Forwarded from Oromia bank
Hidhaa kana hiriyoota keetiif qooduun nama tokkon qarshii 2 argachuu dandeessa
https://t.me/Oromiabankrefbot?start=r03026516774

#Beeksisa_dhabbata
🐴Oduu gammachisaa maamiltoota keenya maraaf Baankiin keessan baankiin Oromiyaan caalatti mana hunda keessan seenuuf hojechaa jira.
Haluma kanan sagantaa namoota affeeruun ittiin qarshii argattan isiniif qopheessinee jira.
Boti kana gadi start gochuun erga liinkii mataa kessanii fudhatanii booda hiriyoota keessaniif qooduun namni tokko yeroo affeertan qarshii 2 argachuu dandeessu.Hidhaa kana hiriyoota keetiif qooduun nama tokkon qarshii 2 argachuu dandeessa

Telegram
Oromia bank
Baga nagahaan gara Baankii kessan baankii Oromiyaa dhuftan.
👍6👎2
✅ Official
Daarekterri kilabaa
Keenya Edu Gaasber
badhasaa Daarekterota
Awurrooppa 2023
Daarekterri cimaa jedhamun sirnaa badhasaa Golden boy 🌟 Irraati badhafamera
Share
👇👇👇👇
@NEW_ORO_ARSENAL

👍9❤2
✅ William saliba Fi
Gabriel magalesh
Yoo isan taphAA keessa jiratan Fi keessaa dhibaan carraa mouu kilabaa keenya
Share
👇👇👇👇
@NEW_ORO_ARSENAl

❤16
✅ Official
Gareen guddatotta kilabaa keenyaumurii16 gadii LiiveerpoolWajjiitaphachun 14:3 mo'achuu danda'eera 😁😁😐😐
Share 👇👇👇👇
@NEW_ORO_ARSESAL

👍24❤2😁1
✅Tapha torbee 13ffaa Piriimeer Liigii Inglaand
⏰Xumurame
Bireentfoord 0-1 Arsenaal
⚽️Havartez 89'
Share
@NEW_ORO_ARSENAL
⏰Xumurame
Bireentfoord 0-1 Arsenaal
⚽️Havartez 89'
Share
@NEW_ORO_ARSENAL
✅Declan Rice taphaa galgalaa irrati istetikii inni qabuu
83 touches
5 final third entries
4x possession won
3/4 duels won
2 clearances
2 interceptions
2 fouls won
1 chance created
0 fouls committed
Share 👇👇👇👇
@NEW_ORO_ARSENAL
83 touches
5 final third entries
4x possession won
3/4 duels won
2 clearances
2 interceptions
2 fouls won
1 chance created
0 fouls committed
Share 👇👇👇👇
@NEW_ORO_ARSENAL
❤15👍8🥰1
✅Guyyaa taphaa👉 sambataa
✅Sa'aati taphaa 👉 12:00
✅Istadaami 🏟 Emirates
Carraa Gaariii garee Guddicha keenyaf
Share 👇👇👇
@NEW_ORO_ARSENAL
✅Sa'aati taphaa 👉 12:00
✅Istadaami 🏟 Emirates
Carraa Gaariii garee Guddicha keenyaf
Share 👇👇👇
@NEW_ORO_ARSENAL
👍13❤4
✅ Buukayo Saakaan goolii isaa jalqabaa kan piirmaliigii kan galche woolviis Irraati
Share 👇👇
@NEW_ORO_ARSENAL
Share 👇👇
@NEW_ORO_ARSENAL
❤20👍8🆒3
✅Tapha jaallatamaa Piriimer Liigii Ingilaand xiinxxala tapha duraa
Arsenaal 🔰 Wolviis
🏟Dirree Emireetis
⏰Sa'satii 12:00tti
⛳️Abbaa Murtii - Piitar Baanks
☑️ Oddeeffannoo garee Arsenaal
Timber, Parte, Smith fi Vera tapha ala ta'aniiru
☑️Oddeeffannoo Garee Wolviis
Gama Woolviistiin Daawsan miidhaan irra gahe irraa dandamachuun tapha kanaaf kan hirmaatu yoo ta'u, Goomeez fi Leeminaan ammoo tapha irraa kan dhorkaman yoo ta'u, taphataa sarara bitaa Faransaay Raayan Aayit-Nuurii sababa miidhaan tapha irraa kan hafe ta'uu ibsameera.
☑️Walitti dhufeenya garee lamaanii
👉Arsenaal bara kana dorgommiiwwan Emireet keessatti taphatan hunda irratti hin mo'amne
👉Woolvis taphoota liigii 12 darban hunda irratti goolii galchuu danda'eera
👉Arsenaal liigii kana keessatti goolii 10 qofa lakkoofsisuun taphoota 6 irratti goolii kan hin galchine yoo ta'u, kunis kilaboota liigii hunda keessaa isa jalqabaa taasiseera.
👉Woolviis taphoota liigii 18 darban Arsenaal waliin taasisan hunda irratti goolii galchaniiru.
👉Arsenaal taphoota liigii 6n darban Muddee keessa injifateera
👉Woolviis taphoota liigii lamaan dirree isaanii irraa fagaatee mo'amaniiru
👉Gabri'eel Jeesus taphoota liigii 6 darban Woolviis waliin taphateen goolii 6 galcheera.
👉Wolves bara kana injifannoo 4 galmeesse hunduu garaagarummaa goolii 1n galcheera
Woolvis taphoota 23 darban dirree alaatti liigii taphateen goolii 22 lakkoofsiseera.
👉Taphoota liigii 13 darbaniin Arsenaal qabxii 30 walitti qabuun dursaa liigii yoo ta'u, Woolvis qabxii 15n sadarkaa 12ffaa irratti argama.
Taphichi Arsenaal 2 fi 0n injifachuun akka xumuramu Gaazexaan BBC Kiriis Seetoon tilmaameera.
.
🙏 Carraa Gaarii 🙏🙏

👍55❤18👏9🔥6👎5
Bukayo Saka walakkeessa dhuma irratti gara garee Arsenaalitti deebi'uu hin oolu.
Share
@NEW_ORO_ARSENAl
We are back
Share
@NEW_ORO_ARSENAl
We are back
👍12❤4
Namni group telegram bara 2000-2022 qabdan yoo jiraatte ni binna waan ta'eef keessaan na dubbisaa @Abdoo4B
👍3
NEW ORO ARSENAL
https://t.me/chatgpt_officialbot?start=8stwwi8Q0TZXtyIDPwXH
Start godhaa gaafilee barbaaddan gaafadhaa Artificial intelligence waan ta'eef baayyee isin gargaara waan ta'eef
Forwarded from Ethiopian Premier league Share company
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤1