Dawaa Qalbii
8.23K subscribers
1.36K photos
25 videos
12 files
2.07K links
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓

@Rabbiiftai
Download Telegram
#𝙺𝙰𝙽𝙰_𝙱𝙴𝙴𝙺𝚃𝚄𝚄_𝙻𝙰𝙰𝚃𝙰

༄Namni yeroo duraatiif saamunaa dalage/uume#"Nabiyyallaahi_Suleeyman".
༄Namni yeroo duraatiif ciftii/tuqaa 𝚀𝚞𝚋𝚎𝚎 hijaa'aa/𝙰𝚛𝚊𝚋𝚊𝚊 irra kaahe "#Abul-AswadAl-ddualii"
༄Namni yeroo jalqabaaf أمابعدjedhe,"#Nabiyyallaahi_Daawud."

༆Namni yeroo duraatiif qura'aana walitti qabe"#Abuu_bakri."
༆Durri wanni rabbiin keenna uumee"#Qalama."
༆Namni barnoota chemistry yeroo jalqabaatiif argate"#Jaabir_binu_Hayyaan".
༆Foormulaa algebra namni yeroo jalqabaatiif fide #Al-kawaarizimii/الخوارزمي.
༆Dubartiin islaamummaa keessatti yeroo jalqabaaf shahiiddee, Sumayyaa haadha #Ammaar_binu_Yaasir.

༆Awwalli ilmaan Aadam"#Qaabil"
༆Namni yeroo duraatiif Afaan Arabaa dubbate"#Ismaa'il."
༆Namni yeroo duraatiif Islaamummaa keessatti Azaane"#BilaalAl-habashii."
༆Namni yeroo duraatiif Ka'aabaa keessatti dhalate"#Aliyyi_binu_Abii-xaalib."
Itti fufa....@tafak_or
@Sammaan
Forwarded from 𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر (Ibro....💪)
Sahaabaabonni Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wasallam), Hadiisa Rasuularraa fuudhanii nutti geessan. isaan keessaa kan hedduu odeessetu jiras, kan muraasa odeessetu jiras.

1ffaan: #Abuu_Hureeyraadha...sahaàbota hunda keessaa, namni hadiisa hedduu hedduu himeedha. Hadiisa 5374 odeesse.
● فأبو هريرةَ هو أكثرهم حديثاً فقد روى 5374 حديثا
2ffaa:
#Abdallaa Ibnu Umar Hadiisa 2630 odeesse.
● ثم عبدالله ابن عمر روى 2630 حديثا
3ffaan:
#Anas binu Maalik Hadiisa 2286 odeesse.
● ثم أنس بن مالك روى 2286 حديثا
4ffaan:
Haadha muslima maraa @Aa'ishaadha Hadiisa 2210 odeessite.
● ثم أمُّنا عائشة روت 2210 حديثا
5ffaan:
#Abdallaa binu Abbaasa Hadiisa 1660 odeesse.
● ثم ابن عباس روى 1660 حديثا
6ffaan:
#Jaabir binu Abdillaah Hadiisa 1540 odeesse.
● ثم جابر بن عبدالله روى 1540 حديثا
7ffaan:
#Abuu_Sa'iid Alkudriyyii Hadiisa 1170 odeesse....
● ثم أبو سعيد الخدري روى 1170 حديثا
رضيَ اللّٰهُ عنهم
(Radiyallaahu anhum jamii'a).

Sahaabonni torban kunniin warra hadiisa gurguddaa galmeessuudhaan beekamaniidha.... hin dagatinaa...

Share👇
https://t.me/tafak_or