Channel kun barumsa Mana Kirstiyaanaa Ortodoksii Tewaahidoo Afaan Oromootiin karaa Telegram darban jajjabeessuuf; akkasumas, tajaajiltootni miseensota horachuun akka si’oominaan tajaajilan taasisuuf baname.
Kanaafuu, Channel (Group) Telegram qabdan bilisaan @MisgeeM irratti beeksifadhaa!
Join: @OrthoPromotion

Seeraa fi Dambiilee beeksisa, ‘Channel’ ykn ‘Group Telegram’ “Orthodox Promotion”
Channel’ ykn ‘Group Telegram’ tajaajila Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tewaahidootiif oolan, kan Afaan Oromootiin tajaajilu, ‘Channel’ miseensota 300+ fi ‘Group’ ’iif immoo miseensota 350+ qabu yoo qabaattan “Orthodox Promotion” irratti bilisaan beeksifachuuf galmeeffadhaa!
Ballinaan “Instant View”kan jedhu tuquun banaatii dubbisaa!
https://telegra.ph/Welcome-to-Orthodox-Promotion-07-07

Telegraph
“Welcome to ‘Orthodox Promotion’”
“Channel Telegram ‘Orthodox Promotion:’” ‘Channel’ fi ‘Group Telegram’ Afaan Oromootiin, Seera, Dambii fi Barsiisa Mana Kiristiyaanaa Ortodoksii Tewaahidoo eegeen barumsa dabarsaa jiran beeksisuu fi guddisuuf, sagaleen Waaqayyoos uummata bal’aa bira akka…
Channel ’ootni asii gaditti toora galuun tarreeffamanii argaman kanneen kana keessatti: Lallaba, Koorsii, Faarfannaa, Walaloo, Jechoota Abbootaa, seena qulqullootaa guyyaa guyyaadhaan Mana Kiristiyaanaa keenya keessatti yaadatamaa oolanii, Gaaffiilee Shakkitootaa fi Musiliimootaaf deebii, Gorsa Abbootaa, PDF ykn Kitaabota afuuraa kan Ortodoksii Tewaahidoo, kkf argattu!
Channel ’oota kanneen kana keessa seennan maal dhibdan? Kanaafuu, ittuma goraa ilaalaatii Channel ’oota kanneen hundumaa tokko tokkoon “Join” taasifadhaa; irraa baradhaa!

Channel ’ootni mimmiidhagoo armaan gadii kunneen, barumsa mana Kiristiyaana Ortodoksii Tewaahidoo, Seeraa fi Dambii ishee haala eeggateen sagalee Waaayyoo lallabuu fi barsiisuu irratti argamu.
Channel ’oota kanneen keessatti: Lallaba, Koorsii, Faarfannaa, Walaloo, Jechoota Abbootaa, Seena qulqullootaa guyyaa guyyaadhaan Mana Kiristiyaanaa keenya keessatti yaadatamanii, Gaaffilee mana kiristiyaanaa keenya irratti gaafataniif deebii, Gorsa Abbootaa, PDF ykn Kitaabota afuuraa kan Ortodoksii Tewaahidoo, kkf argattu.
Channel ’oota kanneen keessa seennan mee maal dhabdu? Yoo akka barbaaddanitti dhabdanis waan barbaaddan kamillee gaafattanii argattu! Kanaafuu, itti goraatii Channel ’oota kanneen hundumaa tokko tokkoon “Join/Subscribe” taasifadhaa; irraas fayyadamaa; baradhaa!

Seeraa fi dambii Promotion’ichaa “Instant View” ☝️ kan jettu tuquun banaa dubbisaa!
Dilbata dhuftu eegalla! Telegram Channel qabdan bilisaan @MisgeeM irratti beeksifadhaa!
Join: @OrthoPromotion
https://telegra.ph/Welcome-to-Orthodox-Promotion-12-08
Dilbata dhuftu eegalla! Telegram Channel qabdan bilisaan @MisgeeM irratti beeksifadhaa!
Join: @OrthoPromotion
https://telegra.ph/Welcome-to-Orthodox-Promotion-12-08
Telegraph
“Welcome to ‘Orthodox Promotion’”
“Telegram Channel, ‘Orthodox Promotion:’” ‘Telegram Channel’ Afaan Oromootiin, Seera, Dambii fi Barsiisa Mana Kiristiyaanaa Ortodoksii Tewaahidoo eegeen barumsa dabarsaa jiran beeksisuu fi guddisuuf, sagaleen Waaqayyoos uummata bal’aa bira akka qaqqabu taasisuuf…
Channel ’ootni mimmiidhagoo armaan gadii kunneen, barumsa mana Kiristiyaana Ortodoksii Tewaahidoo, Seeraa fi Dambii ishee haala eeggateen sagalee Waaayyoo lallabuu fi barsiisuu irratti argamu.
Channel ’oota kanneen keessatti: Lallaba, Koorsii, Faarfannaa, Walaloo, Jechoota Abbootaa, Seena qulqullootaa guyyaa guyyaadhaan Mana Kiristiyaanaa keenya keessatti yaadatamanii, Gaaffilee mana kiristiyaanaa keenya irratti gaafataniif deebii, Gorsa Abbootaa, PDF ykn Kitaabota afuuraa kan Ortodoksii Tewaahidoo, kkf argattu.
Channel ’oota kanneen keessa seennan mee maal dhabdu? Yoo akka barbaaddanitti dhabdanis waan barbaaddan kamillee gaafattanii argattu! Kanaafuu, itti goraatii Channel ’oota kanneen hundumaa tokko tokkoon “Join/Subscribe” taasifadhaa; irraas fayyadamaa; baradhaa!
Channel ’oota kanneen keessatti: Lallaba, Koorsii, Faarfannaa, Walaloo, Jechoota Abbootaa, Seena qulqullootaa guyyaa guyyaadhaan Mana Kiristiyaanaa keenya keessatti yaadatamanii, Gaaffilee mana kiristiyaanaa keenya irratti gaafataniif deebii, Gorsa Abbootaa, PDF ykn Kitaabota afuuraa kan Ortodoksii Tewaahidoo, kkf argattu.
Channel ’oota kanneen keessa seennan mee maal dhabdu? Yoo akka barbaaddanitti dhabdanis waan barbaaddan kamillee gaafattanii argattu! Kanaafuu, itti goraatii Channel ’oota kanneen hundumaa tokko tokkoon “Join/Subscribe” taasifadhaa; irraas fayyadamaa; baradhaa!
Forwarded from Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Ga’aa (Misganu Mulatu)
“YouTube fi Telegram Channel” barsiisaa keenya jaalatamaa fi kabajamaa Meggaabee A’ilaaf [Sooraa Kitilaa] Barsiisaa Dn Iyyaasuu Fiqaaduu [Iyasu Tube] hundumtuu “Subscribe/Join” taasifachuun, Irraa haa barannu! Isaan cina dhaabannees jajjabina haa taanuuf!
YouTube — Subscribe - Iyasu Tube
Telegram — Join - Iyasu Tube
YouTube — Subscribe - Iyasu Tube
Telegram — Join - Iyasu Tube
Forwarded from Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Ga’aa (Misganu Mulatu)
“YouTube Channel” fi “Telegram Channel” barsiisaa keenya jaalatamaa fi kabajamaa Barsiisaa Dn Baacaa Nagaasaa [BTH] hundumtuu “Subscribe /Join” taasifachuun, Irraa haa barannu! Isaan cina dhaabannees jajjabina haa taanuuf!
YouTube — Subscribe — Etastaos Tube
Telegram — Join — Amantaa Kee Bari!
YouTube — Subscribe — Etastaos Tube
Telegram — Join — Amantaa Kee Bari!
“YouTube Channel” fi “Telegram Channel” barsiisaa keenya jaalatamaa fi kabajamaa, kaadhimamaa PhD Dn Daani’eel Maammoo hunduu “Subscribe /Join” haa taasifannu!
Fuulduraaf barumsa bal’aa qabatanii dhufaa kan jiran yemmuu ta’u, ammatti immoo Aandimtaa/hiikkaa Kitaaba Qulqulluu “Seera Uumamaa” nuuf qooduu irratti argamu. Kanaaf maal eegnaree — carraa kana eenyullee osoo of hin dabarsin, deemnee irraa haa barannu! Akkasumas isaan cina dhaabannees jajjabina haa taanuuf!
YouTube — Subscribe — AlatinosTube
Telegram — Join — AlatinosTube