Nati Tech Zone
https://youtu.be/SuOKEaHpHbg?si=1-bEiW41FDPmLpJX
Data fi WiFi Tokko malee Ai Tola Video kana ilaaluun PC fi Bilbila keessan irratti fayyadamuu dandeessu...!
Like , share gochuun please Baratoota biraan ga'aa...!
Akkasuma illee
VPN Fayyadamaa...!

๐ฅฐ3๐1
๐ Barataa Taatanii yeroo ammaa kana AI fayyadamuun baasii tokko malee hojii hojjechuu dandeessan ๐ค๐ฐ
I YouTube Automation fi TikTok Automation ๐ฑ๐ฅ dha.
๐ lamaanuu yeroo tokkotti hojjechuu dandeessu! ๐
Guys, amma illee yeroon jira! โณโค๏ธ
Ani immoo waanan dandaโuun isin gargaaruuf yeroo hunda asan jira. ๐ค
Kanaaf, please ๐ jiโa 1 hafe kana sirnaan fayyadamaa! ๐ฅ
Kana hojjechuun barumsa keessan irratti dhibbaa tokko illee hin qabu. ๐โ
Inumaayyuu, ogummaa keessan cimsuun long-term dream keessan gara fuulduraatti push godha! ๐๐ฏ
Ani waanan dandaโuun yeroo hunda isin gargaaruuf asan jira. โค๏ธ๐ค
@NatiTechzone1

๐5โค2
โค6๐ฅ2
Nati Tech Zone
https://youtu.be/KvNSNtLCXY8
Clauid Ai
Bilbilaa keessan irratti Haala ittiin fayyadamtan kunoo video hojjedheera
Please like share godhaa๐๐

๐8๐ฅ2
Nati Tech Zone
https://youtu.be/J_IPi4D-PDQ?si=ZMfvBE6N6rv4EiRk
Gemini Ai another level ๐ช๐ช๐ช
Prompt irra kaase Tola Haga video qoheessuttiโค๏ธโค๏ธ

๐ฅ8
Qabxii Olaanaa Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa Bara Kanaa Ifoome!
Ibsa qabxii qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa har'a kennameen, qabxiin olaanaan bara kana galmaa'e ifoomeera.
Haaluma kanaan, damee Saayinsii Uumamaatiin (Natural Science) barattoota dhiiraa keessaa qabxiin olaanaan 600 keessaa 591.6 kan galmaa'e yoo ta'u, barataan qabxii ajaa'ibsiisaa kana fides barataa Mana Barumsaa Bultii Addaa Odaa magaalaa Adaamaati.
Gama barattoota dubaraatiin , damee Saayinsii Uumamaa kanaan qabxiin olaanaan 600 keessaa 583 kan galmaa'e yoo ta'u, barattuun qabxii kana galmeessistes barattuu Mana Barumsaa Injiibaaraa Agawuu Midir ta'uun ifoomeera.

๐6โค3
๐จ IโM BACK! ๐ฅ
Itโs been a whileโฆ but Iโve been preparing something BIG! ๐๐
Nati Tech Zone is coming back stronger than ever. ๐ป๐ฅ
Stay tunedโฆ the best is yet to come! โค๏ธ

๐4โค1๐ฅ1
๐ง AIโn yeroo ammaa kana sammuu keenya baayโee dadhabsiisaa jira.
Kana kanan hubadhe, jalqaba ofii koo irratti.
Harโa namni tokko waan tokko barreessuuf ykn gaaffii tokko deebisuuf, guutummaatti AI irratti hirkachaa jira. Wanti nama ajaaโibu immoo, gaaffilee ofuma keenyaa beeknu illee ofitti amanamummaa dhabnee AI gaafanna.
Keessumaa barattoota biratti immoo rakkoon kun caalaatti mulโata. Assignment irraa kaasee hanga project gurguddaatti, yeroo baayโee waan hojjechaa jirru maal akka taโe sirriitti osoo hin hubatin, kallattiin copy-paste goona.
๐ Sammuun keenya baayโee dadhabaa jira.
๐ Ofitti amanamummaan keenya hirโachaa jira.
๐ Akkasumas, yoo akkasitti itti fufne, dandeettii ofii keenyaa yaaduu fi rakkoo furu dhabuu dandeenya.
Garuu AI fayyadamuun gaarii miti jechuu Koo mรญti.
Rakkoon jiru, osoo ofii keenya hin yaalin, osoo waan sana irratti xiqqoo illee hin dadhabin, kallattiin gara AI tti fiiguudha.
Kanaaf, keessumaa barattoonni, waan tokko dura ofii keessanii yaalaa. ๐ง
Gaaffii tokko yoo argitan, dura ofii keessanii deebisuuf yaalaa.
Assignment yoo argitan, dura ofii keessanii hojjechuuf yaalaa.
Project yoo hojjetan, dura maal akka hojjetaa jirtan hubadhaa.
Sana booda AI akka gargaaraa keessaniitti fayyadamaa.
AIโn akka nuuf yaaduuf osoo hin taane, akka nu gargaaruuf fayyadamuu qabna.
๐ก Dura yaadi. Sana booda AI gaafadhu.
Yeroo AI akka gargaaraatti sirriitti fayyadamnu, waan hundi caalaatti gaarii, saffisaa fi buโa qabeessa taโa.

๐8โค5๐ฅ1