Orthodox Promotion
226 subscribers
5 links
Channel kun barumsa MKOTI afaan Oromoon karaa Telegram darban jajjabeessuuf; tajaajiltootnis miseensota horachuun si’oominaan akka tajaajilan taasisuuf baname. Channel qabdan @MisgeeM irratti beeksifachuuf galmeeffachuu dandeessu!

Join: @OrthoPromotion
Download Telegram
Channel created
Channel kun barumsa Mana Kirstiyaanaa Ortodoksii Tewaahidoo Afaan Oromootiin karaa Telegram darban jajjabeessuuf; akkasumas, tajaajiltootni miseensota horachuun akka si’oominaan tajaajilan taasisuuf baname.

Kanaafuu, Channel (Group) Telegram qabdan bilisaan @MisgeeM irratti beeksifadhaa!

Join: @OrthoPromotion
Seeraa fi Dambiilee beeksisa, ‘Channel’ ykn ‘Group Telegram’ “Orthodox Promotion”

Channel’ ykn ‘Group Telegram’ tajaajila Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tewaahidootiif oolan, kan Afaan Oromootiin tajaajilu, ‘Channel’ miseensota 300+ fi ‘Group’ ’iif immoo miseensota 350+ qabu yoo qabaattan “Orthodox Promotion” irratti bilisaan beeksifachuuf galmeeffadhaa!

Ballinaan “Instant View”kan jedhu tuquun banaatii dubbisaa!

https://telegra.ph/Welcome-to-Orthodox-Promotion-07-07
Channel ’ootni asii gaditti toora galuun tarreeffamanii argaman kanneen kana keessatti: Lallaba, Koorsii, Faarfannaa, Walaloo, Jechoota Abbootaa, seena qulqullootaa guyyaa guyyaadhaan Mana Kiristiyaanaa keenya keessatti yaadatamaa oolanii, Gaaffiilee Shakkitootaa fi Musiliimootaaf deebii, Gorsa Abbootaa, PDF ykn Kitaabota afuuraa kan Ortodoksii Tewaahidoo, kkf argattu!

Channel ’oota kanneen kana keessa seennan maal dhibdan? Kanaafuu, ittuma goraa ilaalaatii Channel ’oota kanneen hundumaa tokko tokkoon “Join” taasifadhaa; irraa baradhaa!
Channel ’ootni mimmiidhagoo armaan gadii kunneen, barumsa mana Kiristiyaana Ortodoksii Tewaahidoo, Seeraa fi Dambii ishee haala eeggateen sagalee Waaayyoo lallabuu fi barsiisuu irratti argamu.

Channel ’oota kanneen keessatti: Lallaba, Koorsii, Faarfannaa, Walaloo, Jechoota Abbootaa, Seena qulqullootaa guyyaa guyyaadhaan Mana Kiristiyaanaa keenya keessatti yaadatamanii, Gaaffilee mana kiristiyaanaa keenya irratti gaafataniif deebii, Gorsa Abbootaa, PDF ykn Kitaabota afuuraa kan Ortodoksii Tewaahidoo, kkf argattu.

Channel ’oota kanneen keessa seennan mee maal dhabdu? Yoo akka barbaaddanitti dhabdanis waan barbaaddan kamillee gaafattanii argattu! Kanaafuu, itti goraatii Channel ’oota kanneen hundumaa tokko tokkoon “Join/Subscribe” taasifadhaa; irraas fayyadamaa; baradhaa!

Forwarded from Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Ga’aa (Misganu Mulatu)
​​“YouTube fi Telegram Channel” barsiisaa keenya jaalatamaa fi kabajamaa Meggaabee A’ilaaf [Sooraa Kitilaa] Barsiisaa Dn Iyyaasuu Fiqaaduu [Iyasu Tube] hundumtuu “Subscribe/Join” taasifachuun, Irraa haa barannu! Isaan cina dhaabannees jajjabina haa taanuuf!

YouTube — Subscribe - Iyasu Tube

TelegramJoin - Iyasu Tube
Forwarded from Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Ga’aa (Misganu Mulatu)
​​​​​“YouTube Channel” fi “Telegram Channel” barsiisaa keenya jaalatamaa fi kabajamaa Barsiisaa Dn Baacaa Nagaasaa [BTH] hundumtuu “Subscribe /Join” taasifachuun, Irraa haa barannu! Isaan cina dhaabannees jajjabina haa taanuuf!

YouTubeSubscribe — Etastaos Tube

TelegramJoin — Amantaa Kee Bari!
​​​​​“YouTube Channel” fi “Telegram Channel” barsiisaa keenya jaalatamaa fi kabajamaa, kaadhimamaa PhD Dn Daani’eel Maammoo hunduu “Subscribe /Join” haa taasifannu!

Fuulduraaf barumsa bal’aa qabatanii dhufaa kan jiran yemmuu ta’u, ammatti immoo Aandimtaa/hiikkaa Kitaaba Qulqulluu “Seera Uumamaa” nuuf qooduu irratti argamu. Kanaaf maal eegnaree — carraa kana eenyullee osoo of hin dabarsin, deemnee irraa haa barannu! Akkasumas isaan cina dhaabannees jajjabina haa taanuuf!

YouTube Subscribe — AlatinosTube

Telegram — Join — AlatinosTube