Oromia State University
11.9K subscribers
1.67K photos
3 videos
12 files
208 links
Oromia State University
Download Telegram
Yuuniivarsiitiin Naannoo Oromiyaa fi Biiroon Pablik Sarviisii fi Misooma Qabeenyaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee waljijjiiraa muuxannoo magaalaa Adaamaatti gaggeessan.
Eebla 12, 2016
YNO
*
Yuuniivarsiitiin Naannoo Oromiyaa fi Biiroon Pablik Sarviisii fi Misooma Qabeenyaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee magaalaa Adaamaatti dhimma
raawwii siirna mirkaneessa madaallii gahuumsa hojjattota mootummaa irratti muuxannoo wal-jijjiranii jiru.
Yuunivarsiitiin Naannoo Oromiyaa dhimma raawwii sirna mirkaneessa madaallii gahuumsa hojjattoota mootummaa irratti hojii jalqabe karaa milkaa'ina qabuun hojjachaa akka turee fi hojjachaas kan jiru ta'uu kan ibsan Direekteera Inistitiyuutii Mirkaneessa Gahuumsa Qabeenya Namaa YNO obbo Asirassaany Geetaachooti.
Itti dabaluunis yaadotaa fi gaafiiwwan hirmaattota irraa dhiyaateef obbo Asirassaany ibsa bal'aa kennanii jiru.
YNO'n raawwii sirna madaallii gahuumsa hojjattoota mootummaa kana hammattoo seeraa itti horuun rakkoolee muudatan yeroo yeroon hikaa deemuun muuxannoo cimsachaa kan dhufe ta'uun milkaa'ina argame wajjin ibsuun YNO'n muuxannoo bal'aa qodee jira.
Waltajii kana irratti hooggantootni fi ogeeyyii oolaanoon BPSMQN Bul/magaalaa Finfinnee 50 ol tahan argamanii muuxannoo kan qooddatan ta'uun beekamee jira.

๐—ข๐—ฑ๐—ฒ๐—ฒ๐—ณ๐—ณ๐—ฎ๐—ป๐—ป๐—ผ๐—ผ ๐——๐—ฎ๐—ฏ๐—ฎ๐—น๐—ฎ๐˜๐—ฎ๐—ฎ ๐—”๐—ฟ๐—ด๐—ฎ๐—ฐ๐—ต๐˜‚๐˜‚๐—ณ!
๐‘พ๐’†๐’†๐’ƒ๐’”๐’‚๐’‚๐’š๐’Š๐’•๐’Š๐’Š: www.osu.edu.et
๐‘ญ๐’‚๐’„๐’†๐’ƒ๐’๐’๐’Œ: https://www.facebook.com/YNO.OSU
๐‘ป๐’†๐’๐’†๐’ˆ๐’“๐’‚๐’‚๐’Ž๐’‚: https://t.me/OromiaStateUniversity
๐’€๐’๐’–๐’•๐’–๐’ƒ๐’†: https://www.youtube.com/@oromiastateuniversity5133
๐‡๐จ๐ซ๐๐จ๐Ÿ๐š๐š!
Call for Research/Article Publications
Call for Papers
Hordoftoota Amantaa Kiristaanaa Hundaaf; Baga Ayyaana Fannoo Gooftaa Iyyasuus Kiristoos Nagaan Geessan!
แˆˆแŠญแˆญแˆตแ‰ตแŠ“ แ‹•แˆแŠแ‰ต แ‰ฐแŠจแ‰ณแ‹ฎแ‰ฝ แ‰ แˆ™แˆ‰; แŠฅแŠ•แŠณแŠ• แˆˆแˆตแ‰…แˆˆแ‰ต แ‰ แ‹“แˆ แ‰ แˆฐแˆ‹แˆ แŠ แ‹ฐแˆจแˆณแ‰ฝแˆ!
Hordoftoota Amantaa Kiristaanaa Hundaaf;
Baga Ayyaana Du'aa Ka'uu Iyyasuus Kiristoos Nagaan Geessan!
แˆˆแŠญแˆญแˆตแ‰ตแŠ“ แ‹•แˆแŠแ‰ต แ‰ฐแŠจแ‰ณแ‹ฎแ‰ฝ แ‰ แˆ™แˆ‰; แŠฅแŠ•แŠณแŠ• แˆˆแ‰ฅแˆญแˆƒแŠ แ‰ตแŠ•แˆณแŠคแ‹ แ‰ แˆฐแˆ‹แˆ แŠ แ‹ฐแˆจแˆณแ‰ฝแˆ!

Ayyaana Gaarii!!  แˆ˜แˆแŠซแˆ แ‰ แ‹“แˆ!!