ODUU LIVERPOOL
8.61K subscribers
1.29K photos
3 files
6 links
Baga gara chaanaalii Oduu Liverpoolti Nagaan dhuftan!!
    
➠Odeeffannoo jijjiirraa kilabii keenyaa

➠Tapha kilabii keenyaa kallattiin

➠Xiinxala Tapha duraa
Hunda bakka tokkotti asitti argattu!

༆ Nu quuunnamuuf:- @Liv_Sport

  ❷⓪❷6 ODUU LIVERPOOL
Download Telegram
🗣️Joozee Mooriinihoo

"Anaaf Liivarpuul kilaba Ingilaandi keessaa isa hunda caalu ta'uu qaba, seenaa fi aadaa isaanii Piriimiyerliigii Ingiliiz waggoota darbanii fi ammaa yoo ilaalle."


"Wanti Liivarpuul kubbaa miilaa keessatti hojjate kan Maanchistar Yunaayitid waliin wal bira qabamee yoo ilaalamu, sadarkaa namoonni yaadan irraa baay'ee ol fagoodha, Waancaa akka waliigalaatti qabanii fi, akkasumas waancaa waggoota 10 darbanii yeroo dubbannu.” 👀


𝙨𝙝𝙖𝙧𝙚|| @Oro_Liverpool26
𝙨𝙝𝙖𝙧𝙚|| @Oro_Liverpool26
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍14🎉64😍4
🟢Liivarpuul bara dhufu waancaa Piriimiyerliigii Ingiliiz argachuuf dhiibbaa guddaa biraa gochuuf kutateera.

[ GraemeBailey ]

𝙨𝙝𝙖𝙧𝙚|| @Oro_Liverpool26
𝙨𝙝𝙖𝙧𝙚|| @Oro_Liverpool26
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
16🔥7😁3👍1🕊1
Filoon Jarman gahee jira.🔥

𝙨𝙝𝙖𝙧𝙚|| @Oro_Liverpool26
𝙨𝙝𝙖𝙧𝙚|| @Oro_Liverpool26
🔥185💯2👍1
🟢 Fabinihoon guyyaa akka har'a waggaa 8 dura ture Liiverpuuliif kan mallatteesse! ✍️

𝙨𝙝𝙖𝙧𝙚|| @Oro_Liverpool26
𝙨𝙝𝙖𝙧𝙚|| @Oro_Liverpool26
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
12👌6❤‍🔥2😍1
🟢 Andoni Iraolan ganna kana Liiverpuulitti makamuu barbaada!

[Sky Sport News]🎖

𝙨𝙝𝙖𝙧𝙚|| @Oro_Liverpool26
𝙨𝙝𝙖𝙧𝙚|| @Oro_Liverpool26
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
19👍8👏1
🚨BREAKING

Liverpool dhoksaan Diomande wajjiin dhuunfaan waliigaltee irra gahuuf yaalaa jiru!

PSG fi Maanchistar Siitiinis walitti dhufeenya tokko tokko uumaa jiru!

🎖[FLORIAN PLETENBERG]

𝙨𝙝𝙖𝙧𝙚|| @Oro_Liverpool26
𝙨𝙝𝙖𝙧𝙚|| @Oro_Liverpool26
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
🙏14😍7
🧿Ibraahimaa Koonaateen Liivarpuul gad dhiisuuf akka dhiyaate gabaafameera.

(via:-JacobsBen)

𝙨𝙝𝙖𝙧𝙚|| @Oro_Liverpool26
𝙨𝙝𝙖𝙧𝙚|| @Oro_Liverpool26
😢199👍3🤩2
🚨 ODUU AMMEE

🟢 Liiverpuul gaaffii jijjiirraa Aliisaniin fudhachuuf Juuventuus irraa dhiyaateef kufaa taasisaniiru! Taphaticha waliin itti fufu barbaadu!

[Fabrizio Romano]🥇

𝙨𝙝𝙖𝙧𝙚|| @Oro_Liverpool26
𝙨𝙝𝙖𝙧𝙚|| @Oro_Liverpool26
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
🔥17👌54
🟢 Maakalisteriif garee biyyaalessa Arjentiina irraa waamichi taasifameefi jiraa!

𝙨𝙝𝙖𝙧𝙚|| @Oro_Liverpool26
𝙨𝙝𝙖𝙧𝙚|| @Oro_Liverpool26
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍10👏52
🟢 Harveeyi Eliyoot bara dorgommii itti aanu gara jalqabaa qaama garee Liiverpuul nii ta'a. garuu taphatichi ammallee gurguramuu danda'a!

[Lewis Steele]🎖

𝙨𝙝𝙖𝙧𝙚|| @Oro_Liverpool26
𝙨𝙝𝙖𝙧𝙚|| @Oro_Liverpool26
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
10😢8😍3
🔥🇫🇷Ligue 1 play-off final

📲LINK 👉 https://bit.ly/4uQBseC

🎰PROMOCODE
▶️ Oduuu

A place in the top division will be decided this Friday at the Allianz Riviera: Nice are strong, but the pressure of playing in front of their home crowd will hang over them every minute. Can the hosts hold their ground against their highly motivated visitors?
Bet on the wild drama in France with Melbet!
👍3🥰31👏1😍1
🟢 Konaaten Liiverpuuliin nii gadhiisaa! Taphatichi fi Liiverpuul waa'e kontiraata haarawa irratti walii galtee irra gahuu hin dandeenye!!

[PAUL JOYCE]🎖

𝙨𝙝𝙖𝙧𝙚|| @Oro_Liverpool26
𝙨𝙝𝙖𝙧𝙚|| @Oro_Liverpool26
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
😭752
🚨Liivarpuul dominik Szoboszlai waliin Dhimma Koontiraata Haaraa irratti marii jalqabanis hanga ammaatti walii galtee irra gahuu hin dandeenye.

🎖[Paul Joyce]

𝙨𝙝𝙖𝙧𝙚|| @Oro_Liverpool26
𝙨𝙝𝙖𝙧𝙚|| @Oro_Liverpool26
😭119🥰4
Livarpuul goolii eegaan isaanii Aliseen Beekeer waggaa dabalataa tokkoof isaan waliin akka turu akka barbaadan itti himaniiru.

#FabrizioRomano

𝙨𝙝𝙖𝙧𝙚|| @Oro_Liverpool26
𝙨𝙝𝙖𝙧𝙚|| @Oro_Liverpool26
11👍7🥰3
Floooo 🌟 🤩

𝙨𝙝𝙖𝙧𝙚|| @Oro_Liverpool26
𝙨𝙝𝙖𝙧𝙚|| @Oro_Liverpool26
16🔥3
🟢Eketikeen maxxansa suura Konaateen fuula miidiyaa hawaasa isaa irratti maxxanse jalatti kontiraata mallatteessi jechuun barreesseeraafi!

𝙨𝙝𝙖𝙧𝙚|| @Oro_Liverpool26
𝙨𝙝𝙖𝙧𝙚|| @Oro_Liverpool26
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
🔥144👍4😍2👏1
Yeroo ammaa gadi fageenyi garee keenyaa kana fakkaata! 😢

𝙨𝙝𝙖𝙧𝙚|| @Oro_Liverpool26
𝙨𝙝𝙖𝙧𝙚|| @Oro_Liverpool26
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
😢8💔8🥰2😍1🏆1
Argeeeeeeeeee 🥺❤️

𝙨𝙝𝙖𝙧𝙚|| @Oro_Liverpool26
𝙨𝙝𝙖𝙧𝙚|| @Oro_Liverpool26
🔥11❤‍🔥3🥰2👍1🥴1
Nagaan bulaa family!! 🙏

𝙨𝙝𝙖𝙧𝙚|| @Oro_Liverpool26
𝙨𝙝𝙖𝙧𝙚|| @Oro_Liverpool26
4🙏4👍1🥰1