#Update #Kutaa_8ffaa #BBO
Galmee Barattoota Manneen Barnootaa Bultii Addaafi Addaa Sad. 2ffaa Dorgommiin Galuu Barbaadan Hundaaf
Biiroon Barnootaa Oromiyaa Barattoota Bara Barnootaa 2018 Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa fudhachuun qabxii olaanaa galmeessisuun gara kutaa 9ffaatti darbaniifi
Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Adaa Sad. 2ffaa, Manneen Barnootaa Bultii Addaa WMOfi Manneen Barnootaa Addaa Sad. 2ffaa dorgommiin Seenanii barachuuf fedhii qaban hundaaf Adoolessa 29/2018 beeksisa baasuun ni yaadatama.
Haaluma kanaan:
Ergaawwan sirrachuu qaban lama yoo ta'an;
1. Iddoo Galmee :- Iddoon Galmee ibsaman sunniin hin barbaachisan.
Kanaafuu, Galmeen karaa online waan ta'eef barataan kamiyyuu linkm armaan gadii fayyadamuun lakkoofsa galmee (Registration Number) kan kutaa 8ffaa ittiin qormtan galchuun, itti aansuun maqaa Akaakayyu galchuu, itti aansee filannoon isiniif dhufu ammoo, bakka itti qoramuu barbaaddan giddu gala qormaataa yoo ta'u, bakka qoramuuf isinitti dhihaatu filachuun iyyachuu ni dandeessu.
Guyyaan Galmee har'a (01/12/2018) irraa kaasee hanga Hagayya 08/2018 qofa bakka jirtanitti Giddu Gala Itti qoramtan karaa online filachuun galmaa'uu ni dandeessu
Link galmee :-
https://exam.oeb.gov.et
Guyyaan qormaataa gara fuulduraatti kan ibsamu ta'a
@Oro_Students

Ganna yeroo boqonnaa keessanii kana maal isiniif maxxansinuu
Anonymous Poll
61%
Kitaaba saayikolojii(Psychology)
29%
Kitaaba Asoosamaa
10%
Kitaaba siyaasa
29%
Kitaaba seenaa
☂︎_𝑫𝑨𝑨𝑵𝑫𝑰𝑰_𝑴𝑶'𝑨𝑻𝑻𝑶𝑶𝑻𝑨𝑨_𝙀𝙚𝙗𝙗𝙞𝙨𝙖𝙖_𝘽𝙖𝙖𝙮'𝙞𝙨𝙖𝙖.pdf
35.6 MB
Kitaaba: Daandii Mo'attootaa
Barreessa:Eebbisaa Baayisaa
Kitaaba Saayikolojiiti kitaaba baay'ee bareedadha
@Oro_Students
Barreessa:Eebbisaa Baayisaa
Kitaaba Saayikolojiiti kitaaba baay'ee bareedadha
@Oro_Students
❤5🥰4
Forwarded from Tolaa Bariisoo Gadaa
Beeksisa Barsiisootaa MBBA Bara 2019f bahe.pdf
4.8 MB
Beeksisa
#Qacarrii_Barsiisotaa
---------------
BBO - Hagayya 04/2018 Qacarrii Barsiisota Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa ;
1)Gosoota Barnootaa Barsiisaniifi
2) Afaanota Biyya Alaa Barsiisaniif Ulaagaalee Qacarrii Guutan Hundaaf:
1- Gosoota Barnootaa:
1. English
2. History
3. Geography
4. Economics
5. ICT
6. Maths
7. Physics
8. Biology
9. C/Ship
10. A/Study
11. Physics Lab.
12. ICT Technician kan barsiisan yoo ta'u,
2) Barsiisota Afaan Biyya Alaa Barsiisan immoo:
1- Arabic Language
2.- French Language barsiisan qacaree Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa 7nitti ramaduu barbaada.
Kanaafuu, Barsiisotni fedhii qabdaniifi ulaagaa qacarrii guuttan galmaa'uu ni dandeessan.
Tolaa Bariisoo Gadaa💠

Tolaa Bariisoo Gadaa
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤1
Kitaaba saayikolojii
#Miiltoo kan Eebisaa Baayisaatin barreefamee baay'een keessan barbaada akka jirtan beeka
Kanaafuu group @Oro_S1 irraatti namoota add gootanii group kun keesani waan ta'eef guddisaa
Namoonni 100 qofti nama 50 qofa add yoo godhee walumaagalatti 500 ta'a jechuudha mee na deegaraa
Maxxansa itti aanuun qabadhee isiniif dhufaa

❤3
#Update
#MOE
Gosoonni Barnoota Ogummaa Haaraa 11 Bara Barnootaa 2019 Irraa Eegalee Hojiirra Oolan Ifoomfaman!
Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa bara barnootaa 2019 (A.L.I) irraa eegalee barattoota kutaa 11ffaaf gosoota barnoota ogummaa fi hojii haaraa 11 hojiirra kan oolan ta'uu ifoomsuun, biirooleen barnootaa naannoolee fi bulchiinsa magaalotaa qacarrii barsiisotaa dabalatee qophii duraa barbaachisaa ta'e hunda akka taasisan qajeelfama dabarseera. Akkaataa kallattii pooliisiin barnootaa fi leenjii haaraan barnoota ogummaa sadarkaa duraa irraa eegalee hammachiisuuf kaa'een, marsaa lammaffaaf gosoota ogummaa 11 hojiirra oolan kanaaf qophiin sirna barnootaa, moojuulli barattootaa fi qajeelfama barsiisotaa guutummaatti xumuramuun isaa ibsameera.
Gosoonni barnoota ogummaa 11 bara 2019 irraa eegalee hojiirra oolan kunniinis kanneen armaan gadiiti:
Teeknoloojii Sibiilaa (Metalwork Technology),
Teeknoloojii Awutoomootiivii (Automotive),
Teeknoloojii Uffannaa (Garment), Dirirsa Sarara Ibsaa Gamoo,
Hojii Ujummoo Bishaanii(Plumbing), Misooma Sooftiweerii (Software Development),
Oomisha Midhaanii,
Tajaajila Kunuunsa Fayyaa,
Tajaajila Hoteelaa,
Hojii Rifeensaa fi Tajaajila Miidhaginaa, akkasumas Qophii Nyaataa dha.
Tarkaanfiin kun barattoonni barnoota idilee cinaatti ogummaa hojiif isaan qopheessu akka horatan gochuu irratti gahee guddaa qabaata jedhamee eegama.
Odeeffannoo hatattamaaf

❤8👍1
Part 01
• Do you like coffee?
Basic: Yes, I do.
Better: Yes, I love coffee, especially in the morning.
• What time is it?
Basic: It's 5 o'clock.
Better: It's five o'clock in the evening.
• Are you ready?
Basic: Yes, I am.
Better: Yes, I'm all set!
• Can you wait?
Basic: Yes, I can.
Better: Sure, I'll wait for you.
Share @Oro_Students

❤5
Ministeerri barnootaa barattoota kutaa 8ffaaf waamicha dhiyeesse
Ministeerri Barnootaa barattoota bara barnootaa 2018 kutaa 8ffaa xumuraniif waamicha seensa mana barnootaa bultii addaa federaalaa gochuun bara barnootaa 2019 manneen barnoota bultii addaa afur dabalataan hojii akka eegalan beeksiseera.
Gorsaa ministeerichaa Pirofeesar Kindiyyaa Gabrahiwot ibsa kennaniin, ministirichi barattoota qaxalee omishuuf bara barnootaa 2018 manneen barnootaa bultii addaa shan Waliso, Bu’ii, Gaambeellaa, Jigjigaafi Boongaatti banuun barattoota kuma tokkoofi 250 barsiisaa jira jedhan.
Bara barnootaa 2019 barattoota hedduu simachuuf manneen barnootaa bultii addaa afur Bahaardaar, Arbaaminci, Asoosaafi Dirre Dhawaatti banuu himanii; barattoonni qaxaleen qormaata kutaa 8ffaan qabxii olaanaa galmeessisan guyyoota ittaanu keessatti galmaa’uu akka qaban beeksisaniiru.
Ministeera Barnootaatti Gaggeessaan Hojii Damee Barnoota Waliigalaa akkasumas Sagantaalee Barnootaafi Fooyya’iinsa Qulqullina Barnootaa Obbo Yohaannis Waggaasoo gamasaaniin barnoonni bultii addaa biyyoota guguddoo addunyaa keessatti beekamaafi turaa ta’uu kaasanii; Itoophiyaanis barattoota ciccimoo guddina biyyaafi jijjiirama hawaasaa fiduu danda’an uumuuf manneen barnoota bultii addaa kanneen hundeessuu himaniiru.
Manneen barnoota bultii addaa kanneenitti haalli baruu barsiisuu sadarkaasaa eeggateefi qulqullina qabu waan kennamuuf barattoonni akka guutuu biyyaatti qabxii seensaa galmeessisan hundi guyyoota ittaananitti galmaa’aniif irradeebiin waamicha dhiyeessaniiru.
https://t.me/Oro_Students

Telegram
Oromian students /all Freshman
This channel is available for
New info
Exams
Module
PPT and Short note
Entrance
Exit exam
For discussion @Oro_S1
New info
Exams
Module
PPT and Short note
Entrance
Exit exam
For discussion @Oro_S1
❤4
#Update #Kutaa_12ffaa
Barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara kana fudhachuuf galma'aan kuma 563 fi 960 keessaa kan qormaata kana fudhatan barattoota kuma 550 fi 210 dha.
Barattoota qormaata kana fudhatan keessaas kan qabxiin darbiinsaa fidan parsantii 12.8 dha.
Barattoonni darban lakkoofsaan kuma 70 fi 544 yoo ta'aan isaan kana keessaas jechuunis barattoota darban muummeedhaan yeroo ilaallu,
✓ Saayinsii Uumamaa parsantii 16.5
✓ Saayinsii Hawaasaa parsantii 8.33 dha
Odeeffannoo bu'aa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa argachuuf nu hordofaa!
Barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhattan hundaaf Carraa Gaarii!

❤7
Ibsa Ministeerri Barnootaa qormaata kutaa 12ffaa ilaalchisuun kenne
Guutusaa
⬇️⬇️⬇️⬇️
https://youtu.be/87NYSmcQCyw
Guutusaa
⬇️⬇️⬇️⬇️
https://youtu.be/87NYSmcQCyw
YouTube
Ibsa Ministeerri Barnootaa kutaa 12ffaa ilaalchisuun ||Pr. Birhanu Nega 2018||
Enjoy the videos and music you love, upload original content, and share it all with friends, family, and the world on YouTube.
Marii Biyyaalessaa Itoophiyaan maaltu walii galamee?
#Finfinnee
#Dirre Dawaa
https://youtu.be/e2nnO3ZIy9Y
#Finfinnee
#Dirre Dawaa
https://youtu.be/e2nnO3ZIy9Y
YouTube
Marii Biyyaalessaa Itoophiyaan maaltu walii galamee
Enjoy the videos and music you love, upload original content, and share it all with friends, family, and the world on YouTube.
#Update #Grade_12_Result #Breaking #Official #Kutaa_12ffaa #Grade12result #EAES
Barattoonni bu'aa qormaata kutaa 12ffaa akkamitti ilaaluu danda'u?
Barattoota kutaa 12ffaa hundaaf #share taasisaa!
Bara barnootaa 2018 qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa kan fudhattan karaalee armaan gadiin bu'aa keessan har'a waaree booda ykn boru irraa jalqabee ilaallachuu dandeessu jechuun Ministeerri Barnootaa ibsuun isaa ni yaadatama.
Karaalee ittiin bu'aa keessan ilaaltan;
➫ Website ፦ https://result.eaes.et
➫ Telegram Bot :- https://t.me/EAESbot
➫ Ergaa gabaabaa ፦ 6284
Akkasumas namoonni connection isin rakkise group keenya irratti namoota add taasisuun registration number fi maqaa keessan jalqabaa nuuf erguun isiniif ilaaluu dandeenya!
@Oro_s1
🌐 Bu'aan qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa akkuma gadhiifameen ilaaluuf link armaan gadii tuquun join fi share taasisaa!
Barattoota qormaata biyyaalessaa fudhattaniif Carraa Gaarii!

result.eaes.et
EAES Result Checker | Educational Assessment and Examination Services
Official portal to check Ethiopian Educational Assessment and Examination Services (EAES) results online. Enter your Admission Number and First Name to view your exam results.
❤4👍3
Qormaata kutaa 12ffaa
Obsaan eega ammaan wanti gad dhiifame hin jiru

❤2
Qormaanni kutaa 12ffaa Ifoomeera ⬇️⬇️⬇️⬇️
https://youtu.be/Vjxj35Sy7zk
https://youtu.be/Vjxj35Sy7zk
❤1
Sa'aatii amma irra eegalee ifoome jira seentanii ilaallachuu dandeessu
Linki ittiin seentan
⬇️⬇️⬇️⬇️
https://result.eaes.et
Warreen network sin rakkise kara @Oro_S1 admission number fi maqaa erga
Carraa Gaarii
Linki ittiin seentan
⬇️⬇️⬇️⬇️
https://result.eaes.et
Warreen network sin rakkise kara @Oro_S1 admission number fi maqaa erga
Carraa Gaarii
result.eaes.et
EAES Result Checker | Educational Assessment and Examination Services
Official portal to check Ethiopian Educational Assessment and Examination Services (EAES) results online. Enter your Admission Number and First Name to view your exam results.
❤1
Akkata komii qormaata yoo qabaattan ittiin dhiyeefattan
Video guutuusaa
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
https://youtu.be/R2Sz7LbzQeQ
Video guutuusaa
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
https://youtu.be/R2Sz7LbzQeQ
YouTube
QORMAATA KUTAA 12FFAA IRRATTI AKKAMIIN AKKA KOMII DHIYEEFACHUUN DANDA'UMU||Result complaint||2018