Nati Tech Zone
1.71K subscribers
360 photos
6 videos
255 files
457 links
Well come to our channel!
Together let's empower minds and transform lives๐Ÿ’•๐Ÿ’•๐Ÿ‘๐Ÿ‘โœˆ๏ธ๐Ÿ™‹๐Ÿคฆ

Dm for paid promotion
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Natiy430
Download Telegram
Here's

Waanti guddaan videowwan akkasi gaafaan hojjedhu isin barsiisuu dhaafi. Kanaaf baradhaa please

โœŒ๏ธ๐Ÿ˜Ž
โค7๐Ÿ‘1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Best speach
๐Ÿ˜ŽโœŒ๏ธ
โค11๐Ÿ”ฅ3
Nati Tech Zone
https://youtu.be/FNM8jOOCr_0?si=2U6ByE-PxvUpCJld
WiFi Barbaaddan Nannawa keessan jiru haala salphaa ta'een Video armaan olii ilaaluun Password isaa Argachuu dandeessu...!

Maatiwwan koo hundi keessan ,
Accountiin keenya miidhamaa jira Waan ta'eef please Like share fi comment irratti yaada keessan Barreessa.
๐Ÿ™๐Ÿ™

โœŒ๏ธ๐Ÿ˜Ž
๐Ÿ‘14โค2๐Ÿ”ฅ1
Nati Tech Zone
https://youtu.be/SuOKEaHpHbg?si=1-bEiW41FDPmLpJX
Data fi WiFi Tokko malee Ai Tola Video kana ilaaluun PC fi Bilbila keessan irratti fayyadamuu dandeessu...!

Like , share gochuun please Baratoota biraan ga'aa...!
Akkasuma illee
VPN Fayyadamaa...!
๐Ÿฅฐ3๐Ÿ‘1
๐ŸŽ“ Barataa Taatanii yeroo ammaa kana AI fayyadamuun baasii tokko malee hojii hojjechuu dandeessan ๐Ÿค–๐Ÿ’ฐ

I YouTube Automation fi TikTok Automation ๐Ÿ“ฑ๐Ÿ”ฅ dha.

๐Ÿ‘‰ lamaanuu yeroo tokkotti hojjechuu dandeessu! ๐Ÿš€

Guys, amma illee yeroon jira! โณโค๏ธ
Ani immoo waanan dandaโ€™uun isin gargaaruuf yeroo hunda asan jira. ๐Ÿค

Kanaaf, please ๐Ÿ™ jiโ€™a 1 hafe kana sirnaan fayyadamaa! ๐Ÿ”ฅ

Kana hojjechuun barumsa keessan irratti dhibbaa tokko illee hin qabu. ๐Ÿ“šโŒ
Inumaayyuu, ogummaa keessan cimsuun long-term dream keessan gara fuulduraatti push godha! ๐Ÿš€๐ŸŽฏ

Ani waanan dandaโ€™uun yeroo hunda isin gargaaruuf asan jira. โค๏ธ๐Ÿค
@NatiTechzone1
๐Ÿ‘5โค2
Baayyinaan Ai Isa Kam fayyadamtu?
Anonymous Poll
82%
ChatgPT
28%
Gemini Ai
13%
Clauid Ai
โค6๐Ÿ”ฅ2
Nati Tech Zone
https://youtu.be/KvNSNtLCXY8
Clauid Ai
Bilbilaa keessan irratti Haala ittiin fayyadamtan kunoo video hojjedheera
Please like share godhaa๐Ÿ™๐Ÿ™
๐Ÿ‘8๐Ÿ”ฅ2
Nati Tech Zone
https://youtu.be/J_IPi4D-PDQ?si=ZMfvBE6N6rv4EiRk
Gemini Ai another level ๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช

Prompt irra kaase Tola Haga video qoheessuttiโค๏ธโค๏ธ
๐Ÿ”ฅ8
Qabxii Olaanaa Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa Bara Kanaa Ifoome!

Ibsa qabxii qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa har'a kennameen, qabxiin olaanaan bara kana galmaa'e ifoomeera.

Haaluma kanaan, damee Saayinsii Uumamaatiin (Natural Science) barattoota dhiiraa keessaa qabxiin olaanaan 600 keessaa 591.6 kan galmaa'e yoo ta'u, barataan qabxii ajaa'ibsiisaa kana fides barataa Mana Barumsaa Bultii Addaa Odaa magaalaa Adaamaati.

Gama barattoota dubaraatiin , damee Saayinsii Uumamaa kanaan qabxiin olaanaan 600 keessaa 583 kan galmaa'e yoo ta'u, barattuun qabxii kana galmeessistes barattuu Mana Barumsaa Injiibaaraa Agawuu Midir ta'uun ifoomeera.
๐Ÿ‘6โค3
๐Ÿšจ Iโ€™M BACK! ๐Ÿ”ฅ

Itโ€™s been a whileโ€ฆ but Iโ€™ve been preparing something BIG! ๐Ÿ‘€๐Ÿš€

Nati Tech Zone is coming back stronger than ever. ๐Ÿ’ป๐Ÿ”ฅ

Stay tunedโ€ฆ the best is yet to come! โค๏ธ
๐Ÿ‘4โค1๐Ÿ”ฅ1
๐Ÿง  AIโ€™n yeroo ammaa kana sammuu keenya baayโ€™ee dadhabsiisaa jira.

Kana kanan hubadhe, jalqaba ofii koo irratti.

Harโ€™a namni tokko waan tokko barreessuuf ykn gaaffii tokko deebisuuf, guutummaatti AI irratti hirkachaa jira. Wanti nama ajaaโ€™ibu immoo, gaaffilee ofuma keenyaa beeknu illee ofitti amanamummaa dhabnee AI gaafanna.

Keessumaa barattoota biratti immoo rakkoon kun caalaatti mulโ€™ata. Assignment irraa kaasee hanga project gurguddaatti, yeroo baayโ€™ee waan hojjechaa jirru maal akka taโ€™e sirriitti osoo hin hubatin, kallattiin copy-paste goona.

๐Ÿ‘‰ Sammuun keenya baayโ€™ee dadhabaa jira.
๐Ÿ‘‰ Ofitti amanamummaan keenya hirโ€™achaa jira.
๐Ÿ‘‰ Akkasumas, yoo akkasitti itti fufne, dandeettii ofii keenyaa yaaduu fi rakkoo furu dhabuu dandeenya.

Garuu AI fayyadamuun gaarii miti jechuu Koo mรญti.

Rakkoon jiru, osoo ofii keenya hin yaalin, osoo waan sana irratti xiqqoo illee hin dadhabin, kallattiin gara AI tti fiiguudha.

Kanaaf, keessumaa barattoonni, waan tokko dura ofii keessanii yaalaa. ๐Ÿง 

Gaaffii tokko yoo argitan, dura ofii keessanii deebisuuf yaalaa.
Assignment yoo argitan, dura ofii keessanii hojjechuuf yaalaa.
Project yoo hojjetan, dura maal akka hojjetaa jirtan hubadhaa.

Sana booda AI akka gargaaraa keessaniitti fayyadamaa.

AIโ€™n akka nuuf yaaduuf osoo hin taane, akka nu gargaaruuf fayyadamuu qabna.

๐Ÿ’ก Dura yaadi. Sana booda AI gaafadhu.

Yeroo AI akka gargaaraatti sirriitti fayyadamnu, waan hundi caalaatti gaarii, saffisaa fi buโ€™a qabeessa taโ€™a.
๐Ÿ‘9โค5๐Ÿ”ฅ1