#Qormaanni Bara kanaa #Kaarikuleemii #duraanii (Old Curriculum ) kutaa 9fi10 keessaa gaaffiin qormaataa kan bahu ta'uu, #Kaarikuleemii #Haaraa keessaa ammoo kutaa 11fi 12ffaa irraa qormaanni kan bahu ta'uu, hubatanii barattoonni akka ofqopheessan dhaamsi darbee jira.
#Karaa biraan ammoo #Qormaata_modeelaa (model exam) gahumsa barattootaa madaaluuf qormaanni baatii walakkeessa Amajjitti kan kennamu ta'uun beekameera.
Akka waliigalaatti barattoonni keenya bara 2017tti qabxii gaarii akka galmeessaniif kallattii garaa garaan akka deeggaramaniif Biiroon Barnootaa deeggarsaafi hordoffii walitti fufaa taasisaa jira

Pirezdaantiin mootummaa naannoo oromiyaa yeroo ammaa maqaan isaanii eenyu jedhama?
Galmeen Qormaata xumura kutaa 12ffaa bara 2017 boru Amajjii 6/2017 sa'aatii 11:00 irratti xumurama .Kanaafuu warri hingalmoofne galmaayaa.
የ2017 የ12ኛ ክፍል ማጠናቀቂያ ፈተና ምዝገባ ነገ ጥር 6/2017 11:00 ላይ ይጠናቀቃል ።በመሆኑም ያልተመዘገባችሁ ተመዝገቡ።
https://t.me/Oromiaeducationbureauo

#Barattootni_Kutaa_6ffaafi_8ffaa_Bara_2017 Qormaata Naannoo Fudhatan Gamanumaa Qophii Akka Taasisan Ergaan Darbe.
-----------
BBO- Amajjii 07/2017 Barattootni Kutaa 6ffaafi 8ffaa bara 2017 Qormaata Naannoo fudhatan gamanumaa qophii barbaachisaa ta'e akka taasisan dhaamsi darbeefiira.
#Qotmaatni_Naannoo_Kutaa_6ffaa kitaaba kutaa 6ffaa #amma_barataa_jiran_keessaa_Qofa_kan_qophaa'u yoo ta'u,
#Qormaatni_Naannoo_Kutaa_8ffaa immoo, ( Barnoota) #kitaaba_barataa_kutaa 7ffaa - 8ffaa jiran keessaa kan qophaa'u waan ta'eef barataan qormaata fudhachuuf qophaa'u hunduu ammumarraa jalqabdanii akka qophooftan biiroon keenya dhaamsa isiniif dabarseera.
#Barsiisotni_keenyas kallattii kaa'ame kanarratti hundaa'uun akkuma kanaan dura gargaaraa turtanitti ammas daran cimsitanii akka gargaartan dhaamsa keenya ta'a.
#Qormaatni_qophaa'us #kitaaba_barataa_irratti
_kan_hundaa'e waan ta'eef barattootni kitaaba isaanii irratti ciminaa haa qophaa'an.
Qormaatni Naannoo Kutaa 6ffaafi 8ffaa bara 2017 Seensa Ji'a #Waxabajjiitti kan kennamu ta'uu kanaan dura beeksisuun keenya ni yaadatama.
#BBO

Forwarded from Oromia education bureau via @Josy_Button_Bot
Kitaabaa haarawaa "HIN GAABBU" jedhu kan obbo Jawaar Muhaammadin barraa'e argachuuf linkii gadii cuqaasaa
Yuunivarsiitiin Dabraa Birhaan bara 2017 keessa barattoota 1481 sagantaalee 35n qormaata ba'insaaf kan qopheesse yoo ta'u.
👉 sagantaalee 13 keessatti 100%
👉 sagantaalee 8 keessatti 90%-99%
👉 sagantaalee 6 keessatti 75%-89%
Akkasumas barattoota waliigalaa keessa barattootni 87% qormaaticha kan darban ta'u Yuunivarsiitiichi beeksiseera.

Oromia education bureau
Photo
#YAADACHIISA
#Barattoota_Qormaata_Biyyoolessaa_Kutaa_12ffaa Bara 2017 Fudhachuuf Qophaa'aa Jiran Hundaaf
BBO- Guraandhala 12/2017 Qormaatni biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2017 kan qophaa'u; -Kitaaba Kutaa 11ffaafi 12ffaa Sirna Barnootaa Haaraa keessaa yoo ta'u,
- Kutaa 9ffaafi 10ffaa Sirna Barnootaa Moofaa keessaafi
- Barnootni Ikoonomiksii immoo Kutaa 11ffaafi 12ffaa keessaa qofa qormaatni kan qophaa'u ta'uun hubatameera.
Dabalataanis, barattootni kutaa 10ffaatti sirna barnootaa haaraan baratanii turan gaaffii sirna barnootaa lamaanuu keessa jiru irraa waan qophaa'uuf garagarummaan hin uumamu.
Kanaafuu, Barattootni keenya haala ibsame kanarratti hundaa'uun akka qophooftan isin yaadachiifna.
Barsiisotniifi maatiin barattootaas deeggarsa barattoota keenyaaf taasisaa jirtan kanaan akka itti fuftan kan jedhu dhaamsa biiroo keenyaati.
Walumaa galatti, Qormaatni Kan Qophaa'u Sirna Barnootaa Barataa turtaniifi jirtan keessaa ta'uusaa mirkanaa'eera.
Waan baranne hinqoramtan, kanaafuu, kan barattan irratti qophaa'aa!
CARRAA GAARII !
#Waan_nu_hordoftaniif_Galatoomaa!
#share

#Hojii_Ji'oottan_Jahan Darban Keessa Hojjetaman, #Gabaasaafi_Duub-deebii Dhiyaate Irratti #Mariin Gaggeeffame.
BBO, Guraandhala 15/2017 Hojii ji'oottan jahan darban keessa hojimaata badaa caasaa barnootaa keessatti mudatan irratti bu'uureffachuun qorannoo gaggeeffameefi duubdeebii argannoorratti gabaasni dhiyaatee mariin taasifame jira.
Sad. Itti Aanaa Hoggtti. Gorsaan BBOfi Qindeessaan Kilaastarichaa Obbo Efreem Tasammaa maricha eegalchiisanii jiru.
Haasawa taasisaniinis hojii badaa siistama barnootaa keessa seenee hojii barnootaa sadarkaa barbaadamutti fuduuf Al-naamusummaan hojii mul'atu akka karoorfametti tarkaanfachuurratti dhiibbaa taasisaa jiraachuu ibsanii jiru.
#Milkaa'ina hojii barnootaaf mootummaan waggaa waggaan baajata guddaa ramadu barnoota qulqulluu kennuufi dhaloota naamusa qabu gahumsaafi dandeettii qabu horachuun guddina biyyaa keessatti gahee isaa akka bahatuufi. Haata'u malee faallaa kanaammoo dhaabbachuun
gabaasa sobaa dhiyeessuu, bulchiinsi gaariin manneen barnootaa keessatti akka lafa hinqabanne gochuu, dhaloonni mana barumsaa jiru hojii fakkeenyummaa gaarii qabu akka hojjetu kanneen hintaasisne, barattoonni naamusa akka hinqabaanne kanneen taasisan agarsiistuun baayyeen kan jiran ta'uu, haasawa taasisaniin kan ibsan yoo ta'u obbo Efreem, Qondaalonni naamusaa waajjira barnootaa godinaa, Bul.Magaalotaafi Kolleejjii Barnootaa Barsiisotaa keessatti hojjetaniif argannoo qorannoofi raawwii waliigalaa Kur.2ffaa keessatti hojjetame irratti gabaasa hojii adda ta'eefi karaa irraa baratamuu danda'u irratti xiyyeeffatanii akka dhiyeessan hirmaattotaaf akkaatuma kallattii kaa'aniin raawwiin hojii dhiyaateera.
#Daayirektarri_Deeggarsaafi Hordoffii Dhimma Naamusaafi Farramalaammaltummaa Obbo #Admaasuu #Waaqgaariis gabaasni dhiyaatu bifa kanaan dura baratameen osoo hintaane akkaataa walirraa baratamuu danda'uun ta'ee, argannoofi qorannoo qondaalonni naamusaa caasaa barnootaa keessatti taasisaniin akka ta'uu qabu, qisaasama qabeenyaas ta'e yeroo irratti hundaa'uun dhiyaachuu akka qabu ibsanii jiru.
Akkaatuma kallattii kaa'ameen godnaaleen, Bul.magaalotaafi Kolleejjiin Barnoota Barsiisotaa walduraa duubaan raawwii isaanii dhiyeessanii jiru.
#HAALUMA_KANAAN;
#Gabaasni erga dhiyaateen booda marii bal'aan hirmaattotaan taasifamee jira.
#Gumiin dhimma safuufi farra malaammaltummaa manneen barnootaa hunda keessatti dhaabbachuufi hojii qabatamaatti seenuu,
#Bajanni manneen barnootaaf ramadamu sirnaan hojiirra ooluu hordofuu,
#Baajanni qisaasa'e akka bakkatti deebi'u gochuuf qindoominaan hojjechuu,
#Loogii jijjiirraa barsiisotaa,
#guddina sadarkaa barsiisotaa
#Ragaa barnoota sobaa
#Barsiisota yeroo daree barnootaa qisaasessan
#Lafti qabeenyummaan isaa kan manneen barnootaa ta'e oomishamee galii manneen barnootaa guddisuuf hojjetamuufi kkf irratti gabaasni xiyyeeffatee dhiyaateera.
#Marii dhimma safuurratti akkaataa barattoonni shaakalanni shaakaluu danda'an,
#Kabaja ayyaana farra malaammaltummaa manneen barnootaa keessatti gaggeeffame deeggaruufi hordofuurratti,
#Qorannoo hojimaataafi battalaa gaggeeffamee bu'aa argame irratti hundaa'uun gabssni dhiyaateera.
Marii waliigalaa hirmaattonni taasisaniin hojii qondaalonni naamusaa hojjetaa jiran dhaloota naamusa gaarii qabu, beekumsaafi gahumsaan badhaadhe, hojii dhalootaafi misooma biyyaa quucarsu irraa bilisa ta'e horachuuf qindoominni caasaa sadarkaan jiru murteessaa ta'uu yaadota marii keessatti ka'e.
#Galmi hojii kana hundaa qulqullinni barnootaa akka mirkanaa'u kan taasisuufi dhaloota malaammaltummaa lagatuufi safeeffatu akka ta'u gochuuf gaheen maatii, hawaasa naannoofi hawaasa manneen barnootaa guddaa ta'uun hubatamee gara fuula duraatti irratti hojjetamuu akka qabu waliigalamee sahantaan marii raawwatee jira.

#Kutaa_12ffaa
Qormaati kutaa 12ffaa bara kanaa (2017) yoom kennama?
"Qormaatichi sadarkaa isaa, nageenya isaa, fi iccitii isaa eeguun qophaa'aa jira" - Tajaajila Madaallii Barnootaa fi Qormaataa
Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa Qormaataa Biyyoolessaa"Barattoonni qormaata bara 2017 kutaa 9-10tti kaarikulamii duriin, kutaa 11-12tti ammoo kaarikulamii haaraatiin barataniiru," jedhe.
"Haa ta'u malee bara 2015tti barattoonni kutaa 10ffaa manneen barnootaa akka Saampilii filataman keessatti kaarikulammii haaraa hojiirra ooleera" jechuun ibsaniiru.
Barattoonni bara barnootaa 2016 naannoo Amaaraatti qormaata fudhachuu qabu turan garuu sababa rakkoo nageenyaatiin kan hin qoramnee fi manneen barnootaa kaarikulamii durii kutaa 11ffaa barsiisaa turan keessatti barachaa turan bara 2017tti kan qoramanis ni jiru.
"Qormaanni Intiraansii bara 2017 haalawwan jiran sadan armaan olitti ibsaman tilmaama keessa galchuun, ulaagaa, nageenya, fi iccitiinnisaa haala eegameen qophaa'aa jira" jechuun Tajaajila Madaallii Barnootaa fi Qormaataa biyyolessaa beeksiseera.
Qophiin qormaataa:
1) Kutaa 9ffaa kaarikulamii duraan jiru irratti hundaa'a.
2) kutaa 10ffaa irraa Qabiyyee walfakkaataa kaarikulamii duraanii fi haaraa.
3) kutaa 11ffaa irraa Qabiyyee walfakkaataa kaarikulamii duraanii fi haaraa.
4) Kutaa 12ffaan guutummaan guutuutti kaarikulamii haaraa irratti hundaa’uun akka qophaa’u ibsamee jira.
Adeemsi qormaata qopheessuu armaan olitti ibsame gosoota barnootaa hundaaf kan hojjetu yoo ta’u, gosti barnootaa Ikooniomiksii garuu kaarikulamii keessatti haaraa kan seene sababa ta’eef qabiyyee kutaa 12ffaa qofa irratti hundaa’uun kan qophaa’u ta’uun isaa ibsameera.
Walumaagalatti barattoonni kutaa 9-12 jiran hundi qormaanni kun qabiyyee kaarikulamii baratan (akkuma itti baratan) irratti hundaa’uun kan qophaa’u ta’uu beekanii qophii barbaachisaa ta’e akka godhan Tajaajilichi dhaameera.
Warri, barsiisonni, fi hawaasni guutuun barattoonni qophii barbaachisaa akka godhan deeggarsa barbaachisaa ta’e akka gootan dhaamnas jedheera Tajaajilichi.

25/06/2017
#BEEKSISA!
Barattoota #Kutaa_4ffaa_hanga_8ffaa jiran hundaaf.
--------------
Biiroon Barnootaa Finfinnee Televizyiinii Addis Media Network (#AMN) waliin ta'uun Gosa Barnootaa #Herregaafi_Ingilffaa #Afaan_Oromoo_Amaariffaafi_Ingiliffaan har'a 25/06/2017 irraa eegalee;
- #Wixataa hanga Jimaataatti,
Galgala Sa'aatii 11:00 - 2:00
- #Sanbataafi Dilbata immoo,
Ganama Sa'aatii 2:00 - 6:00tti TV AMN irratti, Chanaalii AMN+ (plus) dabalatee barnoota kan dabarsan waan ta'eef, barnoota keessan mana keessan teessanii akka cimsattan(akka sagantaa cimsaatti) waan isin fayyaduuf akka hordoftan isin beeksifna.
#Maddi :- Fuula FB Biiroo Barnootaa Finfinnee irraa kan arganneedha.

#HUBACHIISA!
#Sirreeffamni_Iskeelii_Mindaa_Barsiisotaa, sadrakaa guddinaafi fooyya'insa sadarkaa barnoota barsiisotaa hindhoorku!
------------
#Sirreeffamni_iskeelii_Mindaa Barsiisotaa:
- Guddina Sadarkaafi
- Fooyya'insa Sadarkaa Barnoota barsiisotaa #HINDHORKU.
Kanaafuu, Godinootnifi Bul/ Magaalotaa dogoggora kana keessa galtan hatattamaan akka sirreeffatan isin beeksisaa,
#Hubachiisa :- Qajeelfama Raawwii Iskeelii Mindaa Qaala'insa Jireenya Hojjattoota Mootummaa Naannoo Oromiyaa Dandamachiisuuf bahe - Lakk. 17/2017 ilaalaa.

Telegram
Oromia education bureau
1. OBN Education TV
Position 8.0⁰ West
Satellite Eutelsat/hotbard 8 West B
Frequency 11512
Polarization Vertical
Symbol rate 27500
2. MOE Television
Position: 8.0⁰ West
Satellite Eutelsat 8 West B
Frequency 12520
Polarization Vertical
Symbol rate:- 27500
Position 8.0⁰ West
Satellite Eutelsat/hotbard 8 West B
Frequency 11512
Polarization Vertical
Symbol rate 27500
2. MOE Television
Position: 8.0⁰ West
Satellite Eutelsat 8 West B
Frequency 12520
Polarization Vertical
Symbol rate:- 27500