#Yaa'ii Waliigalaa Abbootii Aksiyoonaa
#የባለአክሲዮኖች ጠቅላላ ጉባዔ
Baankiin Siinqee Yaa’ii Waliigalaa Idilee Abbootii Aksiyoonaa 22ffaa gaggeesse
[Finfinnee, Muddee 22, 2015] Baankiin Siinqee Yaa’ii Waliigalaa Idilee Abbootii Aksiyoonaa 22ffaa Hoteela Ililiitti guyyaa har’aa gaggeesse. Boordiin Daayirektaroota baankichaa raawwii hojiiwwan ijoo baankichaa bara baajataa Waxabajjii 1, 2021 hanga Waxabajjii 30, 2022tti raawwataman abbootii aksiyoonaa kan dhiyeessee jira.
Bu’uuruma kanaan, qusannaan hanga Waxibajjii 30 bara 2022 ALAtti walitti qabame kan yeroo wal fakkaataa bara darbee irraa dhibbeetaa 69 tiin guddina argisiisuun walumaa galatti Qarshii Biliyoona 10.28 walitti qabuun danda’ameera.
Gama dhiheessii liqiitiinis, Baankiin keenya hawaasa baadiyyaa lafee dugdaa diinagdee biyya keenyaa ta’an qonnaan bultoota, horsiisee bultoota, dubartoota, dargaggoota akkasumas dhaabbilee, abbootii qabeenyaa fi namoota dhuunfaa seektara diinagdee adda addaarratti bobba’aniif tajaajila liqii mijeessuun qarshii Biliyoona 17.82 kan liqeesse yoo ta’u kunis yeroo wal fakkaataa bara darbee irraa dhibbeentaa 28.7 tiin caalmaa galmeessiseera. Baay’inni liqeeffattoota baankichaas kuma 748 tii ol kan gahe yoo ta’u lakkoofsi kun baay’ina liqeeffattoota baankiiwwan biyyattii waliin wal maddiitti yoo madaalamu kan caalu ta’ee galmaa’eera.
Bara baajetaa ALAtti Waxabajjii 30 bara 2022 goolabame keessatti Baankiin keenya Taaksiin Dura Bu’aa Qarshii Miliyoona 371.6 galmeessisuu danda’eera. Qabeenyi waliigalaa Baankii keenyaas, Qarshii Biliyoona 20.54 kan gahe yoo ta’u, kunis guddina dhibbeentaa 28.1 agarsiiseera. Kaappitaalli Waliigalaa Baankiin keenya galmeessise kan bara darbee wajjin wal bira yoo qabamu dhibbeentaa 5’n guddina galmeessisuun dhuma bara baajataa kanatti Qarshii Biliyoona 8.09 gahee jira. Kaappitaalli Baankii keenyaa kafalames guddina dhibbeentaa 6 argirsiisuun, Qarshii Biliyoona 7.45 ta’ee galmaa’eera.
Yaa’iin gabaasa Odiitara Alaas kan dhaggeeffate yoo ta’u gabaasawwan dhihaatan sagalee guutuun raggaasisee jira. Kana malees, gara fuula duraatiif kallattiiwwan xiyyeeffannoo baankicha ni guddisu jedhaman akeekuun goolabameera.
---------------------------------------------------
ሲንቄ ባንክ 22ኛውን የባለአክሲዮኖች መደበኛ ጠቅላላ ጉባዔ አካሄደ
[ፊንፊኔ፣ ታህሳስ 22 ቀን 2015 ዓ.ም] ሲንቄ ባንክ 22ኛውን የባለአክሲዮኖች መደበኛ ጉበዔ በኢሊሊ ሆቴል አካሂዷል፡፡ የባንኩ የዲሬክተሮች ቦርድ እ.ኤ.አ ከጁላይ 1 ቀን 2021 ዓ.ም እስከ ጁን 30 ቀን 2022 ዓ.ም ድረስ በተጠናቀቀው በጀት ዓመት ባንኩ ያከናወናቸውን የዋና ዋና ስራዎች አፈጻጸም ለባለአክሲዮኖች አቅርቧል፡፡
በዚሁ መሠረት እ.ኤ.አ. እስከ ጁን 30፣ 2022 ዓ.ም የባንኩ ተቀማጭ ከአምናው ተመሳሳይ ወቅት ጋር ሲነጻጸር የ69 በመቶ እድገት በማስመዝገብ በአጠቃላይ ብር 10.28 ቢሊዮን ለመድረስ ችሏል፡፡ ባንኩ የኢኮኖሚያችን የጀርባ አጥንት ለሆኑትና በአገሪቱ ገጠራማ አካባቢዎች ለሚገኙት አርሶ አደሮችና አርብቶ አደሮች፣ ሴቶችና ወጣቶች እንዲሁም በተለያዩ የኢኮኖሚ ዘርፎች ለተሰማሩ ተቋማትና ግለሰቦች የብድር አቅርቦት በማመቻቸት ብር 17.82 ቢሊዮን ብድር ያሰራጨ ሲሆን በዚህም የ28.7 በመቶ ዕድገት አሳይቷል፡፡ የተበዳሪዎች ቁጥርም ከ748 ሺ በላይ ደረሰ ሲሆን ይህ ቁጥር በአገሪቱ ከሚገኙ የግል ባንኮች ጋር ሲነጻጸር በእጥፍ ሚበልጥ ሆኖ ተመዝግቧል፡፡
በተጠናቀቀው በጀት ዓመት ባንካችን ከታክስ በፊት ብር 371.6 ሚሊዮን ትርፍ አስመዝግቧል፡፡ የባንኩ ጠቅላላ ሃብትም ብር 20.54 ቢሊዮን የደረሰ ሲሆን ይህም የ28.1 በመቶ እድገት አሳይቷል፡፡ ሲንቄ ባንክ ጠቅላላ ካፒታሉ ካለፈው ዓመት ጋር ሲተያይ የ5 በመቶ እድገት በማስመዝገብ በበጀት አመቱ ማጠናቀቂያ ላይ ብር 8.09 ቢሊዮን ሊደርስ ችሏል፡፡ የባንካችን የተከፈለ ካፒታልም እንዲሁ የ6 በመቶ እድገት የታየበት ሲሆን ወደ ብር 7.45 ቢሊዮን ከፍ ማለቱ ተገልጿል፡፡
በተጨማሪ ጉባዔው የውጪ ኦዲተር ሪፖርት ያደመጠ ሲሆን የቀረቡትን ሪፖርቶች መርምሮ በሙሉ ድምፅ አጽድቋል።
በመጨረሻም ጉባዔው ለባንኩ እድገት ወሳኝ በሆኑ ጉዳዮች ላይ በመወያየት የወደፊት ትኩረት አቅጣጫዎችን በማመላከት ተጠናቋል።

#Sosochii carraa hojii uumuu, intarpiruunarshiippiifi qusannaa
Waltajjiin sosochii carraa hojii uumuu, intarpiruunarshiippiifi aadaa qusannaa gabbisuurratti xiyyeeffate Godina Arsii magaala Boqqojjiitti gaggeeffame.
Waltajjiin qindoomina Waajjira Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Godina Arsii fi Baankii Siinqeetiin qophaa'e kun hooggansa aanaalee, dargaggoota, dubartootaafi qonnaan bultoota adda duree hirmaachiseera.
Waltajjii kanarratti, hayyoonni diinagdee dhimma diinagdeen of-danda'uu ilaalchisee hubannoo bal'aa kennaniiru.
#Baankii Siinqee
#Tokkummaan gara milkaa'inaatti!

Hordoftoonni Amantaa Kiristaanaa Baga Ayyaana Dhaloota Iyyasuus Kiristoosiin Nagaan Isin Gahe!
Ayyaana Gaarii!
ለመላው የክርስትና እምነት ተከታዮች እንኳን ለኢየሱስ ክርስቶስ የልደት በዓል በሰላም አደረሳችሁ!
መልካም በዓል!