Barattoota Yuunivarsiitii Naannoo Oromiyaa sagantaa Idilee, Torbee, galgalaa fi Fageenyaan hordofaa turtanii gahuumsaan xumuruudhaan eebbaaf qophoftan maraaf, duursa baga gammaddan baga bara haaraafii eebba keessaniin isin gahe jechaa,
Guyyaan eebba keessanii Hagayya 28 bara 2014 kaampaasii muummichaa Baatuutti ganama sa’aatii 1:30 irraa eegalee ni gaggeeffama.
kanaaf Hagayya 26 fi 27/2014 gaawaanii keessan kaampaasii muummichaatii fudhachuun eebbaaf akka qophooftan isin beeksifna.
Yuunivarsiitii Naannoo Oromiyaa
የኦሮሚያ ስቴት ዩኒቨርሲቲ በቀን፣በማታ፣በዕረፍት ቀናትና በርቀት ፕሮግራሞች ሲያስተምራቸዉ የነበረዉን ከ4000 ተማሪዎች በላይ በማስተርስና በመጀመሪያ ዲግሪ ነሃሴ 28/2014 ዓ.ም በባቱ ከተማ ዋናዉ ካምፓስ ያስመርቃል፡፡
በመሆኑም ትምህርታችሁን ስትከታተሉ ለነበራችሁና በብቃት ላጠናቀቃችሁ ተማሪዎች በሙሉ እንኳን ደስ አላችሁ ለአዲሱ ዘመንና ለምርቃታችሁ እንኳን አደረሳችሁ እያልን፡፡ ነሐሴ 26 እና 27/2014 ዓ.ም ባቱ ከተማ በሚገኘዉ ዋናዉ ካምፓስ በመገኘት የመመረቂያ ገዋናችሁን እንድትወስዱና ለምርቃታችሁ እንድትዘጋጁ እናሳስባለን፡፡
የኦሮሚያ ስቴት ዩኒቨርሲቲ

Watch "Baga gammaddan! እንኳን ደስ አላችሁ! Congratulations!" on YouTube
https://youtu.be/2z0cC7rneWc
https://youtu.be/2z0cC7rneWc
YouTube
Baga gammaddan! እንኳን ደስ አላችሁ! Congratulations!
Beeksisa
Barattoota eebifamtoota Yuunivarsiitii Naannoo Oromiyaa taatan hundaaf:-
ማስታወቂያ
ለኦሮሚያ ስቴት ዩኒቨርሲቲ የ 2014 ዓ.ም ተመራቂ ተማሪዎች በሙሉ፡-

Seeneetiin Yuunivarsiitii Naannoo Oromiyaa Barattoota 3560 ta'an eebbaaf akka dhihaatan mirkanesse.
Hagayya 24/2014
YNO Baatuu
**
Yuunivarsiitiin Naannoo Oromiyaa barattoota sagantaalee gara garaatiin barsiisaa ture digrii jalqabaa fi Digrii 2ffaa (MA)n Hagayyaa 28/2014 eebbisisuuf qophii barbaachisu xumuree jira.
eebba barattootaa kana mirkaneessuuf seeneetiin YNO marii guyyaa hardhaa Hagayya 24/2014 taa'e jira.
barattoonni buufataalee magaalota oromiyaa Adaamaa,Amboo,Asallaa, Baatuu,Bishooftuu,Burraayyuu,Lagaxaafoo,Sabbataa Maqii,Shaashamannee,Sulultaa fi Wolisootti barataa turanii gahuumsaan xumuran akka eebbifamaniif Daayirektoreetii Reejistiraaraa fi Alumnii Obboo Fayyisaa Gammachuutiin dhihaateera.
barattoonni sagantaa Idilee.Torbee,Galgalaa fi Fagoo tiin barataa turan 3560 ta'an akka eebbifamaniif Daayirektoreetichaan dhihaateera.
Barattoonni 2884 Digirii jalqabaatiin akkasumas barattonni 676 ta'an digirii 2ffaa (MA) tiin woliigala barattoonni 3560 ta'an Hagayya 28/2014 akka eebbifamaniif seeneetiin mirkaneeseera.
eebbifamtoota kanneen keessaa dubarattoonni 1017 ta'an digrii duraatiin dubartoonni 76 ta'an digirii 2ffaa(MA)n kan eebbifaman ta'a.
Waraqaan teempooraarii eebbifamtootaaf akka kenamuuf Reejistiraaraan dhihaatee ture mirkanaa'eera.
Barattoonni seeraa iskoolaarishipii Biyya Niizarlaandiin YNOtti barataa turan akka eebbifamaniif seeneetiin mirkaneeseera
barattoota seeraa ispeeshaalayizeeshiinii gara garaatiin Digrii 2ffaan walta'iinsa biyya Nizarlaandiin barataa turan 320 keessaa 115 ta'an Hagayya 28/2014 akka eebbifamaniif seeneetiin YNO mirkanesseera.

Kaadhiimaamtoota eebbifamtoota Barattoota Pirojektii Justice Sector Capacity Building gama walta'iinsa Yuunivarsiitii Naannoo Oromiyaa fi Yuunivarsiitii Vrije Amsterdamiitiin barnoota sagantaa idileetiin kennamu hordofaa turtanii fi ulaagaa eebbaa hunda guttanii akkasumas waraqaa bu'aa qorannoo dhiyeessitan hundaaf,
Duraan dursee, baga guyyaa eebbaa keessaniin nagayaan isiniin gaye jechaa, guyyaan sagantaa eebbaa gaafa Hagayya, 28 bara 2014 mooraa muummee YNO magaalaa Baatuutti argamutti ganama keessaa sa'aatii 1:30 irraa egalee sagantichi kan jalqabamu ta'uu isin beeksifna.
Irra deebiidhaan baga gammaddan!!!

Oromia State University has granted academic promotion to Chala Dechassa Geleta (PhD) to the rank of Associate Professorship on senate meeting held on August 30/2022 G.C.
The senate warmly congratulate Dr. Chala Dechassa on his new promotion to Associate professorship that has enacted from his academic, research, and administrative exemplary works as well as his active involvement in co-curricular activities.

Seeneetiin Yuunvarsitii Naannoo Oromiyaa walga'ii Hagayya 24/12/2014 taa'een Eebba barattootaa mirkaneessuu cinatti hayyoota Oromoo lama isaan Aadaa, duudhaa,seenaafi Aartii Oromoo guddisuu keessatti shoora olaanaa gumaachaniif guyyaa Eebba barattootaa Sanbata dhufu beekamtiin akka kennamuuf murteessee jira.Isaanis:-
1.Obboo Alamaayyoo Hayilee
2.Obboo Mahaammad Ahmad (Mahammad Qophee) dha.
Baga gammaddan, Baga gammanne!!

Jala bultii Eebba barattootaa sababeeffachuun hawaasni Yuunvarsitii Naannoo Oromiyaa mooraa qulqulleessuun qophii gara garaa gochaa jira.Barattoonni keenya guyyaa boruu eebbaaf qophaa'aa jirtan baga jala bultii Eebba keessaniin isin ga'e.
Yuunvarsitii Naannoo Oromiyaa!!
Yuunvarsitii Naannoo Oromiyaa!!