Oromo Gospel Song
364 subscribers
1 photo
2 videos
98 links
Download Telegram
Baga Bara 2015 Nagaan Geesee
Ganameffadhuu Ka'i.
Bakka yaadde ga'i.
Ifa Tulluurraa Ta'i.
Dubbaf Fulduran Ifi.
Amantitti Jabaadhu.
Ogumma Qabaadhu.
Waqaayyoon Sodhadhu.
Moo'icha Argadhu.
Hamtuun Sin Argiin.
Gaariin Sin Darbiin.
kan Dhalate Siif Haa Guddatu.
Yoo Loltu Mirga Argadhu.
Yoo Barattu Qabxii Argadhu.
Hojeedhu milka'i!!!
Moo'i Malee Hin Moo'amiin.
Argadhu Malee Hin Dhabiin.
Bakka Yaaddes Hin Hanqatiin.
EBII KUN SIF HAATA'U.
AMEEN
Live stream started
Live stream finished (9 seconds)