Qalbii qulqulluu qabaachuun fuula bareedaa qabaachuu caalaa gatii guddaa qaba. 🤍🕊️
👍3
🔴 IRREECHA
Irreechi ayyaana amantiiti. Masqallis ayyaana amantiiti. Iidul-Fixris ayyaana amantiiti. Muslimni immoo ibaadaa fi amantii isaa Qur’aanaa fi Sunnah irraa fudhata.
Kanaaf, bakka waaqni sobaa itti waamamu, bakka shirkii fi wanti Rabbi hin ajajiin itti raawwatamu keessatti Muslimni hirmaachuu ykn faarsuu hin qabu.
Rabbiin Akkana jedha:
﴿وَمَن يَبْتَغِ غَيْرَ الْإِسْلَامِ دِينًا فَلَن يُقْبَلَ مِنْهُ﴾
“Namni Amantaa Islaama malee amantii biraa barbaade, isa irraa hin qeebalamu.”
Oromummaa jechuun daangaa amantii darbuu miti. Saba tokko ta’uun amantii tokko ta’uu jechuu miti.
Muslimni tokko dhugaan Islaamummaa yoo qabate, Qur’aanaa fi Sunnah jala bula; waan amantii isaa faallessu irraa fagaata.
Amantii lama walitti makuun hin danda'amu. Islaamummaa yoo qabaatte, seera Rabbii qofa jala bulta!

👍4
Jecha kana haa eeggannu
❌❌❌IRREECHI IRREE KEENYA
Rasuulli SAW Akkana jedhan "Gabrichi tokko jecha wahii ta dallansuu rabbii of keessaa qabdu dubbatee sababa sanii jahannam keessa fageenya jidduu bahaa fi seensa aduu adda fagaatutti darbama"

Teessoon Bulchiinsa Kibba baha Oromiyaa magaalaa Roobee taatee murtooftee jirti. Giddu galeessi Godinichaatis achuma waan taheef carraa argame kanaan Magaalatti daran guddisuu fi magaalaa misoomaa gochuun ummata keennaaf bu’aa qabatamaa argamsisuun yeroo isaa amma waan taheef qamni dhimmi ilaallatu hundi akka irratti hojjetu waamicha goona.
👍4
Irreechi Seenaa akkamii keessa dhufe?
Jalqabumarraa Yoo kaafne Hiika isaa Hubachuun Gaariidha
Irreecha Jechuun hiikkaan isaa gabbaruu ykn ibaadaa godhuu Jechuudha
Maarree Hiikkaan isaa gabbaruu Eega Ta'ee, Muslimootaaf Maal Akka Ta'e tilmaamuun Nama hin rakkissu
ireechi. Eessatti Eegale?
Ayyaanni irreechaa bakka Haro-harsadii jedhamtu tan Magaalaa bushooftuutti Argamu biratti Jalqabe
Sababaan jalqaba Ayyaana kanaa Akka Himamutti
Nama maqaan isaa Arsadii Jedhamu kan gosa oromoo Liiban irraa ta'e tokko ture! Namni kun Akka malee Rakkatee guyyaa 8 Haroo Amma maqaa isaatiin waamamtu tana biratti waaqa kadhataa jiraate Osoo Hin nyaatin Osoo Hin dhugin jiraachuun isaatis ummata dinqisiise!
Maanguddoon gosaa walitti Qabamanii bakki sun bakka ibaadaa ykn "Gabbartii" Akka Taatu murteessan
Akkasitti Haroonis Hara Harsadii taatee bakkitis bakka ibaadaa ykn waaqeffannaa taate!
Irreechi Akkasitti jalaqabe. Har'a waan Aadaa Oromummaa Namaaf mirkaneessu godhuuf waaqeffattoonnis ta'ee qaamonni biraa lallabaa jiru.
Kuni immo akkamitti ta'a?

Dilii namoonni hojjatan laaltee hin taajjabin. Taajjabbiin ammaa hin bultu, keessatti if arguu dandeessa wlh. 😌
Yaa Rabbi nuuf araarami
Yaa Rabbi nuuf araarami
👍5
Mallattoo rabbiin si jibbuu keessaa gurguddoon Ofirraa (ibaadaa irraa) si fageessuu fi Haraamaa Siif Laaffisuudha✍
Yaa Rabbi Nun Jibbin🤲
Yaa Rabbi Nun Jibbin🤲
👍1
Alhamdulillaah!
Pro. Dr muhammad taajuddiin al aruusii jechuudhaan kan beekaman aalimoota biyya keenyaa keessaa tokko kan ta'an, turtii waggoota dheeraa biyyoota alaatti dabarsan boodaan gara biyyaatti deebi'anii jiru, Dr muhammaad taaj nama beekumsa guddaa qabaniin kitaabota hedduu barreessaniidha, dabalataan liigii addunyaa islaamaa (رابطة العالم الإسلامي) keessattis hojjachaa turan, ammas barsiisummaadhaan sadarkaa professorittii University islaamaa kan Islamabaditti argamtutti barsiisaa turan guyyaa kaleessaa magaalaa Adaamatti Sagantaan Simannaa isaaniif taasisfamee jira.
Rabbiin isaan haa tiksu!

👍2🥰2
"Nyaata Madaalawaa qofa osoo hin taane yaadni madaalawaanis fayyaaf barbaachisaadha "
👍1
Nama tola itti oolte irraa galata hin eegin
Namoonni gariin tola itti ooluu irraa osoo ija lamaan baaftee kenniteefi nyaarri hoo eessatti hafe siin jedhan
إفعل الخير ثم إمضى

Gaafii?
Jireenya kee osoo kitaabatti deebiiftee mata duree isaa maal jettee moggaafta?

Akaakoof abaabileen keenya dhiigaaf lafeen biyya eegan dhaloonni ammaa ammoo AI dhaan biyya eegaa jirra😁
Duuti biyyaan wajjiin hirriba jedha oromoon gaafa mammaaku

🤔4
👉Gaafa dhalatan abbaan duniyarra hin jiru
👉Biyya itti dhalatan irra dirqii dhaan baafaman
👉Falfala itti godhanii rakkisan
👉Foon keessatti summii naqanii nyaachisan
👉Darbatanii miila madeessan
👉Dhahanii ilkaan irraa cabsan
👉Beela'anii uffata qabsiisanii nyaata fudhatan
👉Takka malee ijoollen isa hundii osoo isaan lubbuun jirani jalaa dhuman
👉Gaafa lola uhud jaallallee gurgudoo dhaban
👉Haadha warraa isaanii qulqulluu- badiidhaan hamatan
👉Ati maraatadha, falfalaadha khiijibaadha.. jechaa arrabsaa turan!
❤️Fidaaka Abi wa ummii yaa Rassulallaah
👉Kana hundaa kan tahaniif; akka anaafi ati arraa faaya islaamummaa tana uffannuufi.
☝️daqiiqaa takkaaf salawaata irratti buusuu waa dadhabnaaree yaa Ummata Muhammad!
«اللهمَّ صلِّ على محمَّد وعلى آل محمَّد، كما صليتَ على إبراهيم وعلى آل إبراهيم؛ إنَّك حميدٌ مجيد. اللهمَّ بارِك على محمَّد وعلى آل محمَّد، كما باركتَ على إبراهيم وعلى آل إبراهيم؛ إنَّك حميدٌ مجيد

❤3👍1
Ilmi namaa akka suuraa (photo) ti; hanguma zoom gootu, Maalummaa isaanii argaa deemta 📸
Namnis akkasuma. Fageenya irraa yeroo ilaaltu nama gaarii fakkaata; garuu hanguma itti dhihaattu, maalummaa isaa isa dhugaa hubachaa deemta.
Namoonni tokko tokko fageenya irraa bareedoo dha; garuu dhiheenyi isaanii dhugaa isaanii saaxila. Warri kaan immoo, hanguma itti dhihaattu, gatii isaanii caalaatti si hubachiisu.
Yaa Rabbi, namoota yeroo itti dhihaatan gatiin isaanii hin hir’anne, amalli isaanii hin jijjiiramne, qalbiin isaanii qulqulluu taate nu godhi. Aamiin! 🤲❤️

"Zamana tokkootu dhufa; ka namni qabeenya akkamitti akka argate hin laalle, halaala irraahi moo haraama irraa tahuu isaa." Nabi Muhammad(sallallaahu aleeyhi wa sallam)
● Namoonni jaalala qarshii fi qabeenyaatiin booji'amanii daangaa Rabbii fi seeroota amantii guutumaan guututti dagatu
●Yeroo sanatti namni akkamitti akka qabeenyi sun argame (hanna, bittaa fi gurgurtaa badii, dhala/riba, lootarii ykn hojii kana fakkaatu ) tahuu hin laalan Wanti isaanif galma ta'e duroomuu fi qabeenya baayyifachuu qofa
Miidhaa Qabeenya Haraamaa keessaa muraasni !
Qabeenyi karaa haraamaatiin argame jireenya namaa irratti miidhaa guddaa fida isaan keessaa muraasni:-
1. Du'aa'iin Namaa Qeebalamuu Dhabuu
2. Barakaan Dhabamuu: Qabeenyi sun baay'atus jireenya keessatti gammachuu fi tasgabbii dhugaa hin argamu
3. Adabbii Aakhiraa: Ibiddi Jahannam qaamaa fi foon qabeenya haraamiin gabbateefi ijaarame hundaaf haqa ta'a. Kun immoo hundarra cimaadha✍
Rabbiin Haraama irraa nu ha tiiysu
Ta nu kenne keessa barakaa nuuf haa kaahu

❤2👍1