የዕለቱ የውጭ ምንዛሪ ግዢ እና መሸጫ ዋጋ
Foreign Currency Buying and Selling Price at Siinqee Bank as of Today
#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Tajaajila liqii Baankii Siinqee irraa argadheen hojiikoo caalaatti babal'ifachuu danda'eera.
ከሲንቄ ባንክ ባገኘሁት የብድር አገልግሎት ስራዬን ይበልጥ ማስፋፋት ችያለሁ።
#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER
ከሲንቄ ባንክ ባገኘሁት የብድር አገልግሎት ስራዬን ይበልጥ ማስፋፋት ችያለሁ።
#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER
Gatii Bittaa fi Gurgurtaa Sharafa Alaa Guyyaa Har'aa Baankii Siinqee
የዕለቱ የውጭ ምንዛሪ ግዢ እና መሸጫ ዋጋ
Foreign Currency Buying and Selling Price at Siinqee Bank as of Today
#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER
የዕለቱ የውጭ ምንዛሪ ግዢ እና መሸጫ ዋጋ
Foreign Currency Buying and Selling Price at Siinqee Bank as of Today
#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER
Burjaajessitoota irraa of eeggadhaa!
Kabajamtoota maamiltoota keenya,
Namootni hin beekamne tokko tokko, akka waan baankii keenyarraa isiniif bilbilan fakkeessuun iccitii dhuunfaa tajaajila baankii waliin walqabatu isin gaafachuu danda'u. Haa ta’u malee, tajaajila Baankii Siinqee waliin walqabatee tajaajilli ykn hojimaatni bilbilaan kennamu waan hin jirreef,yeroo bilbilaan gaafatamtan jecha icciitii baankii mobaayilaa fi ATM dhuunfaa keessanii akkasumas odeeffannoo kana fakkaatan waliif qooduu dhiisuun burjaajessitoota irraa of eeguu akka qabdan isin hubachiifna.
Odeeffannoo dabalataaf lakkoofsa bilbila bilisaa keenya 871 bilbiluu ykn damee isinitti dhihoo jiru daawwachuu dandeessu.
ራስዎን ከአጭበርባሪዎች ይጠብቁ!
ውድ ደንበኞቻችን
አንዳንድ የማይታወቁ ግለሰቦች ከባንካችን እንደሚደውሉ በማስመሰል ከባንክ አገልግሎት ጋር የተያያዙ የግል ሚስጥርዎን ሊጠይቁ ይችላሉ፡፡ ነገር ግን ከሲንቄ ባንክ አገልግሎት ጋር በተያያዘ በስልክ ተደውሎ የሚሰጥ አገልግሎትም ሆነ አሠራር ስለሌለ የሞባይል ባንኪንግ እና የኤቲኤም የግል የይለፍ ቃል እና መሰል መረጃዎን በስልክ ተደውሎ ሲጠየቁ ባለማጋራት ራስዎን ከአጭበርባሪዎች እንዲጠብቁ እናስገነዝባለን፡፡
ለተጨማሪ መረጃዎች ወደ ነጻ የስልክ ቁጥራችን 871 መደወል ወይም በአቅራቢያዎ ወደሚገኝ የባንካችን ቅርንጫፍ በመሄድ ማነጋገር ይችላሉ፡፡

Baga Ayyaana Iid Al-adahaa (Arafaa) bara 1446ffaan nagaan isin gahe.
Ayyaana Gaarii!
Iid-Mubaarak!
Ayyaana Gaarii!
Iid-Mubaarak!
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
እንኳን ለ1446ኛው የኢድ
አል አደሃ (አረፋ) በዓል በሰላም አደረሳችሁ::
መልካም በዓል!
ኢድ ሙባረክ
አል አደሃ (አረፋ) በዓል በሰላም አደረሳችሁ::
መልካም በዓል!
ኢድ ሙባረክ