Osuma barreessu jiruu haftee ingiliffaa keessan gahamitti nan jadhe keyboard kiyya
Ethiopiatti lukkuu yoo horsiiste ollaan kee binseensa lukkuu sana nyaatu horsiisa
ð Ayi xooophiiiiyaðð
ð Ayi xooophiiiiyaðð
ðĪĐ1
Isa : Hy
Ishee : Hy
Isa : Suuraa kee naaf ergi mee bareedduu
Ishee: Profile irra ilaali
Isa : Porfilenii kee Konkolaataa bar
Ishee.....yoo maal jetteen gaariidha??
Balbala banii seeni keessa jiraa hin jettuun seetaniiðĪĢðĪĢ
Maal inni dhiirota keenyatti taphattan isin ijoolleen shamaraa keenya kunðĪðĪ
âïļcopy paste

Jaalalleekee wajjin torbanitti yeroo saddeet wal hin loltu taanaan jaalalichi soba.
âïļ copy paste
âïļ copy paste
ð1
Hintalla ollaa keenya wajjiin wal faana dhalannee ( Hiriyaadha ) an umuriinko 19 dha kan ishee ammayyuu 15dha. ð
Hiriyaan Koo soorin Waan Baay'ee Na Amanuuf Gaafa Hojii Fagoo Deemu Haadha ð Koo Bira Naa Buli Naan Jedhaaðð
Namichuma Gannaðââïļ 85'n tahu tokkotu har'a gaafan guddaadhu, Sangaa biteen qonnaa qota jedhaa karaarra deemaa.
Xonqaayin akkashen sobdu Tate yooman baree bektuðĪ,
Gafan Mana dhaqee balbala rurukutuu enyudha Nan jetteðŦĢ
âïļEyu

ð #Walaloon ajaa'iba mee xiqqo seeqqadhaa.ððð
Akkam jirta saree koo ?
Tokkittii koo bukkurii.
Ani badheen siif galchaa
Ati geessii gurguri.
Gaaf qibaatiin dhumatte
Wan dibattu yoo dhabde.
Xiqqo xiqqoon qicattee
Gabaa baasuu jalqabdee.
Gaafa facaa fi haamaa
Warri isheetti sokkitii.
Erga oomishni gale
dhuftee gundoo hodhitii.
Dhala fuggisoo maaluma abbaa isheen godha tana amma?.

Ajaa'iba garuu dhugaa! !
1. Abbaan Seeraa Rakkoo keessa akka galtu hawwa. ð
2. Doktarri akka Dhukkubsattu barbaada. ðŦĄ
3. Poolisiin Yakkamaa akka taatu barbaada.ðĪ
4. Barsiisaan akka ati wallaalaa taatu barbaada. ð
5. Abbaan Lafaa akka ati Mana hin ijaaranne barbaada. ðĨą
6. Ogeessi Ilkaanii ilkaan keessan akka badu barbaada. ð
7. Makaanikni konkolaataan9 keessan akka cabu barbaada. ðĨš
8. Namni Sanduuqa du'aa tolchu akka duutu barbaadaðĪ
9. Jireenya keessatti Badhaadhina ka siif hawwu Hattuu qofa!ð
âââââââââââ
Gameessa Gama Kibba âïļâïļâïļ
Please join for me ððĨ
https://t.me/Rayyaanfunny

#Mallattoolee dhiirri tokko yeroo umuriin Isaa deemu mullisuð
1. Kiisii shamizii keessa qarshii,qalama,yaadannoo fi kkf kaayyachuu yoo eegaleð
2. Kaalsii dhedheeraa uffatuu yoo eegaleðĶ
3. Qarshii 5 fi 10 waaleetii keessa kaawwachuu yoo eegaleð
4. Kophee gogaa irraa hojjetame qofa qalloo funyaan qaraa kaayyachuu yoo eegaleð
5. Konkolaataa keessatti foddaa cuftan malee jedhee yoo rakkiseð
6. Shamizii jalaan T.shirt yoo uffateð§
7. Miseensa Afooshaa (iddirii) ta'uu yoo eegaleð
8. Areedni osoo hin guddatin ofirraa haaduu yoo eegaleð
9. Mee nan jeeqinaa jechuu yoo baay'iseð
10. Jacket uffatee mana booyichaa deemuu yoo eegaleð
11. Galgala sa'atii 2:00 dura irbaata nyaachuu yoo eegaleð
12. Ijoollee findaataa yoo argu yoo aareð
13. Funyaan keessaa rifeensa biqile muruuf yaalii yoo taasiseð
14. Koofiyaa fi T.shirt walgayii irraa fudhate mana keessa uffachuu yoo eegaleð
16. Bara keessa jiru kana abaaruu yoo eegaleð
17. Barreeffama kana dubbisee yoo xumuru comment jalatti na arrabsuu yoo eegale dhiirri sun gara dullumaa deemaa Jira jechuudha obbolii ð

Telegram
BOHARTII
ð Baga gara Rayyaan Funny dhuftan! Memes guyyaa guyyaa âĒ Viidiyoowwan nama kofalchiisan âĒ Baacoo maraataa ðĪĢ Hanga dhiphina kee dagattutti kolfi ð ðĒ Join & share with friends ðĨ Best humor content everyday!
Kafeen Yuunivarsiitii guyyaa 'Foon' qaba jedhan, foonichi akka iccitii Mootummaati; ni dubbatama malee ijaan hin mul'atu!
https://t.me/Rayyaanfunny
https://t.me/Rayyaanfunny
Telegram
BOHARTII
ð Baga gara Rayyaan Funny dhuftan! Memes guyyaa guyyaa âĒ Viidiyoowwan nama kofalchiisan âĒ Baacoo maraataa ðĪĢ Hanga dhiphina kee dagattutti kolfi ð ðĒ Join & share with friends ðĨ Best humor content everyday!
Amaloota shan kan barattoonni #ïļâĢHarargee Yuniivarsiitii keessatti ittiin beekkaman
1ïļâĢ.yeroo baayy'ee library oson taane doormitti qama'anii dubbisaan
2ïļâĢ.si jaalatan si kabajan yoo ati beeloofte si nyaachisan garuu yoo ati jimaa qeeqxe ykn arrabsite isaan biratti namni akka keetitti jibbamuu hin jiru asiin itti dhufnaan muka hudduutti si cabsan
3ïļâĢbarataa harargee tahe nama dubartii Karaa gubbatti dhungatuð ykn harka qabee wajjiin deemu namuma tokko akka tasaa hin argitu.
4ïļâĢdoormii ijoollee harargee deemtee yoo ati miciyyoon tigray dhufte sun ni bareeddi bar dabbaan isii ni bareeda yoo jetteen tumanii alatti si baasan.
ðisaan hin jaalatan haasawa akkanaa jimaa isaanii qama'anii rabbii kadhachuu malee
Of eeggannoo godhaa akka jimaa jalaa hin qeeqneðð
@Rayyaanfunny

ðĪJechoota kolfisiisoo Ministeerri Muummee itiyoophiyaa duraanii Mallas Zeenawiin dubbatan muraasa ittiin bohaaraa jechumaafiðĢ
1.ðĻâðžGaazixeessaa:_ ð" Dirree kubbaa miilaa (stadium) finfinnee maaliif bifa haarayaan hin Haaromsine?"
ðĐâðĶē#Mallas: _ " injifatamuuf kunuu gahaadha."
á§
2.ðĻâðž#Gaazixeessaa: _ ð"Atileetiin Beekkamaan itiyoophiyaa tokko Lammiisaa biyya biraatti jijjiirachuuf jedha. Isin maal jettu mee?"
ðĐâðĶē#Mallas:_ "Lammummaa mitii maaliif Saala hin jijjiiranne!"
á§
3.ðĻâðžGaazixeessaa: _ ð" Haylee Gabra sillaasee Itiyoophiyaa bulchuu barbaada jedha. Isin maal jettu?"
ðĐâðĶē:_ "Luukti Mataa hin ta'u kaa."
á§
ðĻâðž4.:_ ð" Itiyoophiyaa keessatti Kadhattuun kan baayyatteef Maaliifi?"
ðĐâðĶē :_ "Namni kennu waan baayyateefi.ð
ðð
ðĻâðž5.:osoo aangoo gad dhiistanii maal gochuu hawwitu?
ðĐâðĶē :hawwiin koo guddaan akkuma uummata Itoophiyaatti waan tahuus hin taanes gaafii gaafachuu,waanin barbaade haasa'uudha.aangoo irra yeroo jiran waan baay'ee hin haasa'an.
ðĻâðž6.: Tiraafikoonni maaliif akkasitti furdatu?
ðĐâðĶē:kana Konkolaachistoota gaafadhaa!
https://t.me/Rayyaanfunny
1.ðĻâðžGaazixeessaa:_ ð" Dirree kubbaa miilaa (stadium) finfinnee maaliif bifa haarayaan hin Haaromsine?"
ðĐâðĶē#Mallas: _ " injifatamuuf kunuu gahaadha."
á§
2.ðĻâðž#Gaazixeessaa: _ ð"Atileetiin Beekkamaan itiyoophiyaa tokko Lammiisaa biyya biraatti jijjiirachuuf jedha. Isin maal jettu mee?"
ðĐâðĶē#Mallas:_ "Lammummaa mitii maaliif Saala hin jijjiiranne!"
á§
3.ðĻâðžGaazixeessaa: _ ð" Haylee Gabra sillaasee Itiyoophiyaa bulchuu barbaada jedha. Isin maal jettu?"
ðĐâðĶē:_ "Luukti Mataa hin ta'u kaa."
á§
ðĻâðž4.:_ ð" Itiyoophiyaa keessatti Kadhattuun kan baayyatteef Maaliifi?"
ðĐâðĶē :_ "Namni kennu waan baayyateefi.ð
ðð
ðĻâðž5.:osoo aangoo gad dhiistanii maal gochuu hawwitu?
ðĐâðĶē :hawwiin koo guddaan akkuma uummata Itoophiyaatti waan tahuus hin taanes gaafii gaafachuu,waanin barbaade haasa'uudha.aangoo irra yeroo jiran waan baay'ee hin haasa'an.
ðĻâðž6.: Tiraafikoonni maaliif akkasitti furdatu?
ðĐâðĶē:kana Konkolaachistoota gaafadhaa!
https://t.me/Rayyaanfunny
Telegram
BOHARTII
ð Baga gara Rayyaan Funny dhuftan! Memes guyyaa guyyaa âĒ Viidiyoowwan nama kofalchiisan âĒ Baacoo maraataa ðĪĢ Hanga dhiphina kee dagattutti kolfi ð ðĒ Join & share with friends ðĨ Best humor content everyday!
Koottaa kolfaaððð
Namicha tokkotu osoo taa'ee kadhatu argee
birrii 1 kenneef ,
Obboleessoo birrii gatte naan hin jedhu seetanii
ðĨąðĨąðĨąðĨąðĨąðĨą
Share, like gochuu hin dagatinaa please âïļ

Jaartiin kiyya yeroo ganama nabiraa kaatu,Ati waan hundumaa caalaa tapha siree irratti cimaadha naan jetti,
Ani kanan jedhu eenyu waliin na dorgomsiifte
laata..?
ðððððð

Koottaa kolfaa ðŽðŽ
Kaleessa galgala hattuun mana kiyya cabsee seene
e maallaqa barbaaduu eegale .... gochi isaa waan na ajaa'ibeef anillee rakkadhee waan jiruuf
Bakka ciisichaatii ka'ee yooma waa argine jedhee
Woliin barbaaduu eegale.
Share share please
ðĨąðĨąðĨąðĨąðĨąðĨąðĨą

Finfinnee keessa taaksiidhaan osoo deemtuu siidaa miniliik gaafa argitu......
Altokko asitti naaf dhaabi
mee farda keenyaaf garbuu wayii kennuu barbaade